JAARRAA ABBAA GADAA
1.52K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF๐Ÿ‘‰ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiin๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Nuqunnamuu dandeessu๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Waanยนยนยน๐Ÿ—ฃ (Ibnul Islam)
๐Ÿ‘‡๐‘ฒ๐‘ผ๐‘ต ๐‘จ๐‘ญ๐‘ญ๐‘ฌ๐‘ฌ๐‘น๐‘น๐‘จ๐‘จ ๐‘ฒ๐‘ถ๐‘ถ๐‘ป๐‘ฐ๐Ÿ‘‡
๐’„๐’‰๐’‚๐’๐’†๐’๐’Š๐’Š ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’†๐’†๐’…๐’…๐’–๐’– ๐’Œ๐’‚๐’ ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’๐’๐’๐’•๐’‚ ๐’Š๐’”๐’Š๐’ ๐’ƒ๐’Š๐’“๐’‚๐’‚๐’ ๐’ˆ๐’‚๐’‰๐’‚๐’‚ ๐’•๐’–๐’“๐’† ๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’‚๐’”๐’–๐’Ž๐’‚๐’” ๐’š๐’†๐’“๐’๐’ ๐’…๐’‰๐’Š๐’‰๐’๐’ ๐’Œ๐’†๐’†๐’”๐’”๐’‚๐’•๐’•๐’Š ๐’ƒ๐’‚๐’๐’‚๐’Ž๐’†๐’† ๐’Œ๐’‚๐’ ๐’Ž๐’Š๐’”๐’†๐’†๐’๐’”๐’‚ 7500 ๐’๐’ ๐’‰๐’๐’“๐’‚๐’•๐’†
๐’Š๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’” ๐’Ž๐’Š๐’”๐’†๐’†๐’๐’”๐’‚ ๐’Š๐’”๐’‚๐’‚ ๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’‚ ๐’•๐’‚๐’‚๐’•๐’‚๐’ ๐’Š๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐’’๐’๐’๐’…๐’–๐’–๐’ ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’…๐’‰๐’‚ ๐’„๐’‰๐’‚๐’๐’†๐’๐’Š๐’„๐’‰๐’‚ ๐’˜๐’๐’“๐’“๐’†๐’†๐’ ๐’‰๐’Š๐’ ๐’’๐’‚๐’ƒ๐’๐’† ๐’‹๐’๐’Š๐’ ๐’ˆ๐’๐’…๐’‰๐’‚๐’‚ ๐’Š๐’”๐’Š๐’ ๐’‰๐’Š๐’ ๐’…๐’‚๐’“๐’ƒ๐’Š๐’ ๐’Ž๐’‚๐’’๐’‚๐’‚๐’ ๐’„๐’‰๐’‚๐’๐’†๐’๐’Š๐’„๐’‰๐’‚๐’‚๐’”๐Ÿ‘‡ @๐‘ฎ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ฐ๐‘บ๐‘จ_๐‘ซ๐‘ฏ๐‘ผ๐‘ฎ๐‘จ๐‘จ ๐’‹๐’†๐’…๐’‰๐’‚๐’Ž๐’‚

๐’‹๐’๐’Š๐’ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@๐‘ฎ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ฐ๐‘บ๐‘จ_๐‘ซ๐‘ฏ๐‘ผ๐‘ฎ๐‘จ๐‘จ
@๐‘ฎ๐’‚๐’‚๐’…๐’…๐’Š๐’”๐’‚_๐’…๐’‰๐’–๐’ˆ๐’‚๐’‚
@๐‘ฎ๐’‚๐’‚๐’…๐’…๐’Š๐’”๐’‚_๐’…๐’‰๐’–๐’ˆ๐’‚๐’‚
Itoophiyaatti qorannoo laabraatoorii gaggeeffameen lakkoofsa namoota COVID-19 irraatti argamee umriidhan:-

โ€ข Kan umriin isaanii 0 - 5 =1
โ€ข Kan umriin isaanii 5 - 14 =7
โ€ข Kan umriin isaanii 15 - 24 =91
โ€ข Kan umriin isaanii 25 - 34 = 75
โ€ข Kan umriin isaanii 35 - 44 = 43
โ€ข Kan umriin isaanii 45 - 59 = 26
โ€ข Kan umriin isaanii 60 ol ta'an = 18

๐Ÿฉธ Waliigalan hanga ammaatti namoonni vaayirasichan qabaman Itoophiyaatti 261 dha.

