JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAFπŸ‘‰ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Hattuu Jaallatamaa !!!!
Waan Ajaa'ibaa Kana Dubbisaa Mee!

Bara Durii keessa Hattuu Tokkotu jira,
Innis Lammii Ameerikaati,
Maqaan isaa #Charlie Jedhama ,

Hattuun Kun Ummataan Baay'ee Jaallatama Ture!

Hattuun Akkamitti Jaallatama jechuun Keessan Hin Oolu!


Sababni Inni jaallatamuuf Sababaa inni Yeroo Baankii Gara Garaa Cabsee Saamu Waraqaa ykn faayila Achi Keessa jirtu Guutuu Gubuufi ,
Yeroo San Keessatti Akka Har'aa Kana Wanti Hundi Kompitara Keessatti hin Galmeeffamu, Wanti Hundu Waraqaarratti Barreeffamee kaayama Ture,
Inni Waraqaa San Yoo Gube Ummanni Milyeena Heddutti Lakkaa'amu Idaan Baankii Irra Jiru Ragaan Waan Hin Jirreef Kafaltiin Irraa Hafa Waan Taheefi,

Kanaaf Ummanni Ameerikaa Hedduun Hatticha Kana jaalatu!

Waan Ajaa'ibaati!

#Like_Share Godhaa!
scroll down trust me this will put  a smile on your face, make your day, or help you β€ 


Every night , someone thinks about you before they go to sleep,


At least fifteen people in this world loves you


The only reason someone would ever hate you is because they want to be just like you


There are at least two people in this world that would die for you


You mean the world to someone.


Someone that you don't even know exists loves you

When you make the biggest mistake ever,something good comes from it.

When you think the world has turned its back on you, take a look.


Always remember the compliments you've received.


Forget the rude remarks.


So if you are a loving friend, send this to everyone on your list including me 

Tonight at midnight your true love will realize they like you.

Something good will happen to you between 12 in the morning and four o'clock pm tomorrow, it could be anywere . Get ready for the biggest shock in your life

If you break this chain YOU will be cursed with relationship problems for the next ten years . Send this to fifteen people in fifteen minutes !!


Make Someone else's day! Help get a smile on someone's face! Help someone out! β€remember that your loved





F.R.I.E.N.D.S. πŸ˜‰
=Fight for you 
=Respect you
=Involve you
=Encourage you
=Need you 
=Deserve you 
=Save you
Send this to all your friends & me if I'm     one......If you get 4 back u r liked but if u get 7 back then u r seriously loved πŸ˜Š
Walaloo Qur'aana
==============
Koottaa karaa gaarii
Gara Qur'aana rabbii
Yaa Qur'aana rabbii
Caalaa hundaa olii
Maaltu siin dorgoma
Yaa kalaama rabbii
Jecha jechaa olii
Qur'aanul kariimii
Kan hin jijjiiramne
Hanga zalaalamii.
Namni isa qara'ee
Dhugaan itti hojjate
Inni hin kasaaru
Dhugumaan milkaa'e
Yaa saamunaa qalbii
Daawwitii aalamaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar karaa kheenyaa
Khan jala deemnu
Hanga jiruu teenyaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar lubbuu teenyaa
Qur'aanni ifaadhaa
Koottaa ni ibsannaa
Qur'aanni dawaadhaa
koottaa itti wal'aanamnaa
Jabaannee barannee
Ummata barsiifnaa.
Saahaabonni rasuulaa S.A.W
Qur'aanarratti dhumanii
Seenaa hin dagatamne
Nuufis dabarsani
Garuu ammaan-tana
Osoo islaamni lubbuun jiruu
Qur'aanni gubamee
Akka waraqatti
Fincaanin bahame
Namuu du'a sodaaf
Ifirraa cal'ise.
Duuti diduu hin taatu
Seera uumamaati
Irra caaltuun du'aa
Tan amantii ofiiti
Bar ilmi namaa Waan irratti
Du'een kaafamaa
Yoo qur'aanarratti duute
Shafa'aa dhaabbatee
Isaatu siif mormaa.
#MY_WORDS_FOR_YOU

I want years,
not weeks
I want real,
not fake
I want arguments,
not secret
I wanna be held down,
not let down

