✍ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹
234 subscribers
5 photos
6 videos
8 links
Barnoota,Gorsa hayyuu fi kan kana fakkaatan asirraa argattu👌.....itti dhihaadhaa!😍ስለ ህይወት እንመካከር።📝
Download Telegram
'

✍Namni addunyaa jaallate wantoota sadan kana irraa gonkumaa adda hin ba'u: Yaaddoo walirraa hin cinne, dadhabbii yeroo hundaa, fi gaabbii hin dhumne."❤️‍🔥


👉ዱንያን አፍቃሪ የሆነ ሰው ከእነዚህ ሶስት ነገሮች ፈጽሞ አይለይም፦ ዘላቂ ከሆነ ጭንቀት፣ የማያቋርጥ ድካም እና ከማያልቅ ጸጸት።»...

አላህዬ ይጠብቀን።😢🤲


ኢብኑል ቀይም ረሂመሁላህ🥰


@dependonallah
❤‍🔥3
✍ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹 pinned « " Kitaabni gaariin tokko hiriyoota gaggaarii 100‘n walqixa yoo ta‘u, hiriyaa gaariin tokko immoo mana kitaabaatiin walqixxeedha !" 👨‍🦳Dr. Abdul Kalam @dependonAllah @dependonAllah»
'❤️‍🩹


Yeroo dhiphinni sitti cimu, Sujuuda heddummeessi; achi keessatti tasgabbii argatta.


ጭንቀት ስበዛብህ ሱጁድን አብዛ:እዛ ውስጥ ሰላም ትገኛለህና።🤍🫶


ibnu Teymiya Rehimahulah🥰

@dependonallah
❤‍🔥3
✍Yoo Ani Akka Nama Biraatti Jiraadhe, Eenyuutu Akka Kiyyaatti naaf Jiraata Jedhii Uf Gaafadhu!🙄
@dependonAllah
❤‍🔥4❤1
'

አላህ አለን።❤️‍🩹
💯3❤‍🔥2
✍Look at yourself as a color.
You may not be everybody's favourite but one day you will meet someone who needs you to complete their picture😍.

@dependonAllah @dependonAllah
😍4❤‍🔥2
🫴ሀጢያት ለመስራት ዝግጁ ከሆንክ፣ ሁሉን ቻይ የሆነው አላህ (ሱ.ወ) የማይኖርበትን ቦታ ፈልግ፡፡

ዑስማን (ረዲየሏሁ ዓንሁ)

Badii Hojjachuudhaf Qophaahaa yoo taate Bakka....Allaahan..inni hunda danda'aa ta'e hin jirre barbaadi....😢

Usmaan Radiyallahu anhu



@dependonallah
😭2
Astagfirullah(3)

'
Subhanallaah(3)
walhamdulillah(3)
Walaailaaha illallaah(3)
Wallaahu akbar🥰(3)

Daqiiqaa 1'f👌
💯2
°Hurting someone's feelings is as easy as throwing a rock in the ocean but you never know how deep that rock goes.°❤️‍🔥💯

-Arabic legend!

@dependonAllah @dependonAllah
❤‍🔥2
✍ስለ ህይወት:Waa'ee Jireenyaa❤️‍🩹 pinned «🫴ሀጢያት ለመስራት ዝግጁ ከሆንክ፣ ሁሉን ቻይ የሆነው አላህ (ሱ.ወ) የማይኖርበትን ቦታ ፈልግ፡፡ ዑስማን (ረዲየሏሁ ዓንሁ) Badii Hojjachuudhaf Qophaahaa yoo taate Bakka....Allaahan..inni hunda danda'aa ta'e hin jirre barbaadi....😢 Usmaan Radiyallahu anhu @dependonallah»
Boru Guyyaan jimaata salawaata Nabiyyii kabajamaa irratti Roobsaa.....

اللهم صلي وسلم وبارك على سيدنا👑ونبينا🌹وحبيبنا محمد❤️‍🩹
❤‍🔥2💯1
​Har'i yoo ulfaates, boruun kee salphatuuf jira. Guyyaan har'aa dukkanas ta'u, boru barii haaratu jira.

👌Live with bright future!

Infinitely be optimistic about what you dreamed!

@dependonAllah
❤‍🔥4❤1
والله يعلم ما نشكو من العامي....❤️‍🩹.
❤‍🔥3
SEENAA JAARTII JAARSA OFIITTI SUMMII GOOTEE KAATEE GAABBITEE!

