Dodola ifa boru special boarding school
2.68K subscribers
226 photos
5 videos
107 files
67 links
This channel is to help students through teach benefit able app, web. Additionally it is here for educationional and technical announcement!!!

https://t.me/English_for_ethiopia_practice
Download Telegram
🏆 Top 3 English learning app for students

1️⃣ .Duolingo

2️⃣ .ELSA Speak

3️⃣ .Babbel

https://t.me/dodolaa123
❤6👍1
💯 Top 3️⃣ website for Natural science 🔭 students

1️⃣.Khan Academy

2️⃣.PhET Interactive Simulations

3️⃣.National Geographic Education


https://t.me/dodolatech
❤1🔥1
Our school 🏫 overview


Dodola ifa boru
❤5🥰2
Akeekkachiisa dhumaa !!!

Akeekkachiisni Kun barattoota DIB hunda kan ilaallatuudha.
Akkuma beekamu barattoonni keenya barnootaa qofaan osoo hin taane naamusaanis filatamoodha, yaa tahuu malee barattoonni tokko tokko sirnahiriiraa irraa barfachuu, kophee hayyamamen ala (caamma naxalaa) kaawwachu, uffata seera (uniform ) uffachuu dhabuu fi rifeensa dheeressun darbee darbee ni mullata.

Kanaaf hundi keessaa hanqina naamusaa armaan olitti eeraman sirreeffachuun barnootaa keessaan akka hordoftan dhaamsa keenya, kana yoo hin taane garuu manni barnootaa tarkaanfi barbaachisaa kan fudhatu taha !!!!

https://t.me/dodolatech
🤝4❤3
#MoE

Ministeerri Barnootaa wixinee qajeelfama haaraa qopheesse ifoomse.

Ministeerri Barnootaa “barattoota gochoota duudhaafi aadaa biyyattii faalleessan kabajan waggaa tokkoof mana baruumsaa irraa ari’uu” kan dabalatu qajeelfama haaraa baase

Ministeerri Barnootaa dhimmoota adeemsa baruufi barsiisuu dhaabbilee barnootaa jeeqaniifi gochoota duudhaa Itoophiyaa faallessan ittisuuf wixinee qajeelfama qopheessee jira.

Rifeensa sirnaan murachuu dhiisuun, barattoonni dubartootaa halluu qeensa, hidhiifi rifeensa dibachuu, kuulii kuullachuufi faaya hin barbaachifne godhatanii mana baruumsaa deemuun, uffata dambii mana baruumsaa bifa seera qabeessaan ( dubartoonni qamisii jilba bira gadi darbu ) godhachuun, daree keessatti maastikaa, karameellaafi kkf fayyadamuun adabbii salphaa akka hordofiisu eerame.

Adabbiileen sadarkaa barnootaa irratti hundaa’uun garaagarummaa kan qaban yoo ta’u, adabiileen cimaan barnoota sadarkaa 2ffaa ( kutaa 9-12 ) akka armaan gadiitti:

Gochaawwan aadaa biyyattii hin ibsine kanneen akka ‘ Crazy Day, Gentle Day, Olds Day, Baby Day, Fruit Day, Tomato Day, Valentines Day, April Fool Day, Color Day, Pajama Day fi kanneen kana fakkaatan kabajuu, tumaa tumachuun adabbii salphaa yeroo lamaafi isaa ol raawwachuun waggaa tokkoof mana baruumsaa irraa akka ariisisu qajeelfamichi ni ibsa.
https://t.me/dodolatech
❤5⚡1🥰1
📢 Join the “English for Ethiopia Practice” Channel!

A Message to All Learners and Knowledge Seekers

Are you looking for a simple and effective way to improve your English every single day?

If yes, then English for Ethiopia Practice is the perfect channel for you.

This channel is specially designed for students, beginners, and anyone who wants to strengthen their English skills with ease. It provides short, clear, and practical content that helps you learn without stress.

Here is what you will get:
☑️ Daily English practice to improve speaking, reading, and writing
☑️Useful phrases and vocabulary used in everyday life
☑️General knowledge posts that make learning interesting
☑️ Interactive learning that makes English fun and engaging

Whether you are in school, college, or simply want to upgrade your English, this channel will support you step-by-step. Thousands of learners across Ethiopia are already benefiting—and you can be part of it too!


📌 Join the channel here:
👉 https://t.me/English_for_ethiopia_practice

Stay safe !!!
DIBBSS
❤6👏3🥰1