ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹
230 subscribers
4 photos
6 videos
7 links
Barnoota,Gorsa hayyuu fi kan kana fakkaatan asirraa argattu👌.....itti dhihaadhaa!😍ስለ ህይወት እንመካከር።📝
Download Telegram
🌹اسلام عليكم ورحمةالله وبركاته🌸♥️
🫀Barnoota beekuun dirqama nurratti ta'ee fi kan biraa...,Gorsa beektotaa fi kan kana fakkaatan asirraa argattu...keessattuu dubartootaf🧕👑❤️‍🩹

🫀 ማወቅ ግዴታ የሆኑ ትምህርቶችን እና ሌሎችንም...፣ የዑለማዎችን (የአዋቂዎችን) ምክር እና የመሳሰሉትን ጠቃሚ ነገሮች ከዚህ ያገኛሉ... በተለይም ለሴቶች🧕👑❤️‍🩹

🫀 Here you will find the essential knowledge that is obligatory upon us to learn and more..., advice from scholars, and similar beneficial content... especially dedicated to women🧕👑❤️‍🩹
ብልህ ሰው በመጀመሪያ ያስባል፣ ከዚያም ይናገራል በተቃራኒው ሞኝ በመጀመሪያ ይናገራል ፣ ከዚያም ያስባል፡፡😊

አሊ (ረዲየሏሁ ዓንሁ)

الله ይጠብቀን።❤‍🩹


@dependonallah
2
#ቁርኣን....ለሕይወት ሕመሞችና ጭንቀቶች በሙሉ መፍትሔ ነው!!❤‍🔥❤‍🩹
3
Otoo beekan cal'isuun waa hedduu nama barsiisa👌


እያወቁ ዝም ማለት ብዙ ነገር ያስተምራል።👌
🥰5👌2
.

The power of

ለአላህ ብዬ እተዋለሁ።👌
7
'

🫴Sometimes......

Fedhii malee taasisuun dirqama ta'ee argamuu mala..... waan wahii yoo agartan hin murteessinaa👌

🫴"ያለ ፍላጎት ማድረግ ግዴታ ሆኖ ሊገኝ ይችላል...የሆነ ነገር ስታዩ (ቶሎ) አትፍረዱ።👌"

መልካም ለይል💐


https://t.me/dependonallah
❤‍🔥3
ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹 pinned «. The power of ለአላህ ብዬ እተዋለሁ።👌»
በዚህ ብርድ ባለበት ሰዓት ተነስቶ ወደ መስጂድ የሚሄድ ሰው ምነኛ ታደለ።🥹🫠


Yeroo akkatti Qorri jiru kana keessa namni ka'ee gara masjiidaa deemu akkam Eebbifamee🥹❤️‍🩹



🫴Barii milkii🌹


ስለ ህይወት:waa'ee jireenya


React🥲🥰
'

Wanti dhabde kamiyyuu bakka bu'aa qaba....❤️‍🩹
👉Rabbiin yoo dhabde garuu,

wanti bakka bu'aa Isaa siif ta'u gonkumaa hin jiru. 🌱


🍂"ያጣኸው ማንኛውም ነገር ምትክ አለው። አላህን ካጣህ ግን፣
የእርሱ ምትክ የሚሆንህ ምንም ነገር የለም።"


Yeroo Gaarii🫠


React❤️🙄

@dependonallah ❤️‍🩹
💯5
'

ለሰው ዉሸት የሆነ ተስፋ አትስጡ።!

🫴Abdii sobaa Namaaf hin kenninaa....!



@dependonallah

like&share for others🥰
💔1
ibnul Qayyim Rahimahullaah akkas jedhan:-
Rabbiin yeroo si Qoru si balleessuuf osoo hin taane obsaa fi gabrummaa kee qoruufi.
Waan tokko yoo sirraa fudhates kan caalu bakka siif buusee sirritti siif guutuufi malee si miidhuuf miti."

ኢብኑል ቀይም ረሂመሁላህ እንዲህ ይላሉ:-
:

"አላህ አንተን የሚፈትነው ሊያጠፋህ አይደለም፤ ነገር ግን ትዕግስትህንና አገልጋይነትህን ሊፈትሽ ነው።

👉አንድን ነገር ከአንተ የሚወስደውም፣ የተሻለ ነገር ሊሰጥህ እንጂ አንተን ለመጉዳት አይደለም።

SO Say አልሃምዱሊላህ Always!❤️‍🩹

@dependonallah
3❤‍🔥2
መውድቅ የሚያሳፍር አይደለም
እውነተኛው ውርደት ግን መልሶ
አለመነሳት ነው ❤️‍🩹


Kufaatiin waan saalfachiisuu miti....salphinni dhugaa garuu...deebi'anii ka'uu dhabuudha!❤️‍🩹

ስለ ህይወት❤️‍🩹
💯2😇1
Forget about people from the past

If your paths have diverged with someone, then it was meant to be. There is no need to bring them back. You are already a completely different person after some time. That former person is gone too. Everything you cling to are old memories that have nothing to do with the present. That's it, you are different now. Those emotions and feelings will no longer be there. It's all over, everything has run its course.

👌Don't take the time to forget them!


https://t.me/dependonAllah
❤‍🔥2
❤️‍🔥❤️‍🩹
3🥰3
Forwarded from WAA HUNDA! (me❤️‍🩹)
❤️‍🩹🌹


@hundaqabata
3😭3
'


الصلات خير من النوم❤️‍🩹
💯3
🔘TAATEE AJAA'IBAA !