✍Guyyaa tokko intalli takka bultii isii irraa abdii kutattee Abbaa warraa isii ajjeesuuf mutatte. Halkan osoo yaaddu bulte barii kaatee akkamitti akka namni tokko osoo isii irratti hin beekin ajjeesuu dandeettu mala barbaaduu gara deessee isii imalte.

Deessee isiii bira dhuftee marii eegalte. Haati isiis " Osoo namni tokko sirratti hin beekin karaa salphaa ittiin ajjeesuu dandeettu siif himaa, garuu atis dursa waan godhuu qabdutu Jira..."

1⃣ffaa Jalqaba Abbaa Manaa kee waliin walitti araaramuu qabda. Sababni isaas osoo haloon isin jidduu hin jiraatin yoo du'e, namni situ ajjeese jedhee si hin shakkineef.

2⃣,ffaa Qulqullinna kee eeggadhu! Abbaa Manaa keetif mashkuula bareedduu taatee argamuu qabda.

3⃣,ffaa Kunuunsa gaarii godhiif kabajaa kenniif waan ati isatti yaadde akka si hin Shakkineef. 4⃣,ffaa obsituu ta'i! Jaalala kenniif hinaaffaa/waanyoo kee hir'isi waan inni dubbatu gurra kenniifi dhaggeeffadhu, maqaa nama biraa maqaa isaa irra ol hin kaasin!

"Egaa maarre qabxiiwwan arfan kanniin dalaguu ni dandeettaa?" jettee haati intala isii gaafatte intallis " Rakkoo hin qabu harmee. Ani maluma isa ittiin dhabamsiisu qofa barbaada" jetteen.

Haatis " yoo akkas ta'e maal akka gootu siif himaa srritti na dhaggeeffadhu" jetten. Intallis haalaan caqasuu eegalte.
Haati "Summii kana nyaata isaa keessa guyyaa guyyaan Xixiqqeessi kaa'i suuta suutaan dadhabsiisaa ajjeesaa" jettee haati summii jana intala isiif kennite. Intallis gammadaa summii kana fudhattee gara mana isiitti galte diina isii dhabamsiisuuf! Ajiib🤭!

Akkuma haati isii gorsitetti qabxiiwwan arfan san dalagaa summicha nyaatatti gootee Abbaa Manaa isiif kennuu eegalte.

Ji'a tokkoo booda boo'aa gara haadha isii dhuftee "Harmee amma Abbaa Manaa kiyya ajjeesuu hin barbaadu baay'ee jijjiiramee jira. Anilleen jaalalli isaaf qabu guyyaa guyyaan dabalamaa dhufe. Maaloo deessee koo summiin sun akka inni Abbaa Mana kiyya na jalaa hin ajjeefne maal godhuu qaba? Isa malee jiraachuu hin danda'u" jettee intalti tun boo'uu itti fufte gaabbiin quba of-nyaataa. Haatis "Abshir dhala koo hin boo'in kan an siif kenne summii miti shukkaara bullaa'eedha. Garuu summiin qabxiiwwan arfan ani siif kenne saniidha isatu suuta suutaan Abbaa Manaa kee ajjeese...Agarte mitii jalalaa fi kunuunsa wayita ati knnituuf akkamitti akka inni gaarii namaa ta'e. Kanaaf, dhala koo kanarraa baradhuuti haadha manaa gaarii ta'iif, ibiddaafi gubaa jidduu keessan jiru jaalalaan dhaamsaa! " jettee haati Intala isiif Dhaamte

👉 Obboleettii tiyya qaalii dhiirri haguma fedhellee gara jabeessa namaa sitti fakkaatus onneen isaa laafaadha! Jaalalaan moo'adhu! Isa inni wallaale suutaan itti himii gorfadhu! Hin aarin! Aariin kasalaafuu(cileefuu) homaa hin goonee. Fixadheerra! Sa'aatiin mana Haadha Bashaaxee( Caffee😁😁😁) gahuuf jetti!


