JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF👉 @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
👇👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Bara Tapha basketball kiyya keessatti kubboota kuma 9 mokaree dhabetin Jira. Dorgommii 300 mo'ameetin Jira. Kubbaa yoonin galche gareen kiyya wancaaf gahu akkan darbu na amananii Natti kannan darbee dhabee nin beeka.
Jiruu tiyya keessatti irra daddeebi'ee kufee nin beeka. Kanaafin galma gahe (milkaa'e).

Micheal Jordan

@ilmanesruu
@oroquotes
@oroquotes
Hayye waalitti deebina
Ngyaan bula!!
Rabbi isin haa tiksuu
Obboleewwan kiyyaaa
Dhukkubni hammaataan
Nuseeneera biyyaa

Kan fuulleetti ilaallee
Of sodaataa turree
Obboleewwan hedduu
Ittiin dhabnee agarree

Fuulleetti ilaallee
Dhukkuba hammaataa
Warra dhukkubeefuu
Garallee nu nyaataa

Amma biyya keenya
Seeneeragaa kunoo
Isinis sodaattanii
Sodaadheera Anoo!

Dallansuu Rabbiitii
Dhibeen dawaa dhabee
Maaloo of yaadannee
Hunduu harka wal qabee
Du'aay osoo godhee
Ol qabee gad qabee

Afaan beeku maraafii
Amantaa qabateen
Keessoodhaan waywaatee
Hunduu osoo kadhatee

Dhibeen tamsa'u kun
Silaa nurraa furaa
Ta'uu dhabnaan fixee
Sanyii nu unkuraa! @bashashaa @arif_neng
Ati
~
Ati bar na gante
qulqulluu fakkaattee
Jannata naan jechaa
Si'oolii na buustee
~
Ani gowwichi kee
innin si amane
Hiriyoota koollee
siif jedheetan gane
~
Siin taatu naan jennaan
naaf taati siin jedhee
Dirqiidhanii miti
jaaladheen of hudhe
~
Ati gaarrarraadha
adda uumamnikee
Osoo na ilaaltuut
na dhiisterta bakkee
~
Badi ija koo duraa
argaan kee na gubaa
Na ganuu keetirra
Isatuu na hubaa
~
❤️ @bashashaa
❤️ @arif_neng
Hamiltan

Sirreessaa haqa jallatee
Yaa sagalee nama rakkatee

Imaltuu daandii qajeelaa
Barsiistuu duniyaaf diinii
Gariin maaliif kaan kajeelaa?
Milkaa'inni dhugaa siinii

Addunyaa hundarra geessee
Haqaaf haqiiqaa dubbattaa
Osoma si awwaalanuu
Diddee iftee mul'attaa

Ulamootaan guutamtee
Gombisaa beekumsaatii
Diinal islaam kanaafuu
Waardiyyaa eegumsaatii

Yerooti dhugaa dubbattee
Taatu Abukaatoo ummataa
Diinni gamaa wol waamatee
Si liqimsuuf hamuummata

Darasaan keenya kalee
Akaayii galaa godhatee
Garaa hidhatee qara'aa
Har'a alhamdulillaahii
Akaayiin safiraa taatee
Hamilton banee dhaga'aa

Sagalee ummataa ta'ee
Daandii sirrii nuuf akeekaa
hayyootaan diiniin guutamee
Nuuf gumaacha gorsa beekaa

Ustaaza ciccimoo qabaa
Worra beekumsi dilbii guutee
Nuura jaraayyuu sodaattee
Diinni dhabamti as-buutee

Daa'ima lafaa ol ka'an
Diiniidhan qartee guddiftaa
Dambii odaatti biqiltes
Caaroodhaan raaftee buqqiftaa

Sabbata keerraa hiikii
Waan qabdu kennadhu aayyoo
Milkii biyya lamaaniitii
Nuun haa ga'u galma Kaayyoo

