Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiinπππ
Nuqunnamuu dandeessuππ

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Beeki wanni Islaamummaa namarraa balleessan waa kudhan tahuu.
IBSA. Wanni Islaamummaa namarraa balleesu:
waan namni tokko eega Islaama seene waan san dalaguudhaan ykn jechuudhaan ykn yaaduudhaan Islaamummaa keessa bahu. Kan sabaaaba isii Islaama jedhamurraa Kaafira tahu jechuudha. Namni Islaamaa hundi waan
Islaamummaa namarraa balleesu kana barachuun dirqama isaati, akka isii beeke
if eeguuf jecha. Rabbiin akkana jeβa:
{If duuba hin deebiβinaa (Kaafirummaatti)
duyda duuba keessanitti warra hongowe taatanii.} Al-Maaβiidaa{Isinirraa namni Amantii isaatirraa if
duuba deebiβu, inni Kaafira. Orma san dalagaan isaanii baddee jirti Adunyaa fi Akhiraatti ammallee isaan warra Ibiddaati, Isaan isii keessatti turoodha.} Al-Baqaraa: 217
Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: β nama amantii Isaa jijjiiru ajjeesaa!β
Bukhaarii: 3175
Ulamaaβiin akki jaβan: namni tokko eega Islaama tahee if duuba deebiβee kan
kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan,
amanuudhaan ykn yaada san dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani.
wanni Islaamummaa namarraa
balleessan kurnanuu insha'allah isiniif ibsina karaa Telegram.me/gaaddisa_dhugaa tiin nu eegaa

Maal Dubbisuu jaallatta?
Filadhuu join goidhi
ππππ
Filadhuu join goidhi
ππππ
Forwarded from β€ Ψ£ΨΨ¨Ω ΩΨ§ Ψ±Ψ³ΩΩ Ψ§ΩΩΩ β€ (Hanaadi Mohammed)
AUD-20191209-WA0273.
5.4 MB
Forwarded from Deleted Account
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
πͺπͺπͺπͺπͺππͺπͺπͺπͺ
Kutaa 4β£ffaa
γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°
π Abbootiin irree miidhaa raawwatu. Ni hidhu. Ni ajjeesu. Deebisanii isaanumti Hubamticha himatu. Sana boodas "Dhiifama siif goone" jechuudhaan akka galataatti akka isaaniif ilaalamuuf barbaadu.
π Of dhaadanis. Ummata kanumaan duudhatanii qabsoo irraa qoqqobuuf tattaafatu. Kun daandii Abbootii irreeti.πͺ
π Muusaan kan fir'awni akka isaaf galata oolee dubbate hin ilaalle. Isa/muusaa kan yaachisu gabrummaa jalatti gadaddaa'uu lammii isaati.
π Tooftaam kun tooftaa Abbootiin irree namoota baayyee gabricha isaanii ittiin godhataniidha. πͺ
π Altokko tokko nama jilbeenfachiisuu barbaadan Irratti yoo dogongora dhaban beekaa yakka keessatti Akka cuubamu godhuun "Ummataaf ifa sibaafna. Si saaxilla. Si himna." Jechuudhaan yakka barbaadan hojjachiisan. Altokko yoo mucucaatee fi kiyyoo isaanii keessa yoo seeneef yeroodhaa gara yerootti irra caalaa akka itti cuubamaa adeemu gochuun gabricha tajaajila gadi dhaabbataa isa taasifatu.
Tooftaa kana fayyadamuin baayyeewwan tumsitoota isaanii taasifataniiru.
Erga kiyyicha keessa seenaniin booda isaannan hara duunaa deebi'uuf yaalan yakka beekaa akka raawwatan godhaniin ykn immoo yakka kanaan dura osoma argan akka waan hin arginiitti bira darbaniin himannaa irratti bananii gara hidhaa isaan gatu.πͺ
πͺ Fir'awnis kam kaayyefate waam hin ofkoliniif daandii kan biroo fayyadamuum muusaa jilbeemfachiisuu fi gocha isaa irraa gaadi'uuf yale.
Sossobuim wanta hin milkaa'iniif gara sidaachisuutti gara gale.
Kun yaalii isa kan lammaffaa ture
π Fir,awnis wiirtuu sochii hunda muusaa fa,a kan ta,e Amamtii isaanii hidhaan sodaachisuun Gachisiisuuf soocho,e.
Muusaan nabiyyii ta,uu isaatiin ummatichi rabbiin qofa akka gabbaru barsiisaa ture.
Fir'awni garuu muusaan kan biroo barsiisuum hafee Inumaayyuu fir,awniin ala yoo gabbaramaa qabate akka hidhamu doorsise.
Isuma kana Qur,aanni Akkanatti ibsa:-
" Fir'awnis "Dhugumatti yoo ati ana malee gabbaramaa biraa godhatte. Hidhamtoota irraa sitaasisa." Jedhe" (Ashu'araa'i 29)
π Muusaan osoo doorsisa kanaaf hin jilbeemfatin gadi dhaabbatee itti fufe. Ta'uu isaatiinis tooftaa fir'awnaa alaamaa godhachuun hordoftootaa fi qabsaa,ota bittinneessuu osoo hin milkaa'in hafe.
π·π·π·πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
Itti fufa....
Join Godhaaπππ
http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
TOOFTAA ABBAA IRREE KUTAA 4 FFAA DUBBISTANII? KUTAA 5 FFAN ITTI HAAFUFUU?
‡οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈ

Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
wantoota islaamummaa namaa balleessan kurnan
Kutaa 1ffaa
1FFAA. π
Ibaadaa (gabbartii) Rabbii keessatti waan biroo rabbitti qindeesuudha.Ragaan jecha Rabbitti:
<{Rabbiin nama Isatti Qindeessuuf (shaarrakku) hin araaramu, waan sanii gad jiru namaaf irra dabra} An-Nisaa:
Ammas akkana jedheπ
<{isa rabbitti qindeessu dhugumatti rabbiin Jannata haraam (dhowwaa) isaratti godhee jira, bakki inni qubatu Ibidda, warra rabbitti waan biro qindeessuuf namni tumsuuf hin jiru.} Al-Maaβidaa:82
Allaahaaf malee qaluu (gorraβuu) akka namaa jinniif qaluu ykn qabriif qaluu.
2FFAA. π
Isa Allaaha fi Isa jidduutti jiddu deemaa (dubbii fixaa) godhatu, kan isaan waammattu, kan isaan kadhatu, kan isaanitti irkatu. Inni Kaafira waliigala warra Islaamaa biratti (ijmaa'aan)
3FFAA.π
Nama Mushrikoota hin kafarsiisne ykn Kaafira tahuu isaanii shakke ykn karaan isaanii sirriidha jedhu. Inni kaafira
4FFAA.π
Nama karaa qajeelaa nabiyyiin (s.a.w) dhufeenirra karaa birootu caala jedhee amanu ykn murtii Isaatirra Murti birootu caala jeβee yaadu.
Fakkeenyaaf:nama seera warri nama jallisu baase seera nabiyyiirra caalchiise, seera mootummaas yoo ta'e seera nabiyyiirra kan caalchise, inni kaafira.
5FFAA. π
Nama waan Rasuulli (s.a.w) dhufeenirraa waan takka jibbe, osoo waan jibbe san itti dalageellee Kaafira.
Itti fufa...
Follow our channelπ
T.me/gaaddisa_dhugaa

Breaking
πΉπΉ Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo qabannee dhihaanne jirra kam barbaaddu? laata koottaa filadhaa
kun π https://t.me/Qabsahaa filannoo nama maraati join godhaa
ππππππππππ
ππΉππΉππΉππΉ
D.Erdoogaan TurkiiπΉπ·
https://t.me/Qabsahaa
ππΉππΉππΉππΉ
π Jirra Nutis π
https://t.me/bimilah
ππΉππΉππΉππΉ
π₯ J/B/M/Aamunnasrii π₯
https://t.me/bimilla
ππΉππΉππΉππΉ
β€οΈ οΈJ/B/M/Arsii Roobee β€οΈ
π https://t.me/Arsirobej π
ππΉππΉππΉππΉ
πMiidhamaatu as genneπ
https://t.me/fuadjemal
ππΉππΉππΉππΉπ
π«Yoo Sittitole Joinπ«
https://t.me/bimilla
ππΉππΉππΉππΉπ
πSobamiti Kunis isumaπ
https://t.me/bimilla
ππΉππΉππΉππΉπ
πͺDirqama Joinπͺ
https://t.me/Qabsahaa
ππΉππΉππΉππΉπ
β€οΈπβ€οΈ
Oromo fi Gadaa
https://t.me/oromoToo
ππΉππΉππΉππΉπ
Ψ§ΩΩΩΨ§Ψ© Ψ§ΩΨ₯Ψ³ΩΨ§Ω ΩΨ©
https://t.me/islamic
ππΉππΉππΉππΉπ
Chaynaalii Keessan Beeksifachuuf Linki Armaan Gadiitiin Nu Dubbisaaππ
https://t.me/joinchat/KIWLN0SnqY7xzunQAdhEBQ
ππΉππΉππΉππΉπ
π maaltu nudaangessa yoo akkanatti hojjanne

Telegram
D.Erdoogaan TurkiiπΉπ·
Deeggartoota Rajab Xayyib Erdoogaan
Yaadaa fi gaafii yoo qabaattan karaa @didaoobot nu qunnamaa
Yaadaa fi gaafii yoo qabaattan karaa @didaoobot nu qunnamaa
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu Ariifachiisaa
Namoonni telegraamii fayyadamtanu dirqama waan kana beekuu qabdu telegramii koo kan jedhu ammuma tuqaa ilaalaaππππππππ

Forwarded from Kiya culture clothes jimma
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
πͺπͺπͺπͺπͺπΉπͺπΉπͺπΉπͺπͺπͺπͺ
Kutaa 5β£ ffaa
π»π»π»π»π»π»π»π»π»
βοΈ #DUULA_HOLOLAA
( #PROPOGAANDAA) πͺπΉ
π»π»π»π»π»π»π»π»π»
πͺ Abbootiin irree Qaamota isaan qormaatu irraa ummaticha fageessuu fi bitamaa isaanii qulquluu godhuuf Hangaftummaan kan itti fayyadaman #propogaandaadha ykn hololadha,
π· Duula #hololaa banuun jajjabummaa fi Eenyuu fis akka duubatti hin deebine ummaticha keessa gadi seensisuuf carraaqu.
Kan morkattoota isaanii immoo. Cinaa isaa dadhabaa jedhaniin hammeenya kaayyoo isaaniitii fi farra nageenyumtii isaanii ummatni amanee fudhachuun Abbootii irree wajjin qofa akka dhaabatu godhuuf tooftaawwan hololaa / propogaandaa adda addaatiim cimanii hojjatu.
πΆ #Soba qindeessuun dhugaa fakkeessanii ummataaf dhiyeessu.
#Gowwoomsumtiin isaanii akka irraa hin beekamneefis qarummaan hololicha sobaa gara ummataa keessa tamsaasu. Akkuma Amma biyya keenyatti argaa jirru.
π· Fir'awniim dabalatee abbootiin irree hundinuu #soba oomishuun ummaticha amansiisuuf tattaafatu. #Dhugaa yoo dubbatan akka fudhatama hin qabne fi akka mo'atamanu ni beeku.
Ta'uu isaatiinis #soba uumuu fi qindeessuun #dhugaa injifatuuf #Propogaandaa banu.
π Jooseef weyl (1877-1976) Akkana jechuudhaan cunqursitoota gorsa.
"#Dhugaa mannaa irra caalaa kan nuuf liqimfamu #soba. Addunyaa keenya keessatti irra caalaa kan jibbamu nama yeroo hundaa #dhugaa dubnatuu fi kan dandeettii #soba uumuu hin qabneedha."
π· Fir'awnis tooftaadhuma kana sirriitti itti fayyadameera duula #propogaandaatis daandii adda addaatiin baneera.
γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°
Kutaa itti aanu keessatti tokko tokkoon ilaala
βββββββββββ
"Ummatni waraana xiinsammuutiin injifatame seenaa hojjachuun isaa hafee matama Isaatuu gabrummaa jalaa gonkumaa bilisa baasuu hindanda'u"(Dr,jaasiim sulxaan)
πππππππππ
Kutaa 6ffaan itti fufa
JOIN GODHAAπππ

Forwarded from D.Erdoogaan TurkiiπΉπ· (Double M βπ M.M.K)
Yaarabbi Uf nu beeksisi
Raashiyaaπ fi Emreetπ maal waliiti π πππππππ
Fira diina godhatee diina fira godhate
ββWaraanni Mootummaa Liibiyaa Hidhattoota Khaliifaa Haftaar irratti haleellaa jalqabuu gabaafame
Hidhattoonni Jeneral Khaliifaa Haftariin hogganaman kan Waraana Biyyoolessa Liibiyaa (LNA) jechuun of moggaasan, guyyoota lamaan dabran misaaβelaan haleellaa magaalaa Tripolii keessatti raawwataniin, buufata xiyyaaraa guddicha magaalattii keessatti argamu kan barbadeessan tahuu gabaafame. Gareen Emreets fi Raashiyaan deeggaramu kun yoo xiqqaate misaaβela 100 ol gara magaalattiitti kan dhukaase yoo tahu, Xiyyaarotaa fi qabeenya barbadaayeen alattis misaaβela naannawa jireenyaa rukuteen namoonni nagayaa jaha kan duβan tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
Haleellaa kana hordofuun mootummaan biyyattii beekamtii UN qabu, kan Turkiyaan deeggaramu halkan kaleessaa irraa jalqabee buufata garee kanaa irratti haleellaa jalqabuu gabaafame. Waraanni mootummaa duula kanaan Kaampii gareen Khaliifaa Haftaar rokkotee fi misaaβela irraa furguuggatu, kan magaalaa Triipoolii irraa gara Kibbaatti argamu toβachuuf kan karoorfate tahuu gabaasni Aljaziiraa ni mulβisa. Ogeeyyonni waraana Raashiyaa Khaliifaa Haftaar deeggaranis buufata kana keessa kan qubatan tahuus gabaafame.
Waraanni Biyyoolessaa Liibiyaa jeneraal Khaliifaa Haftaariin hogganamu, waggaa tokko dura magaalaa Triipoolii tooβachuuf duula jalqabeen nannoolee heddu kan dhuunfatee ture tahus, jiβoota muraasaa asitti, keessumattuu eega Turkiyaan mootummaa beekamtii UN qabu deeggaruuf loltoota isii gara Liibiyaa ergitee booda, gareen kun naannoolee toβataa ture heddu kan dhabe tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
πMasha allab Turkiya yaada ishee Rabbi galmaan haa gahu
Maddi RNH
#Liibiyaa

