JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAFπŸ‘‰ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Forwarded from HΓ£lΓ£l LΓ΅vΓͺ (Kaayyoo Koo)
JECHOOTA BEBBEEKAMOO AKKUMA KUTAA 1,2,3 ISINIIF MAXXANSINE KUTAA 4FFAA ARGACHUUF AKKASUMAS HANGA DHUMAATTI HORDOFUUF πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Nuqunnamuu dandeessuπŸ‘‡πŸ‘‡
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Beeki wanni Islaamummaa namarraa balleessan waa kudhan tahuu.

IBSA. Wanni Islaamummaa namarraa balleesu:
waan namni tokko eega Islaama seene waan san dalaguudhaan ykn jechuudhaan ykn yaaduudhaan Islaamummaa keessa bahu. Kan sabaaaba isii Islaama jedhamurraa Kaafira tahu jechuudha. Namni Islaamaa hundi waan
Islaamummaa namarraa balleesu kana barachuun dirqama isaati, akka isii beeke
if eeguuf jecha. Rabbiin akkana je’a:

{If duuba hin deebi’inaa (Kaafirummaatti)
duyda duuba keessanitti warra hongowe taatanii.} Al-Maa’iidaa{Isinirraa namni Amantii isaatirraa if

duuba deebi’u, inni Kaafira. Orma san dalagaan isaanii baddee jirti Adunyaa fi Akhiraatti ammallee isaan warra Ibiddaati, Isaan isii keessatti turoodha.} Al-Baqaraa: 217

Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: β€œ nama amantii Isaa jijjiiru ajjeesaa!”
Bukhaarii: 3175
Ulamaa’iin akki ja’an: namni tokko eega Islaama tahee if duuba deebi’ee kan
kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan,
amanuudhaan ykn yaada san dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani.
wanni Islaamummaa namarraa
balleessan kurnanuu insha'allah isiniif ibsina karaa Telegram.me/gaaddisa_dhugaa tiin nu eegaa
Forwarded from Deleted Account
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ‘‡πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ
Kutaa 4⃣ffaa
γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°
πŸ“ Abbootiin irree miidhaa raawwatu. Ni hidhu. Ni ajjeesu. Deebisanii isaanumti Hubamticha himatu. Sana boodas "Dhiifama siif goone" jechuudhaan akka galataatti akka isaaniif ilaalamuuf barbaadu.

πŸ“ Of dhaadanis. Ummata kanumaan duudhatanii qabsoo irraa qoqqobuuf tattaafatu. Kun daandii Abbootii irreeti.πŸ’ͺ

πŸ“ Muusaan kan fir'awni akka isaaf galata oolee dubbate hin ilaalle. Isa/muusaa kan yaachisu gabrummaa jalatti gadaddaa'uu lammii isaati.

πŸ“ Tooftaam kun tooftaa Abbootiin irree namoota baayyee gabricha isaanii ittiin godhataniidha. πŸ’ͺ

πŸ“ Altokko tokko nama jilbeenfachiisuu barbaadan Irratti yoo dogongora dhaban beekaa yakka keessatti Akka cuubamu godhuun "Ummataaf ifa sibaafna. Si saaxilla. Si himna." Jechuudhaan yakka barbaadan hojjachiisan. Altokko yoo mucucaatee fi kiyyoo isaanii keessa yoo seeneef yeroodhaa gara yerootti irra caalaa akka itti cuubamaa adeemu gochuun gabricha tajaajila gadi dhaabbataa isa taasifatu.
Tooftaa kana fayyadamuin baayyeewwan tumsitoota isaanii taasifataniiru.

Erga kiyyicha keessa seenaniin booda isaannan hara duunaa deebi'uuf yaalan yakka beekaa akka raawwatan godhaniin ykn immoo yakka kanaan dura osoma argan akka waan hin arginiitti bira darbaniin himannaa irratti bananii gara hidhaa isaan gatu.πŸ’ͺ

πŸ’ͺ Fir'awnis kam kaayyefate waam hin ofkoliniif daandii kan biroo fayyadamuum muusaa jilbeemfachiisuu fi gocha isaa irraa gaadi'uuf yale.

