β β-kolfi baay'ate qalbii fixa
β β-Gaddi baay'ate maraatuu fida
β β-kakuun baay'ate amanamummaa fixa.
β β-Dabeessi seenaa dhaba
β β-Jarjaraan carraa dhaba
β β-Nama tuffataan hiriyyaa dhaba
β β-Ija jabaataan eebba dhaba
β β-Dubbateef goota hin ta'u
β β-Calliseef sodaataa hin ta'u
β β-Kaayyoo kee hin dagatin
β β-Dhaageesseef hin dubbatin
β β-Iccitti kee hundatti hin himatin
β β-Rakkoo kee hin dhookfatin
β β-Hirriyyaa kee hin tuffatin!
β β-Dhandhamachaa nyaadhu
β β-Itti yaadii dubbadhu
β β-Fakkeessituu hin ta'in!
β β-Dhugaaf falmuu filadhu
β β-Baay'ee dhageeffadhu
β β-Xiqqo immoo dubbadhu
Horaa Bulaa Dagaagaa
Maddi:-boontu diro
@dhalootahaara
β β-Gaddi baay'ate maraatuu fida
β β-kakuun baay'ate amanamummaa fixa.
β β-Dabeessi seenaa dhaba
β β-Jarjaraan carraa dhaba
β β-Nama tuffataan hiriyyaa dhaba
β β-Ija jabaataan eebba dhaba
β β-Dubbateef goota hin ta'u
β β-Calliseef sodaataa hin ta'u
β β-Kaayyoo kee hin dagatin
β β-Dhaageesseef hin dubbatin
β β-Iccitti kee hundatti hin himatin
β β-Rakkoo kee hin dhookfatin
β β-Hirriyyaa kee hin tuffatin!
β β-Dhandhamachaa nyaadhu
β β-Itti yaadii dubbadhu
β β-Fakkeessituu hin ta'in!
β β-Dhugaaf falmuu filadhu
β β-Baay'ee dhageeffadhu
β β-Xiqqo immoo dubbadhu
Horaa Bulaa Dagaagaa
Maddi:-boontu diro
@dhalootahaara
Injiinar Taakkalaan jila Baankii Addunyaa mariisisan
(FBC)- Itti aanaa kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman jila Baankii Addunyaa waliin mari'atan.
Injiinar Taakkalaan ijaarsa manneenii, geejiba, carraa hojii uumuu fi maqsa balfa gogaarratti jilicha waliin mari'ataniiru.
Proojaktoota jajjaboo, keessattuu hojiilee mootummaa fi abbootin qabeenyaa dhuunfaa hojjechaa jiranirratti mari'ataniiru.
Marichaanis ijaarsa dandeettii humna namaa, deeggarsa teeknikaa taasisuuf baankicha waliin waliigalameera.
‡οΈMADDA ODUU‡οΈ

ππππππππππππ
β¦οΈAmazing channels in Oromia that you must joinπ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
@orosarcasm
Channela Oromoo Guddicha fi Official kan tahe. kofla yoo barbaadde ilkaan kee qofa qulqullessi nutti dabalami.
@oromoDJ
Sirboota Harawa fi Kan waggota 30 dura ni argattu, Ali Birraa, Adam Harun, Halloo dawwe.......
@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu
@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.
@oromotech
To know about technology in Afaan Oromo
@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa
@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo
@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf
@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together
@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti
@Seenaajaalalaa
Seena gababaa wa'ee jaalalaa
@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa
@orodope
All in one
@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif
@scholarship2
To get information about scholarships.
@seenaajaalalaa
Wa'ee jaalalaa fi Gorsa jaalalaa
@Fayyaadargaggootaa
Wa'ee fayyaa dargagoota fi gammachuu fayyaa
@Onnen1RJ
Jachoota Jaalalaa fi Gorsa Jaalalaa dhugaa
@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.
@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa
@orosport
Oduu isportii
@Ortodoksiidhugaa
Barnoota wa'ee amantaa Orthodox fi wangeela
@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo
@dhalootahaara
Oduu fi Bashanana garagara
πππππππππππππ
Powred by
π:@oromiapromobot
&
If you need to promote your channels click hare
ππππππππ@Oromiapromotion

Jireenya Jachuun Maali?
