JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF๐Ÿ‘‰ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Breaking

๐ŸŒน๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo qabannee dhihaanne jirra kam barbaaddu? laata koottaa filadhaa
kun ๐Ÿ‘‰ https://t.me/Qabsahaa filannoo nama maraati join godhaa
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน

D.Erdoogaan Turkii๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ท
https://t.me/Qabsahaa

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน

๐Ÿ™ˆ Jirra Nutis ๐Ÿ™ˆ
https://t.me/bimilah

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน

๐Ÿฅ€ J/B/M/Aamunnasrii ๐Ÿฅ€
https://t.me/bimilla

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน


โค๏ธ ๏ธJ/B/M/Arsii Roobee โค๏ธ
๐Ÿ’‹ https://t.me/Arsirobej ๐Ÿ’‹

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน

๐Ÿ˜ญMiidhamaatu as genne๐Ÿ˜ญ
https://t.me/fuadjemal

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡

๐ŸšซYoo Sittitole Join๐Ÿšซ
https://t.me/bimilla

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡

๐Ÿ˜œSobamiti Kunis isuma๐Ÿ˜œ
https://t.me/bimilla

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡

๐Ÿ’ชDirqama Join๐Ÿ’ช
https://t.me/Qabsahaa

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡

โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ
Oromo fi Gadaa
https://t.me/oromoToo

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡

ุงู„ู‚ู†ุงุฉ ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ
https://t.me/islamic

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡

Chaynaalii Keessan Beeksifachuuf Linki Armaan Gadiitiin Nu Dubbisaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/joinchat/KIWLN0SnqY7xzunQAdhEBQ

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰ maaltu nudaangessa yoo akkanatti hojjanne
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu Ariifachiisaa
Namoonni telegraamii fayyadamtanu dirqama waan kana beekuu qabdu telegramii koo kan jedhu ammuma tuqaa ilaalaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
Kutaa 5โƒฃ ffaa
๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป
โœ๏ธ
#DUULA_HOLOLAA
(
#PROPOGAANDAA) ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป

๐Ÿ’ช Abbootiin irree Qaamota isaan qormaatu irraa ummaticha fageessuu fi bitamaa isaanii qulquluu godhuuf Hangaftummaan kan itti fayyadaman #propogaandaadha ykn hololadha,

๐Ÿ”ท Duula #hololaa banuun jajjabummaa fi Eenyuu fis akka duubatti hin deebine ummaticha keessa gadi seensisuuf carraaqu.

Kan morkattoota isaanii immoo. Cinaa isaa dadhabaa jedhaniin hammeenya kaayyoo isaaniitii fi farra nageenyumtii isaanii ummatni amanee fudhachuun Abbootii irree wajjin qofa akka dhaabatu godhuuf tooftaawwan hololaa / propogaandaa adda addaatiim cimanii hojjatu.

๐Ÿ”ถ #Soba qindeessuun dhugaa fakkeessanii ummataaf dhiyeessu.

#Gowwoomsumtiin isaanii akka irraa hin beekamneefis qarummaan hololicha sobaa gara ummataa keessa tamsaasu. Akkuma Amma biyya keenyatti argaa jirru.


๐Ÿ”ท Fir'awniim dabalatee abbootiin irree hundinuu #soba oomishuun ummaticha amansiisuuf tattaafatu. #Dhugaa yoo dubbatan akka fudhatama hin qabne fi akka mo'atamanu ni beeku.
Ta'uu isaatiinis #soba uumuu fi qindeessuun #dhugaa injifatuuf #Propogaandaa banu.

๐Ÿ“Œ Jooseef weyl (1877-1976) Akkana jechuudhaan cunqursitoota gorsa.

"#Dhugaa mannaa irra caalaa kan nuuf liqimfamu #soba. Addunyaa keenya keessatti irra caalaa kan jibbamu nama yeroo hundaa #dhugaa dubnatuu fi kan dandeettii #soba uumuu hin qabneedha."

