Laptop bituuf yeroo murteessitan akkaataa humna bituu keessaniitiin siniif mijeessuu nan danda'a.
Kun gatii akka hin shawwadamne, wantoota bu'uuraa laaluu qabdanii fi meeshaa mudaa hin qabne akka bitattan akkasumas dhamaatii hin barbaachifnerraa sin baraaruu danda'a.
#Hub: bituuf yoo murteessitan qofa na dubbisaa.
Akkasumas hanga maallaqaa bituunii karoorsitan(range) yoo nattimtan gaaridha, recommend sin godha.
Inbox: @OLIYADMEKURIA

👏34❤25
📱 Lenovo Tab M6 (A101LV) For Sale – Excellent Condition!
Lenovo Tab M6 (A101LV) — perfect for studying, movies, browsing, and everyday use.
✨ Details:
- Model: Lenovo Tab M6 (A101LV)
- Condition: Very good / well-kept
- Smooth performance & clear display
- Strong battery life 🔋
- Great for students & office work
✅ Comes with a Tablet Stand (very useful for watching & reading).
💰 Prices:
- Tablet: 21,500 Birr little negotiable
- Stand: 1,500 Birr
Inbox: @OLIYADMEKURIA
(Serious buyers only)

❤19👍5
Taasisaa Nugusee kitaaba Robert Greene "The 48 Laws of Power" jedhu afaan Oromootti hiikeera.
Kitaabichi guyyaa:- 15/06/2018 ykn 22/02/2026 eebbifamee ni saaqama.
Iddoo:- Magaalaa Bishooftuu, Hoteelaa fi Riizoortii #Shanan
Sa'aatii:- 7:30'tti.
Kanumaan walqabatee mooraa Yuunivarsiitii Finfinnee kan jirtan(deemuuf fedhii kan qabdan) waliin deemna waan ta'eef karaa keessaa @OLIYADMEKURIA ykn 0919821181 na qunnamaa.

👍29❤15🤝1
BARATTOOTA SEERAA WAGGAA JALQABAAF:
Course: Introduction To Law and Ethiopian legal system (Unit 1-10) video lecture from module.
Plus; Review questions, Legal Vocabularies and important tips.
Medium: Private Telegram Group.
Group keessa kan turtan: hamma eebbifamtanitti.
Haaluma Kanaan hamma waggaa 4ffaatti course'wwan Exit Exam irratti Tutorial'n kan kennamu ta'a.
Kaffaltii Semisteera kanaa: Qarshii dhibba lama (200) qofa
Account
CBE: 1000326305147
CBO:1033100145137
Awash: 013350506032700
Oliyad Mekuria Kebede
Kan barbaaddanirratti transfer gootanii nagahee screen shot naaf ergitu. Sana booda group keessatti add sin godha.
Maqaa fi mooraa keessanis naaf barreessaa.
Odeeffannoo dabalataaf: 0919821181/0707812369
Yookan
Odeeffannoo guutuu barattoota Seeraa Dirree Barnootaa (mooraa keessanii warra isin duraa irraa adda baafadhaa)

❤52👌2
Oduu ammee!
Qormaanni Exit fi eebbi barattootaa bara 2018/2026 (kan xumura waggaa) filannoo booda akka ta'u barameera.
Barattoonni hundinuu filannoo biyyoolessaa filatanii deebi'anii barumsa isaanii akka itti fufan Ministeerri Barnootaa fi Boordiin filannoo murteessaniiru.
Kanaafuu, sodaan "wanti hundinuu filannoo dura xumurama" jedhamaa ture hafeera🙏
DIRREE BARNOOTAA

👍30❤16
Oliyaad Mekuriyaa
Oduu ammee! Qormaanni Exit fi eebbi barattootaa bara 2018/2026 (kan xumura waggaa) filannoo booda akka ta'u barameera. Barattoonni hundinuu filannoo biyyoolessaa filatanii deebi'anii barumsa isaanii akka itti fufan Ministeerri Barnootaa fi Boordiin filannoo…
Gamtaan barattoota Yuunivarsiitii murticha mormaniiru jedhama. kanaaf ifatti maxxansuu didan malee xalayichi Ministeera Barnootaa irraa ergame.
Akkuma xalayicha irraa argitanitanitti kan bahee filatee deebi'u GC qofa osoo hin taane batch hundumadha garuu dirqama bahu ta'ee fi fedhiidhaan ta'ee wanti beekame hin jiru(filannoon mirga malee dirqama miti waan ta'eef namni barbaade mooraatti hafuu in danda'a ture).

