Forwarded from Gaddisa_dhuga
Maal Dubbisuu jaallatta?
Filadhuu join goidhi
ππππ
Filadhuu join goidhi
ππππ
Dhimma Lubbuu !
Ijaaf gurra koo
anaaf ati qaamaa
Yoo ijan sin argin
kiyyas iji jaamaa
Yoo si dhukkube
anis dhibamaa
Ati fayyaa taanan
anis fayyuuma
Ati anaaf
dhimma lubbuu tiyya
Siifan maraadha
kinooti siifaan iyya
Ykn siinan jiraadha
ykn siifan du'a
Wabii jireenya koo
situu anaaf ta'a
Guyyaa sin yaada
halkan hin rafu
Oma jaalalli kee
na dhoowweera safuu
Nyaatan hin jiraadhu
bishaanis dhugee
Hundumaa dhiisera
ergaan si argee
Sagalee keeti
anaaf soorri koo
Suurri kee
waraqaa enyummaa koo
Join π @dedroroπ
πππ
Share and join this link
Ijaaf gurra koo
anaaf ati qaamaa
Yoo ijan sin argin
kiyyas iji jaamaa
Yoo si dhukkube
anis dhibamaa
Ati fayyaa taanan
anis fayyuuma
Ati anaaf
dhimma lubbuu tiyya
Siifan maraadha
kinooti siifaan iyya
Ykn siinan jiraadha
ykn siifan du'a
Wabii jireenya koo
situu anaaf ta'a
Guyyaa sin yaada
halkan hin rafu
Oma jaalalli kee
na dhoowweera safuu
Nyaatan hin jiraadhu
bishaanis dhugee
Hundumaa dhiisera
ergaan si argee
Sagalee keeti
anaaf soorri koo
Suurri kee
waraqaa enyummaa koo
Join π @dedroroπ
πππ
Share and join this link
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Ajaa'iba dubartootaa mee xiqqo itti seeqaa!
@Gaaddisa_dhugaa irraa
Gaafa tokko Ramadaan keessa Maghriibni hoggaa dhihaate Jaarsi taa'ee Rabbi kadhatuutti seene.
Jaarsii: Yaa Rabbi Saahiba/waahila kiyyaaf Jaartii/Niitii bareedduu, Amala gaarii qabdu, kabajamtuu, tan Isa gargaartu Saahiba kiyyaaf kenni je'e kadhachuu ture. Jaartiin Isaa dhageeysee ariifataa(daddaftee) itti as baatee Isa dura dhaabbatte.
Jaartiin akkana jatteen: Waahila keetiif silaa qabeenyaa fii fayyaa kadhatteefii irra caalaa.
Jaarsi: Alhamdulillaah Waahilli kiyya waan hunda Rabbiin kenneefii ni qaba jaartii malee.
Jaartiin: dallantee (Aarteeti) akkas taatu lammada du'aa'ii hin godhiniifi jatteen.
Jaarsi Isii: Ajaa'ibee Maaltu akkatti si dallansiisee yookaan si aarsee ati? Je'ee gaafate.
Jaartiinis akkas jatteen: Hoggaa Ati Waahila keetiif Isa boodaa Rabbi kadhatteef Malaaykaan si jalaa Amiin jettee "Yaa Rabbi Isaafis kenni" akka je'an hin beeytuu?!!! Jetteen.
π€£π€£π€£Wayiiii Hinaaffaa Dirgimπ€£π€£
Ergamaan Rabbii Akkana jedhan Salallaahu Aleeyhi wasallam Ψ΅Ω Ψ§ΩΩΩ ΨΉΩΩΩ ΩΨ³ΩΩ
Hinaaffaa Irraa uf ittisaa jedhan
Sababni isaas Hinaaffaan akka Ibiddi muka balleessutti
Dalagaa Teessan gaarii Isin jalaa balleessitii jedhan Subhaan Allah
Yaa Rabbi Ati hinaaffaa gara malee nurraa qabi ati inshaa Allah
Seenaalee Ajaa'ibaa ni argattuπ liinkii arman gadii kanaπtuquun join godhaa
T.me/gaaddisa_dhugaa

Forwarded from ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ (πLij Iyyasuuπ Nengβ)
Koronaan qosaa miti!
