Do you want to help your brothers and sisters who found in grade 8?
Anonymous Quiz
89%
Yes, I want so I will share the link
11%
No, won't share the link
Barattoota Firii kutaa 8ffaa qabxii gaarii galmeessuun Bultii Addaa Dorgommuf Qophii irra jirtan maraaf!
Gosti barnootaa qormaata irratti isiniif dhiyaatu Afur(4) isaanis:-
-Herrega
-S/Waliigalaa
-Ingiliffaafi
-Afaan Oromooti.
Tokkoon tokkoon gosa barnootaa gaaffii 20 haga 25 qabaachuu danda'a.
Afaan Oromoo gosa barnootaa kaan waliin wal bira qabnee, yoo madaallu xiqqoo ni ulfaata, bakka duwwaa guutuu 12 ol qaba, dubbiin qolaa ammoo haga gaaffii 6 ta'a, maaliifuu barataan kitaaba dabalataa furtuu sirnaan dubbise, firii gaarii galmeessa.
Dubbisa keessatti ammoo bakka duwwaa guutuun 10 haga 12 dhufuu danda'a. Gosti barnootaa Ingiliffaa gaaffii 25 ture, Grammer, Vocabulary, Conversation(Waliin dubbii) fi Paragraph' dha.
Gosti barnootaa martuu Kitaabuma barataa irraa ba'a, tarii gaaffiin 1 yookiin 2 barnoota akka Afaan Oromoo fi English keessatti beekumsa walii galaa irraa dhufuu danda'a.
Garuu

❤7👍1
Ergaa mana barnootaa bultii addaa dodolaa 🔉🔉🔉🔉🔉
Barattoonni mana barnootaa keenyaas taatani barattoonni dhufuuf yaadaa jirtan yeroo ammaa kanatti channel fi group sobaa hedduun barattoota keenya burjaajessaa jiran waan jiranuuf channel sirrii kan mana barnootaa keenyaa akka hordoftan dhaamsa siniif dabarsina.
Barattoonni sinariin immoo barattoota kana booddee dhufaa jira niif link channel mana barnootaa keenyaa share gochuun walgargaaraa !!!!!!

❤2
Correct DIBBSS channel link
https://t.me/dodolaa123
❤4
How are you tomorrow 's bright experts ?
We hope you are studying hard this summer.
As previously issued by the Oromia Education Bureau, Download/Use the Text Book (#Student_Text_Book) for Grades 1 to 12, #All_Types_of_Subjects by Visiting the Telegram Channel Below
https://t.me/oeb_book_store

❤4😁1
Reminder from Dodola ifa boru special boarding school 🔊🔊🔊🔊🔊🔊
As last year you took pretest, this year also maybe you will be took it, so prepare well !!!!!!
Additionally if you have any question ask as on comment section or directly
Be safe !!!!
DIBBSS https://t.me/dodolaa123

❤8👎2🔥2👏2