JAARRAA ABBAA GADAA
1.52K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF👉 @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
👇👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Forwarded from D.Erdoogaan Turkii🇹🇷 (Double M 💕 M.M.K)
Yaarabbi Uf nu beeksisi

Raashiyaa💒 fi Emreet🌙 maal waliiti 🙆 🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆
Fira diina godhatee diina fira godhate

​​Waraanni Mootummaa Liibiyaa Hidhattoota Khaliifaa Haftaar irratti haleellaa jalqabuu gabaafame

Hidhattoonni Jeneral Khaliifaa Haftariin hogganaman kan Waraana Biyyoolessa Liibiyaa (LNA) jechuun of moggaasan, guyyoota lamaan dabran misaa’elaan haleellaa magaalaa Tripolii keessatti raawwataniin, buufata xiyyaaraa guddicha magaalattii keessatti argamu kan barbadeessan tahuu gabaafame. Gareen Emreets fi Raashiyaan deeggaramu kun yoo xiqqaate misaa’ela 100 ol gara magaalattiitti kan dhukaase yoo tahu, Xiyyaarotaa fi qabeenya barbadaayeen alattis misaa’ela naannawa jireenyaa rukuteen namoonni nagayaa jaha kan du’an tahuus odeeyfannoon ni addeessa.

Haleellaa kana hordofuun mootummaan biyyattii beekamtii UN qabu, kan Turkiyaan deeggaramu halkan kaleessaa irraa jalqabee buufata garee kanaa irratti haleellaa jalqabuu gabaafame. Waraanni mootummaa duula kanaan Kaampii gareen Khaliifaa Haftaar rokkotee fi misaa’ela irraa furguuggatu, kan magaalaa Triipoolii irraa gara Kibbaatti argamu to’achuuf kan karoorfate tahuu gabaasni Aljaziiraa ni mul’isa. Ogeeyyonni waraana Raashiyaa Khaliifaa Haftaar deeggaranis buufata kana keessa kan qubatan tahuus gabaafame.

Waraanni Biyyoolessaa Liibiyaa jeneraal Khaliifaa Haftaariin hogganamu, waggaa tokko dura magaalaa Triipoolii too’achuuf duula jalqabeen nannoolee heddu kan dhuunfatee ture tahus, ji’oota muraasaa asitti, keessumattuu eega Turkiyaan mootummaa beekamtii UN qabu deeggaruuf loltoota isii gara Liibiyaa ergitee booda, gareen kun naannoolee to’ataa ture heddu kan dhabe tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
👉Masha allab Turkiya yaada ishee Rabbi galmaan haa gahu
Maddi RNH
#Liibiyaa
👇🌹👇🌹👇🌹👇🌹👇
D.Erdoogaan Turkii🇹🇷
Deeggartoota Rajab Xayyib Erdoogaan
https://t.me/Qabsahaa
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Namoonni telegrami fayyadamtanu chaneloota armaan gadii kana dhabuu hin qabdanu join godhadhaa👇👇👇👇👇
Forwarded from JBMAN🌙 Chanel (Double M 💕 M.M.K)
As wr wb

Jirtaa qaali namaa obboleessa koo ati hoo akkam jirta filatamtuu namaa obboleetti too

📨 Ergaa gabaabduu tanaan waa si kadhachuu barbaada sababni isaatis nama mara keessa akka ati na hin dinne abdii waanin qabuuf si gaafadhe

👉 ani obboleessi kee eennu akka tahe na beyta sitti himuu hin barbaachisu

👉 sababni isaatis nama maratu na beeka akka ani yakkamaa namaa tahe
bifa , jecha fi deemsa koo keessatti nama rabbi sodaatu fakkaadhus umrii koo keessatti harka caalu badiirratti fixe jechuu ni danda'a ammas ittuma jira.

👉 inumaayyu kan mul'isee hojjadhurra inni dhoksaan hojjadhu yoo gara laafessi koo naaf dhiise malee idmee/jiruu koo guutu jahaannam keessa na tursiisu mala

👉 inumaa wanti nama ajaa'ibsiisu Rabbiin anaa kana bareeche tolchee na uume!!!