(Innaa lillahi wa innaa ilahi rajiun)
Guyyaa kalessaa sirna awwaalcha nama Sababa Vayirasii koronaan lubbun isaa darbe tokko irratti argameen ture. Badaa garaa nama raasa.
Abbayyoon kaleessa gara akhiraa deeman kun abbaa saahiba kiyya ka mana barumsaa sadarka 2ffaa irraa amma universititti achi amma sochii (α΅ααα½α αα°α) waliin dabarsinee dha. Abbaan sahiba kiyya kanaa Dhukaba hamaa kanaan darbuun isaanii heddu na mufachiise. Rabbi guddaan ka jannata haa taasisu. Shahidotattis isaan haa dabalu.
Yommuu sirni awwaalchaa taasifamu ka achitti argame nama dibdama (20) hin caalu. Wanni hundi manuma hakimiitti raawwatamee dhufe. Kan awwalchaaf qophaβan namota shan hincaalanu. Namota hojii kanaaf ramadamantu rawwata.
Akka tasaa adaba islamaa wanna hin raawwatamin tureef namoota dhimmichi ilaallatu waliin dubachuun osoo janazaan makinarra hinbuune salatul janazaa irratti salaatne. Kun badaa nama gaddisasa.
Vayirasiin kun hamaa tauun isaa ijolleen abba ofii illee qabaruu dandauu dhabuun firri janazaa gagessu dhabuun iffatti mullisa. Abbaa waliin hariroo waan qabaniif jarris quarantined taβaniiti jiru. Kanaaf qabri abba irratti argamuu dadhaban. Kun waan badaa garaa nama nyaatu dha.
Yaa ummata kiyya bor enyu enyuun akka
Qabaru hin beeknu kanaaf haluma kamiinu janazaa adaba islaamni gafatuun gaggeesuu ka kaleessa irraa barachuun barbachisaadha.
Motummaan amantaa hundaaf hala kanaan iddoo mijessuu isaaf galata qaba. Ummanni keeyna ammoo dhibeen koronaa kun qosaa akka hintaane hubatee of eggannoo barbachisaa akka godhun ergaa dabrsa.
Β© Ustaz Kamil Shamsu
https://t.me/joinchat/AAAAAFE5LN1wa2wQVxn-fg

Telegram
ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ
Foormulaa Jireenyaa
Forwarded from ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ (πLij Iyyasuuπ Nengβ)
#TAMTUU_CAALA_BAREEDAβ
#β£Yeroo hedduu warri ittiin bulmaata (Shari'aa) amantii islaamaa qeequ Hijaabni mirga dubartootaa sarba jedhanii yeroo haasahan ni dhagahama.
π§π»π§π»Hijaabni mirga dubartii koonkumaa hin sarbu yoo kabaje malee.