(Ministeeraa Fayyaa Itoophiyaa)
Finfiinneetti qorannoon vaayirasii koroonaa marsaa lammaaffaa manaa manatti jalqabuu Miinisteerri Fayyaa beeksise.

Qoorannoon vaayirasii koroona manaa manatti marsaa 2ffaa eleektirooniksiin deeggaramee jalqabuu deetaan miinistiira miinisteera fayyaa Dr. Daarajjee Dhuugumaa beeksisaniru.

Deetaan miinistira Dr.Darajjee Dhugumaa akka jedhanitti Qoorannoon manaa manatti adeemsifamu kun hawaasa baarsisuu fi odeefannowwan akkasumas, buโ€™awwan argaman saffisaan beeksisuuf ,carraaqqii dhibee vaayirasii koroona ittisuuf taasifamuu deggaaruf gahee guddaa qaba.

Yeroo weerarrii vaayirasii koroonaa babalโ€™achaa jiru kanattii of dagachuu fi dhibaโ€™ummaan amma mulโ€™achaa jiru kun sirraaโ€™uu akka qabus dhamaniiru.

Via:- obn
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
And says so Lencho Bati, a man who is actively collaborating with the new killers and torturers. The renewed authoritarian system you are happily serving is creating new Yosef Bati and Bekele Dewanoโ€™s by torturing, killing and disappearing young men and women across Oromia. These new victims are survivors and defeaters of the old system you condemn. Oromo men and women are suffering in gulags just few blocks from where you live. I dare you to stop by the new Maekelawi on your way to palace and see for your self. If you ever head West, check the overcroweded and inhuman jails in Burayu. If head down to Adama, stop for few minutes by Dukam jails where men and woman who took down the past authoritarians are now chained and tortured. Did you forget the fact that the guys you are serving today were the ones who dragged the likes of Yosef and Bekele then handed over to the โ€˜enemyโ€™. Your likes are doin the same today. No one should and could hide what past tyrants did to our people. But we will not allow you to talk past crimes to whitewash the new state terror waged against our people.
Forwarded from Dhugaa Dhokate
As wr wb Eegalleera
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan barnoota waan Eegalleef garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa
๐Ÿ‘‡

T.me/Dhugaa_Dhokate

https://t.me/joinchat/AAAAAET0CZrsy6G6M2QgtA
IYYAA FANNOO
"-Kariimaa Ahmad Abraahim jedhamti
umriin =14 ni taati tilmaamaan
Abbaan biddeenaa :,Ra'uuf Abraahim Aliyy jedhama
Ayyoon isii:-Hindii Anboo Abdoosh jedhamti.
Akka nuuf himtetti bakki isiin irraa badde
Harargee Lixaa magaalaa kammoonaa ganda Jaarraati. ykn Saffara iddoo jedhamtuudha.
Dallaaloota nama sadii kanneen Saawdii Arabiyaa sigeessina jechuudhaan sossobanii eega manaa fuudhanii waliin deemanii gara harargee bahaa magaalaa haramaayaa fidan booda maallaqa qarshii 3000 irraa saamanii Magaalaa haroomaayaa keessatti gatanii biraa deeman.
Kanaafuu namni warra isii beeytan ykn warri isii bilbila armaan gadii kanaan qunnamaa
09 33 31 75 21
09 91 29 63 64
Galata keessan rabbirraa argattan hadaraa forward godhaatii waliif dabarsaa!!!!!!!!"
โ€‹โ€‹โ€‹โ€‹
SEENAA #BAKAR WAAREE
๐Ÿ‘‡
@Oromotub