@Sabaaif35
#MIRRIGA

Dubbachuu qofti gahaa miti
Dhugaa dubbachuudha malee

Yaaduu qofti gahaa miti
Gaarii yaaduudha malee

Biyya faarsuu qofti gahaa miti
Hojiin agarsiisudha malee

Fuudhuu qofti gahaa miti
Irraa dhalchuudha malee

Oromummaan afaanii mitii
Irraa dhaloota malee

Oromoo lammii tiyya
Diinni waa nun roorrisu
Yoo tokkummaa dhabne malee

πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ
πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ
πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ

✍ By @Shaminasir
JoinπŸ‘‰ @GUMAATA_CARCAR
....Ay bada bara 2012...

Kanaafii kha dabareees tokkuma. Hanga duraa tokka numa jaalanne harkaas numa dhooyneef nilllee numa faarsine, xiqqo bubbuleetuma abalu san kaasee faarsee siidamoo dhakhaa baanan san..., oduma inni taa'uu isa biraan achi siiqanii nu arrabsan yoom saniin gabaabsan gad bu'anii nu ajjeesanii gad bu'anii nu reebanii. Maal haa godhanree abaluutuu abalu masaraa keeysaa taa'ee nu faarsee!
"Gaafuma ati ulee lafaarraa fuuteen bakka na dhooytuufii akka na dhahuuf deemtu beeke"
Kan ajjeefame shororkeeysaa, ka ajjeese abbaa biyyaa,ka gubatu ni iyya,ka gubu gammadee jiraata.
#Huuuuuuh bar kun cufti odoo biyya isaanii dheeynee achitti akkanatti nurratti raawwatanii nun aarsuu,dhufanii biyya teenyatti dhufanii qa'ee teenyatti.....πŸ˜”
#Mootummaan biyya bulchu garuu "kana kan raawwachaa jiru qaama gurmaahee socha'aa jiru" ja'eetuma cal cal cal.
Ka gubuufii ka jibba labsu masaraa keeysatti gorsaa tahee odoo jiruu isa achumatti dhiisanii gad bahanii nuu waliin ka biraa ala barbaaduu. Eeysaa arkamaree? Isinuu arkaa jannee iyyannee lallabnee arkuu diddanii
#Ayiii bada qaama guraamaahee socha'aa jiru dhiiroo samii bu'an moo lafaa meeyran qaamoonni akkasii kun.
Silaahuu akka isin "maarree" san hatuuf teeysan numa beeynaa garuu duunee banna malee "maarree" san barana isinumaaf itti hin darbine ! "Harki hanna bare muranuu dooluu sossa'aa"
Akkana nu reebaamoo, akkanatti ganamaafii galgala nu fixaamoo abadan abadan isiniif sagaleekhoo numaan hin laanne.,,,!!!
Khalaas kuniis mirga !
Gubanne wallahiii abbaarraa ilmatti, ilmarra ilmatti ilmarra nutti nurraahoo dhiiroo...?
Ganama gammaddu galgalala gaddita...
Hanga yoomi laata teenya tun???
@toltuu1 @toltuu1
😯..Yeroo tokko tokko...

