#england(doktoroota muslimaa)
Biyya ingiliiz keessatti doktorinni muslimaa osoo ummta isaanii koronaa vayrasi jalaa baraaruuf hojjattan wareegaman 4 guutanii jiru

Haqa dubane haqa bira dhaabanne bakka nutti dhiitetti bulla malee kijibaan gulufnee guyyan hin gallu abban feete jaaladhu abban feete jibbi
Miidiyaan gaafa ijoollen yamanii namni 3000 bakka tokkotti beelan dhumte calise
Miidayaan gaafa muslimni chaayinaa niqaabni fuularratti gubate gaafa muslimni chayinaa jumlaan ajjefaman kuun dararaman gaafa qur'aanni gubamuuf walitti qabame gaafa hinditti muslimni qaama nageenya eeysifna jedhuun ajjefaman kuun dararaman gaafa masjidatti boyye naqanii dawwatan gaafa daaimni sooriyaa wagga 3 maatiin irraa dhumanii innis hedduu miidhamee waan addunyaan nu goote gaafa rabbi bira dhaqe isin himadha jedhee calise har'a du'a lakkayuun gurra nu duuche sun du'a hin turree moo lubbuun isaanii tan amma dhumaa jirtuun wal caalti mee namni beektu nuuf himi dhugaa dubbanne duuna malee kijibaan jirachuu hin feenu gaafa dhibeen kun lola rabbiti jennu lafaa kaaneeti miti dhugaa dabde eegas jirra yoo rabbi jedhe ragaas baana fuuldure rabbititti gaada booruufi qulqullun adda bahu
Waan fide lolaaf fide lolli ammo gaariif badaas adda hin baasu rabbi nurra deebisii kadhaa ni jabeessina insha allah akka nurra deebius rabirra abdii qabna
@muhsen3 @muhsen3
@muhsen3 @muhsen3
@muhsen3. @muhsen3
Join us 👈👈👈👈👆👆

#COVID19World
Addunyaa kanarraa baayyinni namoota Vaayirasii koronaan qabamanii 936,886 ga'uusaa himame.
• Dhibeen kun lubbuu namoota 47,264 galaafateera.
• Namoonni 194,665 dhibee kanarraa bayyanataniiru.
Biyyoonni Vaayirasii koronaa baayyinaan qabaman:
Ameerikaa 215,344
Itilii 110,574
Ispeen 104,118
Chaayinaa 81,554
Jarman 77,981
Libaanonitti Amaabsaaddarri Filippinsi dhibee kanaan du'uu Al Jazeera'tu gabaase.
Maddi:- OBN

#COVID19America
Ameerikaa keessatti weerara koronaa vaayirasiin lakkoofsi namoota du’anii 5000 darbuu isaa yunivarsitiin Johns Hopkins ibseera.
- Rikoordii haaraan sa'aatii 24 keessatti namootni 884 du’uu isaani yunivarsitichi beeksiseera.
- Daa’imni umurii torban ja’a namoota du’an keessa tokkodha.
Lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii ammoo 216,000 darbeera.
- Manni kuusaa mootummaa feederalaa ammo meeshalee ittin oofirraa ittisaniifi meeshaleen meedikaalaa dhumaa akka jiru Washington Post gabaaseera.
- Bulchiinsi Tiraamp meeshalee ga’aa argachuu akka danda’auufi sanaafis doolara biiliyoona 16 akka qabu hima.
- Angaa’onni US namootni 240,000 ta’an dhibee kanaan du’uu akka danda’an akeekkachiisaniiru.
Maddi:- BBC
@muhsen3

Ministeera Fayyaa speen:
Biyya speen keessatti
walii galatti hanga ammaatti nama kuma 10003. Du'ee jira
Akkasumas ammas namoonni 6120 dhibee kanaan qabamanii jiru,hanga ammaatti nama 110238 gahee jira.

