Passionate leadership combined with passionate students creates excellence.
DIB✨
DIB✨
👏3👍1
We were very happy to visit and encourage the MBIBBA Dodolaa students of the 2017 academic year who scored high nationally and are now studying at Sheger Institute of Science and Technology.
We wish you success as you continue your studies, face new challenges, and grow with strong commitment to serve your country.
DIB
https://t.me/dodolatech

❤14👍1👏1
🌟 Experience Sharing Program: Best Practices at Xiangzhou Experimental School, Zhuhai 🌟
We are excited to announce a special Experience Sharing Program showcasing the best educational practices from Xiangzhou Experimental School, Zhuhai, under the guidance of the Faculty of Education, Beijing Normal University, China.
This insightful session will provide valuable knowledge and innovative approaches to enhance our educational environment.
Stay tuned for more details! ✨

❤5🔥2
Forwarded from Arsi University Special Secondary School (Teferi Tufa)
To all students of Arsi Special Secondary School.
This is to inform you that the sec. Semester class will begin on February 2/2018EC. And to this every students must come and attend the class.
NB: the school will take the attendance.

🤬4🤩1
Forwarded from Oromia Education Bureau
"Hojiin Dhaloota Egeree Barnootaan Gahumsuu Irratti Hojjatamaa Jiru Abdii Mul'ata Qabu Natti Uume ".
(Kabajamoo Obbo Hasan Alii - Pirezidaantii MNO Duraanii )
----------------
BBO- Amajjii 30/2018 Jilli Pirez. MNO duraanii kabajamoo obbo Hasan Aliifi Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoon durfamu guyyaa har'aa Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa Dodolaa daawwataniiru.
Manni Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa Dodolaa erga daawwatanii booda kabajamoo obbo Hasan Alii yaada kennaniin, barattoota qaxalee ta'an bakka tokkotti akka baratan carraa Mootummaan Naannoo Oromiyaa uume dinqisiifachuun, Biiroon Barnootaa Oromiyaa barattoota saayinsiifi teeknooloojiin addunyaarratti dorgomtoota ta'an hawaasa keenyaaf gumaachuuf tattaaffii taasisaa jirutti kan gammadan ta'uu ibsaniiru.
Istaandardii Mana barnootichaafi dandeettii barattootni qaxaleen qaban kan hubatan kabajamoo obbo Hasan, dhaloota egeree hawaasa keenyaa dinagdeen, siyaasaafi hawaasummaan jijjiiruu danda'an ta'uu abdii guddaa akka qaban himaniiru.
Walumaa galatti, Pirezidaantiin MNO Duraanii kabajamoo obbo Hasan Alii hojiin MNOfi BBO dhaloota egeree barnootaan gahomsuu irratti hojjataa jiru abdii mul'ata qabu akka isaanitti uume ta'uu ibsaniiru.
Dhumarratti, barattootaafi barsiisota mana barnootichaa jajjabeessuun milkaa'ina hawwaniifiiru.
💙 Oromia Education Bureau 💠
💙 Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱 Facebook | |📱 WhatsApp | |📱 YouTube | |📱 Telegram | | 🤖 Bot | |

| |
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤3👍1