Sossobuim wanta hin milkaa'iniif gara sidaachisuutti gara gale.
Kun yaalii isa kan lammaffaa ture

πŸ“ Fir,awnis wiirtuu sochii hunda muusaa fa,a kan ta,e Amamtii isaanii hidhaan sodaachisuun Gachisiisuuf soocho,e.

Muusaan nabiyyii ta,uu isaatiin ummatichi rabbiin qofa akka gabbaru barsiisaa ture.
Fir'awni garuu muusaan kan biroo barsiisuum hafee Inumaayyuu fir,awniin ala yoo gabbaramaa qabate akka hidhamu doorsise.

Isuma kana Qur,aanni Akkanatti ibsa:-

" Fir'awnis "Dhugumatti yoo ati ana malee gabbaramaa biraa godhatte. Hidhamtoota irraa sitaasisa." Jedhe" (Ashu'araa'i 29)

πŸ“ Muusaan osoo doorsisa kanaaf hin jilbeemfatin gadi dhaabbatee itti fufe. Ta'uu isaatiinis tooftaa fir'awnaa alaamaa godhachuun hordoftootaa fi qabsaa,ota bittinneessuu osoo hin milkaa'in hafe.
πŸ”·πŸ”·πŸ”·πŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”ΆπŸ”Ά

Itti fufa....

Join GodhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree

https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

TOOFTAA ABBAA IRREE KUTAA 4 FFAA DUBBISTANII? KUTAA 5 FFAN ITTI HAAFUFUU?
‡️‡️‡️‡️‡️‡️‡️‡️‡️‡️‡️
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
wantoota islaamummaa namaa balleessan kurnan
Kutaa 1ffaa

1FFAA. πŸ‘‡
Ibaadaa (gabbartii) Rabbii keessatti waan biroo rabbitti qindeesuudha.Ragaan jecha Rabbitti:

<{Rabbiin nama Isatti Qindeessuuf (shaarrakku) hin araaramu, waan sanii gad jiru namaaf irra dabra} An-Nisaa:

Ammas akkana jedheπŸ‘‡
<{isa rabbitti qindeessu dhugumatti rabbiin Jannata haraam (dhowwaa) isaratti godhee jira, bakki inni qubatu Ibidda, warra rabbitti waan biro qindeessuuf namni tumsuuf hin jiru.} Al-Maa’idaa:82

Allaahaaf malee qaluu (gorra’uu) akka namaa jinniif qaluu ykn qabriif qaluu.

2FFAA. πŸ‘‡
Isa Allaaha fi Isa jidduutti jiddu deemaa (dubbii fixaa) godhatu, kan isaan waammattu, kan isaan kadhatu, kan isaanitti irkatu. Inni Kaafira waliigala warra Islaamaa biratti (ijmaa'aan)

3FFAA.πŸ‘‡
Nama Mushrikoota hin kafarsiisne ykn Kaafira tahuu isaanii shakke ykn karaan isaanii sirriidha jedhu. Inni kaafira

4FFAA.πŸ‘‡
Nama karaa qajeelaa nabiyyiin (s.a.w) dhufeenirra karaa birootu caala jedhee amanu ykn murtii Isaatirra Murti birootu caala je’ee yaadu.
Fakkeenyaaf:nama seera warri nama jallisu baase seera nabiyyiirra caalchiise, seera mootummaas yoo ta'e seera nabiyyiirra kan caalchise, inni kaafira.

5FFAA. πŸ‘‡
Nama waan Rasuulli (s.a.w) dhufeenirraa waan takka jibbe, osoo waan jibbe san itti dalageellee Kaafira.

