Ergaa mana barnootaa bultii addaa dodolaa 🔉🔉🔉🔉🔉
Barattoonni mana barnootaa keenyaas taatani barattoonni dhufuuf yaadaa jirtan yeroo ammaa kanatti channel fi group sobaa hedduun barattoota keenya burjaajessaa jiran waan jiranuuf channel sirrii kan mana barnootaa keenyaa akka hordoftan dhaamsa siniif dabarsina.
Barattoonni sinariin immoo barattoota kana booddee dhufaa jira niif link channel mana barnootaa keenyaa share gochuun walgargaaraa !!!!!!

❤2
Correct DIBBSS channel link
https://t.me/dodolaa123
❤4
How are you tomorrow 's bright experts ?
We hope you are studying hard this summer.
As previously issued by the Oromia Education Bureau, Download/Use the Text Book (#Student_Text_Book) for Grades 1 to 12, #All_Types_of_Subjects by Visiting the Telegram Channel Below
https://t.me/oeb_book_store

❤4😁1
Reminder from Dodola ifa boru special boarding school 🔊🔊🔊🔊🔊🔊
As last year you took pretest, this year also maybe you will be took it, so prepare well !!!!!!
Additionally if you have any question ask as on comment section or directly
Be safe !!!!
DIBBSS https://t.me/dodolaa123

❤8👎2🔥2👏2
Channel soba odeeffaannoo sirrii hin taane dabarsan akkasumas mana barnootaa keenya bakka hin buune irraa of eeggadha
Link 🖇️ channel Isa sirrii mana barnootaa keenya hiriyoota keessaniif qoodun waldeeggaraa
https://t.me/dodolaa123
Gamanuumaanis harraa (19/02/2018) hubannoon waa'ee finance walqabatu irraatti qooda fudhattootan(keessummaan) waan Kennamuuf barattoonni mana barnootaa Hundi sa'aatii 10:00 iddoo naannoo kaaffetti argamuun barnootaa keennamu akka hordoftan dhaamsa siniif dabarsuu barbaadna
Stay safe!!!
DIBBSS

❤8🥰1👏1