WANTOOTA 30 KAN SABABA GAMMACHUU SIIF TA’AN !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1. Waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi...
2. Wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin..
3. Guyyaan kee kanuma keessa waan gaarii hojjadhu...
4. Waan fulduraa hanga dhufutti waa'ee isaa yaaduu dhiisi...
5. Namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeff
annaa hin kanniniif..
6. Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu...
7. Namatti tola ooli....
8. Boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri...
9. If tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin....
10. Murtii Rabbii jaalalaan qeebali..
11. Rakkoo waliin ballootu jira jechuu beeki..
12. Rakkoo sitti dhufte obsaan furmaatatti jijjiiri.....
13. Hoggaa rakkatte kan si gargaaru Rabbi qofa tahuu beeki
14. Dhimma namaa caalaa dhimmi kee si haa rakkisuu...
15. Waan tokkoo Rabbiif jattee yoo dhiiste kan bakka siif buusu Rabbi tokkicha tahuu beeki.....
16. Jiruun dhugaa jiruu iimaanaati(jiruu Rabbitti amantee ajaja isaa hordofuu)
17. Waa itti fayyadamte haaluma gaariin itti fayyadami...ana booda namni itti hin fayyadamin jettee hin ballessin...
18. Zikrii Rabbiitin qalbiin tasgabboyti, Zakrii baayyisii godhadhu
19. Waan Rabbiin namaaf kannerratti nama hin hinaafiin....
20. Jiruu tana akkuma isiin sitti dhuftetti qeebali..
21. Namoota balaan itti buute laalii obsi...
22. Salaata jabeessi,Dhamsa nabiyyii(S.AW) kan dhumaatii..
23. Gahaan kiyya Rabbii,inni irkoo kiyya tahuun waa tolee ji'ii itti irkadhu...
24. Dachii Rabbi kessa deemi barnoota irraa fudhu..
25. Hoggaa rakkoon sitti buute obsa gaarii obsi,kan dirqamaan obsitu osoon tahin fadhiin obsi..
26. Rakkoo waa hundaa ofirratti hin deebisin
27. Wanti, xiqqoon kararraa si meysin kaayyoo tee qabadhuu socha'i..
28. Waan Rabbi si qoode jaaladhu irra caalaa namaa taata...
29. Lubbuu tee jannata ballinni isii samii fi dachii san yaadachiisi..keyrii irratti akka kakaatu taasisi...
30. Jiruu tee hunda kessattu jiddu-galessaa tahi......
✔RABBIIN NAMA MILKII DUNIYAA FI AAKHIRAA ARGATU NU HAA TAASISU.......
Amiiin Yaa rabbal-Aalamiin
★★★Share Waliif Godhaa Tasa Namni Irraa Fayyadamu Hin Dhabamuu★★★★
❤❤❤ gorsa kan bira argachuuf❤❤❤❤ channel keenya join godhuu irraa fayyadamaa
@islamtub

Seenaa hiyyeessa tokkoo Irraa barattan jadheen yaada obsan duubbisaa dubbisaa gaarii
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Gaaf-tokkoo gurbaan iyyeeysa tokkoo jireenyi itti hammannaan biyyaa deeme risqii barbachaaf akkuma miila fageeyfateen sanduuqa karaa maddii tahuu kan qollooffii akkasumas qulfiin( furtuun) barataniin irra rarraatee teessu argee. Gurbaan iyyeessi kuun sanduuqa kana argiinaan risqiin barbaada deemuu tanuma jadhee sanduuqa sana banee. Yeroo banuu baayyee rifatee maaliif rifatee beeytu sanduuqa akkuma baneetti nama tokkoo kan Habalee( seeyfii) Harkaati qabatee argee. Namichii sanduuqa keessa jiruu saniis maal jadheen seeta "siin ajjeesa" jadhee Habalee morma iyeeysa kanatti qabe. Gurbaan iyyeeysa kuniis akkamalee rifatee" hayyee na ajjeetsa nama 30 na booda dhufaa jiraa waan isaan nutti murteessan laaltee achii booda na ajjeesta", hayyee jadheen. Namoonni soddommaniiis deema dhufaan " yaa jara keenya maal taatan ?" Jadhanii gaafatan. Gurbaan iyyeeysa