ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹
229 subscribers
4 photos
6 videos
7 links
Barnoota,Gorsa hayyuu fi kan kana fakkaatan asirraa argattu👌.....itti dhihaadhaa!😍ስለ ህይወት እንመካከር።📝
Download Telegram
​Har'i yoo ulfaates, boruun kee salphatuuf jira. Guyyaan har'aa dukkanas ta'u, boru barii haaratu jira.

👌Live with bright future!

Infinitely be optimistic about what you dreamed!

@dependonAllah
❤‍🔥41
والله يعلم ما نشكو من العامي....❤️‍🩹.
❤‍🔥3
SEENAA JAARTII JAARSA OFIITTI SUMMII GOOTEE KAATEE GAABBITEE!

Guyyaa tokko intalli takka bultii isii irraa abdii kutattee Abbaa warraa isii ajjeesuuf mutatte. Halkan osoo yaaddu bulte barii kaatee akkamitti akka namni tokko osoo isii irratti hin beekin ajjeesuu dandeettu mala barbaaduu gara deessee isii imalte.

Deessee isiii bira dhuftee marii eegalte. Haati isiis " Osoo namni tokko sirratti hin beekin karaa salphaa ittiin ajjeesuu dandeettu siif himaa, garuu atis dursa waan godhuu qabdutu Jira..."

1⃣ffaa Jalqaba Abbaa Manaa kee waliin walitti araaramuu qabda. Sababni isaas osoo haloon isin jidduu hin jiraatin yoo du'e, namni situ ajjeese jedhee si hin shakkineef.

2⃣,ffaa Qulqullinna kee eeggadhu! Abbaa Manaa keetif mashkuula bareedduu taatee argamuu qabda.

3⃣,ffaa Kunuunsa gaarii godhiif kabajaa kenniif waan ati isatti yaadde akka si hin Shakkineef. 4⃣,ffaa obsituu ta'i! Jaalala kenniif hinaaffaa/waanyoo kee hir'isi waan inni dubbatu gurra kenniifi dhaggeeffadhu, maqaa nama biraa maqaa isaa irra ol hin kaasin!

"Egaa maarre qabxiiwwan arfan kanniin dalaguu ni dandeettaa?" jettee haati intala isii gaafatte intallis " Rakkoo hin qabu harmee. Ani maluma isa ittiin dhabamsiisu qofa barbaada" jetteen.

Haatis " yoo akkas ta'e maal akka gootu siif himaa srritti na dhaggeeffadhu" jetten. Intallis haalaan caqasuu eegalte.
Haati "Summii kana nyaata isaa keessa guyyaa guyyaan Xixiqqeessi kaa'i suuta suutaan dadhabsiisaa ajjeesaa" jettee haati summii jana intala isiif kennite. Intallis gammadaa summii kana fudhattee gara mana isiitti galte diina isii dhabamsiisuuf! Ajiib🤭!

Akkuma haati isii gorsitetti qabxiiwwan arfan san dalagaa summicha nyaatatti gootee Abbaa Manaa isiif kennuu eegalte.

Ji'a tokkoo booda boo'aa gara haadha isii dhuftee "Harmee amma Abbaa Manaa kiyya ajjeesuu hin barbaadu baay'ee jijjiiramee jira. Anilleen jaalalli isaaf qabu guyyaa guyyaan dabalamaa dhufe. Maaloo deessee koo summiin sun akka inni Abbaa Mana kiyya na jalaa hin ajjeefne maal godhuu qaba? Isa malee jiraachuu hin danda'u" jettee intalti tun boo'uu itti fufte gaabbiin quba of-nyaataa. Haatis "Abshir dhala koo hin boo'in kan an siif kenne summii miti shukkaara bullaa'eedha. Garuu summiin qabxiiwwan arfan ani siif kenne saniidha isatu suuta suutaan Abbaa Manaa kee ajjeese...Agarte mitii jalalaa fi kunuunsa wayita ati knnituuf akkamitti akka inni gaarii namaa ta'e. Kanaaf, dhala koo kanarraa baradhuuti haadha manaa gaarii ta'iif, ibiddaafi gubaa jidduu keessan jiru jaalalaan dhaamsaa! " jettee haati Intala isiif Dhaamte

👉 Obboleettii tiyya qaalii dhiirri haguma fedhellee gara jabeessa namaa sitti fakkaatus onneen isaa laafaadha! Jaalalaan moo'adhu! Isa inni wallaale suutaan itti himii gorfadhu! Hin aarin! Aariin kasalaafuu(cileefuu) homaa hin goonee. Fixadheerra! Sa'aatiin mana Haadha Bashaaxee( Caffee😁😁😁) gahuuf jetti!


