JAARRAA ABBAA GADAA
1.52K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
344 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF👉 @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
👇👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng)
Join godhaa Irraa Baradhaa
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
"Tokko tokkoon kessaan waan qabadanun TV hamiltan bira dhaabbachun Ajiri guddaa argaadhaa."(Ahmaddin Jabal)

Join shere godhaa
👇👇
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
Forwarded from Jaalala♡Qulqulluu💖
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"Hamiltan TV bira hadhhaabbannu"(Raayyaa Abbaa Maccaa)
Join shere godhaa
👇
https://telegram.me/Raayyaa_A_maccaa_oficial
#COVID19

#Ethiopia |Itoophiyaatti namoonni qorannoo laabraatorii namoota 3,707'f godhameen namoonni dabalataa kudha shan(15) vaayirasii koronaa qabamaniiru.

Haala dhukkubsattootaa:-

Namoonni vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e hunduu lammilee Itoophiyaati, umriin isaanii 17- 38 jidduu jiruu yoo ta'uu korniyaan ammoo hundii isaanii dhiira.

︎ Namoonni 8 Jiraattootaa Magaalaa Finfinneeti.

︎ Namoonni 3 naannoo Sumaalee (Jijjigaa) iddoo tursiisa addaa keessa kan turan.

︎ Namoonni 2 naannoo Beenishanguul Gumuuz(Gubaa) iddoo tursiisaa addaa keessa kan turan.

︎ Namni 1 naannoo Amaaraa(Maatammaa) iddoo tursiisaa adda keessa kan turan.

︎ Namni 1 naannoo Affaar(Samaraa) iddoo tursiisaa addaa keessa kan turaniidha.

Namoota dhukkubichaan qabaman keessaa:-
• Namoonni 7 seenaa imala biyyoota alaa qabu;
• Namoonni 7 namoota dhukkubichaan qabaman wajjin tuttuqqii kan qaban yoo ta'u,
• Namni 1 immoo seena imala biyya alaa hin qabu; namoota dhukkubichaan qabaman wajjinis tuttuqqii hin qabu.

Walumaagalatti Itoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayirasii koronaan qabamanii 287 gaheera.

Kan dandamatan:-

• Namni haaraan afur (4) Magaalaa Finfinnee irraa dhibicharraa kan dandamatan yoo ta’uu, waliigala namoonni dandamatan 112 gahaaniiru.

@HawiTiMES
@HawiTiMES
#DrLiaTadesse
Itoophiyaatti qorannoo laabraatorii namoota 4,044'f godhameen namoonni dabalataa kudha sagal(19) vaayirasii koronaa qabamaniiru.

Haala dhukkubsattootaa:-

Namoonni vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e hunduu lammilee Itoophiyaati, umriin isaanii 16-55 jidduu jiran yoo ta'uu korniyaan ammoo dhiira 15 fi dubaraa 4 dha.

~ Namoonni 2 jiraattota magaalaa Finfinnee,
~ Namoonni 2 naannoo Oromiyaa, godina Shawaa lixaa magaalaa Gincii,

~ Namoonni 3 naannoo Tigraay bakka turtii addaa Maay kaadiraa fi Saatit Humaraa,

~ Namni 1 naannoo Amaaraa bakka turtii addaa Matammaa kan jiran too ta'u,

~ Namoonni 11 immoo naannoo Sumaalee bakka turtii addaa Jigjigaa kan jiran ta'uu ministeerichi beeksiseera.

Namoota dhukkubichaan qabaman keessaa:-
• Namoonni 15 seenaa imala biyyoota alaa qabu;
• Namoonni 2 namoota dhukkubichaan qabaman wajjin tuttuqqii kan qaban yoo ta'u,
• Namoonni 2 immoo seena imala biyya alaa hin qaban; namoota dhukkubichaan qabaman wajjinis tuttuqqii hin qaban.

Walumaagalatti Itoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayirasii koronaan qabamanii 306 gaheera.

Kan dandamatan:-

• Namni haaraan tokko (1) naannoo Oromiyaa irraa dhibicharraa kan dandamate yoo ta’uu, waliigala namoonni dandamatan 113 gahaaniiru.

@dedroro
#CORRECTION

Tamsaasa Teleeviizhinii Geda News Network (GNN) argachuuf:-

• Toora Saataalaayitii Eutelsat/Nilesat fayyadamaa.

- Frequency: 11555 V
- Symbol rate: 27500
- FEC : 7/8

@HawiTiMES
@HawiTiMES
#JECHOOTA FILATAMOO

1. Hammam dheeraa taatus boru
arguu hin dandeessu.
2- Konkolaataa kumaatama
qabaattus, kutaa siree lukaan
deemuun kee dirqama.
3-Daaktuu beekamaa taatus
Qurxummii ta'uu hin dandeessu.
4- Nama jabaa beekamaa biyyaa
taatus gaara sochoosuu hin
dandeessu.
5- Poolisii beekamaa taatus
lubbuu qabuu hin dandeessu.
6- Diimaas ta'i keetii adiis ta'i,
Garuu gaaddidduun kee gurraachuma.
7- Kan arge hunda qabuuf kan
yaale, guyyaa tokko bofa qabee
hiddama.
8- Booji'ameera jettee nama
abaarame waliin hin oolin.
9- Hiriyyaa gaarii salphaatti bituu hin dandeessu, haa ta'uuti garuu salphumatti gurguruu dandeessa.
10- Birriin damee mukaa irratti kan hin biqillee erga ta'ee,
manneen baankii maalif damee banuu?
11- Biyya keenyatti bilisummaan
dubbachuu jira jechaa, maalif
bilbilaan dubbannee teeledhaaf
kaffallaa?
12- Adurreen gadaamii seentus,
adurrummaa ishee hin jijjiirtu.
13. Gorsii fi Booksiin kan kennutti
salphaadha!
@oromotoo
👉👉Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????