Dhaloonni qubee walaloo kana guutuu isaa link kanaan seenaa dhaggeeffadhaa. Warri haaraan Subscribe gochuu akka hin daganne. 👇👇
https://youtu.be/FPYAzAvYvUI
✍️lawyer Taasisaa Nugusee, gootatu goota leellisa. Galatoomi nuuf buli atuu goota!
https://youtu.be/FPYAzAvYvUI
✍️lawyer Taasisaa Nugusee, gootatu goota leellisa. Galatoomi nuuf buli atuu goota!
YouTube
Taaddasaa Birruu Oromoof waa dhaame. Walaloo ajaa'ibaa Taasisaa Niguseetiin( AAU, School of Law)
Uummanni oromoo barachuu qaba ; lammii baratetu mirga isaa gaafata,
¶Barannu malee hin bilisoomnu,barachuu baannaan garboofamnee hafuu keenya,
¶Namni barate akka mi'aa karameellaatti
dhandhamama....
"BIR. JENERAAL TAADDASAA BIRRUU"
¶Barannu malee hin bilisoomnu,barachuu baannaan garboofamnee hafuu keenya,
¶Namni barate akka mi'aa karameellaatti
dhandhamama....
"BIR. JENERAAL TAADDASAA BIRRUU"
👍32🔥3❤2
143. Biyyi England waggota 300 kan ta'aniif Afaan Faransaayi akka afaan hojii ( biyyoolessaa) tti fayyadamaaa turte.
#history.
@dirreebarumsaa
@dirreebarumsaa
#history.
@dirreebarumsaa
@dirreebarumsaa
👍11❤4
144. Addunyaa kanarra gosoota Muuzii kuma tokko (1,000) oltu jira. Akka firiin qorannoo dhaabbata addunyaalessaa FAO mul'isutti.
#fruits
@dirreebarumsaa
@dirreebarumsaa
#fruits
@dirreebarumsaa
@dirreebarumsaa
👍3
Geography best ppt Dirree Barnootaa.pdf
1.3 MB
Best Freshman Course Materials ppt with selected Exams at:
Share and join👇
@dirreebarumsaa
@dirreebarumsaa
Share and join👇
@dirreebarumsaa
@dirreebarumsaa
👍163❤50🥰11👏11🔥7👌3
👍64❤17🔥3🙏2👌1🕊1
👍84❤29😁5👌2