🌹اسلام عليكم ورحمةالله وبركاته🌸♥️
🫀Barnoota beekuun dirqama nurratti ta'ee fi kan biraa...,Gorsa beektotaa fi kan kana fakkaatan asirraa argattu...keessattuu dubartootaf🧕👑❤️🩹
🫀 ማወቅ ግዴታ የሆኑ ትምህርቶችን እና ሌሎችንም...፣ የዑለማዎችን (የአዋቂዎችን) ምክር እና የመሳሰሉትን ጠቃሚ ነገሮች ከዚህ ያገኛሉ... በተለይም ለሴቶች🧕👑❤️🩹
🫀 Here you will find the essential knowledge that is obligatory upon us to learn and more..., advice from scholars, and similar beneficial content... especially dedicated to women🧕👑❤️🩹

ብልህ ሰው በመጀመሪያ ያስባል፣ ከዚያም ይናገራል በተቃራኒው ሞኝ በመጀመሪያ ይናገራል ፣ ከዚያም ያስባል፡፡😊
አሊ (ረዲየሏሁ ዓንሁ)
الله ይጠብቀን።❤🩹
@dependonallah
❤2
✍Otoo beekan cal'isuun waa hedduu nama barsiisa👌✍እያወቁ ዝም ማለት ብዙ ነገር ያስተምራል።👌
🥰5👌2
'
🫴Sometimes......
Fedhii malee taasisuun dirqama ta'ee argamuu mala..... waan wahii yoo agartan hin murteessinaa👌
🫴"ያለ ፍላጎት ማድረግ ግዴታ ሆኖ ሊገኝ ይችላል...የሆነ ነገር ስታዩ (ቶሎ) አትፍረዱ።👌"
https://t.me/dependonallah
🫴Sometimes......
Fedhii malee taasisuun dirqama ta'ee argamuu mala..... waan wahii yoo agartan hin murteessinaa👌
🫴"ያለ ፍላጎት ማድረግ ግዴታ ሆኖ ሊገኝ ይችላል...የሆነ ነገር ስታዩ (ቶሎ) አትፍረዱ።👌"
መልካም ለይል💐
https://t.me/dependonallah
❤🔥3
✍በዚህ ብርድ ባለበት ሰዓት ተነስቶ ወደ መስጂድ የሚሄድ ሰው ምነኛ ታደለ።🥹🫠
Yeroo akkatti Qorri jiru kana keessa namni ka'ee gara masjiidaa deemu akkam Eebbifamee🥹❤️🩹
🫴Barii milkii🌹
✍ስለ ህይወት:waa'ee jireenya
React🥲🥰
Telegram
✍ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️🩹
Barnoota,Gorsa hayyuu fi kan kana fakkaatan asirraa argattu👌.....itti dhihaadhaa!😍ስለ ህይወት እንመካከር።📝
'
✍Wanti dhabde kamiyyuu bakka bu'aa qaba....❤️🩹
👉Rabbiin yoo dhabde garuu,
🍂"ያጣኸው ማንኛውም ነገር ምትክ አለው። አላህን ካጣህ ግን፣
React❤️🙄
✍Wanti dhabde kamiyyuu bakka bu'aa qaba....❤️🩹
👉Rabbiin yoo dhabde garuu,
wanti bakka bu'aa Isaa siif ta'u gonkumaa hin jiru. 🌱✨
🍂"ያጣኸው ማንኛውም ነገር ምትክ አለው። አላህን ካጣህ ግን፣
የእርሱ ምትክ የሚሆንህ ምንም ነገር የለም።"
Yeroo Gaarii🫠
@dependonallah ❤️🩹
💯5
💔1
ibnul Qayyim Rahimahullaah akkas jedhan:-
ኢብኑል ቀይም ረሂመሁላህ እንዲህ ይላሉ:-
:
SO Say አልሃምዱሊላህ Always!❤️🩹
@dependonallah
Rabbiin yeroo si Qoru si balleessuuf osoo hin taane obsaa fi gabrummaa kee qoruufi.
Waan tokko yoo sirraa fudhates kan caalu bakka siif buusee sirritti siif guutuufi malee si miidhuuf miti."
ኢብኑል ቀይም ረሂመሁላህ እንዲህ ይላሉ:-
:
"አላህ አንተን የሚፈትነው ሊያጠፋህ አይደለም፤ ነገር ግን ትዕግስትህንና አገልጋይነትህን ሊፈትሽ ነው።
👉አንድን ነገር ከአንተ የሚወስደውም፣ የተሻለ ነገር ሊሰጥህ እንጂ አንተን ለመጉዳት አይደለም።
SO Say አልሃምዱሊላህ Always!❤️🩹
@dependonallah
❤3❤🔥2