Forwarded from Gaddisa_dhuga
Maal Dubbisuu jaallatta?
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19 biyyootaa ollaa Itoophiyaa:-
โข Sudaanitti vaayirasichan kan qabaman 1,526; kan bayyannatan 161;kan du'an 74
โข Jibuutiitti vaayirasichan kan qabaman 1526; kan bayyannatan 886; kan du'an 3
โข Somaaliyaatti vaayirasichan kan qabaman 1,170; kan bayyannatan 126; kan du'an 52
โข Keeniyaatti vaayirasichan kan qabaman 715; kan bayyannatan 259; kan du'an 36
โข Itoophiyaatti vaayirasichan kan qabaman 261; kan bayyannatan 106; kan du'an 5
โข Sudaan Kibbaatti kan qabaman 194; kan bayyannatan 2; kan du'an 0
โข Eertiraatti vaayirasichan Kan qabaman 39; kan bayyanatan 38; kan du'an 0
#share

Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiin๐๐๐
Nuqunnamuu dandeessu๐๐

Forwarded from Waanยนยนยน๐ฃ (Ibnul Islam)
๐๐ฒ๐ผ๐ต ๐จ๐ญ๐ญ๐ฌ๐ฌ๐น๐น๐จ๐จ ๐ฒ๐ถ๐ถ๐ป๐ฐ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ 7500 ๐๐ ๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ @๐ฎ๐จ๐จ๐ซ๐ซ๐ฐ๐บ๐จ_๐ซ๐ฏ๐ผ๐ฎ๐จ๐จ ๐๐๐ ๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
@๐ฎ๐จ๐จ๐ซ๐ซ๐ฐ๐บ๐จ_๐ซ๐ฏ๐ผ๐ฎ๐จ๐จ
@๐ฎ๐๐๐ ๐ ๐๐๐_๐ ๐๐๐๐๐

Itoophiyaatti qorannoo laabraatoorii gaggeeffameen lakkoofsa namoota COVID-19 irraatti argamee umriidhan:-
โข Kan umriin isaanii 0 - 5 =1
โข Kan umriin isaanii 5 - 14 =7
โข Kan umriin isaanii 15 - 24 =91
โข Kan umriin isaanii 25 - 34 = 75
โข Kan umriin isaanii 35 - 44 = 43
โข Kan umriin isaanii 45 - 59 = 26
โข Kan umriin isaanii 60 ol ta'an = 18
๐ฉธ Waliigalan hanga ammaatti namoonni vaayirasichan qabaman Itoophiyaatti 261 dha.
(Ministeeraa Fayyaa Itoophiyaa)

Finfiinneetti qorannoon vaayirasii koroonaa marsaa lammaaffaa manaa manatti jalqabuu Miinisteerri Fayyaa beeksise.
Qoorannoon vaayirasii koroona manaa manatti marsaa 2ffaa eleektirooniksiin deeggaramee jalqabuu deetaan miinistiira miinisteera fayyaa Dr. Daarajjee Dhuugumaa beeksisaniru.
Deetaan miinistira Dr.Darajjee Dhugumaa akka jedhanitti Qoorannoon manaa manatti adeemsifamu kun hawaasa baarsisuu fi odeefannowwan akkasumas, buโawwan argaman saffisaan beeksisuuf ,carraaqqii dhibee vaayirasii koroona ittisuuf taasifamuu deggaaruf gahee guddaa qaba.
Yeroo weerarrii vaayirasii koroonaa babalโachaa jiru kanattii of dagachuu fi dhibaโummaan amma mulโachaa jiru kun sirraaโuu akka qabus dhamaniiru.
Via:- obn

Forwarded from Ummy Art PROMOTION
Oddeeffanno COVID kan biyya kami barbaada?
Forwarded from าแดsแดย แดสแดแดแดย
๐๐Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????

