JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF👉 @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
👇👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Mana keessan taa'uu hin dagatinaa garuu ollaa keesanilee hin dagatinaa
@muhsen3
@muhsen3
Dubartii keeniyaati laastima fayyadamuun carraqqii isiin koronaa ittisuuf gooteen bulchiin kutaa mombassa irra shilingii 100,000 badhaafamte
@muhsen3
@muhsen3. Join gochuun nu deegaraa
@muhsen3
​​Khamiisa, April 2, 2020

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii Koroonaatiin qabamanii miiliyoona tokkotti dhihaatee jira. Haaluma walfakkaatuun lakkoofsi namoota sababa Vayirasichaa lubbuu dhaban 49, 200 dabree jira.
Ameerikaa keessatti weerarri Vayirasichaa guyyuma guyyaan hammaataa jira. Hanga guyyaa har’aatti lammiilee biyyattii 228,408 jidduu 5366 du’uu gabaafame. Xaaliyaan fi Ispeen keessattis lakkoofsi namoota du’anii ammas dabalaa jira.
Weerara dhibee Vayirasii Koroonaatiin wal qabatee odeeyfannoo ijoon April 2, 2020 kanneen armaan gadiiti.

17:05GMT-Lakkofsi lammiilee Turkiyaa Vayirasii Koroonaatiin qabamanii 18,135 gahee jira. Namoonni 356 ammoo sababa Vayirasichaatiin du’anii jiru.

15:28GMT-Afayaa’iin Paarlamaa Iiraan Ali Larijani Vayirasichaan qabamuu ibsame.

15:22GMT-Kaanaadaan lakkoofsi lammiilee biyyatti Vayirasichi irratti argame 10,132 akkasumas lakkoofsi namoota sababa Vayirasii kanaa du’an ammoo 127 gahuu beeksiste.

13:30GMT-Mootummaan UK hanga guyyaa har’aatti lammiilee biyyattii Vayirasiin Koroonaa irratti argame 33,718 jidduu 2,921 du’uu beeksise.

12:15GMT-Sa’uudiin Magaalota Kabajamoo Makkah fi Madinah keessatti labsii yeroo muddamaa baaste. Labsii kanaan sa’aatii 24 guutuu sochiin tokkolle hin hayyamamu. Haata’u malee labsiin kun hojjattoota dhabbilee ijoo fi namoota nyaataa fi dawaa bitachuuf socho’an hin ilaallatu. Hanga guyyaa har’aatti biyyattii keessatti namoota 1,885 Vayirasichaan qabaman jidduu 21 du’uu ibsame.

12:00GMT-Ministeerri Fayyaa Isra’el Vayirasii koroonaatiin qaabame. Muummichi ministeeraa Benjamiin Netaaniyaahuus torbee lama keessatti yeroo lammaffaaf kophatti baafamee jira.

10:00GMT-Iiraan lammiilee biyyattii 50,468 Vayirasichaan qabaman jidduu 3160 du’uu beeksiste.

09:45GMT-Ispeen keessatti lakkoofsi namoota sababa Vayirasii koroonaa du’anii 10,003 gahuu beeksiste. Walumaagalatti lakkoofsi lammiilee biyyatti Vayirasichaan qabamanii 110,238 dabre.


06:45GMT-Griik keessatti baqattoonni 20 Kaampii Ritsona jedhamu keessa jiraatan Vayirasiii koroonaatiin qabamuun eega mirkanaahee booda, mootummaan biyyattii baqattoonni kampicha keessa jiraatan guyyaa 14 iddoo jireenya isaanii irraa gara birootti akka hin sochoone ajaje.
@muhsen3
Join for more information
Muciyyoon Lammaffaa siif hin bilbilu siin jattee, gaafa isheen siif bilbilte,
.
"Tole maalif narratti bilbilte" gaafa jettuun
.
.
"Waniin siif bilbile sitti fakkaatee? Ani Odeeffannoo Wa'ee koronaan dhageefadha jedheeti"
😂😁😂😂😂😂😂
@Orosarcasm
@Orosarcasm
#Covid_19 update
👇👇👇👇👇👇
Ameerikaa sa'aa 24 dabaran keessatti nama 1,000 ol dhibee Koroonaavaayirasiin dhabde.

Akkasuma faransaay sa'aa 24 keessaatti namoonni 1,355 Dhibee Koroonaavaayirasiitiin du'uun gabaafame.

Namoonni vaayrasii kanaan qabaman akka addunyaatti 1,002,272 gahanii jiru, kan lubbuun dhaban 52,234 gahee jiraa.
@muhsen3
Jion
@muhsen3
Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Hankan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
#WorldBankEthiopia
Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaan tatamsa'ina vaayirasii koronaa ittisuuf hojii hojjetaa jirtu deeggaruuf Doolaara miiliyoona 82 kenne.

Deeggarsi kun tatamsa'ina vaayirasii koronaa to'achuun yeroo gabaabaa keessatti biyyattiin dandamachuu akka dandeessuuf hojii hojjetamuuf oola jedhameera.

Deeggarsi maallaqaa kun tatamsa'ina vaayirasii kanaa to'achuuf kanneen dandeessisan qorichoota , meeshaalee yaalaa gara garaa kan ittiin guutamu,iddoo tursiisaa haraa hundaa'uuf, gidduu gala yaalaa fi kanneen biroof oola jedhame.