Akkamitti hijaabni mirga dubartootaa kabajaβ
Gutuu isaa banaa dubbisaa
Chanalii kana join shere godhaa
ππππ
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
https://telegra.ph/httpstelegrammeHamiltan-tv-Hamilee-Ummataa-05-09-2

Telegraph
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
#TAMTUU_CAALA_BAREEDAβ#β£Yeroo hedduu warri ittiin bulmaata (Shari'aa) amantii islaamaa qeequ Hijaabni mirga dubartootaa sarba jedhanii yeroo haasahan ni dhagahama.π§π»π§π»Hijaabni mirga dubartii koonkumaa hin sarbu yoo kabaje malee.Akkamitti hijaabni mirga dubartootaaβ¦
Forwarded from Kiya culture clothes jimma
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
πͺπͺπͺπͺπͺπͺπͺπͺπͺ
Kutaa 2 ffaa
πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
BAACOO FI QOOSAA
γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°
Abbootiin irree morkattoota isaanii jilbeenfachiisuuf tooftaawwan itti fayyadaman keessaa inni tokkoo fi inni jalqabaa haamilee tuffiitii fiu gadi xiqqeessanii ilaaluudha,
Sana boodas isaan mudduuf jecha waraana xiinsammuu itti banu, isaanitti qoosuu, sadarkaa ofii olkaasanii dhiheessuunis morkattoonni isaanii dadhabinaa fi humana dhabiinsi isaanitti akka dhagaβamu godhuuf tattaafatu,
Kun tooftaa abbootii irree hundaati, hedduuwwan yoo mirgaa fi bilisummaa isaaniitiif qabsaaβan abbootii irreetiin sadarkaa jalqabaatiin ilaalcha tuffii fi baacoon itti guutameen ilaalamu, haataβu malee booddee irratti injifatuun hinjifatamuun isaanii hin oolu,
β΄οΈβ΄οΈβ΄οΈβ΄οΈβ΄οΈβ΄οΈβ΄οΈβ΄οΈβ΄οΈ
βjalqaba irratti si tuffatu, ergasii sitti qoosu, itti aansee si waraanu, dhumarratti ni injifattaβ (maahtama gaandi)
π·π·π·π·π·π·π·π·π·
Kutaa 3ffaan itti fufa
γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°
Join godhaaπ
t.me/Tooftaa_Abbaa_irree
https://t.me/joinchat/AAAAAEl-MsRdENkN-Aqedg

Tooftaa Abbaa Irreeπͺ
Kitaaba ustaaz Ahmaddiin Jabal "FIR'AWNAA FAKKEENYA ABBOOTII IRREE " Kitaaba jedhu irraa isiniif dhiyaata maarree isinis join godhaa tooftaa Abbootii irree baradhaa
πππππ
T.me/Tooftaa_Abbaa_irree

Forwarded from ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ (Sayfal-islaam Idris)
Fake_News βοΈ
Botiwwan soba garagaraatiin akka hin sobamne, baankii akkanaa, biiroo akkanaa jechuudhaan namoonni nama gowwoomsan hedduun jiru.
Yoo nama hanganaati share gootan qarshii hanganaa argattu, bitcoin fa'a jechuudhaan nama gowwoomsuu barbaadu. Wantoonni akka sanaa hedduun isaanii soba, maamila erga isinirraan argatanii booda hojii ofii itti fufuudhaaf karoorfataniiti inumaa tibba kana fa'a biroo eeggumsa fayyaa, biiroo barnootaa fa'a jechuudhaan kijibu, keessa darbaniis tibba kana boti biiroo barnootaati kan galmee onlinedhaaf qophaa'eedha jechuudhaan nama burjaajessu, kanaaf maatiwwan keenya oduu akkanaa akka hin amanne osoo hin hubatinis share gochuudhaaf hin sardaminaa, namoonni wanta akkanaa hujjanis yoo jiraattan dhiisaa faaydaa hin qabu ummanni keenya safuu qaba amantii qaba, waan warri safuu hin qabne hojjatu ilaaltani hawaasa keenya hin burjaajessina.
Asumaanis warri beeksisa hojjettan chanala gubbatti hin sobinaa, safuu hin balleessina wantuma sirrii qofa post godhaa. Galatoomaa...

