JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF👉 @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
👇👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
♨️ Jibuutitti lakkoofsi namaa vayiraasii koronaan qabaman 50 guute jira.
Ibsa guyyaa har'a kennameen wantoo namoota 65 qoratamee keessa nama 1 irratti vayirasichi argamuun himame jira,hanga ammaatti namni saddeetti vayirasicha irra fayyuutu dhaga'ame.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
💮💮 Biyya keenna Itiyoophiyatti Namni sadii dabalataan Vayirasichaan qabamuu gabaafame.
❇️ibsa guyyaa dhaabbanni fayyaa Biyyaattii baseen,namoota 89 qoraannoo godhamee keessa nama 3 irratti vayirasichi argamuu minister dhaabbata fayyaa biyyatti Dr.Liya Taddeesse dubbatanii jiru.
🅾 isaa martinuu biyya ala irraa kan dhufan yammu ta'u,hundinu Itiyoophiyaanota dha.
Namni jalqabaa dargaggeessa umri 29 yommuu ta'u bitootessaa 10 bara 2012 gara biyyatti kan deebi'e yommuu ta'u nama dhukkubbichaan qabame Wajjiin wal-tutuqa kan qabu ture.
2.Namni 2 ffaan ga'eessa umri 34 yommuu ta'u innis biyya Dubai irra bitootessaa 23/2012 gara biyyatti kan deebi'eef nama vayiraasii qabu wajjiin wal-tutuqa kan qabu yommuu ta'u namni sadaaffaan immoo dubartii umrii 35 swiidin irraa kan dhufteef iddoo turtii qophaa'e keessa kan turte jedhamee jira.
💠 Dabalataan jaarsi umri 85 dhukuba irra goomuun dhaga'ame.
Maddi.FBC.
▶️share
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
Namoonni biyya alaa irra dhuftan gara buufata fayyaa naannoo isaaniitti argamuutti deemaati laalamaa jechuu dubbatanii jiru.Obbo Addisu Araggaa.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
Akkam jirra jirtuuu
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️

Ameerikaatti namoonni Koronaavaayirasiin du'an kuma 10 caaleera. Dhibeen COVID-19 addunyaarra biyyoota heddurratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni 1,330,461 dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 70 ol darbeera.

🌏Addunyaa 🌏
•Namoonni qabaman = 1,330,461
•Namoonni du'an = 73,870
•Namoonni bayyanatan = 277,707

Ameerikaa(USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 356,653
•Namoonni du'an = 10,516

Xaaliyaan(Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 132,547
•Namoonni du'an = 16,523

Ispeen(Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 135,032
•Namoonni du'an = 13,169

Jarman(Germany)🇩🇪
•Namoonni qabaman = 101,779
•Namoonni du'an = 1,664

Faransaay(France)🇫🇷
•Namoonni qabaman = 98,010
•Namoonni du'an = 8,911

Chaayinaa(China)🇨🇳
•Namoonni qabaman = 81,620
•Namoonni du'an = 3,322

Iraan(Iran)🇮🇷
•Namoonni qabaman = 60,500
•Namoonni du'an = 3,739

Ityoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 44
•Namoonni du'an = 2

@abdataa3
@abdataa3
#update

Ministirri Muummee UK - Booris Jonsan, mallattoon dhukkuba Koronaavaayiras itti cimnaan, kutaa dhukkubsattoonni haalaan dhibaman keessatti wal'aanaman (ICU) keessa galfaman.

Ministirri Muummee ganna 55 kun erga mallattoon dhukkubichaa irraa cituu didee booda, Hospitaala St. Thomas kan galan kaleessa ture.

Dureen biyyaa kun Ministira Hajaa Alaa kan ta'an Doominiik Roob bakkasaanii bu'uun akka tajaajilan gaafataniiru.

Waajirri isaanii 'Downing Street' ibsa baaseen: "Sa'aa booda kana keessa, haalli ministirri muummichaa hammaachaa dhufuusaatiin, gorsa garee fayyaa isaaniitiin, gara kutaa ICU'tti ce'aniiru."