suun akkas jadhee haala dubbii ibseef "anii iyyeeysa jireenyii na rakkiifnan qabeenya barbaadaaf biyya bahee osoon deemuu karaa irratti sanduuqa qopha tahuu kan namni bira hin jirree akkasumas qulfiin qollofamee tan bananiis itti rarraafamtee jirtu argee banee, hoggan banuu nama Ablee qabatee jiruun argee achii booda siin ajjeesa nan jadhee " jadheen. Namoonni suniis namichii seeyfi qabuun ajjeessi jadhanin itti murteessan. Ammas hayyee "na ajeeftaa dhaaphu nama 6 dhufaa jiraa murtii isaan murteessan laaltee na ajeeftaa jadheen" namoonni 6 ni dhufan akkuma namoota 30 darbeetti iyyeessumatti murteesan. Ammas na ajjeeftaa dhaaphuu nama 5 dhufaa jiraa jadheen shananiis akkuma warra isaan duraa murteessan sana murteesan. Ammas rifatee naasuu waan godhuu dhabee mee xiqqoo dhaaphu nama tokkoo dhufaa jiraa waan inni nutti murteessuu laallee na ajjeetsa jadheen namichii lakkii siin ajjeesaa malee jadhee ablee mormatti qabee, namni tokkoo deema itti dhufee jara keenya maal taatan? Jadhee gaafate
Isaan wal himatan gurbaan iyyeeysa taatee hunda tokkoo jadhee tarreeyseef... gurbaan itti dhufee dubbii gara lamaanuu ilaalee namicha ablee harkaa qabuu gaafii gaafatee " atii yeroo inni sitti dhufuu mee akkamitti sanduuqa keessa jirtan" jadheen kunoo akkanattin jira jadhee sanduuqa keessa seenee agarsiisee achumatti sanduuqa itti qollofee iyyeessichan milli kee sii haa baasu jadheen rakkoo sana jalaa lubbuu isaa baraaree jadhama. Obboleewwan kiyya seenaa iyyeeysa kana waa malee hin kaafne akka irraa barattan abdiin qaba
~Namoonni soddomman duraa maalii seetan baatii soommana osoo fayyaa guutuu qabuu osoo hin soommaniin tan inni dabarseedha
~ Namoonni 6 Soommana shawwaalaa kan inni osoo hin soommaniin dabrsee. Yoo nuti hin soommannee soomanni ragaa nurratti Bahaa yaa Obboleyyaan
~ Namoonni 5 ammoo salaata shanan osoo tokkoo hin salaatiin dabarseedha. Salaaniinis akkasuma
~ Namni tokkichi booda maal seetan sadaqaa inni guyyaa tokkoo sadaqateetuu hamtuu sana jalaa isa baaseedha
Kanaaf yaa Obboleyyaan islaamaa warra Baatii soommana 30 guutuu sommanee ammas shawwaalaa 6 soommanee ragaa baateef nu haa godhuu akkasumas Salaata shanan yeroo isaa eegee sagadee rakkoo addunyaa fi akhiraa jalaa najaa bahee nu haa taasisuu. Dhuma irratti baatiin baatii araaramati toltuun baati tana keessa dalagan sadarkan isii akkan guddoodha, hiyyeeysatti tola ooluun sadarkaa isiin qabduu laalii mee gurbaan kana rakkoo isiin keeysaa baafte
Nama tola namatti oole sababa saniin rakkoo hunda jalaa najaa baasee nu haa godhuu dhukkuba addunyaa girgireeyse kanallee sababa nuti tola walitti olleef rabbiin nurraa deebisuu danda'a dandeetti isaatiin yaa rabbii COVID-19 addunyaa guutuu iraa deebisii yaa Allah
Yoo sittii tolee like godhii Obboleewwan keetiif #shara godhii keeyri dalagadhuu waan atii yaaddee mara siif haa laaffisuu tan siif keeyrii qabdu
Yaada qabdu comments godhii
Hanga ammatti waan dubbiiftaniif galatoomaa Channel keenya join godha 👉👉@oromotoo👈👈👈
=========================
Maddi:‐ odeffaannoo Hasawaa manguddoo
By @abdetuor

Forwarded from ❤ أحبك يا رسول الله ❤ (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#COVID19
#Ethiopia |Itoophiyaatti namoonni qorannoo laabraatorii namoota 3,707'f godhameen namoonni dabalataa kudha shan(15) vaayirasii koronaa qabamaniiru.