Namoonni tokko tokko yeroo sadarkaan isaanii xiqquma ol guddatteef maaliif gochoota gadhe gadhee hojjachuun akkanatti akka isaaniif laafu naaf hin galle !
Sadarkaadhaan xiqquma ol guddannaaan,sadarkaa yeroon siin ja'u yaadaan narraa fagoo hin deemin, sadrkuma barnootaatiin sadarkaa gadiirraa gara sadarkaa lammaffaati,sadarkaa lammaffaarraa gara qophaainaatti, qophaa'inarraa gara universitiitti adaduma ol guddachaa dhufaniin gochoota gadhe gadhee hawaasa keeysatti hojjatuun isaaniif salphata.
Kan duraan hawaasa keeysatti safuudhaan beekkamus xiqquma ol siiqee mullannaan namni maal na gadha ja'eeti irree isaa dhiibaa, shamarran guyyaarra gara guyyaatti jijjiiraa harka irra kaayyatee ganda keeysa oliifii gad deemaa oola.
Gariinfaan biyyaa baheetuma biyyatti deebi'eeti akka waan nama biyya san keeysa jiru cufaa ol taheetti if yaadee cufa namaa tuffata...!
Yaadimee yeroo ati gochoota kana raawwattu hawaasni maal maal akka sirraa tilmaamu,daa'imni si arku maal maal akka sirraa baratu.
#Ayii nama qoccaatan dhugaa. Mee fkn isiniif haa tahuu namoonni sadarkaa ol aanaarra jiraachaa hawaasa keeysatti safuufii kabajaadhaan jiraatan jaalala isaan hawaasa xiqqaafii guddaa biraa arkatan.
#Kana qofaas miti gariin haadha isaa tan isaaf jattee bifti isii jijiirame tana tuffateeti iddoo gari garii isii waliin dhaquudhaaf qaanfata.
Numaa gariinfaan isiin haadhaa isaa akka taate, inni abbaa isaa akka tahe hiriyyoota isaatti himuuu irraa ni qaanfata. Maaluma taate yaa aboo bar siif ja'aniiti akkasitti bifti isaanii jijiiramte malee gaafa sadarkaa akka teetii tanarra jiran sirra bareedaa turanii,kan ati isaaniin boonuu dhiistee isaaniin saalfattu.
Hammaataniis huqqataniis suma bakkaan gahuuf rakkoo san cufarra akka gahan hin dagatin...
😍Dhaamsi Itti fufa...
@Toltuu1 @toltuu1
YaadaafπŸ‘‰@harargee_bot
Barattoota kutaa 12tiifii shakkii jiru...
πŸ‘Akkuma beekkamu ministeerri barnootaa yeroo dabre keeysa sababaa filannoo biyyooleeysaatiif jacha qormaanni akka as siiqu himeeti ture,garuu amma filannoon achi siiyxee waan jirtuuf qormaanniis achi siiquu hin oolu waan ja'uutuu barattootatti yaada itti tahaa jira.
Kanaan wal qabsiisee #dhaamsa wahiitiin barattootaf qaba. πŸ‘Waa'een dhimmi qorumsi as siiquufii achi siiquu sin yaachisin. Yoo akka dureen as siiqa ja'amee jiru sanitti as siiqa tahe ammallee #baatii lama guutuu qabda,baatii lama jachuun guyyaa 60,guyyaa jahatam jachuun nama itti fayyadamuu beekhuuf guyyaa hedduudha. Mee na dhagahi obboleeysakoo/obboleeytii too guyyaa jahatamiituu siif hafe haa jannuu guyyaa jahattamman kana seeraan qabii kunuunsii itti fayyadami. #Garuu guyyaa jahatam yeroon ja'u itti amaneetii miti guyyaa hanga hafe isiniituu na caalaa beekha waan taheef,an akkuma dhaamsaattiin tilmaaman jachu jiraa...
#Sa'aa hirriibaa guyyatti sa'aa shan yoo fudhatte gahaadha.
Ati amma sa'aa shanan hirriibaaf kannitu kana malee sa'aan biraa cufti keeti akka feete godhuu dandeeysa. Garuu sa'aa boqonnaa fudhachuu qabda. Muslima taanaanfaa sa'aa hoqonnaa baayyee qabda sa'aan kaatee gara salaataa deemtuuhuu siif sa'aa boqonnaatii.
😍Kanarraan kan hafe ati warra harargee yooniifii taatee xiqqo itti ciruu hin ooltu ja'een si tilmaama, rakkoon qabu itti cirtuus magariisni afaaniin seene sammuu numa ibsaa akka mirqaantuuf si gargaaraa,garuu hadaraa daqiiqaa 30mii hanga 35 olii isarratti hin gubin.
😑Akkana nuun ja'e ja'aatii warri hin qamaanees ni eegalla ja'aa yaa joollee baasaaπŸ˜„
Akkasitti yerotti fayyadamnaan guyyatti yoo xiqqaate sa'aa 24 keeysaaa sa'aa 8/10 dubbisaaf ni qabda,guyyatti sa'aa 8/10 yoo dubbiste guyyaa 60tti sa'aa meeqa qabda...
πŸ‘ #Abshir harka hin kannin ammallee dhukkeeysuu ni dhaqqabdaa. Baatiin qormaataa dabalamuus dhiisuus ati san dagadhuutuma itti cichii yerotti naaf fayyadami irra aantaatii...
Dhaamsi arraa kana fakkaata waan kanarraa hafeefi yaada qabdaniif @harargee_bot gubbaan na dubbisaa
😍Dhaamsi Itti Fufa...
@toltuu1 @toltuu1
πŸ˜‰Seera kana ni guuttaa ati...
Yeroo namootaa waliin nyaata nyaattu