๐Ÿ”ท Fir'awnis tooftaadhuma kana sirriitti itti fayyadameera duula #propogaandaatis daandii adda addaatiin baneera.

ใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐใ€ฐ
Kutaa itti aanu keessatti tokko tokkoon ilaala
โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–

"Ummatni waraana xiinsammuutiin injifatame seenaa hojjachuun isaa hafee matama Isaatuu gabrummaa jalaa gonkumaa bilisa baasuu hindanda'u"(Dr,jaasiim sulxaan)
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ

Kutaa 6ffaan itti fufa


JOIN GODHAA๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree

https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
Forwarded from D.Erdoogaan Turkii๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ท (Double M โœŒ๐Ÿ’• M.M.K)
Yaarabbi Uf nu beeksisi

Raashiyaa๐Ÿ’’ fi Emreet๐ŸŒ™ maal waliiti ๐Ÿ™† ๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ™†
Fira diina godhatee diina fira godhate

โ€‹โ€‹Waraanni Mootummaa Liibiyaa Hidhattoota Khaliifaa Haftaar irratti haleellaa jalqabuu gabaafame

Hidhattoonni Jeneral Khaliifaa Haftariin hogganaman kan Waraana Biyyoolessa Liibiyaa (LNA) jechuun of moggaasan, guyyoota lamaan dabran misaaโ€™elaan haleellaa magaalaa Tripolii keessatti raawwataniin, buufata xiyyaaraa guddicha magaalattii keessatti argamu kan barbadeessan tahuu gabaafame. Gareen Emreets fi Raashiyaan deeggaramu kun yoo xiqqaate misaaโ€™ela 100 ol gara magaalattiitti kan dhukaase yoo tahu, Xiyyaarotaa fi qabeenya barbadaayeen alattis misaaโ€™ela naannawa jireenyaa rukuteen namoonni nagayaa jaha kan duโ€™an tahuus odeeyfannoon ni addeessa.

Haleellaa kana hordofuun mootummaan biyyattii beekamtii UN qabu, kan Turkiyaan deeggaramu halkan kaleessaa irraa jalqabee buufata garee kanaa irratti haleellaa jalqabuu gabaafame. Waraanni mootummaa duula kanaan Kaampii gareen Khaliifaa Haftaar rokkotee fi misaaโ€™ela irraa furguuggatu, kan magaalaa Triipoolii irraa gara Kibbaatti argamu toโ€™achuuf kan karoorfate tahuu gabaasni Aljaziiraa ni mulโ€™isa. Ogeeyyonni waraana Raashiyaa Khaliifaa Haftaar deeggaranis buufata kana keessa kan qubatan tahuus gabaafame.

Waraanni Biyyoolessaa Liibiyaa jeneraal Khaliifaa Haftaariin hogganamu, waggaa tokko dura magaalaa Triipoolii tooโ€™achuuf duula jalqabeen nannoolee heddu kan dhuunfatee ture tahus, jiโ€™oota muraasaa asitti, keessumattuu eega Turkiyaan mootummaa beekamtii UN qabu deeggaruuf loltoota isii gara Liibiyaa ergitee booda, gareen kun naannoolee toโ€™ataa ture heddu kan dhabe tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
๐Ÿ‘‰Masha allab Turkiya yaada ishee Rabbi galmaan haa gahu
Maddi RNH
#Liibiyaa
๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡
D.Erdoogaan Turkii๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ท
Deeggartoota Rajab Xayyib Erdoogaan
https://t.me/Qabsahaa
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Namoonni telegrami fayyadamtanu chaneloota armaan gadii kana dhabuu hin qabdanu join godhadhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from JBMAN๐ŸŒ™ Chanel (Double M โœŒ๐Ÿ’• M.M.K)
As wr wb

Jirtaa qaali namaa obboleessa koo ati hoo akkam jirta filatamtuu namaa obboleetti too