@mujehabo join
Yookaan natti heerumtee
Bakka garaa na hin geenyee
Yookaan beellama dhuftee
Ana cinaa illee hin teenyee
Jaalala fageenyaa kana
An obsa isaa hin dandeenye

By #Mohammed_U
#Wayyoo_gubadhe

Maashaaleen koo hunduu
Sumaaf boqonnaa dhabu
Yoommuun waa'ee kee yaadu
Takkumaa nagaa hin qabu
Garaan koos simalee didee
Calliseeman si barbaada
Halkaniif guyyaa hin jedhuu
An jaalala keen aada
Boqonnaas na dhoowatee
Waa'eema keen yaada

By @Shaminasir
#Tan_jaalala_siif_hubachuu_didde_akkana_jedhiin

Mee waa sin jedhee
Yaada koo barreessuu
Dhugaa keessa kootii
Muraasa siif ibsuu
..............
Fileetin sin jaaladhe
Yaadee itti karoorsee
An homaa hin goone
Onneetu si naaf ibsee
...............
Jaalalaan na waaddee
Ergan siif naheetii
Obsaan si eeggachuuf
Nan dhabe dandaattii
...............
Akkan si jaaladhu
Ammas mee siif himuu
Jaalallin an siif qabu
Waraabamee hin dhumu
..................
Daddabalaa deema
Burqaan isaa lalisee
Kaanifiyyuu eebba
Dheebuu isaan baasee

Akkana jedhiin yoo si didde isiin waa namaa mitii hanga miilli kee si baasu biraa fiigi obboleessoo🏃🏃🏃

By @Shaminasir
#Tana_nuun_haa_didu

👉Ati jaalattee HIVn qaba siin jechuu
👉Guyyaa Alhadaatiin call me back namatti erguu namaa
👉Dubrummaa dhabamtee qeeyraa barbaadi siin jechuu dhalaa
👉Birraan bari'ee Kadir Sa'id wallaaluu namaa
👉Kuftee bakka itti gatantarte wallaaluu
👉Heerumtee hinnaa hidhachuu dhiisuu dhalaa
👉Xaafii kuntaalli mindaa Doctoraa caaluu
👉Oromiyaa jiraatte afaan oromoo wallaaluu
👉Dandeessisaa/gabbarri qaalawee fuudha nama kutuu
👉Kaardii guuttee keessaa dhabuu
👉Jaalalti si qabdee Farahaan Sulee wallaaluu
👉Sin jaaladha jedhanii call me sitti erguu
👉Luluu yeroo hunda dhawan tan hin aarre/mirqaanne

By @Naf_boona_or
@Sabaaif(Gurrachicha)
#Nama_sirrii_jachuun !
1: Ganama Bariisa(oboroo) sa'aa 11tti hirribaa ka'a
2: siree isaa tolfata
3: mana isaa qulqullessa
4: onnee irraa hojjata hojii isaa
5: Nyaata ofif bilcheyfata
6: Alcohol, jimaa, sigaara fi shishaa itti hin dhihaatu
7: sa'aa hojii isaa ni kabaja
8: Jireenya galagala keessa hin jiru
9: galgala sa'aa 3 mataa irratti siree isaa irra lafa dhawa.
Namni akkana kun essa jira___________________?
Mana sirreessaa ykn mana hidhaa keessa
Yoo sitti tole #Share Godhi!
Lubbuutoo dhagahi
Tanaa naf hubadhu
Nama si jaalatee
Mee atis jaaladhu
Kan si yaadatullee
Atilleen yaadadhu

Jaalalti dhugaadhaa
hin qabdu fageenya
Silaa akka jaalalaa
Onneerra wal teenya
Wal yaadachuun hafe
Maf usnee tetteenya
Bakkan maqaa keetiin
Siis cinqee if cinquu
Anummaan dhama'ee
Maraadhee haa qaaquu
Sin fedhu naan jedhi
Garaa kee muradhuu
Anis murtii beekee
Akkan adabdhu
by Zamanoota ft Sabaaif N
#Maalumaaf_laata?