1,Odoo nyaachaa jirtuu quba irraa nyaata hin arraabin yoo nyaattanii fixxanfaa malee.
2,Namootaa waliin odoo nyaachaa jirtuu daftee quufe jattee hin ka'in qalbii namaatiif gaarii mitiitii, garuu namoonniin wajjiin nyaachaa jirtu san quufuu hin oolan jattee yoo yaadde kaatuus humaa hin qabu,eegalteetuma takkaafi lama kutattee quufe jachuutu rakkoo qaba malee...
3,Namootaa waliin odoo nyaachaa jirtuu daftee waan akka #fooniifii #lafee gubbaarraa hin fudhatin ijji nama garii rasaasarra hamtuudhaatii.
4,Odoo namootaa waliin nyaachaa jirtuu wantoota takka takka kan akka furriifaa firraa hin fuudhin softiinillee.
5,Nyaataa gosa tokkoo odoo nyaachaa jirtanii bakka teetii foon yoo dhumees bakka namaatii hin fuudhin. Siif hime laal an ijji nama garii nama danqartii😊
6,Nyaata namootaa waliin yeroo nyaattu odoo afaanii qabdu sanuu ka hin liqimsin deebiitee ka dabalataa saanaa keeysaa hin fudhatin,yaa abooo maali kotorbaandii saammachu jirta seetee ka afaaniifii harkatti ganda duraa guurrattee hafarsitu😊
7,odoo namootaa waliin nyaachaa jirtuu ilkee keeysaa waa if hin guurin. Akkas godhuunfaan dhugaa qaanyiidha,harka nyaachaa jirtuun ilkee keeysaamooπŸ™ŠπŸ˜
8,Odoo namootaa wajjiin nyaataa jirtuu jidduun addaan kuttee mana ficcaanii dheeyxee hin deebi'in,dhugumatti kunfaan nama shirkisiisa...😏
#An asumatti haa dhaabuu mee seeraa kana kan dabalataa yoo qabaattaan @harargee_bot gubbaan naaf ergaa. Ittiin fufsiisaa...
😍Dhaamsi itti fufa...
@toltuu1 @toltuu1
Turkii(loltota waraanaa)
Dhibeeyerookana addunyaaweerare hordofuunturkiinislabsii yeroomuddamalabsuun isi ni yaadatamakanuma hordofunharkaqalleyyi waan nyaatanhinqabne waranniturkiinyaata qoodafijira
#england(doktoroota muslimaa)
Biyya ingiliiz keessatti doktorinni muslimaa osoo ummta isaanii koronaa vayrasi jalaa baraaruuf hojjattan wareegaman 4 guutanii jiru
Haqa dubane haqa bira dhaabanne bakka nutti dhiitetti bulla malee kijibaan gulufnee guyyan hin gallu abban feete jaaladhu abban feete jibbi
Miidiyaan gaafa ijoollen yamanii namni 3000 bakka tokkotti beelan dhumte calise
Miidayaan gaafa muslimni chaayinaa niqaabni fuularratti gubate gaafa muslimni chayinaa jumlaan ajjefaman kuun dararaman gaafa qur'aanni gubamuuf walitti qabame gaafa hinditti muslimni qaama nageenya eeysifna jedhuun ajjefaman kuun dararaman gaafa masjidatti boyye naqanii dawwatan gaafa daaimni sooriyaa wagga 3 maatiin irraa dhumanii innis hedduu miidhamee waan addunyaan nu goote gaafa rabbi bira dhaqe isin himadha jedhee calise har'a du'a lakkayuun gurra nu duuche sun du'a hin turree moo lubbuun isaanii tan amma dhumaa jirtuun wal caalti mee namni beektu nuuf himi dhugaa dubbanne duuna malee kijibaan jirachuu hin feenu gaafa dhibeen kun lola rabbiti jennu lafaa kaaneeti miti dhugaa dabde eegas jirra yoo rabbi jedhe ragaas baana fuuldure rabbititti gaada booruufi qulqullun adda bahu
Waan fide lolaaf fide lolli ammo gaariif badaas adda hin baasu rabbi nurra deebisii kadhaa ni jabeessina insha allah akka nurra deebius rabirra abdii qabna
@muhsen3 @muhsen3
@muhsen3 @muhsen3
@muhsen3. @muhsen3
Join us πŸ‘ˆπŸ‘ˆπŸ‘ˆπŸ‘ˆπŸ‘†πŸ‘†
#COVID19World
Addunyaa kanarraa baayyinni namoota Vaayirasii koronaan qabamanii 936,886 ga'uusaa himame.

