✍ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹
231 subscribers
5 photos
6 videos
7 links
Barnoota,Gorsa hayyuu fi kan kana fakkaatan asirraa argattu👌.....itti dhihaadhaa!😍ስለ ህይወት እንመካከር።📝
Download Telegram
'

'life❤️‍🔥...:-...💔

Yeroo tokko tokko sheyxaanni..jireenya waliin walii qabe....Yoo isin jeequ deebii kana deebisaafii!
አንዳንዴ ስትጨነቁ በሀሳባችሁ ውስጥ
የሚማጣባችሁን ሀሳብ ይሄን መልሱላት።


👉Badii baay'ee balleessite...so Rabbi sin jaalatu...!...Du'aaii kees hin qeebalu..
ብዙ ነገር ስላጠፋህ አላህ አይወድህም።🥲

Allah❤️‍🩹:-
لا تقنطو من رحمة الله🌹


👉Ati kophaa kee jirta..

አንተ/ቺ ብቻህን ነክ።
Allah🤍
إن معي ربي سيهدين❤️‍🩹😌


👉Rakkatteerta....
ተቸግረሃል።
አላህ❤️‍🩹

سيجعل الله بعد عسر يسرا...


👉Rakkoo keessa jira..
ችግር ውስጥ ነህ።
Allaህዬ🫶🫠
ان مع العسر يسرا..


👉Du'aaiin kee hin dhagahamu...Rabbiin sin jaalatu....

ዱዓህ ተቀባይነት የለዉም:አላህ አይወድህም።
الله❤️‍🩹:-
مَا وَدَّعَكَ رَبُّكَ وَمَا قَلَى


👉Rabbiin si irraanfateera....
አላህ ረስቶሃል።😒

ረበና😍🌹
وما كان ربك نسيا.....



ስለ ህይወት❤️‍🩹
❤2
✍ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹 pinned «መውድቅ የሚያሳፍር አይደለም እውነተኛው ውርደት ግን መልሶ አለመነሳት ነው ❤️‍🩹 Kufaatiin waan saalfachiisuu miti....salphinni dhugaa garuu...deebi'anii ka'uu dhabuudha!❤️‍🩹 ስለ ህይወት❤️‍🩹»
'

የኔ ሴት....🫶


✍ጠንካራ ሁኚ።...No body cares about you more than yourself.❤️‍🩹


@dependonallah
🤝6❤2❤‍🔥1
.

✍Yoo qalbii kee keessatti Rabbii sodaachuu dhabde, of eeggadhu, ati balaa guddaa keessa jirta.

በልብህ ውስጥ አላህን መፍራት ካጣህ ተጠንቀቅ፤ አንተ ትልቅ አደጋ ውስጥ ነህ።❤️‍🩹


ስለ ህይወት❤️‍🩹


@dependonallah
❤‍🔥2
'

አላህዬን ይዘንማ....አንፈራም❤️‍🩹።


አይደለም እሱን ሰው ተስፋ አድርገን መንገድ ጀምረን የለ🥲።

አብሽሩ አላህዬ አለልን።🫠🫶

መልካም ለይል🌹😍


@dependonallah
💯3

" Kitaabni gaariin tokko hiriyoota gaggaarii 100‘n walqixa yoo ta‘u,
hiriyaa gaariin tokko immoo mana kitaabaatiin walqixxeedha !"

👨‍🦳Dr. Abdul Kalam


@dependonAllah @dependonAllah
❤3
✍ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹 pinned «' የኔ ሴት....🫶 ✍ጠንካራ ሁኚ።...No body cares about you more than yourself.❤️‍🩹 @dependonallah»
.......✍

ጓደኝነት የለውም አምሳያ🫠❤️‍🩹
የልቤ ዙፋን የህይወት መማሪያ😘
የደስታ😁 ምንጩ የፍቅር የእርካታ🫀🫂
ያለሱ የለም ደስታና🤍ጨዋታ😭❤️....


Copied from some neshida🤗❤️‍🩹


@dependonallah
💯3❤1🤔1
💪Our brothers and sisters, may Allah make us hear your happiness as your exams are about to be released! May Allah make you more successful than you think! You did your best!

