JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF👉 @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
👇👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Muciyyoon Lammaffaa siif hin bilbilu siin jattee, gaafa isheen siif bilbilte,
.
"Tole maalif narratti bilbilte" gaafa jettuun
.
.
"Waniin siif bilbile sitti fakkaatee? Ani Odeeffannoo Wa'ee koronaan dhageefadha jedheeti"
😂😁😂😂😂😂😂
@Orosarcasm
@Orosarcasm
#Covid_19 update
👇👇👇👇👇👇
Ameerikaa sa'aa 24 dabaran keessatti nama 1,000 ol dhibee Koroonaavaayirasiin dhabde.

Akkasuma faransaay sa'aa 24 keessaatti namoonni 1,355 Dhibee Koroonaavaayirasiitiin du'uun gabaafame.

Namoonni vaayrasii kanaan qabaman akka addunyaatti 1,002,272 gahanii jiru, kan lubbuun dhaban 52,234 gahee jiraa.
@muhsen3
Jion
@muhsen3
Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Hankan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
#WorldBankEthiopia
Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaan tatamsa'ina vaayirasii koronaa ittisuuf hojii hojjetaa jirtu deeggaruuf Doolaara miiliyoona 82 kenne.

Deeggarsi kun tatamsa'ina vaayirasii koronaa to'achuun yeroo gabaabaa keessatti biyyattiin dandamachuu akka dandeessuuf hojii hojjetamuuf oola jedhameera.

Deeggarsi maallaqaa kun tatamsa'ina vaayirasii kanaa to'achuuf kanneen dandeessisan qorichoota , meeshaalee yaalaa gara garaa kan ittiin guutamu,iddoo tursiisaa haraa hundaa'uuf, gidduu gala yaalaa fi kanneen biroof oola jedhame.

(OBN)



@muhsen3
#COVID_19 update
#Itoophiyaa

Namoonni koronaavaayrasiin qabaman itoophiyaa keessatti 35 gahanii jiru.
@muhsen3
@muhsen3
Xaaliyaaniitti turtii sa'aatii 24
Namni 4,585 Vayirasichaan qabame jira
♏️Namni 766 du'ee jira.
🅾Namni 1,480 goomee jira.
⭕️ Walumaagalatti namni kuma 14 ol yoo du'u, namni Kuma 100 fi 19 oli Vayirasichaan qabame jira.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
Ruwaandaati Namni koronaan qabame 89 gahee jira.... !
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
♨️ Chaayinaa guyyaa gaddaa labsite♨️
Chaayinaan namoota sababa koronaa vayiraasiitiin lubbuu dhabaniif kadhannaan yaadannoo gootee jirti.
Namoonni 3300 ta'an dhibee kanaan lubbuu dhabuun yaadannoo Yeroo dhiyooti.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
♨️ "Sosochiin hawaasummaa hin dhaabbattu" Inj.Takkalaa Uumaa,Kantiibaa magaalaa finfinnee.
🛑 Injineer Takkalaan ibsa guyyaa har'a midiyaaleef kenneen,dhibee koronaa ittisuuf qophii barbaachisuu hundaa gochaa jirra,jedhanii jiru.
Itti dabalees sababa koronaa vayiraasiitiin Sosochiin hawaasummaa akka addaan hin cinnees hubachiisanii jiru.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
▶️Odduu simbirtuu😳😳😳
Bankiin daldalaa itiyoophiyaa Guyyaa sadiif tajaajila akka addaan kutu beeksiise.
Sababni isaas (core Bankiin technology) babal'isuuf akka ta'e himame jira.gaafaa Ebla 3/2012 kamisa irraa kaase hanga sanbataa xiqqaatti cufaa ta'a.
Haa ta'uu malee ATM fi Mobile Bankiin tajaajila dhaabbataa Itti fufu jedhamee jira.▶️
@Gujiigurraach share
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
♨️Torbaan tokkoo dura dhaabbanni fayyaa addunya(WHO) ameerikaan biyyaa dhibee koronaatti midhamuu dandeessu jechuun of eggachisuun isaa yaadannoo Yeroo dhihooti,innii jedhame hin oollee.
Yeroo ammaa kana lakkoofsan namoonni 277,000 oli Vayirasichaan yommuu qabamanii namoonni 7000 oli lubbuu dhabaniiru.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
♨️ Jibuutitti lakkoofsi namaa vayiraasii koronaan qabaman 50 guute jira.
Ibsa guyyaa har'a kennameen wantoo namoota 65 qoratamee keessa nama 1 irratti vayirasichi argamuun himame jira,hanga ammaatti namni saddeetti vayirasicha irra fayyuutu dhaga'ame.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
💮💮 Biyya keenna Itiyoophiyatti Namni sadii dabalataan Vayirasichaan qabamuu gabaafame.
❇️ibsa guyyaa dhaabbanni fayyaa Biyyaattii baseen,namoota 89 qoraannoo godhamee keessa nama 3 irratti vayirasichi argamuu minister dhaabbata fayyaa biyyatti Dr.Liya Taddeesse dubbatanii jiru.
🅾 isaa martinuu biyya ala irraa kan dhufan yammu ta'u,hundinu Itiyoophiyaanota dha.
Namni jalqabaa dargaggeessa umri 29 yommuu ta'u bitootessaa 10 bara 2012 gara biyyatti kan deebi'e yommuu ta'u nama dhukkubbichaan qabame Wajjiin wal-tutuqa kan qabu ture.
2.Namni 2 ffaan ga'eessa umri 34 yommuu ta'u innis biyya Dubai irra bitootessaa 23/2012 gara biyyatti kan deebi'eef nama vayiraasii qabu wajjiin wal-tutuqa kan qabu yommuu ta'u namni sadaaffaan immoo dubartii umrii 35 swiidin irraa kan dhufteef iddoo turtii qophaa'e keessa kan turte jedhamee jira.
💠 Dabalataan jaarsi umri 85 dhukuba irra goomuun dhaga'ame.
Maddi.FBC.
▶️share
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
Namoonni biyya alaa irra dhuftan gara buufata fayyaa naannoo isaaniitti argamuutti deemaati laalamaa jechuu dubbatanii jiru.Obbo Addisu Araggaa.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
Akkam jirra jirtuuu
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️

