Dodola ifa boru special boarding school
2.68K subscribers
226 photos
5 videos
107 files
67 links
This channel is to help students through teach benefit able app, web. Additionally it is here for educationional and technical announcement!!!

https://t.me/English_for_ethiopia_practice
Download Telegram
Forwarded from Kiyyaa Multimedia
grade ten last worksheet (1).docx
21.6 KB
For Dodola Boarding School Gr-10th English last work sheet.

#share
Forwarded from Kiyyaa Multimedia
Qormaatni (Moodelaa Mock Exam) CBT dhaan sadarkaa MBIBBA Sad.2ffaa Dodolaatti qophaa'e barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyyoolessaatiif qophaa'aa jiraniif kennamaa ture xumuramee jira.

Our future will be bright, as we are bright future generations!
❀1
#Feestivaalli as butamee jira

oduu ammeetiin feestivaalli as butamu hubattani akkuma akka isaatti qophii barbaachisu taasisaa. Adooleessa 13, 2017tti akka irra deebiin murtaa'e eergaan na qaqqabe jira.
❀1
Forwarded from Kiyyaa Multimedia
Stars of the year⭐⭐
Forwarded from Kiyyaa Multimedia
Waxabajjii 19/2017
MBIBBA Dodolaa
****************
Sirna Haaroomsaa hojii fi Beekamtii
************
Hojiiwaan waliigalaa gama Akaadamii fi Bulchiinsaatiin raawwataa tureen milkaa'ina argamsiisaniin:
* Haaroomsi hojii istaafii gaggeeffameera.
* Hojjettootaa fi barsiisota imaanaa fi ergama dhalootaa fudhatanii halkanii guyyaa hojjetaa turaniif sirni beekamtii fi badhaasaa taasifameera.
* Kallattiiwwan hojii boqonnaa qophii bara 2018 kennameera.