Na dhageessaa yaa uumaa
Yaa uumaa baasaa gumaa
Maal balleesse sabni kun
Maalumaaf jumlaan dhuma?

Iyyannaan saba kanaa
Ya waaq sibira hin geenyee?
Boohicha saba kanaa
Ati ammayyuu hin dhageenyee?
Teenyee du'a eeggannee
Gadduuf gadda simannaa?
Kan sii oliilleen hinjiruu
Ya rabbi eenyutti himannaa?

by @Shaminasir
Hattuu Jaallatamaa !!!!
Waan Ajaa'ibaa Kana Dubbisaa Mee!

Bara Durii keessa Hattuu Tokkotu jira,
Innis Lammii Ameerikaati,
Maqaan isaa #Charlie Jedhama ,

Hattuun Kun Ummataan Baay'ee Jaallatama Ture!

Hattuun Akkamitti Jaallatama jechuun Keessan Hin Oolu!


Sababni Inni jaallatamuuf Sababaa inni Yeroo Baankii Gara Garaa Cabsee Saamu Waraqaa ykn faayila Achi Keessa jirtu Guutuu Gubuufi ,
Yeroo San Keessatti Akka Har'aa Kana Wanti Hundi Kompitara Keessatti hin Galmeeffamu, Wanti Hundu Waraqaarratti Barreeffamee kaayama Ture,
Inni Waraqaa San Yoo Gube Ummanni Milyeena Heddutti Lakkaa'amu Idaan Baankii Irra Jiru Ragaan Waan Hin Jirreef Kafaltiin Irraa Hafa Waan Taheefi,

Kanaaf Ummanni Ameerikaa Hedduun Hatticha Kana jaalatu!

Waan Ajaa'ibaati!

#Like_Share Godhaa!
scroll down trust me this will put  a smile on your face, make your day, or help you  


Every night , someone thinks about you before they go to sleep,


At least fifteen people in this world loves you


The only reason someone would ever hate you is because they want to be just like you


There are at least two people in this world that would die for you


You mean the world to someone.


Someone that you don't even know exists loves you

When you make the biggest mistake ever,something good comes from it.

When you think the world has turned its back on you, take a look.


Always remember the compliments you've received.


Forget the rude remarks.


So if you are a loving friend, send this to everyone on your list including me 

Tonight at midnight your true love will realize they like you.

Something good will happen to you between 12 in the morning and four o'clock pm tomorrow, it could be anywere . Get ready for the biggest shock in your life

If you break this chain YOU will be cursed with relationship problems for the next ten years . Send this to fifteen people in fifteen minutes !!


Make Someone else's day! Help get a smile on someone's face! Help someone out! remember that your loved





F.R.I.E.N.D.S. 😉
=Fight for you 
=Respect you
=Involve you
=Encourage you
=Need you 
=Deserve you 
=Save you
Send this to all your friends & me if I'm     one......If you get 4 back u r liked but if u get 7 back then u r seriously loved 😊
Walaloo Qur'aana
==============
Koottaa karaa gaarii
Gara Qur'aana rabbii
Yaa Qur'aana rabbii
Caalaa hundaa olii
Maaltu siin dorgoma
Yaa kalaama rabbii
Jecha jechaa olii
Qur'aanul kariimii
Kan hin jijjiiramne
Hanga zalaalamii.
Namni isa qara'ee
Dhugaan itti hojjate
Inni hin kasaaru
Dhugumaan milkaa'e
Yaa saamunaa qalbii
Daawwitii aalamaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar karaa kheenyaa
Khan jala deemnu
Hanga jiruu teenyaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar lubbuu teenyaa
Qur'aanni ifaadhaa
Koottaa ni ibsannaa
Qur'aanni dawaadhaa
koottaa itti wal'aanamnaa
Jabaannee barannee
Ummata barsiifnaa.
Saahaabonni rasuulaa S.A.W
Qur'aanarratti dhumanii
Seenaa hin dagatamne
Nuufis dabarsani
Garuu ammaan-tana
Osoo islaamni lubbuun jiruu
Qur'aanni gubamee
Akka waraqatti
Fincaanin bahame
Namuu du'a sodaaf
Ifirraa cal'ise.
Duuti diduu hin taatu
Seera uumamaati
Irra caaltuun du'aa
Tan amantii ofiiti
Bar ilmi namaa Waan irratti
Du'een kaafamaa
Yoo qur'aanarratti duute
Shafa'aa dhaabbatee
Isaatu siif mormaa.
#MY_WORDS_FOR_YOU

