💯 Top 3️⃣ website for Natural science 🔭 students
1️⃣.Khan Academy
2️⃣.PhET Interactive Simulations
3️⃣.National Geographic Education
https://t.me/dodolatech
1️⃣.Khan Academy
2️⃣.PhET Interactive Simulations
3️⃣.National Geographic Education
https://t.me/dodolatech
❤1🔥1
Akeekkachiisa dhumaa !!!
Akeekkachiisni Kun barattoota DIB hunda kan ilaallatuudha.
Akkuma beekamu barattoonni keenya barnootaa qofaan osoo hin taane naamusaanis filatamoodha, yaa tahuu malee barattoonni tokko tokko sirnahiriiraa irraa barfachuu, kophee hayyamamen ala (caamma naxalaa) kaawwachu, uffata seera (uniform ) uffachuu dhabuu fi rifeensa dheeressun darbee darbee ni mullata.
Kanaaf hundi keessaa hanqina naamusaa armaan olitti eeraman sirreeffachuun barnootaa keessaan akka hordoftan dhaamsa keenya, kana yoo hin taane garuu manni barnootaa tarkaanfi barbaachisaa kan fudhatu taha !!!!

Telegram
Dodola ifa boru special boarding school
This channel is to help students through teach benefit able app, web. Additionally it is here for educationional and technical announcement!!!
https://t.me/English_for_ethiopia_practice

🤝4❤3
#MoE
Ministeerri Barnootaa wixinee qajeelfama haaraa qopheesse ifoomse.
Ministeerri Barnootaa “barattoota gochoota duudhaafi aadaa biyyattii faalleessan kabajan waggaa tokkoof mana baruumsaa irraa ari’uu” kan dabalatu qajeelfama haaraa baase
Ministeerri Barnootaa dhimmoota adeemsa baruufi barsiisuu dhaabbilee barnootaa jeeqaniifi gochoota duudhaa Itoophiyaa faallessan ittisuuf wixinee qajeelfama qopheessee jira.
Rifeensa sirnaan murachuu dhiisuun, barattoonni dubartootaa halluu qeensa, hidhiifi rifeensa dibachuu, kuulii kuullachuufi faaya hin barbaachifne godhatanii mana baruumsaa deemuun, uffata dambii mana baruumsaa bifa seera qabeessaan ( dubartoonni qamisii jilba bira gadi darbu ) godhachuun, daree keessatti maastikaa, karameellaafi kkf fayyadamuun adabbii salphaa akka hordofiisu eerame.
Adabbiileen sadarkaa barnootaa irratti hundaa’uun garaagarummaa kan qaban yoo ta’u, adabiileen cimaan barnoota sadarkaa 2ffaa ( kutaa 9-12 ) akka armaan gadiitti:
Gochaawwan aadaa biyyattii hin ibsine kanneen akka ‘ Crazy Day, Gentle Day, Olds Day, Baby Day, Fruit Day, Tomato Day, Valentines Day, April Fool Day, Color Day, Pajama Day fi kanneen kana fakkaatan kabajuu, tumaa tumachuun adabbii salphaa yeroo lamaafi isaa ol raawwachuun waggaa tokkoof mana baruumsaa irraa akka ariisisu qajeelfamichi ni ibsa.

❤5⚡1🥰1
📢 Join the “English for Ethiopia Practice” Channel!
A Message to All Learners and Knowledge Seekers
Are you looking for a simple and effective way to improve your English every single day?
If yes, then English for Ethiopia Practice is the perfect channel for you.
This channel is specially designed for students, beginners, and anyone who wants to strengthen their English skills with ease. It provides short, clear, and practical content that helps you learn without stress.
Here is what you will get:
☑️ Daily English practice to improve speaking, reading, and writing
☑️Useful phrases and vocabulary used in everyday life
☑️General knowledge posts that make learning interesting
☑️ Interactive learning that makes English fun and engaging
Whether you are in school, college, or simply want to upgrade your English, this channel will support you step-by-step. Thousands of learners across Ethiopia are already benefiting—and you can be part of it too!
📌 Join the channel here:
👉 https://t.me/English_for_ethiopia_practice
Stay safe !!!
DIBBSS

English hub Ethiopia
This channel is where you will improve your English knowledge.
And also get📒📓📔📕 many English books and work sheets as well as questions !!!

