Waldaa Barsiisota A/C/Botor (Chora Botor Teachers Association)
574 subscribers
494 photos
3 videos
106 files
71 links
Barsiisaan hundi ija tokkoon ilaalamuun faayidaa argachuu qabu argachuu fi dirqama isaa akka bahatuuf
Download Telegram
Forwarded from Awel Jemal
ይድረስ ለተከበሩ የኢትዮጵያ የት/ት ሚኒስቴር። ጉዳዪ የምህራን የክረምት ስልጠናን ይመለከታል። 2012 አም COVID 19 መላው አለምን ሲዘጋ ስልጠና ተቋርጦ ዘንድሮ ከ6 አመት በኋላ ተጀመረ ጥሩ ነዉ። ባለፉት 6 አመታት የሁለተኛ ደረጄ መምህራን ቅጥር አልቆም እነዚህ መምህራን PGDT አልወሰዱም ።ለምሳሌ 1.Curriculum studies 2. Educational psychology 3. Subject area method 1  4.Educational Organization and management  5.Action research 6.Educational measurement and Evaluation  7.Special need Education 8.Subjet area method 2
በዚህ ምክንያ ምን ተከሰተ
1,መምሩ ባልተሰጠው የትምህርት እድል መደበኛ የደረጃ እድገት መከልከል
2.ያለ Pedagogical knowledge  ማስተማር
3.Moral first degree salary's  all most lesthan deploma Teachers  በተደጋጋሚ  በኢመማ መድረክ ተጠይቋል No answer .
Forwarded from Awel Jemal
Kan Universtii Jimmaa jechuu dha.
Forwarded from Shemsedin Abrahim
Kun ramaddii barsiisota university carraa gannaa argatanii qorumsa seensaa darbaniiti. Guyyaan galmee Kamisaa fi jimaata qofa waan ta'eef hunduu xalayaa qunnamsiistuu Aanaa yookiin bulchiinsa magaalaa isaanii irraa Afaan Amaaraatiin barraa'eef fudhatanii yuniversiitii isaan gahe akka deeman taasisaa.

Hub: barsiisota dippartimeent jijjiiranii qoraman iddoo itti dura galmaa'anii nuuf ergitaniin ramadaman.
👍3
Forwarded from Oromia Education Bureau (Oromia Education News)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
NGAT Registration open for 2018 End Year

Registration Link : https://ngat.ethernet.edu.et


How to register guide : https://www.youtube.com/watch?v=4ygxMMcrEcg&t=2s
Forwarded from Biiroo Barnootaa Oromiyaa (Oromia Education Bureau)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Biiroo Barnootaa Oromiyaa (Oromia Education Bureau)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Misbahu Aba Oli
Barsiisota Aanaa keenyaa hundaaf
Akkuma beekamu Jijjiirraan Barsiisotaa karaa Online akka guutamu beekamaadha.Haaluma kanaan Pass wordii fi User Neemiin keessan nu qaqqabee waan jiruuf Guyyaa 25/11/2018 irraa eegalee Barsiisaan Qaamaan argamuun Pass wordii isaa W/ra irraa fudhatee jijjiirraa guutuuf barbaadu guuttachuu kan danda'u ta'uu isaa isin beeksifna.
Hub.dhimmi Pass wordii dhuunfaa namaa nama biraatti kennuu rakkoo waan ta'eef Abbaan dhimmaa ykn Bakka bu'aa Seera qabeessatti qofa kan kennamu ta'uu cimsinee isin hubachiifna.
4
Forwarded from Oromia Education Bureau (Oromia Education News)
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Awel Jemal
Kabajamaa obbo Tijjaanii Naasir Bulchaa Bulchiinsa Godina Jimmaa akkam jirtu Komii jijjiirraa barsiisota aanolee 21 irraa ka'aa jiru maqaa godina keenyaa ajandaa gochaa jiru aanoleen hojii kana akka hojjatan ergaa hogganaa waajjira barnoota godina Jimmaa obbo Miftaas dhagahaa hin jiranu.Isin kallaattii akka nuuf kennitan kabajaan gaafanna .Waldaa Barsiisota godina Jimmaa.
👍4
Forwarded from Miftaahuu Abdulqaadir
Hagayya 18/2018

Ergaa Ariifachiisaa Hoggansa Barnootaa Aanaalee hundaaf.

Barsiisota jijjiirraa on line guutanii jiranu kanneen ulaagaa hunda guutuun jijjiirraa gaafatan ragaa isaanii sirriitti sakatta'uun approve gochuufii qabdu. Kanneen ragaa sobaa, gosa Barnootaa isaan hin ilaallanne guuttatan, tajaajila sobaa, madaallii sobaan guutanis sirriitti sakatta'uun erga mirkaneeffattanii booda reject gochuu qabdu. Kanaafuu Aanaaleen hunduu namoota ulaagaa sirrii ta'een jijjiirraa kana guutan hundaaf sa'atii ammaatii kaastanii hanga guyyaa boru sa'atii 8:00 gadiitti sakatta'uun approve godhaa xumura. Aanaaleen kallattii kana hojiirra hin oolchine seeraanis kan isin gaafannu ta'uu beekuun raawwadha.
Hubachiisa:- Aanaaleen ragaa dogoggoraan osoo hin qulqulleeffatin approve yoo gootan qaamni kana raawwate hanga hojiirraa gaggeeffamuus adabbii akka qabu beekuun karaa of eeggannoo qabuun raawwadha.
G/G:-
#obbo Anuwaariif
#"Woldaa Barsiisota Godinaatiif
👍4