Soommana kuterraa Qadaa(guyyaa furtan) warri qabdan amma kafalaa. Yeroon tun isin jala hin kutin. Qadaa Soommanaatin wal qabatee keessattuu Shamarran biraa deddeebitee gaafiin tun ni dhihaatti. Amma Soomaa! Yeroo ni qabdan. Ji'a Ramadaaniif torbaan 3tu nuuf hafa.
Rabbiin ittiin nuu haa gahu!
Yeroo gaarii qabaadhaa.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
Rabbiin ittiin nuu haa gahu!
Yeroo gaarii qabaadhaa.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
Khamiisa, April 2, 2020
Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii Koroonaatiin qabamanii miiliyoona tokkotti dhihaatee jira. Haaluma walfakkaatuun lakkoofsi namoota sababa Vayirasichaa lubbuu dhaban 49, 200 dabree jira.
Ameerikaa keessatti weerarri Vayirasichaa guyyuma guyyaan hammaataa jira. Hanga guyyaa har’aatti lammiilee biyyattii 228,408 jidduu 5366 du’uu gabaafame. Xaaliyaan fi Ispeen keessattis lakkoofsi namoota du’anii ammas dabalaa jira.
Weerara dhibee Vayirasii Koroonaatiin wal qabatee odeeyfannoo ijoon April 2, 2020 kanneen armaan gadiiti.
17:05GMT-Lakkofsi lammiilee Turkiyaa Vayirasii Koroonaatiin qabamanii 18,135 gahee jira. Namoonni 356 ammoo sababa Vayirasichaatiin du’anii jiru.
15:28GMT-Afayaa’iin Paarlamaa Iiraan Ali Larijani Vayirasichaan qabamuu ibsame.
15:22GMT-Kaanaadaan lakkoofsi lammiilee biyyatti Vayirasichi irratti argame 10,132 akkasumas lakkoofsi namoota sababa Vayirasii kanaa du’an ammoo 127 gahuu beeksiste.
13:30GMT-Mootummaan UK hanga guyyaa har’aatti lammiilee biyyattii Vayirasiin Koroonaa irratti argame 33,718 jidduu 2,921 du’uu beeksise.
12:15GMT-Sa’uudiin Magaalota Kabajamoo Makkah fi Madinah keessatti labsii yeroo muddamaa baaste. Labsii kanaan sa’aatii 24 guutuu sochiin tokkolle hin hayyamamu. Haata’u malee labsiin kun hojjattoota dhabbilee ijoo fi namoota nyaataa fi dawaa bitachuuf socho’an hin ilaallatu. Hanga guyyaa har’aatti biyyattii keessatti namoota 1,885 Vayirasichaan qabaman jidduu 21 du’uu ibsame.
12:00GMT-Ministeerri Fayyaa Isra’el Vayirasii koroonaatiin qaabame. Muummichi ministeeraa Benjamiin Netaaniyaahuus torbee lama keessatti yeroo lammaffaaf kophatti baafamee jira.
10:00GMT-Iiraan lammiilee biyyattii 50,468 Vayirasichaan qabaman jidduu 3160 du’uu beeksiste.
09:45GMT-Ispeen keessatti lakkoofsi namoota sababa Vayirasii koroonaa du’anii 10,003 gahuu beeksiste. Walumaagalatti lakkoofsi lammiilee biyyatti Vayirasichaan qabamanii 110,238 dabre.
06:45GMT-Griik keessatti baqattoonni 20 Kaampii Ritsona jedhamu keessa jiraatan Vayirasiii koroonaatiin qabamuun eega mirkanaahee booda, mootummaan biyyattii baqattoonni kampicha keessa jiraatan guyyaa 14 iddoo jireenya isaanii irraa gara birootti akka hin sochoone ajaje.
@muhsen3
Join for more information

Muciyyoon Lammaffaa siif hin bilbilu siin jattee, gaafa isheen siif bilbilte,
.
"Tole maalif narratti bilbilte" gaafa jettuun
.
.
"Waniin siif bilbile sitti fakkaatee? Ani Odeeffannoo Wa'ee koronaan dhageefadha jedheeti"
😂😁😂😂😂😂😂
@Orosarcasm

#Covid_19 update
👇👇👇👇👇👇
Ameerikaa sa'aa 24 dabaran keessatti nama 1,000 ol dhibee Koroonaavaayirasiin dhabde.
Akkasuma faransaay sa'aa 24 keessaatti namoonni 1,355 Dhibee Koroonaavaayirasiitiin du'uun gabaafame.
Namoonni vaayrasii kanaan qabaman akka addunyaatti 1,002,272 gahanii jiru, kan lubbuun dhaban 52,234 gahee jiraa.
@muhsen3
Jion

Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Hankan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)

#WorldBankEthiopia
Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaan tatamsa'ina vaayirasii koronaa ittisuuf hojii hojjetaa jirtu deeggaruuf Doolaara miiliyoona 82 kenne.
Deeggarsi kun tatamsa'ina vaayirasii koronaa to'achuun yeroo gabaabaa keessatti biyyattiin dandamachuu akka dandeessuuf hojii hojjetamuuf oola jedhameera.
Deeggarsi maallaqaa kun tatamsa'ina vaayirasii kanaa to'achuuf kanneen dandeessisan qorichoota , meeshaalee yaalaa gara garaa kan ittiin guutamu,iddoo tursiisaa haraa hundaa'uuf, gidduu gala yaalaa fi kanneen biroof oola jedhame.
(OBN)

#COVID_19 update
#Itoophiyaa
Namoonni koronaavaayrasiin qabaman itoophiyaa keessatti 35 gahanii jiru.

✅ Xaaliyaaniitti turtii sa'aatii 24✅
Namni 4,585 Vayirasichaan qabame jira
♏️Namni 766 du'ee jira.
🅾Namni 1,480 goomee jira.
⭕️ Walumaagalatti namni kuma 14 ol yoo du'u, namni Kuma 100 fi 19 oli Vayirasichaan qabame jira.
@Gujiigurraacha