Itti fufa...
Follow our channelπŸ‘‡
T.me/gaaddisa_dhugaa

Breaking

🌹🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo qabannee dhihaanne jirra kam barbaaddu? laata koottaa filadhaa
kun πŸ‘‰ https://t.me/Qabsahaa filannoo nama maraati join godhaa
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉ

D.Erdoogaan TurkiiπŸ‡ΉπŸ‡·
https://t.me/Qabsahaa

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉ

πŸ™ˆ Jirra Nutis πŸ™ˆ
https://t.me/bimilah

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉ

πŸ₯€ J/B/M/Aamunnasrii πŸ₯€
https://t.me/bimilla

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉ

❀️ ️J/B/M/Arsii Roobee ❀️
πŸ’‹ https://t.me/Arsirobej πŸ’‹

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉ

😭Miidhamaatu as genne😭
https://t.me/fuadjemal

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡

🚫Yoo Sittitole Join🚫
https://t.me/bimilla

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡

😜Sobamiti Kunis isuma😜
https://t.me/bimilla

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡

πŸ’ͺDirqama JoinπŸ’ͺ
https://t.me/Qabsahaa

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡

β€οΈπŸ’šβ€οΈ
Oromo fi Gadaa
https://t.me/oromoToo

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡

Ψ§Ω„Ω‚Ω†Ψ§Ψ© Ψ§Ω„Ψ₯Ψ³Ω„Ψ§Ω…ΩŠΨ©
https://t.me/islamic

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡

Chaynaalii Keessan Beeksifachuuf Linki Armaan Gadiitiin Nu DubbisaaπŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/joinchat/KIWLN0SnqY7xzunQAdhEBQ

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡

πŸ‘‰ maaltu nudaangessa yoo akkanatti hojjanne
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu Ariifachiisaa
Namoonni telegraamii fayyadamtanu dirqama waan kana beekuu qabdu telegramii koo kan jedhu ammuma tuqaa ilaalaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ
Kutaa 5⃣ ffaa
πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»
✏️
#DUULA_HOLOLAA
(
#PROPOGAANDAA) πŸ‡ͺπŸ‡Ή
πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»πŸ”»

πŸ’ͺ Abbootiin irree Qaamota isaan qormaatu irraa ummaticha fageessuu fi bitamaa isaanii qulquluu godhuuf Hangaftummaan kan itti fayyadaman #propogaandaadha ykn hololadha,

πŸ”· Duula #hololaa banuun jajjabummaa fi Eenyuu fis akka duubatti hin deebine ummaticha keessa gadi seensisuuf carraaqu.

Kan morkattoota isaanii immoo. Cinaa isaa dadhabaa jedhaniin hammeenya kaayyoo isaaniitii fi farra nageenyumtii isaanii ummatni amanee fudhachuun Abbootii irree wajjin qofa akka dhaabatu godhuuf tooftaawwan hololaa / propogaandaa adda addaatiim cimanii hojjatu.

πŸ”Ά #Soba qindeessuun dhugaa fakkeessanii ummataaf dhiyeessu.

#Gowwoomsumtiin isaanii akka irraa hin beekamneefis qarummaan hololicha sobaa gara ummataa keessa tamsaasu. Akkuma Amma biyya keenyatti argaa jirru.

πŸ”· Fir'awniim dabalatee abbootiin irree hundinuu #soba oomishuun ummaticha amansiisuuf tattaafatu. #Dhugaa yoo dubbatan akka fudhatama hin qabne fi akka mo'atamanu ni beeku.
Ta'uu isaatiinis #soba uumuu fi qindeessuun #dhugaa injifatuuf #Propogaandaa banu.

πŸ“Œ Jooseef weyl (1877-1976) Akkana jechuudhaan cunqursitoota gorsa.

"#Dhugaa mannaa irra caalaa kan nuuf liqimfamu #soba. Addunyaa keenya keessatti irra caalaa kan jibbamu nama yeroo hundaa #dhugaa dubnatuu fi kan dandeettii #soba uumuu hin qabneedha."