Namtichi Arra dhalate, boru ni du'a.
Namtichi arra Gamoo keessaa jiraatu boru Dachee jala jiraata.
Namtichi Arra konkolata konkolachisu boru Ambulasiitu isa konkolachisa.
Namtichi arra wan barbaade nyaatu, boru ilbisootaan nyaatama.
Namticha har'a mana isaa keessatti isaa boqonnaa godhu argirtu, boru isaa sanduuqa refkaa kessatti boqotu argita nutis nagiyaan boqodhu qofa jennaan.
Namtchi har'aa nama hunda caalaa sorressummaan beekamu, boru qabeenyi isaa maal akka tahufi essa akka dhaqu hin beekamu.
Kannaan booda jireenyi maali?
Boru jiraachu kee wan hin beekneef Har'a karooraan jiraadhu.
Yoo har'a karooraan jiraatte ati wan si dhufu maraaf sodaa hin qabdu.
GOCHA SIRRII FI JIREENYA GAARII.
YEROO HUNDA NAMOOTAF HARKA KEE BAL'ISI.
Mee kana ittti yaadi.
1: Jireenyi ati jiraattu = bilisa
2: Mana Amantaa seenuun= bilasa
3: Jaalalti waaqa= bilisa
4: Hafuura baafachuun= bilisa
5: Hafuura galfachuun: bilisa
A: sigaara= ni kafalta
B: Alkooli= ni kafalta
C: mana Dhichisaa(night club) seenuf= ni kafalta
D: Humna Aduunya ittin bulchitu argachuuf = ni kafalta
Mee Namoonni mana ibidda(siβoliin) bitachuuf Maliif kafalti kaffalu? Irra debi'i itti yaadi.
Waaqa ketti Amani isaatu hamtu jalaa si basa.
Yeroo hunda wa'ee guyyaa yaadna
Guyyaa jaalala(valantine day)
Guyya Abbotii
Guyyaa Harmee
Guyya Da'ima
Guyyaa qotee bulaa
Guyyaa matii fi k.k.fk
Guyyaan Guyyaan dhume garuu ati Guyyaa murtii waaqatif yaadde beekta? Guyyaa san guyyaa ittin Bashanantu moo ittin rakkattu beekte jirta lata?
yoo atillee Waaqii si baase, hiriyoota fi namoonni ati jaalattu akkamitti jiru?
Namoota akkaan jaalattu wa'ee guyyaa murtii Boruu kana yadachisuudhan jaalala isaanif qabdu argisisi. Maaloo namoota 15 kan jaalattuf ergaa kana dabarsi. boodan ergaaf hin jedhin, sabaabni isaas boru jechuun fagoodha, Daqiiqaa murasa booda maal akka tatu wan hin beekneef. Maloo booda hin jedhin.
Yoon namootaa ati iddoo qabduf keessa tokko ta'e erguma kana naf debisi jaalala kee na argisisi.
‡οΈMADDA‡οΈ
‡οΈKottaa seenaa‡οΈ
π @dhalootahaara π

Official Channels and The Biggest Oromo channel. For Fun, music, Amazing fact, secret of love....
@oromoDJ
Sirboota Harawa fi Kan waggota 30 dura ni argattu, Ali Birraa, Adam Harun, Halloo dawwe.......
@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu
@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.
@orotech
To know about technology in Afaan Oromo
@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa
@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo
@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf
@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together
@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti
@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa
@orodope
All in one
@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif
@scholarship2
To get information about scholarships.
@seenaajaalalaa
Wa'ee jaalalaa fi Gorsa jaalalaa
@Fayyaadargaggootaa
Wa'ee fayyaa dargagoota fi gammachuu fayyaa
@Onnen1RJ
Jachoota Jaalalaa fi Gorsa Jaalalaa dhugaa
@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.