Lolli Calanqoo lolaa ittisa imala gabroomfattoota nafxanyaa ture. Lolli kun Amajjii 6 bara 1887 humna Minilikiin hogganamuufi ummata Oromoo, Oromiyaa bahaa jiraatan kanneen gooticha Bakar Waaree tiin hogganamu giddutti taasifame. Bakar Waaree kan dhalate Aanaa Jaarsoo bakka Laga Mixee jedhamutti. Bakar Waaree gumii bultumaa tan Raabaa fi Doorii Bareentummaa Addeellee maadheftattee Fugug bulchitu keessatti qondaala guddaa Birmajii yeroo sanaa ture. Keessattuu dhaddacha mooraa Fugug tan teessuma man-bultii gorguddoo kudha lamaan Alaa: Nuunnu, Meettaa,Diiramu, Goollo, Buubbu, Abbay, Galaan Abbaadho, Ere, Kaako, Arroojjii, Gutayyu keessatti haala sochii siyaasaa fi hawaasummaa irrattii addaa durummaadhaan murtii (hoggansa) kennaa kan ture.

Gootichi kun nama cimaa gootummaa, hayyummaa fi dandeettii hoggansaa jalqabummaan horatee ture. Gootichi kun seenaa fi faaruu Oromoo keessatti bakakyyuutti faarfamaa jira. Fakkeenyaaf, warrii dubartootaa (haawwan) eenyummaa gooticha kanaa ibsuudhaaf helle keessatti akkas jedhanii faarsan:-

โ€œBada Bakar Waaree yaa baโ€™eessa nama,Osoo si deessee haatee marraa lamaโ€ โ€ฆ

Warrii dhiirootaa immo dhiichisa keessatti akkas jechuun faarsan:-

โ€œInnaawaa gamnummaa dubbiin jalan galtuu,
Yoo arjummaa taatees dhaabbee biraan galtuu,
Gootummaan duranii roorroon ittiin galtuu,
Bakariin tuttuqaan killee dhagaan loltuuโ€
Itti fufa...

@dedroro
@dedroro
Link kana group fi cjanali qabdan irratti hiriyoota keessaniif shere shere godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://telegram.me/Barattootaaf8_12
Forwarded from อ™อ™Foormulษ‘ษ‘ Jireenyษ‘ษ‘ ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ (๐Ÿ‘‘Lij Iyyasuu๐Ÿ‘‘ Nengโญ)
TOOFTAA ABBAA IRREE
๐Ÿ”ถ๐Ÿ”ถ๐Ÿ”ถ๐Ÿ”ถ๐Ÿ”ถ๐Ÿ”ถ๐Ÿ”ถ๐Ÿ”ถ๐Ÿ”ถ๐Ÿ”ถ
Kutaa 6โƒฃ ffaa
ใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐ


"Aangoo Hawwitoota"
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

๐Ÿ“ŒAbbootiin Irree Lammiiwwam bilisummaaf haqaa fi walqixxummaaf qabsaa'an irratti duula propogaandaa banuun kanneen ittiin yakkeessan keessaa inni tokko "Aangoo Hawwitoota" kan jedhuudha.

๐Ÿ“Œ Dhugumatti yakkeessaa isaanii qalbeeffannaa fi xiinxallaan yoo ilaalle wantichi kofalchiisaa ta'a,
Sababni isaatis nama tokkos haa ta'uu kutaaleem hawaasaa muraasni akka lammiitti "Dhimmi biyya keenyaa hunduu nu laallata Rakkina biyyattii keenya keessa jirtuuf yaada furmaataa qabna Jechuudhaan Aangoo qabachuuf osoo hawwanii yakka osoo hin ta'in inumaayyuu mirga isaaniiti,

โšก๏ธ Yakkitootni Aangoo hawwuu bira darbanii Aangoo qabataniiru. Bira darbees "Biyyattii fi ummata isheetiif kanneen yaadda'an yoo ta'e biyyattiin ana malee filannoo biraa hin qabdu. Yoo ani hin jiraatin biyyattiin ni bittinnoofti. Caarraan ishee harka koo keessa."jedhu.
Dabalataanis "Aangoo irraa na buusuu ni danda'u" "morkattoota cimaa ni ta'u" kanneen jedhaniin Aangoo isaaniitiif jecha diina godhanii ramaduun tarkaanfii humnaa irratti fudhatu.