🎓 ĜỌƠƊ ĹỤÇK!

🏃 ➡️🎓Pass but fail is hijab!
❤‍🔥3❤1
💫DUBBISI MEE!💫


👨‍🦯‍➡️👨‍🦯‍➡️SEENAA OBBOLEEWWAN LAMAA ABBAA WALFAKKAATA QABANII!🧍‍♂🧍

✅ Seenaa Kana asiin durallee dhaga'uu malta ta'a. Garuu seenaa qofaas miti gorsa tokko tokkos gara boodaa kan waliif dhaamnu ta'a waan ta'eef dubbisii xumuriin yaboo kooti!

✍ Akkuma gubbaarratti isiniif ibsuuf yaale seenichi akkas ture. Obboleewwan kana keessaa inni tokko kan hawwaasni jaalatu, kan maatii isaa fi ollaa isaa waliin walii galuun jireenya isaa moo'atee jiraatudha. yeroo baay'ee Namoota abdii kutuun araada addaa keessatti kufaniif gorsa kennuun beekkama.

Inni tokko immoo waan isin ajaa'ibu araada adda addaa keessatti kufuun, kan hawwaasni jibbu, ollaadhan kan walii hin galle, haadha mana isaa ganamaa galgala tumuudhaan kan rakkisuudha.

Guyyaa tokko isaan lamaanuu iddoo tokkotti yaamun gaaffii wal fakkaataa gaafatan.
Gaaffichis akkas jedha
"jireenya akkanaa akka jiraattaniif sababni keessan maalii?"kan jedhu ture.
Inni haadha manaa isaa tumu, ollaan walii hin galle sun akkas jechuun deebiseef
"Abbaa kooti wayita daa'imummaa kootii wayita hundaa dhugee machaa'uun harmee too ganamaa galgala rebuudhan rakkisaa ture. Anis isan ilaalaa guddadhe akkamitti dhugaatii irraa bilisa ta'uu danda'a? isatu jireenya koo balleesse."
jechuun deebiseef.

Inni sunis gaafatamee,
innis abbaa koottu akka akkana ta'u na taasise. Wayita daa'imummaa kootii abbaan koo dhugaatii dhugee galee harmee too tumuun rakkisaa ture.
Wayita sana ani gochaa isaa kana ilaalen tasumallee haadha manaa too akka hin tumnee fi dhugee akkan hin machoofne waadaa ofiif gale. Kanaaf jireenya koo isatu akkas taasise jechuun deebiseef." Ila mee nama hin ajaa'ibuu rakkoon obbolaan kunniin qaban wal fakkaataa ture. Garuu deebii isaan rakkoo saniif deebisantu gargari.

Michuu koo jireenya kee kan balleessu rakkoo si qunnamee miti, deebii ati rakkoo si qunname saniif deebistuudha.
Baadiyatti dhaladhe hin jedhin, baadiyyaadhaa ka'ee kan iddoo hundi hin geenye gahe baay'etu jiraa. Maatiin koo harka qalleessa hin jedhin, waan uffatuuf waan nyaatu dhabee kan abbaa warshaa meeqaa ta'ee baay'etu jiraa. Barumsi naaf hin galu hin jedhin, Thomas Edison ampuulii (bulb) 💡 kan hojjate,  barumsi siif hin galu jedhanii erga mana barumsaatii ari'anii booda haadha isaatiin jabeeffamee nama addunyaa tanaaf bu'aa buusu ta'ee.
Har'aan booda rakkoo si qunname faarsaa kufaatiif harka hin kennin! Nuti bar waan nuun ala namni kamiiyyuu hojjachuu hin dandeenye hojjannee akka deemtuuf malee, teennee rakkoo nu qunname akka faarsinuuf mitii kan uuman keenya gara dachee tana nu fideef! Akkasuma ajala midhaanii qofa taanee asirraa akka godaannuuf mitii! Rakkoo keessa teennee rakkoo yoo kan faarsinu ta'e akkamiin rakkoo keessaa baana ree namni silaa waan faarsu ofitti aansaa! Rakkoo nu muudateef kallattii tokkoon yaaduu qofa osoo hin taane laga heddu buunee furmaata isaa barbaaduun nurra haa jiraatu qaaliiwwan koo! Kana kan haasa'eef beekees miti "Haga beekan, mana eegan", jette sareen waan jedhaniif malee. Yoo balleesseef Afuwan Lillah!