Namoonni telegrami fayyadamtanu chaneloota armaan gadii kana dhabuu hin qabdanu join godhadhaaπππππ
Forwarded from JBMANπ Chanel (Double M βπ M.M.K)
As wr wb
Jirtaa qaali namaa obboleessa koo ati hoo akkam jirta filatamtuu namaa obboleetti too
π¨ Ergaa gabaabduu tanaan waa si kadhachuu barbaada sababni isaatis nama mara keessa akka ati na hin dinne abdii waanin qabuuf si gaafadhe
π ani obboleessi kee eennu akka tahe na beyta sitti himuu hin barbaachisu
π sababni isaatis nama maratu na beeka akka ani yakkamaa namaa tahe
bifa , jecha fi deemsa koo keessatti nama rabbi sodaatu fakkaadhus umrii koo keessatti harka caalu badiirratti fixe jechuu ni danda'a ammas ittuma jira.
π inumaayyu kan mul'isee hojjadhurra inni dhoksaan hojjadhu yoo gara laafessi koo naaf dhiise malee idmee/jiruu koo guutu jahaannam keessa na tursiisu mala
π inumaa wanti nama ajaa'ibsiisu Rabbiin anaa kana bareeche tolchee na uume!!!
π wanti jechuu barbaade bareedumsa addaa qabaadhe miti itiin boonufs dubbachaa hin jiru
bareedumsa Rabbiin ilma namaa ittin faaye keessa wanti narraa hir'ate tokkolleen hin jiru
πija , gurra , luka , funyaan , harka , arrabaa fi sammuu gaari naaf kennee jira
π garu ani kana mara osoo rabbi naaf tahee jiru takkaa Rabbii kiyyaaf galata galchee hin beeku guyyuu badii raawwachuu malee keyriin hojjadhu muraasa
π kanafu obbolessa koo atis obboleetti too akka ani yakkamaa namaa tahe beektee jirta kanafu ji'a Ramadaana kana keessa kessattu 10'n booda tana keessa Rabbii kee naaf kadhadhu
π anis yoo ati Rabbii kee naaf kadhattee warra rahmata Rabbii argatu keessa tahuu abdiin qaba
π hadaraa Rabbii na hin dagatin kaa akka warra hoongahurra hin taane
π galata rabbii kiyyaa baga qabaadhe obboleessa / obboleetti akka keeti/teeti
π sababni isaatis namni akka kee kanatti garaa naa laafe rabbitti naaf warwatu hedduu hin argamu
π galatoomi obboleessa koo atis obboleetti too kanin/tanin ani Rabbiif jecha akka lubbuu tiyyatti jaaladhu
π€² Ani Obboleessa Kee Miseensa Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii
β Musa Muhammad
ππΉππΉππΉππΉπ
JBMANπ
Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii

Odeeffannoo waliigalaa COVID-19 biyyootaa ollaa Itoophiyaa:-
β’ Sudaanitti vaayirasichan kan qabaman 1,526; kan bayyannatan 161;kan du'an 74
β’ Jibuutiitti vaayirasichan kan qabaman 1526; kan bayyannatan 886; kan du'an 3
β’ Somaaliyaatti vaayirasichan kan qabaman 1,170; kan bayyannatan 126; kan du'an 52
β’ Keeniyaatti vaayirasichan kan qabaman 715; kan bayyannatan 259; kan du'an 36
β’ Itoophiyaatti vaayirasichan kan qabaman 261; kan bayyannatan 106; kan du'an 5
β’ Sudaan Kibbaatti kan qabaman 194; kan bayyannatan 2; kan du'an 0
β’ Eertiraatti vaayirasichan Kan qabaman 39; kan bayyanatan 38; kan du'an 0
#share