Haala dhukkubsattootaa:-
Namoonni vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e hunduu lammilee Itoophiyaati, umriin isaanii 17- 38 jidduu jiruu yoo ta'uu korniyaan ammoo hundii isaanii dhiira.
▪︎ Namoonni 8 Jiraattootaa Magaalaa Finfinneeti.
▪︎ Namoonni 3 naannoo Sumaalee (Jijjigaa) iddoo tursiisa addaa keessa kan turan.
▪︎ Namoonni 2 naannoo Beenishanguul Gumuuz(Gubaa) iddoo tursiisaa addaa keessa kan turan.
▪︎ Namni 1 naannoo Amaaraa(Maatammaa) iddoo tursiisaa adda keessa kan turan.
▪︎ Namni 1 naannoo Affaar(Samaraa) iddoo tursiisaa addaa keessa kan turaniidha.
Namoota dhukkubichaan qabaman keessaa:-
• Namoonni 7 seenaa imala biyyoota alaa qabu;
• Namoonni 7 namoota dhukkubichaan qabaman wajjin tuttuqqii kan qaban yoo ta'u,
• Namni 1 immoo seena imala biyya alaa hin qabu; namoota dhukkubichaan qabaman wajjinis tuttuqqii hin qabu.
Walumaagalatti Itoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayirasii koronaan qabamanii 287 gaheera.
Kan dandamatan:-
• Namni haaraan afur (4) Magaalaa Finfinnee irraa dhibicharraa kan dandamatan yoo ta’uu, waliigala namoonni dandamatan 112 gahaaniiru.
@HawiTiMES

Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng⭐)
Join godhaa Irraa Baradhaa
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng⭐)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
"Tokko tokkoon kessaan waan qabadanun TV hamiltan bira dhaabbachun Ajiri guddaa argaadhaa."(Ahmaddin Jabal)
Join shere godhaa
👇👇
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
Join shere godhaa
👇👇
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
Forwarded from Jaalala♡Qulqulluu💖
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"Hamiltan TV bira hadhhaabbannu"(Raayyaa Abbaa Maccaa)
Join shere godhaa
👇
https://telegram.me/Raayyaa_A_maccaa_oficial
Join shere godhaa
👇
https://telegram.me/Raayyaa_A_maccaa_oficial
#COVID19
#Ethiopia |Itoophiyaatti namoonni qorannoo laabraatorii namoota 3,707'f godhameen namoonni dabalataa kudha shan(15) vaayirasii koronaa qabamaniiru.
Haala dhukkubsattootaa:-
Namoonni vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e hunduu lammilee Itoophiyaati, umriin isaanii 17- 38 jidduu jiruu yoo ta'uu korniyaan ammoo hundii isaanii dhiira.
▪︎ Namoonni 8 Jiraattootaa Magaalaa Finfinneeti.
▪︎ Namoonni 3 naannoo Sumaalee (Jijjigaa) iddoo tursiisa addaa keessa kan turan.
▪︎ Namoonni 2 naannoo Beenishanguul Gumuuz(Gubaa) iddoo tursiisaa addaa keessa kan turan.
▪︎ Namni 1 naannoo Amaaraa(Maatammaa) iddoo tursiisaa adda keessa kan turan.
▪︎ Namni 1 naannoo Affaar(Samaraa) iddoo tursiisaa addaa keessa kan turaniidha.
Namoota dhukkubichaan qabaman keessaa:-
• Namoonni 7 seenaa imala biyyoota alaa qabu;
• Namoonni 7 namoota dhukkubichaan qabaman wajjin tuttuqqii kan qaban yoo ta'u,
• Namni 1 immoo seena imala biyya alaa hin qabu; namoota dhukkubichaan qabaman wajjinis tuttuqqii hin qabu.
