Itt/Gaaf/Ku/Ol/Bul/Bob/Gejj/fi Suphaa Kon/Pool/To'annaa Fincila Oromiyaa
97 subscribers
13 photos
1 video
1 file
27 links
Download Telegram
Ergaan konkolaachiftoota keenyaTo/Fin/Pol/Oromiyaatiif iiQondaaltota keennyaaf Of eeggannoo dhabuun Lubuu namaa dhabamsiusa , qabeenyaa mootummaa ni mancaasa kanaafuu konkolaataa keenya of eeggannoon haa konkolaachisnu jechaa balaa cimaa gaafa guyyaa 3/10/2016 lubbuun namaa tokkoo darbeera , konkolaataa irras balaa cimaan ga, eera of eeggachuun lubbuun namaa haa baraarru.
πŸ‘2
Yeroo ammaa kana miseensi keenya kan miidhamaa jiru hir,inni qaamaafi hanga lubbuun darbuutti .. akkasumas konkolaataan keenya ykn qabeenyi komiishinichaa kan barbadaa,aa jiru konkolaachiftoonni keenya of eeggannoo dhanuu irraan kanka,e qisaasa,aa Jira kanaafuu dhimma kana hambisuuf hooggantoon i keenya sadarkaadhaan jiran furmaata isaa qorachuu dhaan yeroo yeroon konkolaachiftoota qorachuudhaan naamusa konkolaachisaa tokko irraa eegamu Yoon hin qabaatin fala kanaaf furmaata kaa,uudha
Yeroo ammaa kana mul,achaa kan jiru ammoo baayinaan konkolaachisaa kan hin ta,in miseensa fe,atee deemaa kan jiruudha
1,miseensi keenya kana booda balaa konkolaataatiin qaamni isaa hir,achuu hin qabu
2,Qabeenya kana seeraan haa qabannu
3,konkolaachisaa komiishiniin isiniif ramadeen ala konkolaachisuun dhorkaa ta,uu isaa akka nuuf hubattan ...........jechaa dhaamsa kana hooggantoonni T/F/ waliin haa dabarsinu .. miidhaa qaamaa fi lubbuu namaa irra ga,aa jiru kanaafi Qabeenya keenya irra ga,aa jiru kana waliin haa ittisnu
Bul/bob/gej/fi suphaa konk/T/Fin/Oromiyaa
Nagaa wajjin
❀1
Fknyaaf konkolaataa kana irratti qaamni miseensa keenyaa osoo dirqama mootummaan itti kenne deemaaa jiraniif qaamni miseensa keenyaa hedduun hojiin ala ta,ee jira
Baatii lamaan keessa balaa cimaa of eeggannoo dhabuun nu quunnaman
Konkolaattonni Kun qarshii miliyeena Torbaa oliin tilmaamamuun gara inshuraansiiti fe,anii jiru
Qaamni miseensa keenyaas baayeetu itti miidhame Ammas kanin jedhu of haa eeggannu adaraa.
πŸ‘4❀2