๐Ÿ“จ Ergaa gabaabduu tanaan waa si kadhachuu barbaada sababni isaatis nama mara keessa akka ati na hin dinne abdii waanin qabuuf si gaafadhe

๐Ÿ‘‰ ani obboleessi kee eennu akka tahe na beyta sitti himuu hin barbaachisu

๐Ÿ‘‰ sababni isaatis nama maratu na beeka akka ani yakkamaa namaa tahe
bifa , jecha fi deemsa koo keessatti nama rabbi sodaatu fakkaadhus umrii koo keessatti harka caalu badiirratti fixe jechuu ni danda'a ammas ittuma jira.

๐Ÿ‘‰ inumaayyu kan mul'isee hojjadhurra inni dhoksaan hojjadhu yoo gara laafessi koo naaf dhiise malee idmee/jiruu koo guutu jahaannam keessa na tursiisu mala

๐Ÿ‘‰ inumaa wanti nama ajaa'ibsiisu Rabbiin anaa kana bareeche tolchee na uume!!!

๐Ÿ‘‰ wanti jechuu barbaade bareedumsa addaa qabaadhe miti itiin boonufs dubbachaa hin jiru
bareedumsa Rabbiin ilma namaa ittin faaye keessa wanti narraa hir'ate tokkolleen hin jiru

๐Ÿ‘‰ija , gurra , luka , funyaan , harka , arrabaa fi sammuu gaari naaf kennee jira

๐Ÿ‘‰ garu ani kana mara osoo rabbi naaf tahee jiru takkaa Rabbii kiyyaaf galata galchee hin beeku guyyuu badii raawwachuu malee keyriin hojjadhu muraasa

๐Ÿ‘‰ kanafu obbolessa koo atis obboleetti too akka ani yakkamaa namaa tahe beektee jirta kanafu ji'a Ramadaana kana keessa kessattu 10'n booda tana keessa Rabbii kee naaf kadhadhu

๐Ÿ‘‰ anis yoo ati Rabbii kee naaf kadhattee warra rahmata Rabbii argatu keessa tahuu abdiin qaba

๐Ÿ˜‚ hadaraa Rabbii na hin dagatin kaa akka warra hoongahurra hin taane

๐Ÿ‘‰ galata rabbii kiyyaa baga qabaadhe obboleessa / obboleetti akka keeti/teeti

๐Ÿ‘‰ sababni isaatis namni akka kee kanatti garaa naa laafe rabbitti naaf warwatu hedduu hin argamu

๐Ÿ‘‰ galatoomi obboleessa koo atis obboleetti too kanin/tanin ani Rabbiif jecha akka lubbuu tiyyatti jaaladhu

๐Ÿคฒ Ani Obboleessa Kee Miseensa Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii

โœ Musa Muhammad

๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡๐ŸŒน๐Ÿ‘‡
JBMAN๐ŸŒ™
Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii
https://t.me/bimilla
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19 biyyootaa ollaa Itoophiyaa:-

โ€ข Sudaanitti vaayirasichan kan qabaman 1,526; kan bayyannatan 161;kan du'an 74

โ€ข Jibuutiitti vaayirasichan kan qabaman 1526; kan bayyannatan 886; kan du'an 3

โ€ข Somaaliyaatti vaayirasichan kan qabaman 1,170; kan bayyannatan 126; kan du'an 52

โ€ข Keeniyaatti vaayirasichan kan qabaman 715; kan bayyannatan 259; kan du'an 36

โ€ข Itoophiyaatti vaayirasichan kan qabaman 261; kan bayyannatan 106; kan du'an 5