Walumaagalatti Itoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayirasii koronaan qabamanii 287 gaheera.
Kan dandamatan:-
• Namni haaraan afur (4) Magaalaa Finfinnee irraa dhibicharraa kan dandamatan yoo ta’uu, waliigala namoonni dandamatan 112 gahaaniiru.
@HawiTiMES
@HawiTiMES
#Ethiopia |Itoophiyaatti namoonni qorannoo laabraatorii namoota 3,707'f godhameen namoonni dabalataa kudha shan(15) vaayirasii koronaa qabamaniiru.
Haala dhukkubsattootaa:-
Namoonni vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e hunduu lammilee Itoophiyaati, umriin isaanii 17- 38 jidduu jiruu yoo ta'uu korniyaan ammoo hundii isaanii dhiira.
▪︎ Namoonni 8 Jiraattootaa Magaalaa Finfinneeti.
▪︎ Namoonni 3 naannoo Sumaalee (Jijjigaa) iddoo tursiisa addaa keessa kan turan.
▪︎ Namoonni 2 naannoo Beenishanguul Gumuuz(Gubaa) iddoo tursiisaa addaa keessa kan turan.
▪︎ Namni 1 naannoo Amaaraa(Maatammaa) iddoo tursiisaa adda keessa kan turan.
▪︎ Namni 1 naannoo Affaar(Samaraa) iddoo tursiisaa addaa keessa kan turaniidha.
Namoota dhukkubichaan qabaman keessaa:-
• Namoonni 7 seenaa imala biyyoota alaa qabu;
• Namoonni 7 namoota dhukkubichaan qabaman wajjin tuttuqqii kan qaban yoo ta'u,
• Namni 1 immoo seena imala biyya alaa hin qabu; namoota dhukkubichaan qabaman wajjinis tuttuqqii hin qabu.
Walumaagalatti Itoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayirasii koronaan qabamanii 287 gaheera.
Kan dandamatan:-
• Namni haaraan afur (4) Magaalaa Finfinnee irraa dhibicharraa kan dandamatan yoo ta’uu, waliigala namoonni dandamatan 112 gahaaniiru.
@HawiTiMES
@HawiTiMES
#DrLiaTadesse
Itoophiyaatti qorannoo laabraatorii namoota 4,044'f godhameen namoonni dabalataa kudha sagal(19) vaayirasii koronaa qabamaniiru.
Haala dhukkubsattootaa:-
Namoonni vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e hunduu lammilee Itoophiyaati, umriin isaanii 16-55 jidduu jiran yoo ta'uu korniyaan ammoo dhiira 15 fi dubaraa 4 dha.
~ Namoonni 2 jiraattota magaalaa Finfinnee,
~ Namoonni 2 naannoo Oromiyaa, godina Shawaa lixaa magaalaa Gincii,
~ Namoonni 3 naannoo Tigraay bakka turtii addaa Maay kaadiraa fi Saatit Humaraa,
~ Namni 1 naannoo Amaaraa bakka turtii addaa Matammaa kan jiran too ta'u,
~ Namoonni 11 immoo naannoo Sumaalee bakka turtii addaa Jigjigaa kan jiran ta'uu ministeerichi beeksiseera.
Namoota dhukkubichaan qabaman keessaa:-
• Namoonni 15 seenaa imala biyyoota alaa qabu;
• Namoonni 2 namoota dhukkubichaan qabaman wajjin tuttuqqii kan qaban yoo ta'u,
• Namoonni 2 immoo seena imala biyya alaa hin qaban; namoota dhukkubichaan qabaman wajjinis tuttuqqii hin qaban.
Walumaagalatti Itoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayirasii koronaan qabamanii 306 gaheera.
Kan dandamatan:-
• Namni haaraan tokko (1) naannoo Oromiyaa irraa dhibicharraa kan dandamate yoo ta’uu, waliigala namoonni dandamatan 113 gahaaniiru.
@dedroro