Dhaamsa mana barnootaa!!!
Qaliiwwaan mana barnootaa keenyaa akkam nagaa ? Ganna kana yeroo keessan dubbisaan dabarsaa akka jirtan shakkii tokkollee hin qabnu!!!
Akkuma beekamu yeroon kun yeroo odeeffannoon obbollaawwan keessan 8ffaa irraa gara keessanii dhufaa jiraniif akkaan barbachisuu dha. Sinis kana hubattanii odeeffannoo sirrii karaa mana barnootaa keenyaa isiniif darbuu akka qoodda niif sin gaafanna. Kunis obbollaawwan keessan burjaajii tokko malee waan isaan barbaachisu akka argatan isaan gargaaraa!!!
Isinis Chanel mana barnootaa keenyaa link armaan gadii share gochuu gahee keessan bahadhaa !!!
🔗https://t.me/dodolaa123
📲📱
ℹ️https://t.me/dodolaa123

❤2👏1🤩1
Ulaagaan Galmee #Seensa_Manneen_Barnootaa_BultiiAddaafi_Addaa Sad. 2ffaa Ifoome.
BBO- Adoolessa 19/2017 Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Bultii Addaafi Addaa Bara 2018 asii gaditti tarreeffameera.
#1_Ulaagaalee_Galmee
- Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 80%fi ol, Shamarraniif 77%fi ol kan qaban;
- Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi ol, Shamarraniif 75%fi ol;
- Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban.
#Naannoo_Horsiisee_Bulaaf-
- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- 77%fi ol, Dub- 74%fi ol
- Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol;
- Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi ol, akkasumas Shamarraniif 70%fi ol kan qaban
#Qaama_Miidhamtootaaf-
- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- 77% fi ol, Dub- 74%fi ol,

- Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi ol kan qaban.
#Umrii_yeroo_kutaa_9ffaa_seenu waggaa 16 kan hin caalle
#2_Guyyaa_fi_Bakki_Galmeen_Itti Geggeeffamu:
#Guyyaa_Galmee: Adoolessa 21 hanga 30/2017 ta' a
#Iddoo_Galmee:
- Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi
- Waajjira Barnoota Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti yemmuu ta’u,
- Qormaanni barreeffamaan jiddugala 24 irratti kan kennamu ta’a.
#Iddoon_Qormaatni_itti_kennamus Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a.
#Guyyaa_Qormaataa- Hagayya 14/2017
- Waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuun buufata qormaataatti argamuu qabu.
#Qabxii_ittiin_darbamu
- 80%fi ol Qabxii Qormaata Barreeffamaa
- 15% Qabxii ministrii(Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa)
- 5% Qabxi Transkriiptii
#Qormaatna_Barreeffamaa kan Qopheessu #BBOfi_WMO waliin ta'uun.
#Iddoo_Ramaddii: Barattootni Qabxii darbiinsaa fiduun darban Manneen Barnootaa Ifa Boru Bultii Addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du yoo ta'u,
#Kanneen Hafan Qabxii darbiinsaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa Murteessee Beeksisuun Manneen Barnootaa Addaa Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifna

❤5
Gaaffilee seensaa armaan gadii akka dalagan jajjabeessa sababni isaa yeroo bayyee qormannii isaa haala walfakkaatu waan bahuuf.