👉 wanti jechuu barbaade bareedumsa addaa qabaadhe miti itiin boonufs dubbachaa hin jiru
bareedumsa Rabbiin ilma namaa ittin faaye keessa wanti narraa hir'ate tokkolleen hin jiru

👉ija , gurra , luka , funyaan , harka , arrabaa fi sammuu gaari naaf kennee jira

👉 garu ani kana mara osoo rabbi naaf tahee jiru takkaa Rabbii kiyyaaf galata galchee hin beeku guyyuu badii raawwachuu malee keyriin hojjadhu muraasa

👉 kanafu obbolessa koo atis obboleetti too akka ani yakkamaa namaa tahe beektee jirta kanafu ji'a Ramadaana kana keessa kessattu 10'n booda tana keessa Rabbii kee naaf kadhadhu

👉 anis yoo ati Rabbii kee naaf kadhattee warra rahmata Rabbii argatu keessa tahuu abdiin qaba

😂 hadaraa Rabbii na hin dagatin kaa akka warra hoongahurra hin taane

👉 galata rabbii kiyyaa baga qabaadhe obboleessa / obboleetti akka keeti/teeti

👉 sababni isaatis namni akka kee kanatti garaa naa laafe rabbitti naaf warwatu hedduu hin argamu

👉 galatoomi obboleessa koo atis obboleetti too kanin/tanin ani Rabbiif jecha akka lubbuu tiyyatti jaaladhu

🤲 Ani Obboleessa Kee Miseensa Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii

Musa Muhammad

👇🌹👇🌹👇🌹👇🌹👇
JBMAN🌙
Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii
https://t.me/bimilla
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19 biyyootaa ollaa Itoophiyaa:-

Sudaanitti vaayirasichan kan qabaman 1,526; kan bayyannatan 161;kan du'an 74

Jibuutiitti vaayirasichan kan qabaman 1526; kan bayyannatan 886; kan du'an 3

Somaaliyaatti vaayirasichan kan qabaman 1,170; kan bayyannatan 126; kan du'an 52

Keeniyaatti vaayirasichan kan qabaman 715; kan bayyannatan 259; kan du'an 36

Itoophiyaatti vaayirasichan kan qabaman 261; kan bayyannatan 106; kan du'an 5

Sudaan Kibbaatti kan qabaman 194; kan bayyannatan 2; kan du'an 0

Eertiraatti vaayirasichan Kan qabaman 39; kan bayyanatan 38; kan du'an 0
#share
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiin👇👇👇
Nuqunnamuu dandeessu👇👇
Forwarded from Waan¹¹¹🗣 (Ibnul Islam)
👇𝑲𝑼𝑵 𝑨𝑭𝑭𝑬𝑬𝑹𝑹𝑨𝑨 𝑲𝑶𝑶𝑻𝑰👇
𝒄𝒉𝒂𝒏𝒆𝒍𝒊𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒆𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖 𝒌𝒂𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒉𝒂𝒂 𝒕𝒖𝒓𝒆 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂𝒔 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒅𝒉𝒊𝒉𝒐𝒐 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒏𝒂𝒎𝒆𝒆 𝒌𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒔𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 7500 𝒐𝒍 𝒉𝒐𝒓𝒂𝒕𝒆
𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒔 𝒎𝒊𝒔𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒒𝒐𝒐𝒅𝒖𝒖𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒆𝒍𝒊𝒄𝒉𝒂 𝒘𝒐𝒓𝒓𝒆𝒆𝒏 𝒉𝒊𝒏 𝒒𝒂𝒃𝒏𝒆 𝒋𝒐𝒊𝒏 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒊𝒏 𝒎𝒂𝒒𝒂𝒂𝒏 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒆𝒍𝒊𝒄𝒉𝒂𝒂𝒔👇 @𝑮𝑨𝑨𝑫𝑫𝑰𝑺𝑨_𝑫𝑯𝑼𝑮𝑨𝑨 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒎𝒂

𝒋𝒐𝒊𝒏 👇👇👇👇👇👇👇👇
@𝑮𝑨𝑨𝑫𝑫𝑰𝑺𝑨_𝑫𝑯𝑼𝑮𝑨𝑨
@𝑮𝒂𝒂𝒅𝒅𝒊𝒔𝒂_𝒅𝒉𝒖𝒈𝒂𝒂
@𝑮𝒂𝒂𝒅𝒅𝒊𝒔𝒂_𝒅𝒉𝒖𝒈𝒂𝒂
Itoophiyaatti qorannoo laabraatoorii gaggeeffameen lakkoofsa namoota COVID-19 irraatti argamee umriidhan:-

• Kan umriin isaanii 0 - 5 =1
• Kan umriin isaanii 5 - 14 =7
• Kan umriin isaanii 15 - 24 =91
• Kan umriin isaanii 25 - 34 = 75
• Kan umriin isaanii 35 - 44 = 43
• Kan umriin isaanii 45 - 59 = 26
• Kan umriin isaanii 60 ol ta'an = 18

🩸 Waliigalan hanga ammaatti namoonni vaayirasichan qabaman Itoophiyaatti 261 dha.

(Ministeeraa Fayyaa Itoophiyaa)
Finfiinneetti qorannoon vaayirasii koroonaa marsaa lammaaffaa manaa manatti jalqabuu Miinisteerri Fayyaa beeksise.

Qoorannoon vaayirasii koroona manaa manatti marsaa 2ffaa eleektirooniksiin deeggaramee jalqabuu deetaan miinistiira miinisteera fayyaa Dr. Daarajjee Dhuugumaa beeksisaniru.

Deetaan miinistira Dr.Darajjee Dhugumaa akka jedhanitti Qoorannoon manaa manatti adeemsifamu kun hawaasa baarsisuu fi odeefannowwan akkasumas, bu’awwan argaman saffisaan beeksisuuf ,carraaqqii dhibee vaayirasii koroona ittisuuf taasifamuu deggaaruf gahee guddaa qaba.

Yeroo weerarrii vaayirasii koroonaa babal’achaa jiru kanattii of dagachuu fi dhiba’ummaan amma mul’achaa jiru kun sirraa’uu akka qabus dhamaniiru.

Via:- obn
👉👉Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
👉👉Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
👉👉Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
And says so Lencho Bati, a man who is actively collaborating with the new killers and torturers. The renewed authoritarian system you are happily serving is creating new Yosef Bati and Bekele Dewano’s by torturing, killing and disappearing young men and women across Oromia. These new victims are survivors and defeaters of the old system you condemn. Oromo men and women are suffering in gulags just few blocks from where you live. I dare you to stop by the new Maekelawi on your way to palace and see for your self. If you ever head West, check the overcroweded and inhuman jails in Burayu. If head down to Adama, stop for few minutes by Dukam jails where men and woman who took down the past authoritarians are now chained and tortured. Did you forget the fact that the guys you are serving today were the ones who dragged the likes of Yosef and Bekele then handed over to the ‘enemy’. Your likes are doin the same today. No one should and could hide what past tyrants did to our people. But we will not allow you to talk past crimes to whitewash the new state terror waged against our people.
Forwarded from Dhugaa Dhokate
As wr wb Eegalleera
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan barnoota waan Eegalleef garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa
👇

T.me/Dhugaa_Dhokate

https://t.me/joinchat/AAAAAET0CZrsy6G6M2QgtA
IYYAA FANNOO
"-Kariimaa Ahmad Abraahim jedhamti
umriin =14 ni taati tilmaamaan
Abbaan biddeenaa :,Ra'uuf Abraahim Aliyy jedhama
Ayyoon isii:-Hindii Anboo Abdoosh jedhamti.
Akka nuuf himtetti bakki isiin irraa badde
Harargee Lixaa magaalaa kammoonaa ganda Jaarraati. ykn Saffara iddoo jedhamtuudha.
Dallaaloota nama sadii kanneen Saawdii Arabiyaa sigeessina jechuudhaan sossobanii eega manaa fuudhanii waliin deemanii gara harargee bahaa magaalaa haramaayaa fidan booda maallaqa qarshii 3000 irraa saamanii Magaalaa haroomaayaa keessatti gatanii biraa deeman.
Kanaafuu namni warra isii beeytan ykn warri isii bilbila armaan gadii kanaan qunnamaa
09 33 31 75 21
09 91 29 63 64
Galata keessan rabbirraa argattan hadaraa forward godhaatii waliif dabarsaa!!!!!!!!"
​​​​
SEENAA #BAKAR WAAREE
👇
@Oromotub

Lolli Calanqoo lolaa ittisa imala gabroomfattoota nafxanyaa ture. Lolli kun Amajjii 6 bara 1887 humna Minilikiin hogganamuufi ummata Oromoo, Oromiyaa bahaa jiraatan kanneen gooticha Bakar Waaree tiin hogganamu giddutti taasifame. Bakar Waaree kan dhalate Aanaa Jaarsoo bakka Laga Mixee jedhamutti. Bakar Waaree gumii bultumaa tan Raabaa fi Doorii Bareentummaa Addeellee maadheftattee Fugug bulchitu keessatti qondaala guddaa Birmajii yeroo sanaa ture. Keessattuu dhaddacha mooraa Fugug tan teessuma man-bultii gorguddoo kudha lamaan Alaa: Nuunnu, Meettaa,Diiramu, Goollo, Buubbu, Abbay, Galaan Abbaadho, Ere, Kaako, Arroojjii, Gutayyu keessatti haala sochii siyaasaa fi hawaasummaa irrattii addaa durummaadhaan murtii (hoggansa) kennaa kan ture.

Gootichi kun nama cimaa gootummaa, hayyummaa fi dandeettii hoggansaa jalqabummaan horatee ture. Gootichi kun seenaa fi faaruu Oromoo keessatti bakakyyuutti faarfamaa jira. Fakkeenyaaf, warrii dubartootaa (haawwan) eenyummaa gooticha kanaa ibsuudhaaf helle keessatti akkas jedhanii faarsan:-

“Bada Bakar Waaree yaa ba’eessa nama,Osoo si deessee haatee marraa lama” …

Warrii dhiirootaa immo dhiichisa keessatti akkas jechuun faarsan:-

“Innaawaa gamnummaa dubbiin jalan galtuu,
Yoo arjummaa taatees dhaabbee biraan galtuu,
Gootummaan duranii roorroon ittiin galtuu,
Bakariin tuttuqaan killee dhagaan loltuu”
Itti fufa...

@dedroro
@dedroro
Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
Link kana group fi cjanali qabdan irratti hiriyoota keessaniif shere shere godhaa
👇👇

https://telegram.me/Barattootaaf8_12
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng)
TOOFTAA ABBAA IRREE
🔶🔶🔶🔶🔶🔶🔶🔶🔶🔶
Kutaa 6⃣ ffaa


"Aangoo Hawwitoota"
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

📌Abbootiin Irree Lammiiwwam bilisummaaf haqaa fi walqixxummaaf qabsaa'an irratti duula propogaandaa banuun kanneen ittiin yakkeessan keessaa inni tokko "Aangoo Hawwitoota" kan jedhuudha.

📌 Dhugumatti yakkeessaa isaanii qalbeeffannaa fi xiinxallaan yoo ilaalle wantichi kofalchiisaa ta'a,
Sababni isaatis nama tokkos haa ta'uu kutaaleem hawaasaa muraasni akka lammiitti "Dhimmi biyya keenyaa hunduu nu laallata Rakkina biyyattii keenya keessa jirtuuf yaada furmaataa qabna Jechuudhaan Aangoo qabachuuf osoo hawwanii yakka osoo hin ta'in inumaayyuu mirga isaaniiti,

⚡️ Yakkitootni Aangoo hawwuu bira darbanii Aangoo qabataniiru. Bira darbees "Biyyattii fi ummata isheetiif kanneen yaadda'an yoo ta'e biyyattiin ana malee filannoo biraa hin qabdu. Yoo ani hin jiraatin biyyattiin ni bittinnoofti. Caarraan ishee harka koo keessa."jedhu.
Dabalataanis "Aangoo irraa na buusuu ni danda'u" "morkattoota cimaa ni ta'u" kanneen jedhaniin Aangoo isaaniitiif jecha diina godhanii ramaduun tarkaanfii humnaa irratti fudhatu.

🔷 Qaamotni kana hunda qodhan kunniin deebisanii kan biroo "Aangoo hawwuun" yakkeessu.
Kunniin zamana hundaa keessa hamtootni farra ummataa ta'an kan hiixatan qaama yakkiiwwanisaaniiti.

📌 Kaayyoon kana ittiim godhaniif ummaticha dhimma biyyattii irratti murteessaa akka ta'e itti hin dhageessifne. Wanta Aangoo goonkumaa akka hin kaayyeffanne sodaachisuun miira "sassaabadhee haa jiraadhu " jedhu uumuufi,

♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️

Itti fufa
♠️♠️♠️♠️♠️♠️
HANGA KUTAA ITTI AANUUN WALITTI DEEBINUTTI NAGAA RABBII KEESSA NUUF JIRAADHAA🖐🖐🖐


Kutaa itti Aanuuf join godhaa
👇👇👇👇👇👇👇
⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️
⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️
⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️
⬛️TOOFTAA ABBAA IRREE⬛️
⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️
⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️
⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️⬛️