❤6👏3🥰1
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Galii Keessoo Maddisiisuun Of-danda'uu Irratti Hojjachaa Jirra Jedhan.
----------------
BBO- Sadaasa 17/2018 Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa barattoota qaxalee egeree biyya keenyaa ta'an gahomsee baasuu qofa otuu hin taane hawaasa keenya hirmaachisuufi teeknoolojii ammayyaatti fayyadamuun galii mana barnootaa ofii keenyaa maddisiisun of-danda'uuf akka hojjataa jiran dura bu'ootni MBIBBA tokko tokko dubbataniiru.
MBIBBA 7 godinaalee Oromiyaa torba keessatti kan hundaa'an yoo ta'u, godinaalee hafan 14f akka dhihaatu ta'anii waan hundaa'aniif MBIBBA tokko godinoota 2f ykn 3f akka giddu galaatti gargaaraa jira.
Haaluma kanaan barattootnis akkuma dhiheenya qabaniin ramaddii argatanii barachaa jiru.
Fakkeenyaaf:-
1)MBIBBA Beddellee: Godina Bunoo Beddellee, Jimmaafi Iluu Abbaa Booraaf,
2)MBIBBA Amboo: Godina Sh/Lixaa, Sh/Kibba Lixaafi Sh/Kaabaaf akka giddu galaatti kan taajaajilaa jiru yoo ta'u,
MBIBBA Najjoo, Dodolaa, Yaaballoo, Nageelleefi Haramayaa haaluma walfakkaatuun godinaalee waldaangessaniin akka giddu galaatti ijoolleen isaanii dhiheenyatti ramadamanii barachaa kan jiran ta'uun hubatameera.
Haaluma kan bu'uureeffachuun godinaaleen tokko tokko ummata hirmaachisuun MBIBBA ijoolleen isaanii keessatti barataa midhaan nyaataa deeggaraa jiraachun beekameera.
Kunis bara 2017 Godina Sh/Lixaatti MBIBB Ambootiif gumaachi kun taasifameera.
Muuxannoon kun Godinaaleefi Magaalota hunda keessatti babal'achuun Manneen barnootaa eeggattummaa bajata mootummaa jalaa baasuu irratti hojjatamuu qaba jedhaniiru.
Karaa biraatin, Manneen barnootaa kunniin gumaacha hirmaannaa ummataatin taasifamu cinaatti mala teeknooloojii ammayyaatti fayyadamuun horsiisa loonii, kanniisaa, lukkuu, lafa qonnaa qaban irratti kuduraafi fuduraa oomishuufi kkf oomishuun eeggattummaa bajata mootummaa jalaa bahuufi galiin of-dandanii jiraachuu irratti ciminaan hojjataa kan jiran ta'uun beekameera.
Walumaagalatti, Manneen barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nu adeemsa baruu barsiisuu cinatti qabeenya naannawa isaanii jiran(ummata, lafaafi teeknooloojii) hubachuufi itti fayyadamuun adeemsa galiin of-danda'uuf taasifamaa jiru galmaan gahuu akka qabaniif bulcbiinsi godinaaleefi magaalotas gahee isaanii akka bahan dhaamsa keenya ta'a.
💙Oromia Education Bureau 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |

❤2👍1
Dodola ifa boru special boarding school
Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Galii Keessoo Maddisiisuun Of-danda'uu Irratti Hojjachaa Jirra Jedhan. ---------------- BBO- Sadaasa 17/2018 Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa barattoota qaxalee egeree biyya keenyaa ta'an gahomsee…
Haaluma armaan olii kana irraatti hundaa'uun manni barnootaa keenyas galii keessoo maddisiisuun of danda'uf ammuma irraa eegalee tarkaanfiwwan hedduu fudhachaa Jira!!!

👍5