πŸ”· Fir'awnis tooftaadhuma kana sirriitti itti fayyadameera duula #propogaandaatis daandii adda addaatiin baneera.

γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°γ€°
Kutaa itti aanu keessatti tokko tokkoon ilaala
βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–

"Ummatni waraana xiinsammuutiin injifatame seenaa hojjachuun isaa hafee matama Isaatuu gabrummaa jalaa gonkumaa bilisa baasuu hindanda'u"(Dr,jaasiim sulxaan)
πŸƒπŸƒπŸƒπŸƒπŸƒπŸƒπŸƒπŸƒπŸƒ

Kutaa 6ffaan itti fufa

JOIN GODHAAπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree

https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
Forwarded from D.Erdoogaan TurkiiπŸ‡ΉπŸ‡· (Double M βœŒπŸ’• M.M.K)
Yaarabbi Uf nu beeksisi

RaashiyaaπŸ’’ fi EmreetπŸŒ™ maal waliiti πŸ™† πŸ™†πŸ™†πŸ™†πŸ™†πŸ™†πŸ™†πŸ™†
Fira diina godhatee diina fira godhate

​​Waraanni Mootummaa Liibiyaa Hidhattoota Khaliifaa Haftaar irratti haleellaa jalqabuu gabaafame

Hidhattoonni Jeneral Khaliifaa Haftariin hogganaman kan Waraana Biyyoolessa Liibiyaa (LNA) jechuun of moggaasan, guyyoota lamaan dabran misaa’elaan haleellaa magaalaa Tripolii keessatti raawwataniin, buufata xiyyaaraa guddicha magaalattii keessatti argamu kan barbadeessan tahuu gabaafame. Gareen Emreets fi Raashiyaan deeggaramu kun yoo xiqqaate misaa’ela 100 ol gara magaalattiitti kan dhukaase yoo tahu, Xiyyaarotaa fi qabeenya barbadaayeen alattis misaa’ela naannawa jireenyaa rukuteen namoonni nagayaa jaha kan du’an tahuus odeeyfannoon ni addeessa.

Haleellaa kana hordofuun mootummaan biyyattii beekamtii UN qabu, kan Turkiyaan deeggaramu halkan kaleessaa irraa jalqabee buufata garee kanaa irratti haleellaa jalqabuu gabaafame. Waraanni mootummaa duula kanaan Kaampii gareen Khaliifaa Haftaar rokkotee fi misaa’ela irraa furguuggatu, kan magaalaa Triipoolii irraa gara Kibbaatti argamu to’achuuf kan karoorfate tahuu gabaasni Aljaziiraa ni mul’isa. Ogeeyyonni waraana Raashiyaa Khaliifaa Haftaar deeggaranis buufata kana keessa kan qubatan tahuus gabaafame.

Waraanni Biyyoolessaa Liibiyaa jeneraal Khaliifaa Haftaariin hogganamu, waggaa tokko dura magaalaa Triipoolii too’achuuf duula jalqabeen nannoolee heddu kan dhuunfatee ture tahus, ji’oota muraasaa asitti, keessumattuu eega Turkiyaan mootummaa beekamtii UN qabu deeggaruuf loltoota isii gara Liibiyaa ergitee booda, gareen kun naannoolee to’ataa ture heddu kan dhabe tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
πŸ‘‰Masha allab Turkiya yaada ishee Rabbi galmaan haa gahu
Maddi RNH
#Liibiyaa
πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡
D.Erdoogaan TurkiiπŸ‡ΉπŸ‡·
Deeggartoota Rajab Xayyib Erdoogaan
https://t.me/Qabsahaa
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Namoonni telegrami fayyadamtanu chaneloota armaan gadii kana dhabuu hin qabdanu join godhadhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Forwarded from JBMANπŸŒ™ Chanel (Double M βœŒπŸ’• M.M.K)
As wr wb

Jirtaa qaali namaa obboleessa koo ati hoo akkam jirta filatamtuu namaa obboleetti too

πŸ“¨ Ergaa gabaabduu tanaan waa si kadhachuu barbaada sababni isaatis nama mara keessa akka ati na hin dinne abdii waanin qabuuf si gaafadhe

πŸ‘‰ ani obboleessi kee eennu akka tahe na beyta sitti himuu hin barbaachisu

πŸ‘‰ sababni isaatis nama maratu na beeka akka ani yakkamaa namaa tahe
bifa , jecha fi deemsa koo keessatti nama rabbi sodaatu fakkaadhus umrii koo keessatti harka caalu badiirratti fixe jechuu ni danda'a ammas ittuma jira.

πŸ‘‰ inumaayyu kan mul'isee hojjadhurra inni dhoksaan hojjadhu yoo gara laafessi koo naaf dhiise malee idmee/jiruu koo guutu jahaannam keessa na tursiisu mala

πŸ‘‰ inumaa wanti nama ajaa'ibsiisu Rabbiin anaa kana bareeche tolchee na uume!!!

πŸ‘‰ wanti jechuu barbaade bareedumsa addaa qabaadhe miti itiin boonufs dubbachaa hin jiru
bareedumsa Rabbiin ilma namaa ittin faaye keessa wanti narraa hir'ate tokkolleen hin jiru

πŸ‘‰ija , gurra , luka , funyaan , harka , arrabaa fi sammuu gaari naaf kennee jira

πŸ‘‰ garu ani kana mara osoo rabbi naaf tahee jiru takkaa Rabbii kiyyaaf galata galchee hin beeku guyyuu badii raawwachuu malee keyriin hojjadhu muraasa

πŸ‘‰ kanafu obbolessa koo atis obboleetti too akka ani yakkamaa namaa tahe beektee jirta kanafu ji'a Ramadaana kana keessa kessattu 10'n booda tana keessa Rabbii kee naaf kadhadhu

πŸ‘‰ anis yoo ati Rabbii kee naaf kadhattee warra rahmata Rabbii argatu keessa tahuu abdiin qaba

πŸ˜‚ hadaraa Rabbii na hin dagatin kaa akka warra hoongahurra hin taane

πŸ‘‰ galata rabbii kiyyaa baga qabaadhe obboleessa / obboleetti akka keeti/teeti

πŸ‘‰ sababni isaatis namni akka kee kanatti garaa naa laafe rabbitti naaf warwatu hedduu hin argamu

πŸ‘‰ galatoomi obboleessa koo atis obboleetti too kanin/tanin ani Rabbiif jecha akka lubbuu tiyyatti jaaladhu

🀲 Ani Obboleessa Kee Miseensa Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii

✍ Musa Muhammad

πŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡πŸŒΉπŸ‘‡
JBMANπŸŒ™
Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii
https://t.me/bimilla
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19 biyyootaa ollaa Itoophiyaa:-

β€’ Sudaanitti vaayirasichan kan qabaman 1,526; kan bayyannatan 161;kan du'an 74

β€’ Jibuutiitti vaayirasichan kan qabaman 1526; kan bayyannatan 886; kan du'an 3

β€’ Somaaliyaatti vaayirasichan kan qabaman 1,170; kan bayyannatan 126; kan du'an 52

β€’ Keeniyaatti vaayirasichan kan qabaman 715; kan bayyannatan 259; kan du'an 36

β€’ Itoophiyaatti vaayirasichan kan qabaman 261; kan bayyannatan 106; kan du'an 5

β€’ Sudaan Kibbaatti kan qabaman 194; kan bayyannatan 2; kan du'an 0

β€’ Eertiraatti vaayirasichan Kan qabaman 39; kan bayyanatan 38; kan du'an 0
#share