♨️ Chaayinaa guyyaa gaddaa labsite♨️
Chaayinaan namoota sababa koronaa vayiraasiitiin lubbuu dhabaniif kadhannaan yaadannoo gootee jirti.
Namoonni 3300 ta'an dhibee kanaan lubbuu dhabuun yaadannoo Yeroo dhiyooti.
@Gujiigurraacha

♨️ "Sosochiin hawaasummaa hin dhaabbattu" Inj.Takkalaa Uumaa,Kantiibaa magaalaa finfinnee.
🛑 Injineer Takkalaan ibsa guyyaa har'a midiyaaleef kenneen,dhibee koronaa ittisuuf qophii barbaachisuu hundaa gochaa jirra,jedhanii jiru.
Itti dabalees sababa koronaa vayiraasiitiin Sosochiin hawaasummaa akka addaan hin cinnees hubachiisanii jiru.

▶️Odduu simbirtuu😳😳😳
✅ Bankiin daldalaa itiyoophiyaa Guyyaa sadiif tajaajila akka addaan kutu beeksiise.
✅ Sababni isaas (core Bankiin technology) babal'isuuf akka ta'e himame jira.gaafaa Ebla 3/2012 kamisa irraa kaase hanga sanbataa xiqqaatti cufaa ta'a.
Haa ta'uu malee ATM fi Mobile Bankiin tajaajila dhaabbataa Itti fufu jedhamee jira.▶️
✅@Gujiigurraach share

Yeroo ammaa kana lakkoofsan namoonni 277,000 oli Vayirasichaan yommuu qabamanii namoonni 7000 oli lubbuu dhabaniiru.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
♨️ Jibuutitti lakkoofsi namaa vayiraasii koronaan qabaman 50 guute jira.
✅ Ibsa guyyaa har'a kennameen wantoo namoota 65 qoratamee keessa nama 1 irratti vayirasichi argamuun himame jira,hanga ammaatti namni saddeetti vayirasicha irra fayyuutu dhaga'ame.

💮💮 Biyya keenna Itiyoophiyatti Namni sadii dabalataan Vayirasichaan qabamuu gabaafame.
❇️ibsa guyyaa dhaabbanni fayyaa Biyyaattii baseen,namoota 89 qoraannoo godhamee keessa nama 3 irratti vayirasichi argamuu minister dhaabbata fayyaa biyyatti Dr.Liya Taddeesse dubbatanii jiru.
🅾 isaa martinuu biyya ala irraa kan dhufan yammu ta'u,hundinu Itiyoophiyaanota dha.
✅ Namni jalqabaa dargaggeessa umri 29 yommuu ta'u bitootessaa 10 bara 2012 gara biyyatti kan deebi'e yommuu ta'u nama dhukkubbichaan qabame Wajjiin wal-tutuqa kan qabu ture.
✅2.Namni 2 ffaan ga'eessa umri 34 yommuu ta'u innis biyya Dubai irra bitootessaa 23/2012 gara biyyatti kan deebi'eef nama vayiraasii qabu wajjiin wal-tutuqa kan qabu yommuu ta'u namni sadaaffaan immoo dubartii umrii 35 swiidin irraa kan dhufteef iddoo turtii qophaa'e keessa kan turte jedhamee jira.
💠 Dabalataan jaarsi umri 85 dhukuba irra goomuun dhaga'ame.
Maddi.FBC.
▶️share

✅ Namoonni biyya alaa irra dhuftan gara buufata fayyaa naannoo isaaniitti argamuutti deemaati laalamaa jechuu dubbatanii jiru.Obbo Addisu Araggaa.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️
Ameerikaatti namoonni Koronaavaayirasiin du'an kuma 10 caaleera. Dhibeen COVID-19 addunyaarra biyyoota heddurratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni 1,330,461 dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 70 ol darbeera.
🌏Addunyaa 🌏
•Namoonni qabaman = 1,330,461
•Namoonni du'an = 73,870
•Namoonni bayyanatan = 277,707
Ameerikaa(USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 356,653
•Namoonni du'an = 10,516
Xaaliyaan(Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 132,547
•Namoonni du'an = 16,523
Ispeen(Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 135,032
•Namoonni du'an = 13,169
Jarman(Germany)🇩🇪
•Namoonni qabaman = 101,779
•Namoonni du'an = 1,664
Faransaay(France)🇫🇷
•Namoonni qabaman = 98,010
•Namoonni du'an = 8,911
Chaayinaa(China)🇨🇳
•Namoonni qabaman = 81,620
•Namoonni du'an = 3,322
Iraan(Iran)🇮🇷
•Namoonni qabaman = 60,500
•Namoonni du'an = 3,739
Ityoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 44
•Namoonni du'an = 2
@abdataa3