❤61👍11
Filannoon mirga moo dirqama? Murtee Ministeera Barnootaa fi Hiree Barattoota University
https://youtu.be/W_wuhrrEwqw
https://youtu.be/W_wuhrrEwqw
YouTube
Filannoon mirga moo dirqama? Murtee Ministeera Barnootaa fi Hiree Barattoota University
Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
❤34
Mana kan kee daaraa godhani
Gadda kan kee haaraa godhani
Dallaan kee hin arganne cufaa
Gidiraanoo ammas ammas sitti dhufaa
Mata-boowwuu laphe-gubaa
Fayye jettu si dhukkuba
Hin obbaafanne takkumaa
Darbe jettus inni achumaa
Qe'ee qabda qe'ee dhabde
Fira qabda fira dhabde
Humna qabda humna dhabde
Yaaddoo du'aa hudhaa mormaa
Biyya keetti akka ormaa
Diinqa keetti akka galtuu
Qabeenya keetti akka hattuu...
Yaa saba koo saba guddaa
Siif gamte kaa kara hundaa!
Gubannaa kee isan gubadhu
Hin dubbattuu naa jedhuwoo maal dubbadhu?
Utuu dubbiin fala ta'ee
Silaa!
Wanjoon duruu sirraa ka'ee!
Jechuuf malee akka amalaa
Dubbadhee maalan dabalaa?
Qaqqabaan kee inni sirrii
Itti himuuf jiraa firri?
Dubbiin fakkeessaa hin sifaa'u
Haa dubbatu imimmaan kee inni yaa'u!
Dhiigni kee inni coccobu
Yaa'ee yaa'ee Waaqa bira haa qaqqabu!
Leta Kenei Aga✍✍✍

😭76❤55👍10🙏6
Ijoollee baay'een Oliyaadiin ilaaltee Law School tti nam'aa jirti jedhan😄
Tutorial'n barattoota seeraaf hojjadhu tunis jireenya mooraa barattoota seeraa hamma tokko salphisaafii waan jirtuuf nama garana waamaa jirtin se'a. Waggoota lamaan kana Ijoolleen Oromoo law school galan daran dabalanii jiru. Boodammoo yoo law school fi ILQSO dhiphiftan ani itti hin gaafatamu🤗😀😄
Of course, hanga ammaa; Freshman course'wwan 5+ irratti, Course'wwan seeraa warra exit irratti bahan course'wwan 16+ irratti Tutorial'n Afaan Oromootiin hojjatamee jira. Isinis waan nafaana taataniif ulfaadhaa🙏

❤150👍13👏9👌4
Of eeggannoo❗
Link akkanaa👆hin seeninaa. Telegram'ni nama baay'ee butameen argaa jira.
Login code Telegiraama keessanii nama biraatiif gonkumaa dabarsitanii hin kenninaa please!
Nama amantanirraa yoo isiniif ergamellee link akkasii hin baninaa. Siniif ergaa kan jiru namicha osoo hin taane warra Telegrama namichaa buteedha waan ta'eef.

❤47👍13
Hp Elitebook 10th generation, 1030 G7
Intel Core i7
360° convertible (kan naanna'u).
Full Hd Touchscreen
Storage 512/8RAM
Battery 6+ Hours
Keyboard light✅
Super slim design
Graphics dhaaf filatamaa.
Almost New
Price: 75k fixed
Inbox: @OLIYADMEKURIA
Intel Core i7
360° convertible (kan naanna'u).
Full Hd Touchscreen
Storage 512/8RAM
Battery 6+ Hours
Keyboard light✅
Super slim design
Graphics dhaaf filatamaa.
Almost New
Price: 75k fixed
Inbox: @OLIYADMEKURIA
👍30❤17
1. Galaxy S21 Ultra 5G
Storage: 128 GB, 12RAM
Battery: 5000 mAh
Color: white(silver)
Condition: Almost new(ji'a 1 qofa kan qabatame)
Excellent camera
Everything Genuine
Price: 46k (4k discount from current market price).
2. Samsung Galaxy Note 20 Ultra 5G
Storage: 256GB, 12RAM
Battery: 4500mAh
Color: Bronze
Condition: Almost new(ji'a 3 qofa kan qabatame)
Original Korea made, excellent camera.
Everything Genuine
Price: 50k fixed(6k discount from current market price)
Only real buyer inbox: @OLIYADMEKURIA