@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa
@orosport
Oduu isportii
@Ortodoksiidhugaa
Barnoota wa'ee amantaa Orthodox fi wangeela
@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo
@dhalootahaara
Oduu fi Bashanana garagara
π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
GROUP THAT U MUST JOIN
@Haramayauniversity
Suggested Group for H.U students
@mettu_university
Suggested Group for mettu university students
π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦
Other groups
@Waltajji_Walaloo
@salamdawagroup
@oromoo
@qubeegroup
@Borenaoromiya
πππππππππππππ
Powred by
π:@oromiapromobot
&
If you need to promote your channels click hare
ππππππππ@Oromiapromotion
Contact Adminπ¨ββοΈ: @Nds0n

Aduunya kana irrattii wantoota Gochuuf namatti ulfaatan.
1: Rifeensa Lakka'uu
2: Saamuna ija keessa of kaa'u
3: Arraba Bastee Hafuura fudhachuu
Abo Arraba kee ol deebisi hin gowwominiπππ. Amma yeroo kana argitu seeqxe jirtaππ, sababni isaas wan Gowwaa taateef.ππ

Forwarded from Deleted Account
βΌοΈHarka fuune....
Amma yeroon k barumsati barattoota university kanneen Engineering barataniif #pdf #worksheet #assignment waan hunda
Qopheesinerra
ππGaafi yoo qabaattan
@student2k11
πππmarii barnootaaf
@universitystudent1
ππodeeffanno argachuuf
@information_forstudent
#share share
ππππππππππ
Amma yeroon k barumsati barattoota university kanneen Engineering barataniif #pdf #worksheet #assignment waan hunda
Qopheesinerra
ππGaafi yoo qabaattan
@student2k11
πππmarii barnootaaf
@universitystudent1
ππodeeffanno argachuuf
@information_forstudent
#share share
ππππππππππ
ππππππππππππ
β¦οΈAmazing channels in Oromia that you must joinπ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
@orosarcasm
Official Channels and The Biggest Oromo channel. For Fun, music, Amazing fact, secret of love.....
@oromoDJ
Sirboota Harawa fi Kan waggota 30 dura ni argattu, Ali Birraa, Adam Harun, Halloo dawwe.......
@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu
@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.
@orotech
To know about technology in Afaan Oromo
@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa
@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo
@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf
@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together
@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti
@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa
@orodope
All in one
@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif
@scholarship2
To get information about scholarships.
@seenaajaalalaa
Wa'ee jaalalaa fi Gorsa jaalalaa
@Fayyaadargaggootaa
Wa'ee fayyaa dargagoota fi gammachuu fayyaa
@Onnen1RJ
Jachoota Jaalalaa fi Gorsa Jaalalaa dhugaa
@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.
@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa
@orosport
Oduu isportii
@Ortodoksiidhugaa
Barnoota wa'ee amantaa Orthodox fi wangeela
@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo
@dhalootahaara
Oduu fi Bashanana garagara
π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
GROUP THAT U MUST JOIN
@Haramayauniversity
Suggested Group for H.U students
@mettu_university
Suggested Group for mettu university students
π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦
Other groups
@Waltajji_Walaloo
@salamdawagroup
@oromoo
@qubeegroup
@Borenaoromiya
πππππππππππππ
Powred by
π:@oromiapromobot
&
If you need to promote your channels click hare
ππππππππ@Oromiapromotion
Contact Adminπ¨ββοΈ: @Nds0n
β¦οΈAmazing channels in Oromia that you must joinπ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
@orosarcasm
Official Channels and The Biggest Oromo channel. For Fun, music, Amazing fact, secret of love.....
@oromoDJ
Sirboota Harawa fi Kan waggota 30 dura ni argattu, Ali Birraa, Adam Harun, Halloo dawwe.......
@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu
@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.
@orotech
To know about technology in Afaan Oromo
@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa
@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo
@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf
@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together
@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti
@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa
@orodope
All in one
@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif
@scholarship2
To get information about scholarships.
@seenaajaalalaa
Wa'ee jaalalaa fi Gorsa jaalalaa
@Fayyaadargaggootaa
Wa'ee fayyaa dargagoota fi gammachuu fayyaa
@Onnen1RJ
Jachoota Jaalalaa fi Gorsa Jaalalaa dhugaa
@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.