πͺπͺπͺπͺπͺπͺπͺπͺπͺπͺ
Kutaa 3ffaa
γ°γ°γ°γ°
HOOGGANTICHA ALAAMAA GODHACHUUN GAAFFII UMMATICHAA GACHISIISUUF YAALU,
π°π°π°π°π°π°π°π°
βDiina Kee Kan Inni Sodaatuun Malee Kan Ati Sodaattuun Isa Hin Waraaninβ ( Hakim)
π°π°π°π°π°π°π°π°π°
πAbbootiin Irree Yoo Gaaffiin Itti Kaβu Ykn Immoo Qaamni Isaan Fuuldura Dhaabbatu Yoo Uumamu Dhimmichi Osoo Hidda Hin Godhatin Dura Hoogganticha Alaamaa Godhachuun Toβachuuf Yaalu,
πTooftaawwan Adda Addaa Faayyadamuunis Shoorarkeessuuf Carraaqu Hoogganaa Sochichaa Sodaachisuun Amansiisuu Fi Isarratti Dhiibbaa Godhuun Ummaticha Ganee Isaaniif Bitamaa Akka Taβu Godhuuf Yaalu,
πMilkaaβinni Ummatichi Hoogganaa Dhabaa Yoo Taβu Dhiibee Akka Hin Sochoone Godhuun Kichuutti Dhaabsisuuf Tattaafatu, Kun Yeroo Hunda Taaftaa Abbootiin Irree Hordofaniidha,
πFirβawn Tooftaadhuma Kana Muusaa Irratti Fayyadamuuf Yaaleera,
πMuusaan Ummaticha Gabrummaa Gita Bittaa Firβawnii Jalaa Bilisa Baasuu Fi Yeroo Garadhugaa Waamicha Itti Eegaletti Firβawni Hammeenyummaa Dhimmichaa Waan Hubateef Kichuu Kutuuf Kaβe,
πHoogganaa Ummatichaa Muusaa Sochii Isaa Irraa Gaadiβuu Yoo Dandaβe Ummatichi Hoogganaa Malee Eessan Akka Hin Geenne Hubateera Wanta Taβeefis Sosobachuu Barbaade,
Gara Boodaa Adeemuun Seenaa Muusaa Kan Duubaa Yaadate,
πDhimmoota Sosobachuuf Na Dandeessisan Jedheen Addaan Baafate Taβiiwwan Lamas Itti Fayyadamuu Barbaade, Firaβwni βTolaβ Muusaaf Akka Oole Itti Amanuu Amanu Kaasuun Onnee Muusaa Argachuuf Yaale,
πYaaliin Isaa Kan Jalqabaatis Sossobuu Taβe, Innis Muusaa Daaβimummaa Isaa Irraa Kaasee Kunuunsiin Guddisuu Isaatii Fi Yeroo Muusaan Lammii Gibxii Tokko Dogongoraan Abbooteen Ajjeese Dhiifama Gochuuf Isaa Ture, Firβawni Nama Tola Hammanaa Ooleef Irratti β Hammeenyaβ Yaaduu Akka Hin Qabnee Fi Kan Eegale Akka Dhaabumuusaa Sosobachuuf Yaale, Tolli Koo Isa Kanaa? Ati Nama Tola Namaa Nyaatuu?! Haasawa Akkanaa Dubbate, Haasawuma Firβawnii Kana Qurβaanni Akkanatti Ibsa β:-
ΩΩΨ§ΩΩ Ψ£ΩΩΩΩ Ω ΩΩΨ±ΩΨ¨ΩΩΩΩ ΩΩΩΩΩΨ§ ΩΩΩΩΩΨ―ΩΨ§ ΩΩΩΩΨ¨ΩΨ«ΩΨͺΩ ΩΩΩΩΩΨ§ Ω ΩΩΩ ΨΉΩΩ ΩΨ±ΩΩΩ Ψ³ΩΩΩΩΩΩ (18) ΩΩΩΩΨΉΩΩΩΨͺΩ ΩΩΨΉΩΩΩΨͺΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΨͺΩΩ ΩΩΨΉΩΩΩΨͺΩ ΩΩΨ£ΩΩΩΨͺΩ Ω ΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΨ§ΩΩΨ±ΩΩΩΩ (19)
β Firβawnis Ni Jedhe β Sila Nuti Mucaa Xiqqaa Taatee Of Biratti Si Hin Guddifnee? Umrii Kee Irraas Waggoota (Baayβee) Nu Keessa Hin Turree? Dalagaa Kee Ishee Dalagde (Ajjeechaa Raawwatte) Sanas Hin Hojjannee? Ati Gantoota Irrahi? Jedhe, ( Asshuβaraaβaβi :18-19)
Itti Fufa,,,,
Join godhaaπππ
http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree

Forwarded from HΓ£lΓ£l LΓ΅vΓͺ (Kaayyoo Koo)
JECHOOTA BEBBEEKAMOO AKKUMA KUTAA 1,2,3 ISINIIF MAXXANSINE KUTAA 4FFAA ARGACHUUF AKKASUMAS HANGA DHUMAATTI HORDOFUUF πππππ
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiinπππ
Nuqunnamuu dandeessuππ
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiinπππ
Nuqunnamuu dandeessuππ
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Beeki wanni Islaamummaa namarraa balleessan waa kudhan tahuu.