(OBN)



@muhsen3
#COVID_19 update
#Itoophiyaa

Namoonni koronaavaayrasiin qabaman itoophiyaa keessatti 35 gahanii jiru.
@muhsen3
@muhsen3
Xaaliyaaniitti turtii sa'aatii 24
Namni 4,585 Vayirasichaan qabame jira
♏️Namni 766 du'ee jira.
🅾Namni 1,480 goomee jira.
⭕️ Walumaagalatti namni kuma 14 ol yoo du'u, namni Kuma 100 fi 19 oli Vayirasichaan qabame jira.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
Ruwaandaati Namni koronaan qabame 89 gahee jira.... !
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
♨️ Chaayinaa guyyaa gaddaa labsite♨️
Chaayinaan namoota sababa koronaa vayiraasiitiin lubbuu dhabaniif kadhannaan yaadannoo gootee jirti.
Namoonni 3300 ta'an dhibee kanaan lubbuu dhabuun yaadannoo Yeroo dhiyooti.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
♨️ "Sosochiin hawaasummaa hin dhaabbattu" Inj.Takkalaa Uumaa,Kantiibaa magaalaa finfinnee.
🛑 Injineer Takkalaan ibsa guyyaa har'a midiyaaleef kenneen,dhibee koronaa ittisuuf qophii barbaachisuu hundaa gochaa jirra,jedhanii jiru.
Itti dabalees sababa koronaa vayiraasiitiin Sosochiin hawaasummaa akka addaan hin cinnees hubachiisanii jiru.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
▶️Odduu simbirtuu😳😳😳
Bankiin daldalaa itiyoophiyaa Guyyaa sadiif tajaajila akka addaan kutu beeksiise.
Sababni isaas (core Bankiin technology) babal'isuuf akka ta'e himame jira.gaafaa Ebla 3/2012 kamisa irraa kaase hanga sanbataa xiqqaatti cufaa ta'a.
Haa ta'uu malee ATM fi Mobile Bankiin tajaajila dhaabbataa Itti fufu jedhamee jira.▶️
@Gujiigurraach share
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
♨️Torbaan tokkoo dura dhaabbanni fayyaa addunya(WHO) ameerikaan biyyaa dhibee koronaatti midhamuu dandeessu jechuun of eggachisuun isaa yaadannoo Yeroo dhihooti,innii jedhame hin oollee.
Yeroo ammaa kana lakkoofsan namoonni 277,000 oli Vayirasichaan yommuu qabamanii namoonni 7000 oli lubbuu dhabaniiru.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
♨️ Jibuutitti lakkoofsi namaa vayiraasii koronaan qabaman 50 guute jira.
Ibsa guyyaa har'a kennameen wantoo namoota 65 qoratamee keessa nama 1 irratti vayirasichi argamuun himame jira,hanga ammaatti namni saddeetti vayirasicha irra fayyuutu dhaga'ame.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
💮💮 Biyya keenna Itiyoophiyatti Namni sadii dabalataan Vayirasichaan qabamuu gabaafame.
❇️ibsa guyyaa dhaabbanni fayyaa Biyyaattii baseen,namoota 89 qoraannoo godhamee keessa nama 3 irratti vayirasichi argamuu minister dhaabbata fayyaa biyyatti Dr.Liya Taddeesse dubbatanii jiru.
🅾 isaa martinuu biyya ala irraa kan dhufan yammu ta'u,hundinu Itiyoophiyaanota dha.
Namni jalqabaa dargaggeessa umri 29 yommuu ta'u bitootessaa 10 bara 2012 gara biyyatti kan deebi'e yommuu ta'u nama dhukkubbichaan qabame Wajjiin wal-tutuqa kan qabu ture.
2.Namni 2 ffaan ga'eessa umri 34 yommuu ta'u innis biyya Dubai irra bitootessaa 23/2012 gara biyyatti kan deebi'eef nama vayiraasii qabu wajjiin wal-tutuqa kan qabu yommuu ta'u namni sadaaffaan immoo dubartii umrii 35 swiidin irraa kan dhufteef iddoo turtii qophaa'e keessa kan turte jedhamee jira.
💠 Dabalataan jaarsi umri 85 dhukuba irra goomuun dhaga'ame.
Maddi.FBC.
▶️share
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
Namoonni biyya alaa irra dhuftan gara buufata fayyaa naannoo isaaniitti argamuutti deemaati laalamaa jechuu dubbatanii jiru.Obbo Addisu Araggaa.
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
@Gujiigurraacha
Akkam jirra jirtuuu
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️

Ameerikaatti namoonni Koronaavaayirasiin du'an kuma 10 caaleera. Dhibeen COVID-19 addunyaarra biyyoota heddurratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni 1,330,461 dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 70 ol darbeera.

🌏Addunyaa 🌏
•Namoonni qabaman = 1,330,461
•Namoonni du'an = 73,870
•Namoonni bayyanatan = 277,707

Ameerikaa(USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 356,653
•Namoonni du'an = 10,516

Xaaliyaan(Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 132,547
•Namoonni du'an = 16,523

Ispeen(Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 135,032
•Namoonni du'an = 13,169

Jarman(Germany)🇩🇪
•Namoonni qabaman = 101,779
•Namoonni du'an = 1,664

Faransaay(France)🇫🇷
•Namoonni qabaman = 98,010
•Namoonni du'an = 8,911

Chaayinaa(China)🇨🇳
•Namoonni qabaman = 81,620
•Namoonni du'an = 3,322

Iraan(Iran)🇮🇷
•Namoonni qabaman = 60,500
•Namoonni du'an = 3,739

Ityoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 44
•Namoonni du'an = 2

@abdataa3
@abdataa3