@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa
@orosport
Oduu isportii
@Ortodoksiidhugaa
Barnoota wa'ee amantaa Orthodox fi wangeela
@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo
@dhalootahaara
Oduu fi Bashanana garagara
π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
GROUP THAT U MUST JOIN
@Haramayauniversity
Suggested Group for H.U students
@mettu_university
Suggested Group for mettu university students
π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦
Other groups
@Waltajji_Walaloo
@salamdawagroup
@oromoo
@qubeegroup
@Borenaoromiya
πππππππππππππ
Powred by
π:@oromiapromobot
&
If you need to promote your channels click hare
ππππππππ@Oromiapromotion
Contact Adminπ¨ββοΈ: @Nds0n
ππππππππππππππ
β¦οΈAmazing channels in Oromia that you must joinπ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
@orosarcasm
Official Channels and The Biggest Oromo channel. For Fun, music, Amazing fact, secret of love....
@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu
@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.
@healthytip_11
Get daily Motivation and Inspiration quote with image

Galgala Mana Dhichisaa(Club) tureen sa'aati dabarsee gara mana yeroon galu Haati mana kooti Balbalaπͺ cufatte jirti, yeroo ani Rukute Akka narra hin banne ilma kotittis himte Jirti, anis Rukuta Rukuta Rukuta banuu didde otuuma dhageessu Yeroo kana Yaadni tokko naf dhufe akkana jadheen, ani Seene rafuufi miti Paketii Kondomii tokkon asitti iranfadhe sana qofa furadheen sirraa deema narra Bani altokko yeroon jadhuun daftee ol kaate Balbala narra bante anis seeneen Hirriiba Itti qabe.
πππ€£π
Bro Sammutti fayyadumu jachuun akkana
ππ€£ππ
Don't forget to share to ur friends.
Join us π @dhalootahaara for more funπ
@dhalootahaara
πππ€£π
Bro Sammutti fayyadumu jachuun akkana
ππ€£ππ
Don't forget to share to ur friends.
Join us π @dhalootahaara for more funπ
@dhalootahaara
Seenaa qabsaayaa fi Goota Dr. Diimaa Nagayoo
***************
kutaa 3ffaa
...Cehumsaa gaafasii irratti ibsa
mansiisaa kennuu dandaβeera. Gargaarsa hedduus biyya
keenyaaf argamsiisera. Mootummaa Cehumsaa keessaa
erga bahee booda Keniyaa irraa waraana ABO Baalee
keessa ture jabeessuu, logistikii fi yaadaan gumaata
gochuu irraatt hojjateera. Dabalees, kibba Oromiyaa,
Borana fi Gujii keessatti yeroo duraatiif naannawa sanatti
waraana ABO ijaaruu dandaβeera. Akkasumas biyya keenya
guutuu keessatti dhoksaa dhaan jaarmayaa lafa jala
diriirsuu irratti hooggan kennaa ture; qooda guddaas
kenneera. Bara 1996 hidhamee Keniyaa irraa akka arihamu
kan taβee sababni guddaan sochii farra wayyane inni biyya
keessatti qindeessu fi waraana Bale, Boorana fi Gujii
keessatti inni ijaaraa ture irraa himatnaa mootummaan
Wayyanee mootummaa Keniyaatti dhiheeffate irraa taβuun
ni beekama. Kana irratti dabalees hojii alaa irratti
bobbaβee hojii diplomasii baayβee hojjateera. Baroota
dheeraa qabsoo keessa ture kana keessatti, mootummoota
fi jaarmayoota addunyaa gara garaa quunnamuu dhaan
waaβee ummata fi qabsoo Oromo ibsa gara garaa kennuu
fi barruulee adda addaas barreesseera. Haga bara 1998
keessa hooggana ABO keessaa baafametti dirqama
