Dodola ifa boru special boarding school
2.68K subscribers
226 photos
5 videos
107 files
67 links
This channel is to help students through teach benefit able app, web. Additionally it is here for educationional and technical announcement!!!

https://t.me/English_for_ethiopia_practice
Download Telegram
Guyyaa Kenniinsa battallee 1ffaa(Test one)
❀4😒1
Channel soba odeeffaannoo sirrii hin taane dabarsan akkasumas mana barnootaa keenya bakka hin buune irraa of eeggadha

Link πŸ–‡οΈ channel Isa sirrii mana barnootaa keenya hiriyoota keessaniif qoodun waldeeggaraa
https://t.me/dodolaa123


Gamanuumaanis harraa (19/02/2018) hubannoon waa'ee finance walqabatu irraatti qooda fudhattootan(keessummaan) waan Kennamuuf barattoonni mana barnootaa Hundi sa'aatii 10:00 iddoo naannoo kaaffetti argamuun barnootaa keennamu akka hordoftan dhaamsa siniif dabarsuu barbaadna

Stay safe!!!

DIBBSS
❀8πŸ₯°1πŸ‘1
Welcome to our excellence Kalid Beshir and Genet Merga
❀5
Welcome
Welcome
Welcome
❀7πŸ‘2
🀩3πŸ₯°1
Beeksisa
Hawaasa Barnootaafi Qooda Fudhattoota Barnootaa Hundaaf

BBO - 21/02/2018 Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa Barnoota Fedhii Addaa (Special Needs Education)/Inclusive Education) Qaajeelfama Raawwii wixinee ( draft) qopheessuun haawasni barnootaafi qooda fudhattootni barnootaa yaada akka irratti kennan gaafateera.
Kanaafuu, Liinkii asii gaditti kenname fayyadamuun Sanada wixineen dhihaate dubbisuun yaada akka itti kennitan isin gaafanna.

Yaadni Isin Kennitan Rakkoowwan Fedhii Barnootaa Addaa keessa jiru hiikuu keessatti gahee olaanaa qaba!
Yaada itti kennaa!
Yaada kennitan immoo, ergaaf(Submit) godhaa.

Hubachiisa:- Jalqaba liinkii kana banaa- ( https://forms.gle/P1QYEtgch5nsQ932A)

- Itti aansuun 'αˆ›αˆ΅αˆαŠ•αŒ αˆͺα‹« Link' kan jedhu banuun sanadicha argattu.
- Sanadicha dubbisuun yaada keessan erga barreessitanii booda "Submit" kan jedhu tuquun erguudha.
Galatoomaa!
https://t.me/dodolaa123
❀15πŸ‘1
Kaalandarii barnootaa MB Ifa Boru BA sad.2ff Dodola 2018(2025)
πŸ‘4
Beeksisa barattoota kuffaa 10ffaa hundaaf πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”Š
Qormaatni gosa math (herreegaa) test one ( battallee 1ffaa ) keessaatti hin haammatamu !!!

Qormaata gaarii

https://t.me/dodolaa123
❀7πŸ”₯1
❀9😎8πŸ€”3πŸ”₯1
𝕋𝕙𝕖 π•Šπ•¦π•”π•”π•–π•€π•€ 𝕠𝕗 𝕄𝔹𝕀𝔹𝔹𝔸 π•Šπ•–π•”π• π•Ÿπ••π•’π•£π•ͺ π•Šπ•”π•™π• π• π• π•šπ•Ÿ 𝔻𝕠𝕕𝕠𝕝𝕒𝕒 β„‚π• π•Ÿπ•₯π•šπ•Ÿπ•¦π•–π•€
πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡Ή
π•‹π•™π•šπ•€ 𝕀𝕖𝕖𝕕 𝕙𝕒𝕀 π•“π•–π•–π•Ÿ π•€π• π•¨π•Ÿ;
𝕄𝕒π•ͺ π•šπ•₯ 𝕓𝕖 𝕓𝕝𝕖𝕀𝕀𝕖𝕕 𝕗𝕠𝕣 𝕠𝕦𝕣 𝕀π•₯π•¦π••π•–π•Ÿπ•₯𝕀.
𝕄𝕒π•ͺ π•šπ•₯ π•“π•£π•šπ•Ÿπ•˜ π•™π• π•Ÿπ• π•£ π•’π•Ÿπ•• π•–π•©π•”π•–π•π•π•–π•Ÿπ•”π•–!
π•Žπ•– 𝕙𝕒𝕧𝕖 π•€π•‘π• π•œπ•–π•Ÿ π•¨π•šπ•₯𝕙 π•”π• π•Ÿπ•—π•šπ••π•–π•Ÿπ•”π•–.

https://t.me/dodolaa123
❀4🀝2πŸ”₯1