โ€ข Sudaan Kibbaatti kan qabaman 194; kan bayyannatan 2; kan du'an 0

โ€ข Eertiraatti vaayirasichan Kan qabaman 39; kan bayyanatan 38; kan du'an 0
#share
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiin๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Nuqunnamuu dandeessu๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Waanยนยนยน๐Ÿ—ฃ (Ibnul Islam)
๐Ÿ‘‡๐‘ฒ๐‘ผ๐‘ต ๐‘จ๐‘ญ๐‘ญ๐‘ฌ๐‘ฌ๐‘น๐‘น๐‘จ๐‘จ ๐‘ฒ๐‘ถ๐‘ถ๐‘ป๐‘ฐ๐Ÿ‘‡
๐’„๐’‰๐’‚๐’๐’†๐’๐’Š๐’Š ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’†๐’†๐’…๐’…๐’–๐’– ๐’Œ๐’‚๐’ ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’๐’๐’๐’•๐’‚ ๐’Š๐’”๐’Š๐’ ๐’ƒ๐’Š๐’“๐’‚๐’‚๐’ ๐’ˆ๐’‚๐’‰๐’‚๐’‚ ๐’•๐’–๐’“๐’† ๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’‚๐’”๐’–๐’Ž๐’‚๐’” ๐’š๐’†๐’“๐’๐’ ๐’…๐’‰๐’Š๐’‰๐’๐’ ๐’Œ๐’†๐’†๐’”๐’”๐’‚๐’•๐’•๐’Š ๐’ƒ๐’‚๐’๐’‚๐’Ž๐’†๐’† ๐’Œ๐’‚๐’ ๐’Ž๐’Š๐’”๐’†๐’†๐’๐’”๐’‚ 7500 ๐’๐’ ๐’‰๐’๐’“๐’‚๐’•๐’†
๐’Š๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’” ๐’Ž๐’Š๐’”๐’†๐’†๐’๐’”๐’‚ ๐’Š๐’”๐’‚๐’‚ ๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’‚ ๐’•๐’‚๐’‚๐’•๐’‚๐’ ๐’Š๐’”๐’Š๐’๐’Š๐’Š๐’‡ ๐’’๐’๐’๐’…๐’–๐’–๐’ ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’…๐’‰๐’‚ ๐’„๐’‰๐’‚๐’๐’†๐’๐’Š๐’„๐’‰๐’‚ ๐’˜๐’๐’“๐’“๐’†๐’†๐’ ๐’‰๐’Š๐’ ๐’’๐’‚๐’ƒ๐’๐’† ๐’‹๐’๐’Š๐’ ๐’ˆ๐’๐’…๐’‰๐’‚๐’‚ ๐’Š๐’”๐’Š๐’ ๐’‰๐’Š๐’ ๐’…๐’‚๐’“๐’ƒ๐’Š๐’ ๐’Ž๐’‚๐’’๐’‚๐’‚๐’ ๐’„๐’‰๐’‚๐’๐’†๐’๐’Š๐’„๐’‰๐’‚๐’‚๐’”๐Ÿ‘‡ @๐‘ฎ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ฐ๐‘บ๐‘จ_๐‘ซ๐‘ฏ๐‘ผ๐‘ฎ๐‘จ๐‘จ ๐’‹๐’†๐’…๐’‰๐’‚๐’Ž๐’‚

๐’‹๐’๐’Š๐’ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@๐‘ฎ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ฐ๐‘บ๐‘จ_๐‘ซ๐‘ฏ๐‘ผ๐‘ฎ๐‘จ๐‘จ
@๐‘ฎ๐’‚๐’‚๐’…๐’…๐’Š๐’”๐’‚_๐’…๐’‰๐’–๐’ˆ๐’‚๐’‚
@๐‘ฎ๐’‚๐’‚๐’…๐’…๐’Š๐’”๐’‚_๐’…๐’‰๐’–๐’ˆ๐’‚๐’‚
Itoophiyaatti qorannoo laabraatoorii gaggeeffameen lakkoofsa namoota COVID-19 irraatti argamee umriidhan:-

โ€ข Kan umriin isaanii 0 - 5 =1
โ€ข Kan umriin isaanii 5 - 14 =7
โ€ข Kan umriin isaanii 15 - 24 =91
โ€ข Kan umriin isaanii 25 - 34 = 75
โ€ข Kan umriin isaanii 35 - 44 = 43
โ€ข Kan umriin isaanii 45 - 59 = 26
โ€ข Kan umriin isaanii 60 ol ta'an = 18

๐Ÿฉธ Waliigalan hanga ammaatti namoonni vaayirasichan qabaman Itoophiyaatti 261 dha.