🤲𝕎𝔸ℝℝ𝔸 𝕁𝔸𝔸𝕃𝔸𝕃𝔸𝔸ℕ 𝕎𝔸𝕃-𝕄𝕆𝕆'𝔸𝕋𝔼𝔼 𝕎𝔸𝔸ℕ ℍ𝕌ℕ𝔻𝔸𝔸 𝕄𝕆𝕆'𝔸𝕋𝕌 𝕀𝕃𝔸𝔸ℍ𝕀𝕀ℕ ℕ𝕌 ℍ𝔸𝔸 𝕋𝔸𝔸𝕊𝕀𝕊𝕌!🤲


📚 𝑴𝒂𝒅𝒅𝒂: 𝑹𝒂𝒂𝒅𝒊'𝒐𝒐 𝑶𝑩𝑵 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂 𝑬𝒍𝒆𝒎𝒆𝒏𝒕𝒂𝒓𝒚 𝑩𝒂𝒓𝒂𝒅𝒉𝒖, 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒊𝒊 𝑫𝒂𝒎𝒃𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂 𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂 𝑺𝒂𝒏𝒃𝒂𝒕𝒂 𝑮𝒖𝒅𝒅𝒂𝒂 𝑮𝒂𝒏𝒂𝒎𝒂 𝑺𝒂'𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 12:00 𝑩𝒐𝒐𝒅𝒂 𝑫𝒂𝒓𝒃𝒖 𝑰𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏 𝑫𝒉𝒂𝒈𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒅𝒉𝒆𝒆𝒅𝒉𝒂!

S⃨h⃨a⃨r⃨e⃨ C⃨o⃨p⃨y⃨l⃨i⃨n⃨k⃨ G⃨o⃨c⃨h⃨u⃨u⃨n⃨ N⃨a⃨m⃨a⃨ J⃨a⃨a⃨l⃨a⃨t⃨t⃨u⃨u⃨f⃨ Q⃨o⃨o⃨d⃨u⃨u⃨n⃨ A⃨k⃨k⃨a⃨ G⃨a⃨r⃨a⃨a⃨ S⃨i⃨in⃨ N⃨y⃨a⃨a⃨n⃨n⃨e⃨ D⃨h⃨a⃨l⃨a⃨ K⃨o⃨o⃨!⃨

@dependonAllah @dependonAllah
5
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dubbichi sobarraa kan fagaateedha!

👆 Jechuun haqiiqi jechuudha
6
Audio
🔝 Try to manage yourself in all situations!
❤‍🔥3
Forwarded from WAA HUNDA!
"Ana hin fuudhin; ani qaama hir'uu ta'eera" jetteen🥹 Seenaa baay'ee garaa nama nyaatuu. 💔

Shammarree tun akkuma namoota baay'ee hojjadhee jireenya koo jijjiira jettee Biyyaa Arabaa deemte. Gaafa deemtu fayyaa guutu qabdi. Achuma osoo hojjachaa jirtuu dhukkubsattee hospital deemte. Hospitaalichis akka miili irraa muramuu itti hime. Isiinis boottee waan gootu waan hin qabneef tole jettee hayyamteef. Yoo muramuu baatee lubbuu dhabdi waan ta'eef dirqama ittii ta'e.

Osoo irraa hin muramin dura gurbaa kanaan wal jaalataa turan. Hariiroon isaanii erga fayyaan dhabamtees itti fufe malee uf duuba hin deebine. Isiin hir'ina qaama isii ilaaltee "Nan fuudhin; ani qaama hir'uu ta'eera "jetteen. Innis "Kaleessa qaama guutuu yeroo turtes ani qaama kee ilaalee sin jaalanne. Har'a sababa ati qaama hir'uu taateefis sin jibbu ati yoomuu haadha manaa kooti" ittiin jedhe.