I want years,
not weeks
I want real,
not fake
I want arguments,
not secret
I wanna be held down,
not let down

@Sabaaif35
#MIRRIGA

Dubbachuu qofti gahaa miti
Dhugaa dubbachuudha malee

Yaaduu qofti gahaa miti
Gaarii yaaduudha malee

Biyya faarsuu qofti gahaa miti
Hojiin agarsiisudha malee

Fuudhuu qofti gahaa miti
Irraa dhalchuudha malee

Oromummaan afaanii mitii
Irraa dhaloota malee

Oromoo lammii tiyya
Diinni waa nun roorrisu
Yoo tokkummaa dhabne malee

💪💪💪💪💪💪💪💪
💪💪💪💪💪💪💪💪
💪💪💪💪💪💪💪💪

By @Shaminasir
Join👉 @GUMAATA_CARCAR
....Ay bada bara 2012...

Kanaafii kha dabareees tokkuma. Hanga duraa tokka numa jaalanne harkaas numa dhooyneef nilllee numa faarsine, xiqqo bubbuleetuma abalu san kaasee faarsee siidamoo dhakhaa baanan san..., oduma inni taa'uu isa biraan achi siiqanii nu arrabsan yoom saniin gabaabsan gad bu'anii nu ajjeesanii gad bu'anii nu reebanii. Maal haa godhanree abaluutuu abalu masaraa keeysaa taa'ee nu faarsee!
"Gaafuma ati ulee lafaarraa fuuteen bakka na dhooytuufii akka na dhahuuf deemtu beeke"
Kan ajjeefame shororkeeysaa, ka ajjeese abbaa biyyaa,ka gubatu ni iyya,ka gubu gammadee jiraata.
#Huuuuuuh bar kun cufti odoo biyya isaanii dheeynee achitti akkanatti nurratti raawwatanii nun aarsuu,dhufanii biyya teenyatti dhufanii qa'ee teenyatti.....😔
#Mootummaan biyya bulchu garuu "kana kan raawwachaa jiru qaama gurmaahee socha'aa jiru" ja'eetuma cal cal cal.
Ka gubuufii ka jibba labsu masaraa keeysatti gorsaa tahee odoo jiruu isa achumatti dhiisanii gad bahanii nuu waliin ka biraa ala barbaaduu. Eeysaa arkamaree? Isinuu arkaa jannee iyyannee lallabnee arkuu diddanii
#Ayiii bada qaama guraamaahee socha'aa jiru dhiiroo samii bu'an moo lafaa meeyran qaamoonni akkasii kun.
Silaahuu akka isin "maarree" san hatuuf teeysan numa beeynaa garuu duunee banna malee "maarree" san barana isinumaaf itti hin darbine ! "Harki hanna bare muranuu dooluu sossa'aa"
Akkana nu reebaamoo, akkanatti ganamaafii galgala nu fixaamoo abadan abadan isiniif sagaleekhoo numaan hin laanne.,,,!!!
Khalaas kuniis mirga !
Gubanne wallahiii abbaarraa ilmatti, ilmarra ilmatti ilmarra nutti nurraahoo dhiiroo...?
Ganama gammaddu galgalala gaddita...
Hanga yoomi laata teenya tun???
@toltuu1 @toltuu1