Dodola ifa boru special boarding school
2.67K subscribers
227 photos
5 videos
107 files
68 links
This channel is to help students through teach benefit able app, web. Additionally it is here for educationional and technical announcement!!!

https://t.me/English_for_ethiopia_practice
Download Telegram
Happy Ethiopian New Year 2019!

To our dear DIB community and all Ethiopians,

As we welcome the Ethiopian New Year 2019, we would like to wish you and your loved ones a happy, peaceful, and successful new year!

May this new year bring us peace, good health, happiness, and new opportunities. May it be a year filled with hope, growth, and beautiful moments for all of us.

To our DIB family, thank you for being part of our community. Let us continue to learn, grow, and support one another throughout the new year.

🌻 Melkam Addis Amet!
🌻 መልካም አዲስ ዓመት 2019!
Happy New Year to all Ethiopians!
❤9🥰5
BEEKSISA

Barattoota Haaraa Kutaa 9ffaa MBIBBA Dodolaatti Ramadamtan Hundaaf

Baga nagaan gara MBIBBADodolaa dhuftan jechaa

Ragaalee fi meeshaalee kanaa gadii qabattanii dhufuun isinirraa eegamu ibsuu jaallanna:

1. Cuunfaa qabxii (transcript) kutaa 7ffaa fi 8ffaa Oriijinaala tokko

2. Ragaa Qabxii Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa(ministry) Oriijinaala tokkoo fi kooppii tokko.

3. Boorsaa kitaabaa fi dabtara itti qabattan

4. Kilaaseera fi Paastinaraa waraqaa wajjiin

5. Waraqaa Qulqullummaa Mana Barnootaa irraa

6. Uffata halkanii tokko, amsoolaa lama, uffata boraatii lama

7. Kophee kutaa ciisichaa(slipper) tokko

8. Uffata ispoortii guutuu fi kophee ispoortii cimdii tokko

9. Uffata aadaa guutuu

10. Dabtara 15(kudha shan) fi Yaadannoo leenjii tokko

11. suuraa barataa xixiqqaa hammi 3x4 ta'e 6(jaha) fi suuraa wabii lama(2)

12. Guyyaa galmee dursees ta'ee dabarsee barataan dhufu hin keessummeessinu

13. Barataan maatii/wabii malee dhufuu hin qabu, barataa/tuu wabii malee dhufu hin keessummmeessinu, maatiin wabiif dhufu waraqaa eenyummaa qabaachuu qaba.

14. Yoo obboleewwan ta'aniin ala maatiin tokko barataa/ttuu tokkoof qofa wabii ta'uu danda'a, namni barattootaaf wabii ta'uu danda'u yeroo manni barnootaa barbaadu kamiiyyuu dhufuu/argamuu kan danda'u ta'uu qaba.

15. Barataan yeroo galmaa'u qaama galmeessutti rakkoo fayyaa qabu himachuu qaba

Nagaa Wajjiin
❤22🤩3
Dodola ifa boru special boarding school pinned «BEEKSISA Barattoota Haaraa Kutaa 9ffaa MBIBBA Dodolaatti Ramadamtan Hundaaf Baga nagaan gara MBIBBADodolaa dhuftan jechaa Ragaalee fi meeshaalee kanaa gadii qabattanii dhufuun isinirraa eegamu ibsuu jaallanna: 1. Cuunfaa qabxii (transcript) kutaa 7ffaa…»
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤5
Guyyaan seensaa kan mana barnoota keenyaa interval Ayyaana Maskala fi Ayyaana Irreechaa jidduu tahuyyuu Guyyaa mijataan akkuma murtaahen kan isin beeksifnu taha !!!

Hagasitti obsaan nu eegaa !!!

https://t.me/dodolatech
❤13👍5🤩2🤬1
Dodola ifa boru special boarding school pinned «Guyyaan seensaa kan mana barnoota keenyaa interval Ayyaana Maskala fi Ayyaana Irreechaa jidduu tahuyyuu Guyyaa mijataan akkuma murtaahen kan isin beeksifnu taha !!! Hagasitti obsaan nu eegaa !!! https://t.me/dodolatech»
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaaf Baga Ayyaana Masqalaa Damaraatiin Isin Gahe!

Manni barnootaa keenya hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ayyaana Damaraa bara 2019tiif nagaan geessan jechuun hawwii qabu dabarsa.

https://t.me/dodolatech

DIB
❤12👍11🥰2