๐Ÿ”ท Qaamotni kana hunda qodhan kunniin deebisanii kan biroo "Aangoo hawwuun" yakkeessu.
Kunniin zamana hundaa keessa hamtootni farra ummataa ta'an kan hiixatan qaama yakkiiwwanisaaniiti.

๐Ÿ“Œ Kaayyoon kana ittiim godhaniif ummaticha dhimma biyyattii irratti murteessaa akka ta'e itti hin dhageessifne. Wanta Aangoo goonkumaa akka hin kaayyeffanne sodaachisuun miira "sassaabadhee haa jiraadhu " jedhu uumuufi,

โ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธ

Itti fufa
โ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธโ™ ๏ธ
HANGA KUTAA ITTI AANUUN WALITTI DEEBINUTTI NAGAA RABBII KEESSA NUUF JIRAADHAA๐Ÿ–๐Ÿ–๐Ÿ–
ใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐ

Kutaa itti Aanuuf join godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธ
โฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธ
โฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธ
โฌ›๏ธTOOFTAA ABBAA IRREEโฌ›๏ธ
โฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธ
โฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธ
โฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธโฌ›๏ธ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Oddeeffanno hunda Afaan oromotiin argachuu barbaada taanan...๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡JOIN JOIN@dedroro
Odeeffannoo waliigalaa koroonaa vaayrasii (COVID-19) biyyotaa ollaa Itoophiyaa hanga yoonaatti:-

โ€ข Sudaanitti vaayirasichan kan qabaman 1,661; kan bayyannatan 173;kan du'an 80

โ€ข Jibuutiitti vaayirasichan kan qabaman 1268; kan bayyannatan 900; kan du'an 3

โ€ข Somaaliyaatti vaayirasichan kan qabaman 1,219; kan bayyannatan 130; kan du'an 52

โ€ข Keeniyaatti vaayirasichan kan qabaman 737; kan bayyannatan 281; kan du'an 40

โ€ข Itoophiyaatti vaayirasichan kan qabaman 263; kan bayyannatan 108; kan du'an 5

โ€ข Sudaan Kibbaatti kan qabaman 203; kan bayyannatan 2; kan du'an 0

โ€ข Eertiraatti vaayirasichan Kan qabaman 39; kan bayyanatan 38; kan du'an 0.
"Guyyaa har'a Godina wallagga lixaa aanaa laaloo assaabii magaalaa wanjoorri Waraanni Mootummaa Dargaggoota 8 Bakka hojii isaanirraa butuun kaambiitti geeffachuudhaan reebicha humnaan olii irraan gahaa jiru.

Dargaggoota hojii dhuunfaa isaani dalagatii bulani fi barsiisaanis keessatti kan argamanidha namootni kunis baayinni isaan 8 ol Kaambii waraanaa magaalicha keessaatti dararaa jiru .

Dargaggoonni kunis
1,ujee faayisaa Barsiisaa
2,Damee Bashuura Barataa
3,Abdii Addunyaa konkolaachisaa
4,jiraataa guutama Barataa
6,xilaahuun Caalii ogeessa fayyaa
7,Guutamaa lammeessaa Ogeessa fayyaa"
Ejjennoo fi Karoora ofii Hundeessuu fi Gulaaluuf:-

1. Murtoo hiika hin qabne murteessuu hir'isuu(reduce meaningless decision)
Yaada sammuu kee irratti maaltu dhiibbaa fida?
โœ”๏ธBareedina qaama keetii isa irra keessaatiin miidhaguu fi miidhaguu dhabuudhaa?
โœ”๏ธWaan haaraa uumuu dhaa?
โœ” Yaada hiriyyoota keetiitii?
2. Waan hundumaa karoorsuu! (plan every things)
โœ”๏ธKaroora kee barreessi!
โœ”๏ธKaroora kee madaali!
โœ”๏ธKaroora kee milkeessi!