(Ministeeraa Fayyaa Itoophiyaa)
Finfiinneetti qorannoon vaayirasii koroonaa marsaa lammaaffaa manaa manatti jalqabuu Miinisteerri Fayyaa beeksise.

Qoorannoon vaayirasii koroona manaa manatti marsaa 2ffaa eleektirooniksiin deeggaramee jalqabuu deetaan miinistiira miinisteera fayyaa Dr. Daarajjee Dhuugumaa beeksisaniru.

Deetaan miinistira Dr.Darajjee Dhugumaa akka jedhanitti Qoorannoon manaa manatti adeemsifamu kun hawaasa baarsisuu fi odeefannowwan akkasumas, buโ€™awwan argaman saffisaan beeksisuuf ,carraaqqii dhibee vaayirasii koroona ittisuuf taasifamuu deggaaruf gahee guddaa qaba.

Yeroo weerarrii vaayirasii koroonaa babalโ€™achaa jiru kanattii of dagachuu fi dhibaโ€™ummaan amma mulโ€™achaa jiru kun sirraaโ€™uu akka qabus dhamaniiru.

Via:- obn
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Waa'ee barnoota waligalaa Ni barbaduu???????
And says so Lencho Bati, a man who is actively collaborating with the new killers and torturers. The renewed authoritarian system you are happily serving is creating new Yosef Bati and Bekele Dewanoโ€™s by torturing, killing and disappearing young men and women across Oromia. These new victims are survivors and defeaters of the old system you condemn. Oromo men and women are suffering in gulags just few blocks from where you live. I dare you to stop by the new Maekelawi on your way to palace and see for your self. If you ever head West, check the overcroweded and inhuman jails in Burayu. If head down to Adama, stop for few minutes by Dukam jails where men and woman who took down the past authoritarians are now chained and tortured. Did you forget the fact that the guys you are serving today were the ones who dragged the likes of Yosef and Bekele then handed over to the โ€˜enemyโ€™. Your likes are doin the same today. No one should and could hide what past tyrants did to our people. But we will not allow you to talk past crimes to whitewash the new state terror waged against our people.
Forwarded from Dhugaa Dhokate
As wr wb Eegalleera
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan barnoota waan Eegalleef garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa
๐Ÿ‘‡

T.me/Dhugaa_Dhokate

https://t.me/joinchat/AAAAAET0CZrsy6G6M2QgtA
IYYAA FANNOO
"-Kariimaa Ahmad Abraahim jedhamti
umriin =14 ni taati tilmaamaan
Abbaan biddeenaa :,Ra'uuf Abraahim Aliyy jedhama
Ayyoon isii:-Hindii Anboo Abdoosh jedhamti.
Akka nuuf himtetti bakki isiin irraa badde
Harargee Lixaa magaalaa kammoonaa ganda Jaarraati. ykn Saffara iddoo jedhamtuudha.
Dallaaloota nama sadii kanneen Saawdii Arabiyaa sigeessina jechuudhaan sossobanii eega manaa fuudhanii waliin deemanii gara harargee bahaa magaalaa haramaayaa fidan booda maallaqa qarshii 3000 irraa saamanii Magaalaa haroomaayaa keessatti gatanii biraa deeman.
Kanaafuu namni warra isii beeytan ykn warri isii bilbila armaan gadii kanaan qunnamaa
09 33 31 75 21
09 91 29 63 64
Galata keessan rabbirraa argattan hadaraa forward godhaatii waliif dabarsaa!!!!!!!!"