@dependonAllah @dependonAllah
❤‍🔥4💯1
Forwarded from WAA HUNDA! (IBN KHEDIR)
✍Even in the darkest moments, when it feels like you are alone, remember: The Almighty is always near. He does not leave, does not abandon, does not forget. His love is like a quiet whisper in the heart, like a light at the end of the tunnel. 

You may not feel Him, but He guides you. You may not hear Him, but He speaks through signs. Trust. You are not accidental, and your path is not a mistake. Love his decision. He select the best choice for you but he doesn't the bad one. So cheer up bro/sis don't be feel sad.💛

🫵NEVER GIVE UP! TRY TRY YOU CAN FLY! THERE ARE ALOT OF DIMENSIONS 4 U! If you missed one, try the others!

@HUNDAQABATA
❤‍🔥3
'

𝑡ℎ𝑒 𝑝𝑜𝑤𝑒𝑟 𝑜𝑓❤️‍🩹



It was so difficult to accept i𝑡.....,but

አላህዬ ስለ መረጠ መውደድ...❤️
❤‍🔥1💯1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
❤️اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا وحبيبنا محمد!❤️

⬅️صلو على رسول الله!❤️
❤‍🔥4
✍Namni Rabbii sodaatu, zikrii fi yaadannoo Rabbiitiin qalbii isaa jiraachisa🥰

🌸🫴አላህን የሚፈራ ሰው፣ ልቡን በአላህ ዚክር (አላህን በማውሳት) ህያው ያደርጋል።❤️‍🩹


👉ibnul Qayyim Rahimahullaah🥰

@dependonallah
❤‍🔥2
This media is not supported in the widget
VIEW IN TELEGRAM
❤2
'

✍Namni addunyaa jaallate wantoota sadan kana irraa gonkumaa adda hin ba'u: Yaaddoo walirraa hin cinne, dadhabbii yeroo hundaa, fi gaabbii hin dhumne."❤️‍🔥


👉ዱንያን አፍቃሪ የሆነ ሰው ከእነዚህ ሶስት ነገሮች ፈጽሞ አይለይም፦ ዘላቂ ከሆነ ጭንቀት፣ የማያቋርጥ ድካም እና ከማያልቅ ጸጸት።»...

አላህዬ ይጠብቀን።😢🤲


ኢብኑል ቀይም ረሂመሁላህ🥰


@dependonallah
❤‍🔥3
✍ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹 pinned « " Kitaabni gaariin tokko hiriyoota gaggaarii 100‘n walqixa yoo ta‘u, hiriyaa gaariin tokko immoo mana kitaabaatiin walqixxeedha !" 👨‍🦳Dr. Abdul Kalam @dependonAllah @dependonAllah»
'❤️‍🩹


Yeroo dhiphinni sitti cimu, Sujuuda heddummeessi; achi keessatti tasgabbii argatta.


ጭንቀት ስበዛብህ ሱጁድን አብዛ:እዛ ውስጥ ሰላም ትገኛለህና።🤍🫶


ibnu Teymiya Rehimahulah🥰

@dependonallah
❤‍🔥3
✍Yoo Ani Akka Nama Biraatti Jiraadhe, Eenyuutu Akka Kiyyaatti naaf Jiraata Jedhii Uf Gaafadhu!🙄
@dependonAllah
❤‍🔥4❤1
'

አላህ አለን።❤️‍🩹
💯3❤‍🔥2
✍Look at yourself as a color.
You may not be everybody's favourite but one day you will meet someone who needs you to complete their picture😍.

@dependonAllah @dependonAllah
😍4❤‍🔥2