IBSA. Wanni Islaamummaa namarraa balleesu:
waan namni tokko eega Islaama seene waan san dalaguudhaan ykn jechuudhaan ykn yaaduudhaan Islaamummaa keessa bahu. Kan sabaaaba isii Islaama jedhamurraa Kaafira tahu jechuudha. Namni Islaamaa hundi waan
Islaamummaa namarraa balleesu kana barachuun dirqama isaati, akka isii beeke
if eeguuf jecha. Rabbiin akkana jeβa:
{If duuba hin deebiβinaa (Kaafirummaatti)
duyda duuba keessanitti warra hongowe taatanii.} Al-Maaβiidaa{Isinirraa namni Amantii isaatirraa if
duuba deebiβu, inni Kaafira. Orma san dalagaan isaanii baddee jirti Adunyaa fi Akhiraatti ammallee isaan warra Ibiddaati, Isaan isii keessatti turoodha.} Al-Baqaraa: 217
Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: β nama amantii Isaa jijjiiru ajjeesaa!β
Bukhaarii: 3175
Ulamaaβiin akki jaβan: namni tokko eega Islaama tahee if duuba deebiβee kan
kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan,
amanuudhaan ykn yaada san dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani.
wanni Islaamummaa namarraa
balleessan kurnanuu insha'allah isiniif ibsina karaa Telegram.me/gaaddisa_dhugaa tiin nu eegaa

Forwarded from β€ Ψ£ΨΨ¨Ω ΩΨ§ Ψ±Ψ³ΩΩ Ψ§ΩΩΩ β€ (Hanaadi Mohammed)
AUD-20191209-WA0273.
5.4 MB
Forwarded from Deleted Account
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
πͺπͺπͺπͺπͺππͺπͺπͺπͺ
Kutaa 4β£ffaa
γ°γ°γ°γ°γ°γ°γ°
π Abbootiin irree miidhaa raawwatu. Ni hidhu. Ni ajjeesu. Deebisanii isaanumti Hubamticha himatu. Sana boodas "Dhiifama siif goone" jechuudhaan akka galataatti akka isaaniif ilaalamuuf barbaadu.
π Of dhaadanis. Ummata kanumaan duudhatanii qabsoo irraa qoqqobuuf tattaafatu. Kun daandii Abbootii irreeti.πͺ
π Muusaan kan fir'awni akka isaaf galata oolee dubbate hin ilaalle. Isa/muusaa kan yaachisu gabrummaa jalatti gadaddaa'uu lammii isaati.
π Tooftaam kun tooftaa Abbootiin irree namoota baayyee gabricha isaanii ittiin godhataniidha. πͺ
π Altokko tokko nama jilbeenfachiisuu barbaadan Irratti yoo dogongora dhaban beekaa yakka keessatti Akka cuubamu godhuun "Ummataaf ifa sibaafna. Si saaxilla. Si himna." Jechuudhaan yakka barbaadan hojjachiisan. Altokko yoo mucucaatee fi kiyyoo isaanii keessa yoo seeneef yeroodhaa gara yerootti irra caalaa akka itti cuubamaa adeemu gochuun gabricha tajaajila gadi dhaabbataa isa taasifatu.