❤37
Barattoota Seeraa, Eebbifamtoota baranaa fi bara dhufuu qofaaf:
Tutorial keenya (Exit exam dhaaf) fayyadamuu yoo barbaaddan kaffaltii discount siniif gooneerra. Sababni isaas Tutorial kun kan jalqabame waggaa 3 as waan ta'eef carraa nurraa fayyadamuu hin arganne turtan. Kanaafuu, warri barana waggaa 4ffaa fi 5ffaa barattan qofti Semester 2tti 600 kan ture amma Semester 2tti 400 kaffaltanii qo'achuu in dandeessu. Semester 4 yoo galmooftan ammoo 700 qofaan.
#Hub: Warri waggaa 3 gadii jalqabarraa waan wajjiin turreef isaan kunimmoo class bira darbaniiru exit qofaaf barbaadu waan ta'eef akkasitti hubadhaa. Bara dhufurraa kaasee garuu favor'n akkasii hin jiraatu(carraa argattan ofiif of jala dabarsitan waan ta'eef).
Course'wwan Exit Exam Tutorial'n irratti hojjatame kanneen armaan gadiiti:
📖Waggaa 2ffaa Semester 1ffaa
1. Law of Persons
2. Law of Contracts I
3. Jurisprudence
4. Constitutional Law I
📖Waggaa 2ffaa Semisteera 2ffaa:
1.Succession Law
2. Contract II
3. Family Law
4. Criminal Law I
5. Law of Property
📖Waggaa 3ffaa Semisteera 1ffaa:
1. Extra-contractual Liability
2. Criminal Law II
3. Civil Procedure
4. Law of Traders and Business Organizations....
📖Waggaa 3ffaa Semisteera 2ffaa:
1. Criminal Procedure Law
2. Public International Law
3. Civil Procedure Law
4. Evidence Law
Bank Accounts
CBE: 1000326305147
CBO:1033100145137
Awash: 013350506032700
Oliyad Mekuria Kebede
Telebirr/Ebirr/AwashPro: 0919821181
Kaffaltii raawwattanii nagahee screen shot gootanii erguu qofa. Semester barbaaddanis na beeksisaa. Sana booda Private Telegram group keessattan add isin godha. Tutorial keenya sirnaan hordofuuf internet gahaa qabaachuu qabdu.
Akkasumas dhuguma waggaa 4ffaa fi 5ffaa ta'uu keessan adda baasuuf waan nu gargaaruuf ID keessan suuraa kaasaa naaf ergaa.
Jabaadhaa🙏

❤53👍2
Samsung M13
Storage 64GB
RAM 4GB
Battery: 600mAh
Condition: Used (everything good)
Price: 12k fixed
Finfinnee ykn Sabbataatti fudhachuu kan dandeessan.
Only real buyer inbox: @OLIYADMEKURIA
Storage 64GB
RAM 4GB
Battery: 600mAh
Condition: Used (everything good)
Price: 12k fixed
Finfinnee ykn Sabbataatti fudhachuu kan dandeessan.
Only real buyer inbox: @OLIYADMEKURIA
❤14👍3
Breaking....
Gabaan Telegram Group ammarraa ji'a 2 keessatti iddoo isaatti ni deebi'a jedhamee amanama. Tarii yoo gatiin gadi aanaa ta'e malee Telegram Channel'n illee yeroo dhiyootti ni gurgurama. Yeroo bitamuu jalqabe anuu sinan beeksisa waan ta'eef inbox dhuftanii na hin gaafatinaa. Abdattoonni 2025 keessa group baay'ee create gootanis abdiin jira😜

Telegram
Dirree Barnootaa
Buy ads: https://telega.io/c/dirreebarumsaa
We provide:
✔️Video Tutorials for University students
✔️Funny facts
✔️ Legal advice
✔️Campus life advice
✔️Teaching materials
✔️Updated infos
YouTube: https://www.youtube.com/c/DirreeBarnootaaOlyadMekuria
We provide:
✔️Video Tutorials for University students
✔️Funny facts
✔️ Legal advice
✔️Campus life advice
✔️Teaching materials
✔️Updated infos
YouTube: https://www.youtube.com/c/DirreeBarnootaaOlyadMekuria
👍21❤18🤝2👏1👌1