Zabana tokko namtichi wahii daldaticha tokko wajjiin imala. Daldaltichi kun hojii imala irratti hojjatamu hunda hojjata. Nyaata qopheessuun hiriyaa isaa kan imalaa kana ni nyaachisa, Ba'aa gaala irraa ni buusa, ni korsiisa, Hanga dadhabutti gaalas ni nyaachisa.

Gaafa kaan osoo imala irraa deebi'aa jiran nyaata isaanii bilcheeffachuuf iddoo wahii takka qubatan. Namtichi miila diriirfatee gad ciisee uf jechuu eegala. Daldaltichi immoo gaala irraa ba'aa buusee hiriyaa isaatiin "Hanga ani foon cicciruuf ati ka'iitii qoraan walitti qabi." jedheen. "Wallaahi sa'aatii dheeraa imaluu kanaaf na dadhabsiiseera" jedheen.

Daldaltichi ufumaa qoraanis walitti qabee "Hayyee ka'ii ibidda qabsiisi?" jechuun gaafate. Namtichi "Ani yoo ibiddatti dhihaadhe qaanqeen ibiddaa narra buutei, na gubdi" jedheen.

Daldaltichi ibiddas ufumaaf qabsiisee "Hayyee foon ciruu na gargaari?" jechun gaafate. "Albeen harka na muruu danda'a waan ta'eef, narraa haa hafu" jedheen

Daldaltichi ammas ufii isaatiif ciree fixee "Hayye foon distiitti naqii bilcheessi?" jechuun gaafate. "Nyaanni hanga bilchaatutti taa'anii eeguun haalaan nama dadhabsiisa dhiisi narraa" jedheen.

Ammaas ufumaa bilcheessee akkaan waan dadhabee jiruuf jecha xiqqoo gad ciisee "Hayye minxaafa afiitii nyaata distii keessaa saayinatti naqii nuu fidi" jedheen.

"Ani haalaan waan dadhabee jiruuf, dandeettiin waan ati naan jettu kana ittiin hojjadhu hin qabu" jedheen. Daldaltichi ufumaa kahee nyaata dhiheessee "Hayye kaatee nyaatuu hoo ni dandeessaa?" jedheen.

"Wallaahi waa hunda Lakkii jechuun waan na yeellaasiseef mee amma 'Marhabaa! Tole! haa jedhuu" jechuudhaan kahee nyaachuu jalqabe. Ajiib! Amalli hedduu keennaa akkana natti fakkaate!


📤 ERGAA!


Namoonni akkanaa hedduun si muudachuu malu taha. Obsiif! dhoksiif! Gaarummaa kee itti garsiisi! Gaarii namaa tahaa! Ufii isaaf qaana'aa nama waa yaadu yoo tahe. Ummata akkanaa kanaafis hin dallanin. Inumaa gaara jabaa wanni takka hin sossoofne tahi. Nabiyyiin (saw) keenya kan nuti itti hidhannu miiraan osoo hin taane, sababaan namatti dhihaatan. Badii isaaniitis ni obsaniif. Akkasuma wajjiin haala gaariin isaan wajjiin jiraatan. Isin warri dachii rahmata waliif godhaa gaafas warri samiis rahmata isiniif godhaa jedhan.

👌Ilaa mee dubbiin akka Nabii keennaa sanii beeki! Salawaatu Rabbii Wassalaamuhuu Aleyhi!❤️ Guyyaan guyyaa sayyida guyyootaatii salawaata buusi!

❤️ اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا وحبيبنا محمد!❤️
👇For more join#follow#like and #share!

https://t.me/dependonAllah
❤‍🔥21
'

'life❤️‍🔥...:-...💔

Yeroo tokko tokko sheyxaanni..jireenya waliin walii qabe....Yoo isin jeequ deebii kana deebisaafii!
አንዳንዴ ስትጨነቁ በሀሳባችሁ ውስጥ
የሚማጣባችሁን ሀሳብ ይሄን መልሱላት።


👉Badii baay'ee balleessite...so Rabbi sin jaalatu...!...Du'aaii kees hin qeebalu..
ብዙ ነገር ስላጠፋህ አላህ አይወድህም።🥲

Allah❤️‍🩹:-
لا تقنطو من رحمة الله🌹


👉Ati kophaa kee jirta..

አንተ/ቺ ብቻህን ነክ።
Allah🤍
إن معي ربي سيهدين❤️‍🩹😌


👉Rakkatteerta....
ተቸግረሃል።
አላህ❤️‍🩹

سيجعل الله بعد عسر يسرا...


👉Rakkoo keessa jira..
ችግር ውስጥ ነህ።
Allaህዬ🫶🫠
ان مع العسر يسرا..


👉Du'aaiin kee hin dhagahamu...Rabbiin sin jaalatu....

ዱዓህ ተቀባይነት የለዉም:አላህ አይወድህም።
الله❤️‍🩹:-
مَا وَدَّعَكَ رَبُّكَ وَمَا قَلَى


👉Rabbiin si irraanfateera....
አላህ ረስቶሃል።😒

ረበና😍🌹
وما كان ربك نسيا.....



ስለ ህይወት❤️‍🩹
2
ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹 pinned «መውድቅ የሚያሳፍር አይደለም እውነተኛው ውርደት ግን መልሶ አለመነሳት ነው ❤️‍🩹 Kufaatiin waan saalfachiisuu miti....salphinni dhugaa garuu...deebi'anii ka'uu dhabuudha!❤️‍🩹 ስለ ህይወት❤️‍🩹»