#BBC
@abdataa3
@abdataa3
⭕️ Lakkoofsi namoota Covid-19 qabamanii 44 gahe jira, Qoraannoo laboratoriy namoota 164 irratti gaggeefameen nama tokkoo irratti vaayirasichi argamee jira
▶️Jiraattu magaalaa duukam kan taate Jaartii ganna 65 akka taate Dr.Liyaan Taddeesse dubbatani jiru.
♨️ Walumaagalatti Biyya keennatti namni 36 Iddoo adda baasanii yaaluut yaalama Kan jiran yommuu ta'an ,Namni 4 Fayyanii jiru,Namni 2 immoo lubbu dhaabanii jiru.
♨️Namni lama immoo gara biyya isaaniiti deebi'ani jiru.
Maddi:TEKVAH
▶️Share
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@GGGNetwork
Gaanatti lakkoofsi namoota Covid-19 qabamanii 214 gahani jiru.
♨️Akka mootummaa biyyatti ifa godheetti namni dabalataa 9 har'a dabalamuu ifa godhee jira.
Akkasumaas mootummaan biyyatti kafaltii bishaan ji'a 3 guutuummaa guututti uumata irra kafaluu ifa godhee jira.
Maddi:TEKVAH
▶️Share
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@GGGNetwork
Ispeeniitti Namooti 637 sa'aatii 24 keessatti qabamanii jiru, lakkoofsa namoota kana dura qabamanii Wajjiin wali bira yommuu qabamu xiqqaadha jedhame jira.
#UGAANDA#
♨️Ugaandaatti guyyaa har'a qoraannoo laboratory namoota 231 irratti gaggeessiteen namni marti bilisa ta'u ibsitee jirti.Hanga ammatti namoonni 52 Covid-19 qabamanii jiru.
@GGGNetwork
@GGGNe
#Ruwaanda#
Guyyaa har'a dhaabbanni fayya Biyyattii case tokko ifa godhe jira.walumaagalatti namoonni 104 Covid-19n qabamanii jiru.
Maddi:TEKVAH
@GGGNetwork
@GGGNetwork
#NAQAMTEE#
Magaalaa naqamteetti namoota Covid-19n shakkamani 4 gara hospitala ispeeshalayizid yunversiiti wallaggatti geefamanii qoratamanii bilisa ta'uun himame.
Maddi: TEKVAH
@GGGNetwork
@GGGNetwork
#Ertiriyaa#
Lakkoofsi namoota Covid-19n qabamanii 31 gahanii jiru.guyya har'a qoraannoo namoota 14 irratti gaggeefameen namoonni 2 positive ta'anii jiru.
▶️Share
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@GGGNetwork
#Xaaliyaanii#
Sa'aatii 24 keessatti namoonni 636 du'anii jiru.... Hammii namoota Kan kan Kaleessa 111 akka caaluudha kan himame,hanga ammaatti namoonni 16,523 du'aniiru...........
........Kan Itti fufee.laakofsi namoota Covid-19n qabamanii kan guyyaa har'a erga bitootessaa 22/2012 A.L.I xiqqaadha jedhame galmaa'ee jira lakkoofsichi 3,599 positive ta'anii argamaniiru.
▶️share
Maddi: TEKVAH
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@Gujibot
ithiopiatii vairasii koronan kan qabaman nama 43 ga'ee jiraa
adhaa kan vairasichan qabaman nama 5
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
Koronaavaayirasii: Namni manaa bahuu dhorkamuun bineensotaaf bilisummaa fide jedhaa BBC IN
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
Amaa howaanattii korronaa vairas inn seene jedhamttee kan bekamtuu dabubsuddan adhaa yerroo jalqabaatiif nama vairasichan qabamee ifomsiitetii
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
​​Breaking News: Ityoophiyaa keessatti guyyaa har'aa namni tokko sababa dhibee Vayirasii Koroonaatiin du'uu Inistityuutiin Fayyaa HawaasaItyoophiyaa beeksise
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
#UPDATE
​​#USA_COVID_19

Sa'aa 24 dabarsine keessa Ameerikaan dhukkuba Koroonaa-vaayrasiin lammiilee 1,331 dhabde. Hardha immoo sa’aa muraasa keessatti namoonni 676 du’uu gabaafame.

Koroonaa-vaayrasiin hanga ammaatti lammiilee Ameerikaa 9,128 oltu addunyarraa godaane. Warri qabame walumaagalatti 321,107 tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
Itiyooppiyaa kessatti harra koroonaan nama lamatu du'ee(boqatee).Dutti lama galmaaheera.
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA