Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Allahan Qaba)
Seenaa sooressa Jaarraa Abba gadaa.pdf
96.6 KB
GUDDINA KEESSOO
Keessoo kee tolfachuun yeroo sitti fudhachu mala garuu Ijaarsa guddiinaa Kee fi Dandeetti keef baay'ee barbaachisa dha.
Leemmaanni lafa keessa bahuuf Wagga 5 guutuu itti fudhata. Mallatoo guddiinaa tokko illee osoo hin agarsisin. Garuu Muktii kun dheerina tarkanfii 80 (meetira 25) ta'uu dheerate mul'achuf turtii torbee 6 qofa itti fudhata.
Mukti kun jabaate guddachuf osoo hin mul'atiin lafa keessaatti hundee Isa, sirna nyaata Isa, adeemsa guddiinaa isa hundaa dura xumuratee lafaa keessaa bahe guddata
Qajeelfamnii kun dhala namaafis dhugaadha.
Namoonni obsanii fi ofdhoksani jiraatan mul'ata fi bakka yaadan biraa salphumman gahuu.
Atis buu'ura kee tolfadhu akkuma Leemmani kun waan isa barbaachisu hunda wagga dheeraa fudhate qoopheeffatu , atis kaayyoo keef, mul'aata keef hundee cimaa qabadhuu. Gaafa keessoo kee guddistee yeroo muraasa keessatti mul'attee argamuuf jirta.
GAHEEN KEE
*
Of irratti hojjeedhu guddina keessoo qabaanan guddinni ala salphadha. Hojiin uulfaatan keessa ofii irratti hojjeechudha. Kanaaf of dammaqsi of dhoksii bu'uura jireenya kee kan ta'ee keessa kee ijaarii.
SHARE gochuu hin dagatin.
Join ππ
@dedroro

π1
Forwarded from πHARARGEE MEDIA
#Reposted
#Mul'ata koo jiraachuuf
"Onnee namaa keessa duwwaan mul'ati qofti guutuu danda'u jira."
Magaalaa tokko keessa sooressi maatii isaa irraa qabeenya dhaale tokko akka ture himama. Namichi kun qarshii gahaa yeroo barbaadetti hamma barbaade baasuu danda'u qaba ture. Mana bareedaa, konkolaataa bareedaa fi wantoota jireenya nama tokko barbaachisu guutuu qaba ture. Jireenya mijataa kana keessa waggoota hedduu jiraate. Haa taβu malee jireenyi marsaa jireenyaa irra deddeebiβuu taβeera. Nyaata, dhugaatii, hiriyyoota isaa waliin taphata, gara manaatti deebi'ee, rafee, ganama deebi'ee ka'a. Guyyaa itti aanutti akkasuma irra deebi'ee godha. Hiriyyoota hedduu qaba. Namichis marsaa jireenyaa kana dadhabee burjaaja'e. Gaaf tokko yeroo rakkoon miiraa isaa olka'aa ta'etti "of ajjeesuufan jira" jedhee murteesse.
Akkamitti of ajjeesuu akka danda'u yommuu yaadu riqichi guddaan naannoo sana akka jiru yaadate. Bakka riqichi sun jiru dhaqee of darbachuun of ajjeesuu deeme. Riqicha olkaβaa sodaachisaa sanaa qarqara dhaabatee of darbachuuf osoo jiruu, sagaleen tokko akka tasaa yaada isaa hate. Sagalee daa'imaati. Yeroo Garagalee ilaalu daa'ima tokko arge. Daa'imni kun baay'ee dhukkubsatee jira. Daa'ima kana eenyu akka achitti dhiise hin beekamu. Namichi of ajjeesuuf jedhu kun mucaa kana yeroo sirriitti ilaalu, beela irraa kan kaβe daa'imnichi akka huuqqatee fi of dadhabee jiru arge, baayβees gadde. Innis garaa isaatti "Mee guyyaa tokko illee daa'ima hiyyeessa kana hangan du'utti haa nyaachisu" jedhee yaade. Kanaaf, beellama of ajjeesuu isaa yeroo biraatti dabarse.
Daa'ima kana harkatti qabatee ol kaasee, qaama isaa dhiqee, akka gaariitti nyaachisee, bishaan obaase, achiis gara karoora of ajjeesuutti deebi'uu itti fufe. Garuu karaa irra osoo deemuu "haala daa'ima kanaa irraa ija koo baasuu hin danda'u" jedhe. Innis "Erga ani du'ee booda eenyutu daa'ima kana nyaachisa?" Guyyaa tokko qofa keessatti fuullisaa ni fayye. Kana erga yaadee booda daa'ima dhiisee deebi'ee nyaachisuuf bakka inni dhufeetti deebi'e. Guyyaa biraa itti dabale. Guyyaa biraas deebisee isa nyaachise. Kana jechaa guyyoota muraasaaf erga nyaachisee booda mucaa sana yommuu argu lubbuun isaa deebite. Amma sooressi kun yeroo deebi'ee of ajjeesuu yaaduu eegalu egeree mucaa kanaa ol ilaaluu eegala. Gurbaan kun guddatee sadarkaa gaarii irra akka gahu arguuf hawwuu jalqabe. Jiraachuuf fedhii guddaa kan qabu. Hiika ittiin jiraatu argateera. Sana booda lammata waa'ee of ajjeesuu yaaduu hin dhiise.
- Namni tokko kan kisaaru yeroo daldalli tokko kufe osoo hin taane, yeroo mul'ata isaa dhabe...
- Namni tokko kophummaa kan itti dhagahamu yeroo kophaa isaa osoo hin taane, yeroo mul'ata dhabe...
- Namni tokko namoota biroo irraa waan xiqqaa ta'eef osoo hin taane, yeroo mul'ata isaa dhabe gadi bu'uun itti dhaga'ama...
- Namni yeroo daandii dhabe osoo hin taane, yeroo mul'ata dhabe kan burjaaja'u...
- Namni gaaffii deebii hin qabneen guutamu gaafa deebii dhabe osoo hin taane, yeroo mul'ata dhabe...
- Namoonni hojii dhaban yeroo hojii dhaban osoo hin taane, yeroo mul'ata dhaban...
Burjaajiin amma keessa jirtan, muddama fi rakkoowwan biroo furmaata hin arganne fakkaatan mul'ata keessan beektanii gara fuulduraatti tarkaanfachuu yoo jalqabdan hamma isin miidhuu hin dandeenyetti furmaata argachuu ykn hir'achuu akka danda'an hin dagatinaa.
Jiraachuuf fedhii guddaa akka qabaattutti hiika ittiin jiraattu argadhu.
@harargetub

π2β€1
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr π¨βπ»π€ β)
"Jireenya kee keessatti nyaata akka qorichaatti sirnaan fayyadami; yoo akkas gochuu diddee umuriikee guutuu qoricha akka nyaataatti fayyadamaa jiraatta." #SteveJobs
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
β€1
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr π¨βπ»π€ β)
#DUBBIIWWAN_ABRAHAAM_LIINKAAN_GURGUDDOO !
~
1) Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u.
2) Hiriyyaan koo nama hundumaarra naaf caalu, Nama kitaaba ani hin dubbisne naaf kennedha.
3) Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu.
4) Waan feete ta'i; garuu itti cimi.
5) Akaakayyuunkoo eenyu akka ta'e hin beeku; ilmi ilma isaa eenyu ta'uuf, ta'uuf akka jirutu na dhiba.
6) Michuun kee nama diina ati qabdu qabuudha.
7) Waan har'a hojjechuu qabdu kamuu boriif hin kaa'iin.
8) Nagaa yoo feete beekamtummaa irraa of fageessi.

βοΈ Telegram stars
Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.
TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.
Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.
Yeroo nama 1 affeertan urjii 15βοΈβοΈ argattu
Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba π₯ππ»π
https://t.me/major/start?startapp=5603464481
Source: Abdisa Bancha Jara

Telegram
Major
Become a Major of Telegram. Climb higher in rating based on your balance. Play Games and earn points.
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent..)
Akkaataa sammuudhaan cimaa taβuu dandeenyu:_
. Kophaa ta'uu hin sodaatin.
. Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
. Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
. Bu'aa hatattamaa hin eegin.
. Riskii fudhachuu hin sodaatin.
. Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
. Itti gaafatamummaa irraatti hin qaana'in.
. Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in.
. Milkaa'ina namoota biroo irratti hin aarin.
. Namoonni miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin heyyamiin
. Yeroo kee gadduun hin gubin.
. Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna hin qisaasessin.
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota

Carraa fayyadami, dogoggora hojjedhu. Akkasitti guddatta. Dhukkubbiin ija jabina kee soora. Jajjaboo ta'uu shaakaluudhaaf kufaa ka'uu qabda. Yaada gadhee yaada gaariin erga bakka buuftee booda bu'aa gaarii argachuu jalqabda. Addunyaa kana irratti ija jabina malee homaa ta'uu hin dandeessu.
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
βββββββββββ
ποΈ @Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent..)
Milkaa'inni kee bu'aa waan yeroo hunda hojjechuuf murteessituudha.
Milkaa'inni yaalii yeroo tokkotii miti. Itti fufuu qabda. Milkaa'inni ida'ama murteewwan xixiqqoo hedduuti.
Yeroo ammaa kana irratti xiyyeeffadhuu akka nama ta'uu barbaaddutti socho'i.
Milkaa'inni ni dhufaa!
βββββββββββ
ποΈ@Jechootahayyoota

β€1π1
BARRI 2π»17 KUN:
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π» Kan Gammachuu!
π» Kan Milkaa'inaa!
π» Kan Badhaadhinaa!
π» Kan Jaalalaa!
π» Kan Tokkummaa!
π» Kan Guddinaa!
π» Kan Haaromsaa!!
πΊ Isiniif!
πΊ Maatii keessaniif!
πΊ Ollaa keessaniif!
πΊ Hiriyyoota Keessaniif!
πΊ Biyya KEENYAAF!
πBara Itti Mul'anni keessan dhugoomu!
πBara itti bakka yaaddan geessan.
πBara itti hojjettanii milkooftan!
π Bara itti firii keessanitti gammaddan!
πΊ ISINIIF HAA TA'U! π»
Yoo jennu hawwii guddaa dhaan!
@Oromotoo

β€4
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr π¨βπ»π€ Β πββ¬)
βοΈ Wantoonni kan galma gahan... hanga abjuu keetiitiin osoo hin taane.. hanga ati galma sanitti gahuudhaaf irratti hojjatteen..
kanaafuu furtuun gammachuu abjuu gaarii qabaachuudha... furtuun milkaayinnaa abjuu qabdu sanarratti gatii barbaachisu hundaa kafaltee hojjachuudha....!!
π
https://t.me/Jechootahayyoota

π3β€1
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr π¨βπ»π€ Β πββ¬)
Dhiifama namni hin kabajne, nama nama hin kabajne.
Namni dhiifama hin jaalanne nama namummaa hin jaalanneedha
#Dhiifama
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
βDhiifamni dhiiga lola'eewu araarsaβDhiifamni mootiidha.
βDhiifamni biyya wal waraane walitti araarsa
βDhiifamni Jireenya kee tasgabbeessa
βDhiifama nama dhiisii Rabbiinuu namaaf godha.
Namni dhiifama hin jaalanne nama namummaa hin jaalanneedha
#Dhiifama
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
π2β€1
Gaaffilee Jireenya Milkaa'inaa Jiraachuuf Nama kakaasa'an:
β~β’~β’~β’~β’~β’~β’~β’~β’β
β¨ Gaaffileen Jireenyatti hiika godhan kunniin nama milkaaβina hawwu tokkoof baayβee murteessoo dha.
π ANI EENYU ?
π Maalifan Uumame?
π Ergamni koo maali?
π Karoorri koo maali?
π Mul'anni koo maali?
π Kaayyoon koo maali?
π Eessaan dhufe?
π Eessan Jira?
π Eessan Deema?
βΎοΈHar'a maalin hojjadhe?
βΎοΈMaal hojjechuun qaba?
βΎοΈWanta haaraan hojjedhu maaltu jira?
β¨ Jireenya kee keessatti wanta hojjettee itti gammadduu fi si hin gammachiifne tarreessuu dhaan addatti maal gochuu akka qabdu hundumaa dursuun sammuu kee waliin marii gaggeessi!
β Your Future is on your hand!
β Success is behind you!
β¨ Ganama obboroo yommuu hirriiba irraa kaatu wanta guyyaa kana hojjettu karooratti qabattee kaata. Galgala yommuu raftu immoo waan raawwatte miijanta, kunis ciminaa fi dandeettii kee fuulduratti itti adeemtuuf ragaa siif taβa.
Kabajoomaa!
Turtii Gaarii!
Madda @Ma_momye143
Shareπ―shareπ―share
πJoin Usπ
@JECHOOTAHAYYOOTA

π9β€1
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent.(Imran) βοΈ)
Bu'aa fooyya'aa hin hawwin...
BU'AA FOOYYAA ARGACHUUF HOJJADHU!
Rakkoo xiqqaa hin hawwinaa...
HANGA RAKKOON KEESSAN BADUTTI HOJJADHU !
Jireenyi osoo naaf salphaa ta'ee jettee hin hawwin...
HANGA JIREENYI SALPHATUTTI HOJJADHU!
HANGA FOOYYOFTUTTI OF IRRATTI HOJJEDHU...
SANA BOODA , JIREENYI SALPHAA TA'A!

Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Jarr π€)
Telegram
JECHOOTA HAYYOOTA
Channel kana baanuf kanaan
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
ππππππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
ππππππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
β€6
SAMMUU KEESSAA JALQABAA.
Wanti namni sirraa fudhachuu hin dandeenye tokko bilisummaa sammuu keetii ti. Sammuu kee jabeessi, dursa sammuu kee cimsi...sana booda wanti kamiyyuu ni danda'ama.
βββββββββββ
@JECHOOTAHAYYOOTA
Wanti namni sirraa fudhachuu hin dandeenye tokko bilisummaa sammuu keetii ti. Sammuu kee jabeessi, dursa sammuu kee cimsi...sana booda wanti kamiyyuu ni danda'ama.
βββββββββββ
@JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr π€)
Dubartii tokkotu uffata bifa bofaa qabu uffattee akka tasaa miilashee tokko uffata jalaan gadi baastee ciisti ture.
Yeroo Abbaan manaashee dhufu miilashee uffata jalaan gadi bahe kana bofa se'ee ulee sibiilaan rukute.
Akkuma suura irratti argitan kana abbumti manaashee miila haadha manaasaa ta'uu erga baree booda gara mana yaalaa geessuun; ogeessonni akka lafeen miilashee caccabee jiru itti himuun yaala barbaachisu argatteetti.
Egaa kanarraa waanti baratamu maali jettu?
Balleessaan kan eenyuuti jettu?
Gorsa ogeessa fayyaa argachuuf#link gadii kanaan #YouTube kiyya seenaa #Subscribe godhaan affeerraa kooti!
πππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY @JECHOOTAHAYYOOTA

YouTube
NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !
LIKE SHARE SUBSCRIBE GODHU HIN DAGATINA#
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr π€)
Namicha tokkotu osoo karaa deemuu ibidda haalaan boba'aa jiru tokkotti dhufa. Akkuma ibidda boba'aa jiru kanatti dhiyaateen, bofa ibidda sana keessatti gubachaa, lubbuuf watwaachaa jiru argee, bofa kana ibidda kana keessaa baasuun qaba jedhee murteesse.
Osoo baasuuf yaaluu bofni sun harkasaa iddee dhiigsee, deebi'ee ibidda sana keessa of buuse.
Ammas namichi kun, sibiila ittiin lubbuu bofa kanaa oolchu barbaadee baaseen.
Namni biroon namicha kanatti dhufee, ''bofni kun osoo si iddee jiruu maaliif lubbuusaa oolchitee?'' jedhee gaafate.
Namichis, ''bofti nama idduun amalumasaati, waan na iddeef, kennaakoo ganamaa ilaalcha gaarii sana na jijjiirsisuu hin danda'u!''jedhee deebiseef.
πIlaalcha gaarii Uumaan ganama siif kenne, sababa miidhaa sirra gaheef hin jijjiiriin.
Onneekee gaarii sana akka si jalaa hin banneef, of eeggannoo gaarii taasisi.
~~~~~~~
Β© Bulti Likisa Muleta, 2025
πKanan dubbiserraa, gara Afaan Oromoottin hiike!
#Share πππ

β€2