qabsoon irraa gaafatu hunda baheera. Sana boodas waan
dandeettii keessa jiruun qabsoo gargaaruu irraa of hin
qusatne. Baroota dabran keessa Adda Bilisummaa Oromo
keessatti fottooqiinsi uumamuu yeroo jalqabu gartuulee
gara garaa kana walitti araarsuuf, kannneen dhaabicha
buβuressuu irratti waliin turan biraa waliin carraaqqii
guddaa godhe. Carraaqqii waggoota sadii booda,
hooggannootni gartuulee gara garaa kun fedhii dhabuu
irraa araarri milkaawuu hanqatnaan miseensotni gartuulee
kanneenii hundaa walitti dhufanii rakkina qabsoo Oromo
keessa jiru irratti Waltajjii Marii Oromo yeroo ijaaranu, isa
fi namoota manguddummaa fi araara irratti hojjachaa turan
afeeranii mariin balβaan jalqabame. Marii waggaa tokkoo fi
walakkaa booda, dhaabni dhugaadhaan mirga Oromoof
falmu haraa buβuuressuun barbaadchisaa taβun isaa itti
amanamee Addi Dimokratawaa Oromo bara 2013 keessa
ijaarame. Kora dhaaba kana buβuuressuuf taaβes Dura
Taβaa taβee geggeesse. Diimaan sochii Oromo qofa utuu
hin taβin sochii naannoo gara garaatti deemaa turan walitti
fiduu dhaan kan biyya guutuu ijaaruufis tattaaffii baayβee
godge. Bara 1993 (1985) biyya Faransaa magaalaa Paris
keessatti dhaabotni polotikaa Itiyoophiyaa torba walitti
fiduu irratti qooda guddaa kenne; walgahii Paris sanas
Dura Taβaa taβee geggeesse. Tattaaffii isaa itti fufuudhaan
bara 2016 dhaabota afur (Adda Dimokratawaa Oromo,
Paartii Ummata Afar, Ginbot 7, fi Sochii Sabummaa
Dimkratawaa Sidamaa) walitti fiduu dhaan Sochii Biyyaa
Itiyoophiyaa (Ethiopian National Movement yookin Ye
Itiyoophiyaa Agerawi Niqinaqee) ijaaruu irratti milkaaweera.
Sochii Kanaafis Dura Taβaa Gumii Hojii Geggeessaa taβee
filamuu dhaan geggeessaa ture. Dhaabni ADO sochii
ummatni keenya baroota afuran dabran biyya guutuu
keessatti geggeessaa ture guutummaa dhaan deggeraa
karaa dandaβu hundaanis qooda kennaa ture. Jijjiirama
jiβoota jahan dabran biyya keenya keessatti deemaa jirus
bira dhaabbata; akka jabaatus hojjata. Kanaanis dhaabota
biyya alaatii turan keessaa jijjiirama kana fudhatanii kan
biyyatti deebiβan keessaa isa duraati. Yeroo ammaa
jijjiirama kana karaa hundaan akka jabaatu hojjachaa, waan
dandeettii isaa keessa jiruun gargaaraa, seenaa qabsoo
Oromo fi sirna bulchiinsa Itiyoophiyaa akkasuma Polotikaa
qabeenya lafaa biyya keenyaa irratti kitaabban qormaata
irraatti hundeefaman barreessaa jira.
XUMURAME!!!!
===Horaa Bulaa====
Yaada keessaniif: @lovejery

Gorsa Jaalalaa
___________
Jaalalaaf hiyyeessa filadhu
Maliif yoo jette dureessi akka
Waan qarshii isatiin sibitetti
Silaluu danda'a waan ta'eef.
_
Kana malees yoo wal dhabbiin dhufe
mal fiddee dhufte sin jechuu danda'a
kun immoo siif Dhipina sammuuti.
_
Hiyyeessi garuu wajjiin hortu waan
Ta'eef jaalalaa fi wal qixummaan jiraattu,
_
Qalbii ija qabduu of irraa laali
__________________________
Kan sitti dhiyyaatu hunda jaalalaaf hin
sehin!
Maalif yoo jette kan simiidhuuf sitti dhiyaatus
jirachuu danda'a wan ta'eef,
Akkasumaas ati kan jaallachuu qabdu
nama tokko qofa waan ta'eef ati dura nama san
baruuf jaalala Obbolummaan itti dhiyyaachu
qabda,
____
Kadhattuu nama hin tahin
Kan si dagate dagadhu kan si yadaate yadadhuu
Jaalala hin jirreen hin sobamin
.