#update
Ministirri Muummee UK - Booris Jonsan, mallattoon dhukkuba Koronaavaayiras itti cimnaan, kutaa dhukkubsattoonni haalaan dhibaman keessatti wal'aanaman (ICU) keessa galfaman.
Ministirri Muummee ganna 55 kun erga mallattoon dhukkubichaa irraa cituu didee booda, Hospitaala St. Thomas kan galan kaleessa ture.
Dureen biyyaa kun Ministira Hajaa Alaa kan ta'an Doominiik Roob bakkasaanii bu'uun akka tajaajilan gaafataniiru.
Waajirri isaanii 'Downing Street' ibsa baaseen: "Sa'aa booda kana keessa, haalli ministirri muummichaa hammaachaa dhufuusaatiin, gorsa garee fayyaa isaaniitiin, gara kutaa ICU'tti ce'aniiru."
#BBC

⭕️ Lakkoofsi namoota Covid-19 qabamanii 44 gahe jira, Qoraannoo laboratoriy namoota 164 irratti gaggeefameen nama tokkoo irratti vaayirasichi argamee jira
▶️Jiraattu magaalaa duukam kan taate Jaartii ganna 65 akka taate Dr.Liyaan Taddeesse dubbatani jiru.
♨️ Walumaagalatti Biyya keennatti namni 36 Iddoo adda baasanii yaaluut yaalama Kan jiran yommuu ta'an ,Namni 4 Fayyanii jiru,Namni 2 immoo lubbu dhaabanii jiru.
♨️Namni lama immoo gara biyya isaaniiti deebi'ani jiru.
Maddi:TEKVAH
▶️Share
@GGGNetwork

✅Gaanatti lakkoofsi namoota Covid-19 qabamanii 214 gahani jiru.
♨️Akka mootummaa biyyatti ifa godheetti namni dabalataa 9 har'a dabalamuu ifa godhee jira.
Akkasumaas mootummaan biyyatti kafaltii bishaan ji'a 3 guutuummaa guututti uumata irra kafaluu ifa godhee jira.

✅ Ispeeniitti Namooti 637 sa'aatii 24 keessatti qabamanii jiru, lakkoofsa namoota kana dura qabamanii Wajjiin wali bira yommuu qabamu xiqqaadha jedhame jira.
#UGAANDA#
♨️Ugaandaatti guyyaa har'a qoraannoo laboratory namoota 231 irratti gaggeessiteen namni marti bilisa ta'u ibsitee jirti.Hanga ammatti namoonni 52 Covid-19 qabamanii jiru.
@GGGNetwork
@GGGNe

#Ruwaanda#
Guyyaa har'a dhaabbanni fayya Biyyattii case tokko ifa godhe jira.walumaagalatti namoonni 104 Covid-19n qabamanii jiru.

#NAQAMTEE#
Magaalaa naqamteetti namoota Covid-19n shakkamani 4 gara hospitala ispeeshalayizid yunversiiti wallaggatti geefamanii qoratamanii bilisa ta'uun himame.
Maddi: TEKVAH

#Ertiriyaa#
Lakkoofsi namoota Covid-19n qabamanii 31 gahanii jiru.guyya har'a qoraannoo namoota 14 irratti gaggeefameen namoonni 2 positive ta'anii jiru.

........Kan Itti fufee.laakofsi namoota Covid-19n qabamanii kan guyyaa har'a erga bitootessaa 22/2012 A.L.I xiqqaadha jedhame galmaa'ee jira lakkoofsichi 3,599 positive ta'anii argamaniiru.
▶️share
Maddi: TEKVAH
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@Gujibot
▶️share
Maddi: TEKVAH
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@Gujibot
ithiopiatii vairasii koronan kan qabaman nama 43 ga'ee jiraa
adhaa kan vairasichan qabaman nama 5
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
adhaa kan vairasichan qabaman nama 5
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA