Breaking
๐น๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo qabannee dhihaanne jirra kam barbaaddu? laata koottaa filadhaa
kun ๐ https://t.me/Qabsahaa filannoo nama maraati join godhaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น
D.Erdoogaan Turkii๐น๐ท
https://t.me/Qabsahaa
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น
๐ Jirra Nutis ๐
https://t.me/bimilah
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น
๐ฅ J/B/M/Aamunnasrii ๐ฅ
https://t.me/bimilla
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น
โค๏ธ ๏ธJ/B/M/Arsii Roobee โค๏ธ
๐ https://t.me/Arsirobej ๐
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น
๐ญMiidhamaatu as genne๐ญ
https://t.me/fuadjemal
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐
๐ซYoo Sittitole Join๐ซ
https://t.me/bimilla
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐
๐Sobamiti Kunis isuma๐
https://t.me/bimilla
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐
๐ชDirqama Join๐ช
https://t.me/Qabsahaa
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐
โค๏ธ๐โค๏ธ
Oromo fi Gadaa
https://t.me/oromoToo
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐
ุงูููุงุฉ ุงูุฅุณูุงู ูุฉ
https://t.me/islamic
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐
Chaynaalii Keessan Beeksifachuuf Linki Armaan Gadiitiin Nu Dubbisaa๐๐
https://t.me/joinchat/KIWLN0SnqY7xzunQAdhEBQ
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐
๐ maaltu nudaangessa yoo akkanatti hojjanne

Telegram
D.Erdoogaan Turkii๐น๐ท
Deeggartoota Rajab Xayyib Erdoogaan
Yaadaa fi gaafii yoo qabaattan karaa @didaoobot nu qunnamaa

Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu Ariifachiisaa
Namoonni telegraamii fayyadamtanu dirqama waan kana beekuu qabdu telegramii koo kan jedhu ammuma tuqaa ilaalaa๐๐๐๐๐๐๐๐

Forwarded from Kiya culture clothes jimma
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐น๐ช๐น๐ช๐น๐ช๐ช๐ช๐ช
Kutaa 5โฃ ffaa
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
โ๏ธ #DUULA_HOLOLAA
( #PROPOGAANDAA) ๐ช๐น
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
๐ช Abbootiin irree Qaamota isaan qormaatu irraa ummaticha fageessuu fi bitamaa isaanii qulquluu godhuuf Hangaftummaan kan itti fayyadaman #propogaandaadha ykn hololadha,
๐ท Duula #hololaa banuun jajjabummaa fi Eenyuu fis akka duubatti hin deebine ummaticha keessa gadi seensisuuf carraaqu.
Kan morkattoota isaanii immoo. Cinaa isaa dadhabaa jedhaniin hammeenya kaayyoo isaaniitii fi farra nageenyumtii isaanii ummatni amanee fudhachuun Abbootii irree wajjin qofa akka dhaabatu godhuuf tooftaawwan hololaa / propogaandaa adda addaatiim cimanii hojjatu.
๐ถ #Soba qindeessuun dhugaa fakkeessanii ummataaf dhiyeessu.
#Gowwoomsumtiin isaanii akka irraa hin beekamneefis qarummaan hololicha sobaa gara ummataa keessa tamsaasu. Akkuma Amma biyya keenyatti argaa jirru.
๐ท Fir'awniim dabalatee abbootiin irree hundinuu #soba oomishuun ummaticha amansiisuuf tattaafatu. #Dhugaa yoo dubbatan akka fudhatama hin qabne fi akka mo'atamanu ni beeku.
Ta'uu isaatiinis #soba uumuu fi qindeessuun #dhugaa injifatuuf #Propogaandaa banu.
๐ Jooseef weyl (1877-1976) Akkana jechuudhaan cunqursitoota gorsa.
"#Dhugaa mannaa irra caalaa kan nuuf liqimfamu #soba. Addunyaa keenya keessatti irra caalaa kan jibbamu nama yeroo hundaa #dhugaa dubnatuu fi kan dandeettii #soba uumuu hin qabneedha."
๐ท Fir'awnis tooftaadhuma kana sirriitti itti fayyadameera duula #propogaandaatis daandii adda addaatiin baneera.
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
Kutaa itti aanu keessatti tokko tokkoon ilaala
โโโโโโโโโโโ
"Ummatni waraana xiinsammuutiin injifatame seenaa hojjachuun isaa hafee matama Isaatuu gabrummaa jalaa gonkumaa bilisa baasuu hindanda'u"(Dr,jaasiim sulxaan)
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kutaa 6ffaan itti fufa
JOIN GODHAA๐๐๐
http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa

Forwarded from D.Erdoogaan Turkii๐น๐ท (Double M โ๐ M.M.K)
Yaarabbi Uf nu beeksisi
Raashiyaa๐ fi Emreet๐ maal waliiti ๐ ๐๐๐๐๐๐๐
Fira diina godhatee diina fira godhate
โโWaraanni Mootummaa Liibiyaa Hidhattoota Khaliifaa Haftaar irratti haleellaa jalqabuu gabaafame
Hidhattoonni Jeneral Khaliifaa Haftariin hogganaman kan Waraana Biyyoolessa Liibiyaa (LNA) jechuun of moggaasan, guyyoota lamaan dabran misaaโelaan haleellaa magaalaa Tripolii keessatti raawwataniin, buufata xiyyaaraa guddicha magaalattii keessatti argamu kan barbadeessan tahuu gabaafame. Gareen Emreets fi Raashiyaan deeggaramu kun yoo xiqqaate misaaโela 100 ol gara magaalattiitti kan dhukaase yoo tahu, Xiyyaarotaa fi qabeenya barbadaayeen alattis misaaโela naannawa jireenyaa rukuteen namoonni nagayaa jaha kan duโan tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
Haleellaa kana hordofuun mootummaan biyyattii beekamtii UN qabu, kan Turkiyaan deeggaramu halkan kaleessaa irraa jalqabee buufata garee kanaa irratti haleellaa jalqabuu gabaafame. Waraanni mootummaa duula kanaan Kaampii gareen Khaliifaa Haftaar rokkotee fi misaaโela irraa furguuggatu, kan magaalaa Triipoolii irraa gara Kibbaatti argamu toโachuuf kan karoorfate tahuu gabaasni Aljaziiraa ni mulโisa. Ogeeyyonni waraana Raashiyaa Khaliifaa Haftaar deeggaranis buufata kana keessa kan qubatan tahuus gabaafame.
Waraanni Biyyoolessaa Liibiyaa jeneraal Khaliifaa Haftaariin hogganamu, waggaa tokko dura magaalaa Triipoolii tooโachuuf duula jalqabeen nannoolee heddu kan dhuunfatee ture tahus, jiโoota muraasaa asitti, keessumattuu eega Turkiyaan mootummaa beekamtii UN qabu deeggaruuf loltoota isii gara Liibiyaa ergitee booda, gareen kun naannoolee toโataa ture heddu kan dhabe tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
๐Masha allab Turkiya yaada ishee Rabbi galmaan haa gahu
Maddi RNH
#Liibiyaa

Namoonni telegrami fayyadamtanu chaneloota armaan gadii kana dhabuu hin qabdanu join godhadhaa๐๐๐๐๐
Forwarded from JBMAN๐ Chanel (Double M โ๐ M.M.K)
As wr wb
Jirtaa qaali namaa obboleessa koo ati hoo akkam jirta filatamtuu namaa obboleetti too
๐จ Ergaa gabaabduu tanaan waa si kadhachuu barbaada sababni isaatis nama mara keessa akka ati na hin dinne abdii waanin qabuuf si gaafadhe
๐ ani obboleessi kee eennu akka tahe na beyta sitti himuu hin barbaachisu
๐ sababni isaatis nama maratu na beeka akka ani yakkamaa namaa tahe
bifa , jecha fi deemsa koo keessatti nama rabbi sodaatu fakkaadhus umrii koo keessatti harka caalu badiirratti fixe jechuu ni danda'a ammas ittuma jira.
๐ inumaayyu kan mul'isee hojjadhurra inni dhoksaan hojjadhu yoo gara laafessi koo naaf dhiise malee idmee/jiruu koo guutu jahaannam keessa na tursiisu mala
๐ inumaa wanti nama ajaa'ibsiisu Rabbiin anaa kana bareeche tolchee na uume!!!
๐ wanti jechuu barbaade bareedumsa addaa qabaadhe miti itiin boonufs dubbachaa hin jiru
bareedumsa Rabbiin ilma namaa ittin faaye keessa wanti narraa hir'ate tokkolleen hin jiru
๐ija , gurra , luka , funyaan , harka , arrabaa fi sammuu gaari naaf kennee jira
๐ garu ani kana mara osoo rabbi naaf tahee jiru takkaa Rabbii kiyyaaf galata galchee hin beeku guyyuu badii raawwachuu malee keyriin hojjadhu muraasa
๐ kanafu obbolessa koo atis obboleetti too akka ani yakkamaa namaa tahe beektee jirta kanafu ji'a Ramadaana kana keessa kessattu 10'n booda tana keessa Rabbii kee naaf kadhadhu
๐ anis yoo ati Rabbii kee naaf kadhattee warra rahmata Rabbii argatu keessa tahuu abdiin qaba
๐ hadaraa Rabbii na hin dagatin kaa akka warra hoongahurra hin taane
๐ galata rabbii kiyyaa baga qabaadhe obboleessa / obboleetti akka keeti/teeti
๐ sababni isaatis namni akka kee kanatti garaa naa laafe rabbitti naaf warwatu hedduu hin argamu
๐ galatoomi obboleessa koo atis obboleetti too kanin/tanin ani Rabbiif jecha akka lubbuu tiyyatti jaaladhu
๐คฒ Ani Obboleessa Kee Miseensa Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii
โ Musa Muhammad
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐
JBMAN๐
Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii

Maal Dubbisuu jaallatta?
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19 biyyootaa ollaa Itoophiyaa:-
โข Sudaanitti vaayirasichan kan qabaman 1,526; kan bayyannatan 161;kan du'an 74
โข Jibuutiitti vaayirasichan kan qabaman 1526; kan bayyannatan 886; kan du'an 3
โข Somaaliyaatti vaayirasichan kan qabaman 1,170; kan bayyannatan 126; kan du'an 52
โข Keeniyaatti vaayirasichan kan qabaman 715; kan bayyannatan 259; kan du'an 36
โข Itoophiyaatti vaayirasichan kan qabaman 261; kan bayyannatan 106; kan du'an 5
โข Sudaan Kibbaatti kan qabaman 194; kan bayyannatan 2; kan du'an 0
โข Eertiraatti vaayirasichan Kan qabaman 39; kan bayyanatan 38; kan du'an 0
#share

Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiin๐๐๐
Nuqunnamuu dandeessu๐๐

Forwarded from Waanยนยนยน๐ฃ (Ibnul Islam)
๐๐ฒ๐ผ๐ต ๐จ๐ญ๐ญ๐ฌ๐ฌ๐น๐น๐จ๐จ ๐ฒ๐ถ๐ถ๐ป๐ฐ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ 7500 ๐๐ ๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ @๐ฎ๐จ๐จ๐ซ๐ซ๐ฐ๐บ๐จ_๐ซ๐ฏ๐ผ๐ฎ๐จ๐จ ๐๐๐ ๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
@๐ฎ๐จ๐จ๐ซ๐ซ๐ฐ๐บ๐จ_๐ซ๐ฏ๐ผ๐ฎ๐จ๐จ
@๐ฎ๐๐๐ ๐ ๐๐๐_๐ ๐๐๐๐๐

Itoophiyaatti qorannoo laabraatoorii gaggeeffameen lakkoofsa namoota COVID-19 irraatti argamee umriidhan:-
โข Kan umriin isaanii 0 - 5 =1
โข Kan umriin isaanii 5 - 14 =7
โข Kan umriin isaanii 15 - 24 =91
โข Kan umriin isaanii 25 - 34 = 75
โข Kan umriin isaanii 35 - 44 = 43
โข Kan umriin isaanii 45 - 59 = 26
โข Kan umriin isaanii 60 ol ta'an = 18
๐ฉธ Waliigalan hanga ammaatti namoonni vaayirasichan qabaman Itoophiyaatti 261 dha.
(Ministeeraa Fayyaa Itoophiyaa)

Finfiinneetti qorannoon vaayirasii koroonaa marsaa lammaaffaa manaa manatti jalqabuu Miinisteerri Fayyaa beeksise.
Qoorannoon vaayirasii koroona manaa manatti marsaa 2ffaa eleektirooniksiin deeggaramee jalqabuu deetaan miinistiira miinisteera fayyaa Dr. Daarajjee Dhuugumaa beeksisaniru.
Deetaan miinistira Dr.Darajjee Dhugumaa akka jedhanitti Qoorannoon manaa manatti adeemsifamu kun hawaasa baarsisuu fi odeefannowwan akkasumas, buโawwan argaman saffisaan beeksisuuf ,carraaqqii dhibee vaayirasii koroona ittisuuf taasifamuu deggaaruf gahee guddaa qaba.
Yeroo weerarrii vaayirasii koroonaa babalโachaa jiru kanattii of dagachuu fi dhibaโummaan amma mulโachaa jiru kun sirraaโuu akka qabus dhamaniiru.
Via:- obn

Forwarded from Ummy Art PROMOTION
Oddeeffanno COVID kan biyya kami barbaada?
Forwarded from าแดsแดย แดสแดแดแดย
๐๐Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????

And says so Lencho Bati, a man who is actively collaborating with the new killers and torturers. The renewed authoritarian system you are happily serving is creating new Yosef Bati and Bekele Dewanoโs by torturing, killing and disappearing young men and women across Oromia. These new victims are survivors and defeaters of the old system you condemn. Oromo men and women are suffering in gulags just few blocks from where you live. I dare you to stop by the new Maekelawi on your way to palace and see for your self. If you ever head West, check the overcroweded and inhuman jails in Burayu. If head down to Adama, stop for few minutes by Dukam jails where men and woman who took down the past authoritarians are now chained and tortured. Did you forget the fact that the guys you are serving today were the ones who dragged the likes of Yosef and Bekele then handed over to the โenemyโ. Your likes are doin the same today. No one should and could hide what past tyrants did to our people. But we will not allow you to talk past crimes to whitewash the new state terror waged against our people.
Forwarded from Dhugaa Dhokate
As wr wb Eegalleera
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan barnoota waan Eegalleef garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
T.me/Dhugaa_Dhokate
https://t.me/joinchat/AAAAAET0CZrsy6G6M2QgtA

Dhugaa Dhokate
Dสแดษขแดแด แด
สแดแดแดแดแด
IYYAA FANNOO
"-Kariimaa Ahmad Abraahim jedhamti
umriin =14 ni taati tilmaamaan
Abbaan biddeenaa :,Ra'uuf Abraahim Aliyy jedhama
Ayyoon isii:-Hindii Anboo Abdoosh jedhamti.
Akka nuuf himtetti bakki isiin irraa badde
Harargee Lixaa magaalaa kammoonaa ganda Jaarraati. ykn Saffara iddoo jedhamtuudha.
Dallaaloota nama sadii kanneen Saawdii Arabiyaa sigeessina jechuudhaan sossobanii eega manaa fuudhanii waliin deemanii gara harargee bahaa magaalaa haramaayaa fidan booda maallaqa qarshii 3000 irraa saamanii Magaalaa haroomaayaa keessatti gatanii biraa deeman.
Kanaafuu namni warra isii beeytan ykn warri isii bilbila armaan gadii kanaan qunnamaa
09 33 31 75 21
09 91 29 63 64
Galata keessan rabbirraa argattan hadaraa forward godhaatii waliif dabarsaa!!!!!!!!"

Siyaasa Itoophiyaa: Mana maree bittinsuun Komishinoota hundeessuun aangoo MM Abiyyi waggaa tokkoof dheeressuun furmaata' Tumsa
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-52634222

BBC News Afaan Oromoo
Siyaasa Itoophiyaa: Mana maree bittinsuun Komishinoota hundeessuun aangoo MM Abiyyi waggaa tokkoof dheeressuun furmaata' Tumsa
ABO dabalatee paartileen Tumsa Dimokiratawaa Federalizimii Sab-daneessaa keessa jiran rakkoo siyaasa Itoophiyaa amma mudataa jiru heera hiikuun furuun furmaata hin tahu jedhan.