Waa hunda dura dursa daa'imaaf kenni daa'imni
abdii boruuti
Daa'ima kabajii jaalladhu maalif jennaan ati yoo
dulloomte isatu sirraa jira isaa karaa si dabarsa
waan ta'eef,
____
Nama Dhibame gafaadhu nama rakkate
gargaari maaf jennaan abbaan waan facaase
haammata
__
Imimmaan keef hin gaabbin maaf yoo jette
Inni har'a si bochise boru bohuun isaa
hin oolu waan ta'eef.
.
Waan dubbiftaniif galatooma!

oromia promotion:
ππππππππππππππ
β¦οΈAmazing channels in Oromia that you must joinπ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
@orosarcasm
Official Channels and The Biggest Oromo channel. For Fun, music, Amazing fact, secret of love....
@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu
@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.
@healthytip_11
Get daily Motivation and Inspiration quote with image
@oromotech
To know about technology in Afaan Oromo
@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa
@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo
@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf
@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together
@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti
@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa
@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif
@scholarship2
To get information about scholarships.
@seenaajaalalaa
Wa'ee jaalalaa fi Gorsa jaalalaa
@Fayyaadargaggootaa
Wa'ee fayyaa dargagoota fi gammachuu fayyaa
@Onnen1RJ
Jachoota Jaalalaa fi Gorsa Jaalalaa dhugaa
@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.
@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa
@orosport
Oduu isportii
@Ortodoksiidhugaa
Barnoota wa'ee amantaa Orthodox fi wangeela
@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo
@dhalootahaara
Oduu fi Bashanana garagara
π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
GROUP THAT U MUST JOIN
@Haramayauniversity
Suggested Group for H.U students
@mettu_university
Suggested Group for mettu university students
π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦
Other groups
@Waltajji_Walaloo
@salamdawagroup
@oromoo
@qubeegroup
@Borenaoromiya
πππππππππππππ
Powred by
π:@oromiapromobot
&
If you need to promote your channels click hare
ππππππππ@Oromiapromotion
ππππππππππππππ
β¦οΈAmazing channels in Oromia that you must joinπ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
@orosarcasm
Official Channels and The Biggest Oromo channel. For Fun, music, Amazing fact, secret of love....
@Gadaapost
Wa'ee Gadaa fi Oduu simbirtuu
@Qeerroohaaromsaaharmee
Oduu simbirtuu Biyya keessa fi Biyya alaa Argachuuf.
@healthytip_11
Get daily Motivation and Inspiration quote with image
@oromotech
To know about technology in Afaan Oromo
@orosoft
Software Afan oromoo oduuf odeffannoo Teeknolojii fi Barnoota gara garaa
@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo
@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf
@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together
@BIAOTG
Vidiyoole sportii fi Oduu sportii biyya keessa, biyyaa alaa akkasumas tamsaasa kallatti
@ofiifofiin
Bashanana fi Qophilee Adda addaa
@animuslima
Nashiida fi Gorsa Garagaratiif
@scholarship2
To get information about scholarships.
@seenaajaalalaa
Wa'ee jaalalaa fi Gorsa jaalalaa
@Fayyaadargaggootaa
Wa'ee fayyaa dargagoota fi gammachuu fayyaa
@Onnen1RJ
Jachoota Jaalalaa fi Gorsa Jaalalaa dhugaa
@QophiiBashannanaa
ODUU,Tapha, Fi bashanana adda addaa.
@kitaabaqulqulluu
Barnoota Amantaa
@orosport
Oduu isportii
@Ortodoksiidhugaa
Barnoota wa'ee amantaa Orthodox fi wangeela
@oromobeauty
Suraalee mimidhagoo
@dhalootahaara
Oduu fi Bashanana garagara
π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯π₯
GROUP THAT U MUST JOIN
@Haramayauniversity
Suggested Group for H.U students
@mettu_university
Suggested Group for mettu university students
π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦π©βπ©βπ§βπ¦
Other groups
@Waltajji_Walaloo
@salamdawagroup
@oromoo
@qubeegroup
@Borenaoromiya
πππππππππππππ
Powred by
π:@oromiapromobot
&
If you need to promote your channels click hare
ππππππππ@Oromiapromotion
ππππππππππππππ
β¦οΈAmazing channels in Oromia that you must joinπ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
@OromoDj
Official Channels sirboota Afan Oromo Harawa fi kan duri argachuuf