Ameerikaatti namoonni Koronaavaayirasiin du'an kuma 10 caaleera. Dhibeen COVID-19 addunyaarra biyyoota heddurratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni 1,330,461 dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 70 ol darbeera.

🌏Addunyaa 🌏
•Namoonni qabaman = 1,330,461
•Namoonni du'an = 73,870
•Namoonni bayyanatan = 277,707

Ameerikaa(USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 356,653
•Namoonni du'an = 10,516

Xaaliyaan(Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 132,547
•Namoonni du'an = 16,523

Ispeen(Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 135,032
•Namoonni du'an = 13,169

Jarman(Germany)🇩🇪
•Namoonni qabaman = 101,779
•Namoonni du'an = 1,664

Faransaay(France)🇫🇷
•Namoonni qabaman = 98,010
•Namoonni du'an = 8,911

Chaayinaa(China)🇨🇳
•Namoonni qabaman = 81,620
•Namoonni du'an = 3,322

Iraan(Iran)🇮🇷
•Namoonni qabaman = 60,500
•Namoonni du'an = 3,739

Ityoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 44
•Namoonni du'an = 2

@abdataa3
@abdataa3
#update

Ministirri Muummee UK - Booris Jonsan, mallattoon dhukkuba Koronaavaayiras itti cimnaan, kutaa dhukkubsattoonni haalaan dhibaman keessatti wal'aanaman (ICU) keessa galfaman.

Ministirri Muummee ganna 55 kun erga mallattoon dhukkubichaa irraa cituu didee booda, Hospitaala St. Thomas kan galan kaleessa ture.

Dureen biyyaa kun Ministira Hajaa Alaa kan ta'an Doominiik Roob bakkasaanii bu'uun akka tajaajilan gaafataniiru.

Waajirri isaanii 'Downing Street' ibsa baaseen: "Sa'aa booda kana keessa, haalli ministirri muummichaa hammaachaa dhufuusaatiin, gorsa garee fayyaa isaaniitiin, gara kutaa ICU'tti ce'aniiru."

#BBC
@abdataa3
@abdataa3
⭕️ Lakkoofsi namoota Covid-19 qabamanii 44 gahe jira, Qoraannoo laboratoriy namoota 164 irratti gaggeefameen nama tokkoo irratti vaayirasichi argamee jira
▶️Jiraattu magaalaa duukam kan taate Jaartii ganna 65 akka taate Dr.Liyaan Taddeesse dubbatani jiru.
♨️ Walumaagalatti Biyya keennatti namni 36 Iddoo adda baasanii yaaluut yaalama Kan jiran yommuu ta'an ,Namni 4 Fayyanii jiru,Namni 2 immoo lubbu dhaabanii jiru.
♨️Namni lama immoo gara biyya isaaniiti deebi'ani jiru.
Maddi:TEKVAH
▶️Share
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@GGGNetwork
Gaanatti lakkoofsi namoota Covid-19 qabamanii 214 gahani jiru.
♨️Akka mootummaa biyyatti ifa godheetti namni dabalataa 9 har'a dabalamuu ifa godhee jira.
Akkasumaas mootummaan biyyatti kafaltii bishaan ji'a 3 guutuummaa guututti uumata irra kafaluu ifa godhee jira.
Maddi:TEKVAH
▶️Share
@GGGNetwork
@GGGNetwork
@GGGNetwork