Har'aa kunoo bulti waliin ijaaratanii jiran. Jaalalli dhugaa wanti barbaade ta'us hin jijjiiramu.💔

❤️Rabbi jaalala dhugaa isin haa-badhaasu🙌
❤‍🔥41
Oromoon gowwaa 3 Abaare 👇🏽

👉Gowwaan hin dhalatin
👉Dhalatu hin guddatin
👉Guddatu hin dubbatin
👇🏽Ammas akkas jedhama "Haati gowwaa deette guddisa hin xumurtu!😁

👌 By the way Gowwaa አትሁኑ! ብልህ tahaa!

@dependonAllah
❤‍🔥2😴1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
✨️اصبر يا...!
🌹 إن الله مع الصابرين!
❤‍🔥6
​"Yaa ilma Aadam! Ati walitti qabama guyyootaati; akkuma guyyaan tokko guyyoota irraa darbuun, kutaan qaama keetii tokko hir'ata."

​"Duniyaa kana keessatti akkuma keessummaa ykn nama deemsa irra jiruu tahi; bakka itti gahuu qabdu qofa yaadadhu."

Al- Hasan Al-Basrii [Rahimahullaah]
❤‍🔥5
Namni doofaan haaloo bahauuf deemaa argi, namni beekaan dhiifama godhaa taajjabi,namni abshaalli immoo,jalqabumaa wallaalaa uf godhee doofaa irraa goree bira darbaa taajjabi.

ila
Gowwaan,gaafa si barbaade,mana kee jala bula, gaafa haajaa isaa sirraa fixate immoo,dhalattee keetuu hin yaadatuu xiinxalli.

Eeee.
Bilbila kee sakatta'i,kan gargaarsa si gaafatuufi kan si komatu malee,kan hujii sii arge jedhuufi kan qarshii sii erge jedhu hin argituu xiinxalli,ilmi namaa uf jaalata malee si jaalachuuf ganamaafi galgala dhimmamee hin jiraatuu hubadhu,hundi isaatuu,si dura uf argaa beeki,rakkoo tee dura rakkoo ufii beekaa taajjabi,boohicha kee dura imimmaan ufii laalaa xiinxalli.

Jaaloo
Deemuun kee kan nama miidhu,yoo jiraachuun kee fayyade qofaa beeki,yeroo jiraattu mallattoo ittiin beekkamtu qabaadhu.

Obbolaa
Uf ibsuuf hin rakkatin,fayyaalummaafi nageenna kee ibsuuf hin raatahin,kan ija kalaamsuutiin si laaluu barbaade,osoo ija afur itti dirteefii ija qulqulluun si hin laaluu,uf ibsuuf hinrakkatinii dhiisi.

Yooo
Gorsa jettee umriin dheerateefillee gurra nama jala qabuuf hin rakkatinii dhiisi, gowwaafi doofaa qalbiifi aqlii malee dulloome heddutu jiraa beeki.

Haloo
Waan waljala miliqu dalaguu dhiisi,joollumaa kee irraa hanga dhuma jiruu keetiitti,kaayyoo kee irraa ija hinbuqqifatinii,galma kee laalaa imali,waan sirraa hafe immoo,itti guuttachuuf carraaqadhu.
Santu Seera.

📚 Source: Dhiira Haati Deette!

@dependonAllah @dependonAllah
🤗2
أُخيَّتي الغاليَة !.

*إن ڪنتِ عَزباء فاجعَلي وقتكِ أثمَن ما تملِڪين فاعمُريهِ بطلَب العِلم ،وتهيّئي بهِ لتڪُوني زوجةً صالحةً وأمًّا مُربّية بإذنِ اللّٰـه.*

وَاجعَلي رِضَا اللّٰـه تَعالى غايتَكِ الأولَى والأخيرة !.💎🌸Obboleettii koo jaallatamtu

Yoo single taate, yeroo kee qabeenya kee isa hunda caalaa gatii guddaa qabu godhadhu. Beekumsa barbaaduun guuti, haadha manaa qajeeltuu fi haadha guddiftuu ta'uuf of qopheessi, yoo rabbii fedhe.

Rabbii isa hundumaa danda'u gammachiisuun immoo galma kee isa jalqabaa fi isa dhumaa godhi!
4❤‍🔥1
Jireenyi daandii qorumsan xaxamtee dha; garuu immoo namni kamuu dadhabbiifi kufaatii keessa darbee humna fooyya'aa tahetti baha!

Hin dhiphatin! Hin cinqamin! Cinqiif carraa hin kennin! Ufii kee wajjiin taa'ii mari'adhu cinqii keessaa uf darbi! Obsaan deemi wanta yaadde san bira gahuuf jirta inshaa Allaah!

Life is too short😢!
❤‍🔥32
"Namni rabbiif guyyaa boodaatti amane waan gaarii haa dubbatuu ykn haa callisuu"

"በአላህና በመጨረሻው ቀን ያመነ መልካምን ይናገር ወይም ዝም ይበል"

❤️Nabi Mohammed [ PBUH]
❤‍🔥2🥰2🤗1
Uktii eessatti badde. Akii eessatti badde maa fagaatte bar sii dawwalun kaastu siif barreessu message koon deebistuu maal taatee. Nama akkana siin jedhu qabdaami.

Yaa salaam 💔🥹

Guyya. Namni sin gafanne. Guyya sababa kee nama heddu onneen cabduu. Guyya sababa kee namni imimmaan saa dhangalaasu guyya haadhaf abbaan kee. Ilmaan kee ahliin kee firri kee ollaan kee kan akkaan jaallattu isaanis kan akkaan si jaallatan. Waan takka siin goone Oso si duuka boohan Tan rabbi si fudhatti. Yaa allah yaa akii. 🥹 yaa uktii 💔 yaa nafsii. 😢 ufin dagatin. Ufin irraanfatin. Waa carraaqqadhu guyya saniif. Ati adunyaa irratti sitti toluun mala ☆☆ . Garu. Akka Aakirri ke toluuf konkolaatan 🚘 ☆ villa 🏘 sin barbaachisu👉 dalaga keeyri qabdu gocha keeyri qabdu dubbi keeyri qabdu waan rabbiin jaalatu kan gaafa rabbi keetin wal geette si fayyaddu malee 🌿🌷

Ibaada rabbititti jabaadhu keeyri dalagadhu hanaga laftii bariite dhiitun lubbu ke qormaati. Ani har.a hagam keeyri dalagadhe hagam immo hamtutti dhihaadhe jedhi. Yeroo heddu Towbaa heddumeessi guyyaan himatteen dhuftuu Zikrii irraa akka arrabnii kee hin goggoyne *** ibaadatti jabaadhu ~~~

Ufin dagatin•••••☆•••☆
😭83
Rabbiin karoora gaarii siif karoorseera! Aman kan inni jedhe hin hafuu!
Wanta nuti itti dhiphannee hin furamu jennee yaannu....Rabbiin karaa nuti hin yaanne fi yeroo nuti hin yaannetti nuuf sirreessa....
Maaluma dadhabe inni❤️‍🩹

inni Hirkoo jabaadha Wallaahi🙌

ALHAMDULILLAAH jedhaan at any situation❤️‍🩹🌸

እኛ ተጨንቀንበት አያስተካክልም ቢለን ያሰብናዉን ነገር:አላህ ባላሰብነው መንገድ እና ሰዓት ያስተካክለዋል።ለሱ ምን ይሳነዋል🥹❤️‍🩹
አልሃምዱሊላህ ማለትን ልመዱ ወላሂ ሁሉም ነገር ኸይር አለው።❤️‍🩹🌸

❤‍🔥2
Forwarded from WAA HUNDA!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
❤️اللهم صل وسلم وبارك علي نبينا محمد❤️
3
🫵Change the way you are thinking things!


May be you are perceiving the good things as bad things vice-versa!

Stay strong when you are thinking positive and earning positive result!

So many times you are your attitude!

🫵Ilaalcha kee jijjiiri!

📤The message of this night!
💯4