And says so Lencho Bati, a man who is actively collaborating with the new killers and torturers. The renewed authoritarian system you are happily serving is creating new Yosef Bati and Bekele Dewanoโs by torturing, killing and disappearing young men and women across Oromia. These new victims are survivors and defeaters of the old system you condemn. Oromo men and women are suffering in gulags just few blocks from where you live. I dare you to stop by the new Maekelawi on your way to palace and see for your self. If you ever head West, check the overcroweded and inhuman jails in Burayu. If head down to Adama, stop for few minutes by Dukam jails where men and woman who took down the past authoritarians are now chained and tortured. Did you forget the fact that the guys you are serving today were the ones who dragged the likes of Yosef and Bekele then handed over to the โenemyโ. Your likes are doin the same today. No one should and could hide what past tyrants did to our people. But we will not allow you to talk past crimes to whitewash the new state terror waged against our people.
Forwarded from Dhugaa Dhokate
As wr wb Eegalleera
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan barnoota waan Eegalleef garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
T.me/Dhugaa_Dhokate
https://t.me/joinchat/AAAAAET0CZrsy6G6M2QgtA

Telegram
Dhugaa Dhokate
Dสแดษขแดแด แด
สแดแดแดแดแด
IYYAA FANNOO
"-Kariimaa Ahmad Abraahim jedhamti
umriin =14 ni taati tilmaamaan
Abbaan biddeenaa :,Ra'uuf Abraahim Aliyy jedhama
Ayyoon isii:-Hindii Anboo Abdoosh jedhamti.
Akka nuuf himtetti bakki isiin irraa badde
Harargee Lixaa magaalaa kammoonaa ganda Jaarraati. ykn Saffara iddoo jedhamtuudha.
Dallaaloota nama sadii kanneen Saawdii Arabiyaa sigeessina jechuudhaan sossobanii eega manaa fuudhanii waliin deemanii gara harargee bahaa magaalaa haramaayaa fidan booda maallaqa qarshii 3000 irraa saamanii Magaalaa haroomaayaa keessatti gatanii biraa deeman.
Kanaafuu namni warra isii beeytan ykn warri isii bilbila armaan gadii kanaan qunnamaa
09 33 31 75 21
09 91 29 63 64
Galata keessan rabbirraa argattan hadaraa forward godhaatii waliif dabarsaa!!!!!!!!"

Siyaasa Itoophiyaa: Mana maree bittinsuun Komishinoota hundeessuun aangoo MM Abiyyi waggaa tokkoof dheeressuun furmaata' Tumsa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-52634222

BBC News Afaan Oromoo
Siyaasa Itoophiyaa: Mana maree bittinsuun Komishinoota hundeessuun aangoo MM Abiyyi waggaa tokkoof dheeressuun furmaata' Tumsa
ABO dabalatee paartileen Tumsa Dimokiratawaa Federalizimii Sab-daneessaa keessa jiran rakkoo siyaasa Itoophiyaa amma mudataa jiru heera hiikuun furuun furmaata hin tahu jedhan.
โโโโ
SEENAA #BAKAR WAAREE
๐
@Oromotub
Lolli Calanqoo lolaa ittisa imala gabroomfattoota nafxanyaa ture. Lolli kun Amajjii 6 bara 1887 humna Minilikiin hogganamuufi ummata Oromoo, Oromiyaa bahaa jiraatan kanneen gooticha Bakar Waaree tiin hogganamu giddutti taasifame. Bakar Waaree kan dhalate Aanaa Jaarsoo bakka Laga Mixee jedhamutti. Bakar Waaree gumii bultumaa tan Raabaa fi Doorii Bareentummaa Addeellee maadheftattee Fugug bulchitu keessatti qondaala guddaa Birmajii yeroo sanaa ture. Keessattuu dhaddacha mooraa Fugug tan teessuma man-bultii gorguddoo kudha lamaan Alaa: Nuunnu, Meettaa,Diiramu, Goollo, Buubbu, Abbay, Galaan Abbaadho, Ere, Kaako, Arroojjii, Gutayyu keessatti haala sochii siyaasaa fi hawaasummaa irrattii addaa durummaadhaan murtii (hoggansa) kennaa kan ture.
Gootichi kun nama cimaa gootummaa, hayyummaa fi dandeettii hoggansaa jalqabummaan horatee ture. Gootichi kun seenaa fi faaruu Oromoo keessatti bakakyyuutti faarfamaa jira. Fakkeenyaaf, warrii dubartootaa (haawwan) eenyummaa gooticha kanaa ibsuudhaaf helle keessatti akkas jedhanii faarsan:-
โBada Bakar Waaree yaa baโeessa nama,Osoo si deessee haatee marraa lamaโ โฆ
Warrii dhiirootaa immo dhiichisa keessatti akkas jechuun faarsan:-
โInnaawaa gamnummaa dubbiin jalan galtuu,
Yoo arjummaa taatees dhaabbee biraan galtuu,
Gootummaan duranii roorroon ittiin galtuu,
Bakariin tuttuqaan killee dhagaan loltuuโ
Itti fufa...
@dedroro

Forwarded from BABA TRAVEL AGENT โ๏ธ
Link kana group fi cjanali qabdan irratti hiriyoota keessaniif shere shere godhaa
๐๐
https://telegram.me/Barattootaaf8_12
๐๐
https://telegram.me/Barattootaaf8_12
Forwarded from ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ (๐Lij Iyyasuu๐ Nengโญ)
TOOFTAA ABBAA IRREE
๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ
Kutaa 6โฃ ffaa
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
"Aangoo Hawwitoota"
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
๐Abbootiin Irree Lammiiwwam bilisummaaf haqaa fi walqixxummaaf qabsaa'an irratti duula propogaandaa banuun kanneen ittiin yakkeessan keessaa inni tokko "Aangoo Hawwitoota" kan jedhuudha.
๐ Dhugumatti yakkeessaa isaanii qalbeeffannaa fi xiinxallaan yoo ilaalle wantichi kofalchiisaa ta'a,
Sababni isaatis nama tokkos haa ta'uu kutaaleem hawaasaa muraasni akka lammiitti "Dhimmi biyya keenyaa hunduu nu laallata Rakkina biyyattii keenya keessa jirtuuf yaada furmaataa qabna Jechuudhaan Aangoo qabachuuf osoo hawwanii yakka osoo hin ta'in inumaayyuu mirga isaaniiti,
โก๏ธ Yakkitootni Aangoo hawwuu bira darbanii Aangoo qabataniiru. Bira darbees "Biyyattii fi ummata isheetiif kanneen yaadda'an yoo ta'e biyyattiin ana malee filannoo biraa hin qabdu. Yoo ani hin jiraatin biyyattiin ni bittinnoofti. Caarraan ishee harka koo keessa."jedhu.
Dabalataanis "Aangoo irraa na buusuu ni danda'u" "morkattoota cimaa ni ta'u" kanneen jedhaniin Aangoo isaaniitiif jecha diina godhanii ramaduun tarkaanfii humnaa irratti fudhatu.
๐ท Qaamotni kana hunda qodhan kunniin deebisanii kan biroo "Aangoo hawwuun" yakkeessu.
Kunniin zamana hundaa keessa hamtootni farra ummataa ta'an kan hiixatan qaama yakkiiwwanisaaniiti.
๐ Kaayyoon kana ittiim godhaniif ummaticha dhimma biyyattii irratti murteessaa akka ta'e itti hin dhageessifne. Wanta Aangoo goonkumaa akka hin kaayyeffanne sodaachisuun miira "sassaabadhee haa jiraadhu " jedhu uumuufi,
โ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธ
Itti fufa
โ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธ
HANGA KUTAA ITTI AANUUN WALITTI DEEBINUTTI NAGAA RABBII KEESSA NUUF JIRAADHAA๐๐๐
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
Kutaa itti Aanuuf join godhaa
๐๐๐๐๐๐๐
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ

โฌ๏ธTOOFTAA ABBAA IRREEโฌ๏ธ

๐๐๐Oddeeffanno hunda Afaan oromotiin argachuu barbaada taanan...๐๐๐๐๐๐๐๐๐JOIN JOIN@dedroro
Odeeffannoo waliigalaa koroonaa vaayrasii (COVID-19) biyyotaa ollaa Itoophiyaa hanga yoonaatti:-
โข Sudaanitti vaayirasichan kan qabaman 1,661; kan bayyannatan 173;kan du'an 80
โข Jibuutiitti vaayirasichan kan qabaman 1268; kan bayyannatan 900; kan du'an 3
โข Somaaliyaatti vaayirasichan kan qabaman 1,219; kan bayyannatan 130; kan du'an 52
โข Keeniyaatti vaayirasichan kan qabaman 737; kan bayyannatan 281; kan du'an 40
โข Itoophiyaatti vaayirasichan kan qabaman 263; kan bayyannatan 108; kan du'an 5
โข Sudaan Kibbaatti kan qabaman 203; kan bayyannatan 2; kan du'an 0
โข Eertiraatti vaayirasichan Kan qabaman 39; kan bayyanatan 38; kan du'an 0.