Tooftaa kana fayyadamuin baayyeewwan tumsitoota isaanii taasifataniiru.
Erga kiyyicha keessa seenaniin booda isaannan hara duunaa deebi'uuf yaalan yakka beekaa akka raawwatan godhaniin ykn immoo yakka kanaan dura osoma argan akka waan hin arginiitti bira darbaniin himannaa irratti bananii gara hidhaa isaan gatu.πͺ
πͺ Fir'awnis kam kaayyefate waam hin ofkoliniif daandii kan biroo fayyadamuum muusaa jilbeemfachiisuu fi gocha isaa irraa gaadi'uuf yale.
Sossobuim wanta hin milkaa'iniif gara sidaachisuutti gara gale.
Kun yaalii isa kan lammaffaa ture
π Fir,awnis wiirtuu sochii hunda muusaa fa,a kan ta,e Amamtii isaanii hidhaan sodaachisuun Gachisiisuuf soocho,e.
Muusaan nabiyyii ta,uu isaatiin ummatichi rabbiin qofa akka gabbaru barsiisaa ture.
Fir'awni garuu muusaan kan biroo barsiisuum hafee Inumaayyuu fir,awniin ala yoo gabbaramaa qabate akka hidhamu doorsise.
Isuma kana Qur,aanni Akkanatti ibsa:-
" Fir'awnis "Dhugumatti yoo ati ana malee gabbaramaa biraa godhatte. Hidhamtoota irraa sitaasisa." Jedhe" (Ashu'araa'i 29)
π Muusaan osoo doorsisa kanaaf hin jilbeemfatin gadi dhaabbatee itti fufe. Ta'uu isaatiinis tooftaa fir'awnaa alaamaa godhachuun hordoftootaa fi qabsaa,ota bittinneessuu osoo hin milkaa'in hafe.
π·π·π·πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
Itti fufa....
Join Godhaaπππ
http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
TOOFTAA ABBAA IRREE KUTAA 4 FFAA DUBBISTANII? KUTAA 5 FFAN ITTI HAAFUFUU?
‡οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈ

Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
wantoota islaamummaa namaa balleessan kurnan
Kutaa 1ffaa
1FFAA. π
Ibaadaa (gabbartii) Rabbii keessatti waan biroo rabbitti qindeesuudha.Ragaan jecha Rabbitti:
<{Rabbiin nama Isatti Qindeessuuf (shaarrakku) hin araaramu, waan sanii gad jiru namaaf irra dabra} An-Nisaa:
Ammas akkana jedheπ
<{isa rabbitti qindeessu dhugumatti rabbiin Jannata haraam (dhowwaa) isaratti godhee jira, bakki inni qubatu Ibidda, warra rabbitti waan biro qindeessuuf namni tumsuuf hin jiru.} Al-Maaβidaa:82
Allaahaaf malee qaluu (gorraβuu) akka namaa jinniif qaluu ykn qabriif qaluu.
2FFAA. π
Isa Allaaha fi Isa jidduutti jiddu deemaa (dubbii fixaa) godhatu, kan isaan waammattu, kan isaan kadhatu, kan isaanitti irkatu. Inni Kaafira waliigala warra Islaamaa biratti (ijmaa'aan)
3FFAA.π
Nama Mushrikoota hin kafarsiisne ykn Kaafira tahuu isaanii shakke ykn karaan isaanii sirriidha jedhu. Inni kaafira
4FFAA.π
Nama karaa qajeelaa nabiyyiin (s.a.w) dhufeenirra karaa birootu caala jedhee amanu ykn murtii Isaatirra Murti birootu caala jeβee yaadu.
Fakkeenyaaf:nama seera warri nama jallisu baase seera nabiyyiirra caalchiise, seera mootummaas yoo ta'e seera nabiyyiirra kan caalchise, inni kaafira.
5FFAA. π
Nama waan Rasuulli (s.a.w) dhufeenirraa waan takka jibbe, osoo waan jibbe san itti dalageellee Kaafira.
Itti fufa...
Follow our channelπ