3. Ofitti Amanuu
Ati nama Ofitti amanuudhaa? Nama mooโ€™ataadhaa?
(ARE YOU GENIES? LET'S PROVE IT!)
Wantoota afur(4) haalan milkaa'inaaf karaa nama buusan:
โœ”๏ธSammuu kee haala kamiin hojjachiifta?
โœ”๏ธHaala kamiin of dadammaqsitaa?
โœ”๏ธOf Gammachiiftaa?
โœ”๏ธHaala kamiin wantoota dhiphisoo damdamattaa?
Namni obsa qabu ganama cirracha nyaatee galgala aannan dhuga jedhama mitiiree.

Share โ™ป๏ธ Join โ™ป๏ธ Share by @abdetuor
โ˜€๏ธ @oromotoo โ˜€๏ธ
โ˜€๏ธ @oromotoo โ˜€๏ธ
โš ๏ธJOINโš ๏ธ
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
WANTOOTA 30 KAN SABABA GAMMACHUU SIIF TAโ€™AN !!!
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
1. Waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi...
2. Wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin..
3. Guyyaan kee kanuma keessa waan gaarii hojjadhu...
4. Waan fulduraa hanga dhufutti waa'ee isaa yaaduu dhiisi...
5. Namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeff
annaa hin kanniniif..
6. Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu...
7. Namatti tola ooli....
8. Boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri...
9. If tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin....
10. Murtii Rabbii jaalalaan qeebali..
11. Rakkoo waliin ballootu jira jechuu beeki..
12. Rakkoo sitti dhufte obsaan furmaatatti jijjiiri.....
13. Hoggaa rakkatte kan si gargaaru Rabbi qofa tahuu beeki
14. Dhimma namaa caalaa dhimmi kee si haa rakkisuu...
15. Waan tokkoo Rabbiif jattee yoo dhiiste kan bakka siif buusu Rabbi tokkicha tahuu beeki.....
16. Jiruun dhugaa jiruu iimaanaati(jiruu Rabbitti amantee ajaja isaa hordofuu)
17. Waa itti fayyadamte haaluma gaariin itti fayyadami...ana booda namni itti hin fayyadamin jettee hin ballessin...
18. Zikrii Rabbiitin qalbiin tasgabboyti, Zakrii baayyisii godhadhu
19. Waan Rabbiin namaaf kannerratti nama hin hinaafiin....
20. Jiruu tana akkuma isiin sitti dhuftetti qeebali..
21. Namoota balaan itti buute laalii obsi...
22. Salaata jabeessi,Dhamsa nabiyyii(S.AW) kan dhumaatii..
23. Gahaan kiyya Rabbii,inni irkoo kiyya tahuun waa tolee ji'ii itti irkadhu...
24. Dachii Rabbi kessa deemi barnoota irraa fudhu..
25. Hoggaa rakkoon sitti buute obsa gaarii obsi,kan dirqamaan obsitu osoon tahin fadhiin obsi..
26. Rakkoo waa hundaa ofirratti hin deebisin
27. Wanti, xiqqoon kararraa si meysin kaayyoo tee qabadhuu socha'i..
28. Waan Rabbi si qoode jaaladhu irra caalaa namaa taata...
29. Lubbuu tee jannata ballinni isii samii fi dachii san yaadachiisi..keyrii irratti akka kakaatu taasisi...
30. Jiruu tee hunda kessattu jiddu-galessaa tahi......
โœ”RABBIIN NAMA MILKII DUNIYAA FI AAKHIRAA ARGATU NU HAA TAASISU.......
Amiiin Yaa rabbal-Aalamiin
โ˜…โ˜…โ˜…Share Waliif Godhaa Tasa Namni Irraa Fayyadamu Hin Dhabamuuโ˜…โ˜…โ˜…โ˜…
โคโคโค gorsa kan bira argachuufโคโคโคโค channel keenya join godhuu irraa fayyadamaa
@islamtub
@islamtub
@islamtub