🤲𝕎𝔸ℝℝ𝔸 𝕁𝔸𝔸𝕃𝔸𝕃𝔸𝔸ℕ 𝕎𝔸𝕃-𝕄𝕆𝕆'𝔸𝕋𝔼𝔼 𝕎𝔸𝔸ℕ ℍ𝕌ℕ𝔻𝔸𝔸 𝕄𝕆𝕆'𝔸𝕋𝕌 𝕀𝕃𝔸𝔸ℍ𝕀𝕀ℕ ℕ𝕌 ℍ𝔸𝔸 𝕋𝔸𝔸𝕊𝕀𝕊𝕌!🤲


📚 𝑴𝒂𝒅𝒅𝒂: 𝑹𝒂𝒂𝒅𝒊'𝒐𝒐 𝑶𝑩𝑵 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂 𝑬𝒍𝒆𝒎𝒆𝒏𝒕𝒂𝒓𝒚 𝑩𝒂𝒓𝒂𝒅𝒉𝒖, 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒊𝒊 𝑫𝒂𝒎𝒃𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂 𝑮𝒂𝒂𝒇𝒂 𝑺𝒂𝒏𝒃𝒂𝒕𝒂 𝑮𝒖𝒅𝒅𝒂𝒂 𝑮𝒂𝒏𝒂𝒎𝒂 𝑺𝒂'𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 12:00 𝑩𝒐𝒐𝒅𝒂 𝑫𝒂𝒓𝒃𝒖 𝑰𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏 𝑫𝒉𝒂𝒈𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒅𝒉𝒆𝒆𝒅𝒉𝒂!

S⃨h⃨a⃨r⃨e⃨ C⃨o⃨p⃨y⃨l⃨i⃨n⃨k⃨ G⃨o⃨c⃨h⃨u⃨u⃨n⃨ N⃨a⃨m⃨a⃨ J⃨a⃨a⃨l⃨a⃨t⃨t⃨u⃨u⃨f⃨ Q⃨o⃨o⃨d⃨u⃨u⃨n⃨ A⃨k⃨k⃨a⃨ G⃨a⃨r⃨a⃨a⃨ S⃨i⃨in⃨ N⃨y⃨a⃨a⃨n⃨n⃨e⃨ D⃨h⃨a⃨l⃨a⃨ K⃨o⃨o⃨!⃨

@dependonAllah @dependonAllah
❤5
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
✍ Dubbichi sobarraa kan fagaateedha!

👆 Jechuun haqiiqi jechuudha
❤6
Audio
🔝 Try to manage yourself in all situations!
❤‍🔥3
Forwarded from WAA HUNDA!
"Ana hin fuudhin; ani qaama hir'uu ta'eera" jetteen🥹 Seenaa baay'ee garaa nama nyaatuu. 💔

Shammarree tun akkuma namoota baay'ee hojjadhee jireenya koo jijjiira jettee Biyyaa Arabaa deemte. Gaafa deemtu fayyaa guutu qabdi. Achuma osoo hojjachaa jirtuu dhukkubsattee hospital deemte. Hospitaalichis akka miili irraa muramuu itti hime. Isiinis boottee waan gootu waan hin qabneef tole jettee hayyamteef. Yoo muramuu baatee lubbuu dhabdi waan ta'eef dirqama ittii ta'e.

Osoo irraa hin muramin dura gurbaa kanaan wal jaalataa turan. Hariiroon isaanii erga fayyaan dhabamtees itti fufe malee uf duuba hin deebine. Isiin hir'ina qaama isii ilaaltee "Nan fuudhin; ani qaama hir'uu ta'eera "jetteen. Innis "Kaleessa qaama guutuu yeroo turtes ani qaama kee ilaalee sin jaalanne. Har'a sababa ati qaama hir'uu taateefis sin jibbu ati yoomuu haadha manaa kooti" ittiin jedhe.

Har'aa kunoo bulti waliin ijaaratanii jiran. Jaalalli dhugaa wanti barbaade ta'us hin jijjiiramu.💔

❤️Rabbi jaalala dhugaa isin haa-badhaasu🙌
❤‍🔥4❤1
Oromoon gowwaa 3 Abaare 👇🏽

👉Gowwaan hin dhalatin
👉Dhalatu hin guddatin
👉Guddatu hin dubbatin
👇🏽Ammas akkas jedhama "Haati gowwaa deette guddisa hin xumurtu!😁

👌 By the way Gowwaa አትሁኑ! ብልህ tahaa!

@dependonAllah
❤‍🔥2😴1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
✨️اصبر يا...!
🌹 إن الله مع الصابرين!
❤‍🔥6