β€’ Dhibeen kun lubbuu namoota 47,264 galaafateera.
β€’ Namoonni 194,665 dhibee kanarraa bayyanataniiru.

Biyyoonni Vaayirasii koronaa baayyinaan qabaman:
Ameerikaa 215,344
Itilii 110,574
Ispeen 104,118
Chaayinaa 81,554
Jarman 77,981
Libaanonitti Amaabsaaddarri Filippinsi dhibee kanaan du'uu Al Jazeera'tu gabaase.

Maddi:- OBN
@muhsen3. @muhsen3
#COVID19America
Ameerikaa keessatti weerara koronaa vaayirasiin lakkoofsi namoota du’anii 5000 darbuu isaa yunivarsitiin Johns Hopkins ibseera.

- Rikoordii haaraan sa'aatii 24 keessatti namootni 884 du’uu isaani yunivarsitichi beeksiseera.

- Daa’imni umurii torban ja’a namoota du’an keessa tokkodha.
Lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii ammoo 216,000 darbeera.

- Manni kuusaa mootummaa feederalaa ammo meeshalee ittin oofirraa ittisaniifi meeshaleen meedikaalaa dhumaa akka jiru Washington Post gabaaseera.

- Bulchiinsi Tiraamp meeshalee ga’aa argachuu akka danda’auufi sanaafis doolara biiliyoona 16 akka qabu hima.

- Angaa’onni US namootni 240,000 ta’an dhibee kanaan du’uu akka danda’an akeekkachiisaniiru.

Maddi:- BBC
@muhsen3
COVID-19
ministerri fayya biyya israail Akovo litzman qorranoon taasifameefi korona vayrasiin qabamuun isaanii mirkanaa'e hati warra issas akka qabamte himame
@muhsen3
@muhsen3
Ministeera Fayyaa speen:

Biyya speen keessatti
walii galatti hanga ammaatti nama kuma 10003. Du'ee jira
Akkasumas ammas namoonni 6120 dhibee kanaan qabamanii jiru,hanga ammaatti nama 110238 gahee jira.
​​Soommana kuterraa Qadaa(guyyaa furtan) warri qabdan amma kafalaa. Yeroon tun isin jala hin kutin. Qadaa Soommanaatin wal qabatee keessattuu Shamarran biraa deddeebitee gaafiin tun ni dhihaatti. Amma Soomaa! Yeroo ni qabdan. Ji'a Ramadaaniif torbaan 3tu nuuf hafa.

Rabbiin ittiin nuu haa gahu!

Yeroo gaarii qabaadhaa.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
#COVID19

Biyya Xaaliyaanitti sa'aatii 24 darbe keessatti namoota 4,668 Koronaavaayirasiin yoo qabaman, lubbuun namoota 760 darbeera. Walii galaan hanga ammaatti namoonni 115,240 kan qabaman yemmuu ta'u isaan keessaa namoonni 13,915 lubbuu isaani dhabaniiru.

Share waliif godha join godha
@muhsen3
Addunyaan yeroo amma kana asirra geette jirti akka tilmama kiyyatti guyya borii milyena tooko ni guuta jedha yaa rabbi nu tiisi ati
@muhsen3
@muhsen3
Mana keessan taa'uu hin dagatinaa garuu ollaa keesanilee hin dagatinaa
@muhsen3
@muhsen3
Dubartii keeniyaati laastima fayyadamuun carraqqii isiin koronaa ittisuuf gooteen bulchiin kutaa mombassa irra shilingii 100,000 badhaafamte
@muhsen3
@muhsen3. Join gochuun nu deegaraa
@muhsen3