Forwarded from Kiyyaa Multimedia
Kiyyaa Multimedia
Waxabajjii 19/2017 MBIBBA Dodolaa **************** Sirna Haaroomsaa hojii fi Beekamtii ************ Hojiiwaan waliigalaa gama Akaadamii fi Bulchiinsaatiin raawwataa tureen milkaa'ina argamsiisaniin: * Haaroomsi hojii istaafii gaggeeffameera. * Hojjettootaa…
Forwarded from Kiyyaa Multimedia
https://h5.vshowapi.com/inviteNew/share?c=poppo&link_id=7092846&user_id=61239416&temp_type=1&sys_temp_id=3 Download the app to meet more interesting friends from all over the world! My ID:61239416

Start godhaa eegalaa nama tokko invite waan gootaniif qofa 1$ karaa telebirr ykn Cbe dhaan siniif kanfala!!!
Forwarded from Kiyyaa Multimedia
Guyyaa 27/10/2017
Barattoota MBIBBA Dodolaa kutaa 9-12 barataa turtan kanneen sagantaalee qophii Feestivaala irratti hirmaachuuf galmooftanii shaakalaa gochaa turtan hundaaf
Olompikiin Feestivaala Barnootaa Guddichi waltajjii muuxannoo fi beekumsa wal irraa qooddachuu Yuunivarsiitii Guddicha Baha Afrikaa ASTUtti gaafa 13/11/2017 irraa eegalee gaggeeffamuuf akkuma asiin duraa injifannoon akka xumurtan shakkii hin qabnu.
Kanaafuu, barattootni sagantaalee gara garaa irratti hirmaattan qophii keessan cimsuun yaamicha mb akka hordoftootan cimsinee isin beeksifna.
Wantoota barattootni dhuunfaan qabachuu qaban:
1. Waraqaa Eenyummaa mb
2. Uniform keessan
3. meeshaalee dorgommichaaf barbaachisu( uffata Ispoortii, meeshaalee kalaqaa,uffata aadaa fikkf)
4. Uffata halkanii doormiitti itti fayyadamtan fikkf
Qophii Feestivaala Gaarii!
MBIBBA Dodolaa

Guyyaa 27/10/2017 Barattoota MBIBBA Dodolaa kutaa 9-12 barataa turtan kanneen sagantaalee qophii Feestivaala irratti hirmaachuuf galmooftanii shaakalaa gochaa turtan hundaaf Olompikiin Feestivaala Barnootaa Guddichi waltajjii muuxannoo fi beekumsa wal irraa…
Barattoonni hunduu Uffata seeraa(uniform) qabatanii dhufuun dirqama!
Forwarded from Kiyyaa Multimedia
አዲሱን አመት ማለትም 2017 የ11ኛ ክፍል Natural science ለምትቀላቀሉ አዲስ channel እነሆ
ሊንኩን ነክታችሁ ተቀላቀሉ
https://t.me/Grade11_12students
ሊንኩን ነክታችሁ ተቀላቀሉ
https://t.me/Grade11_12students
Barattoonni Waldorgommii Feestivaala bara 2025 filatamtan hundinuu sagantichi gaafa 13 Adoolessa ji'a 11 bara 2025n. Ykn 13/11/2025 waan egaluuf qophii keessan akka xumurtan isin yaadachiifna. Waan gochuu qabdan har'uma xumura. Irra deebi'aatiis, gamaggamaa! Manni barnootaas irra deebiin waamicha kan siniif taasisu ta'a! Warri ergaan kun isin ga'e hiriyyoota keessaniinis ga'a.
Chaanalin kun barattoota mana barnootaa keenyaaf odeeffannoo gahaa kennuuf kan baname tahu hubattanii hiriyoota keessan affeerun odeeffannoo gahaa akka argataniif gargaaraa !!!
Information is power !!!
DIBBSS
Information is power !!!
DIBBSS
❤3
Hubachiisa 🔊
Irra deebin barattoonni waldorgommii feestivaala bara kanaaf filatamtan sagantichi sanbata xiqqaa dhufu kan saaqamu tahuu isaa hubattanii haldureewwan sin barbaachisan dursitanii akka guuttatan isaanis:-
✓Uffata seeraa( uniform)
✓ Afata
✓ Uffata boraatii
✓ID M/B
Odeeffannoo guutuf barsiisota sin hogganan waliin waldubbisuun wantoota sin barbaachisan dursati guuttadha !!!
Akka nu boonsitan abdii qabna !!!(DIBBSS )

❤6
Festival 2025,ASTU
Hubachisa:
Ergaa kana barattootaaf dabarsaa
1. Dallaa keessatti galgala sa'aatii 2:30 booda olii gadii deemuu hin qaban
2. Barattoota dallaa keessa lama lamaan ( pair) of eegannoo barbaada.
3. Waraabeessi dallaa keessa waan jiruuf of eeggannoo,
4. Seera nyaataa eeguu:
Ciree ganama 12:30 --2:30
Laaqanna 5:30 -- 7:30
Irbaata 10:30 -- 12:30 ta'u hubachifamera.

Waltajjiin Dandeettiifi_Kennaan_Addaa Irratti Agarsiifamu Boru Ganama Banama
----------------
BBO- Adoolessa 12/2017 Sirna Feestivaalii Barnootaa Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Waggaa 3ffaa Boru Ganama 13/11/2017 Magaalaa Adaamaa Istaadiyemii Yunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaatti Banama.
Bokka hoggansa Olaanaan Mootummaa Naannoo Keenyaafi Mootummaa Federaalaa Argamanitti Sa'aatii 2;00 tti kan eegalu yoo ta'u, abbaa/haadha sirnaa kan ta'an barattootni qaxaleen Manneen Barnootaa Ifa Boru Bultii addaa Sad. 2ffaa 7, Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Waldaa Misooma Oromiyaa 2fi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa 41 walitti Manneen Barnootaa 50 Feestivaalicha haala ho'aa ta'een jalqabuuf mooraa Yunivarsiitii galuun qophii xumuraarra gahaniiru.
Barattootni qaxaleen dandeettii addaafi kennaa dinqisiisaa qaban boru ganama Dilbata sa'aatii 2:00 irraa jalqabe waltajji ni too'atu, gahumsa ajaa'ibsiisaa ni agarsiisu, mul'ata dhaloota ifa boruu irraatti qabnu ni mirkaneessu.
Kanaafuu, Barsiisotni bu'aa keessan, barattootni obboleewwan keessan hawaasni ijoollee keessan Istaadiyemii Ynivarsiitii S. T. Adaamaatti argamuun akka daawwattan Biiroon Barnootaa Oromiyaa maqaa isaafi maqaa barattoota qaxalee Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaatiin isin Afeereera!
📌#Oromiyaa
📌#Adaamaa
💙Oromia Education Bureau 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱Facebook | |📱WhatsApp | |📱YouTube | |

❤2