Forwarded from ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ (๐Lij Iyyasuu๐ Nengโญ)
Yaa Rabbi nu qunnamsiisi
Yaa mootii nu argachiisi
Gaarii nu hojjachiisii
Irraa nu milkeessii
Gaafa guyyaa dhumaa
Ittiin nu qananiisi
Halkan gaarii guddaa
Bu'aan isaan qabne kan bir daaddaa
Dandeettiidha qabdaa
Yaa Rabbi nu godhi kan argatu qooda
Leeylatul qadri
L= Laggeen jannataa qaalii
E= Eellan mi'aan hundaa olii
E= Eebba dhugaatiin malee
Y= Yaada qofaan hin hellee
L= Luugamni kee yoo tole
A= Abdiin jannataa tolee
T= Tarree galteeti seenta
U= Unattee boqotta
L= Lafa gaarii jannataa
Q= Qunnamuuf jiraattaa
A= Aannan cunfaa asheetaa
D= Dasii ijaa fi gurraa mi'aa dhandhamataa
R= Rabbi ijaan gartaa
I= Ittiini boohartaa
Halkan sadarkaa guddaa
Nurkachiisi mootii
Dandeeytiidha qabdaa
Mahammad Bakar
Bakkaan jiru irraa
Join godhaa irraa baradhaa
๐๐๐๐๐
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa

Forwarded from Gaddisa_dhuga
Maal Dubbisuu jaallatta?
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Dhimma Lubbuu !
Ijaaf gurra koo
anaaf ati qaamaa
Yoo ijan sin argin
kiyyas iji jaamaa
Yoo si dhukkube
anis dhibamaa
Ati fayyaa taanan
anis fayyuuma
Ati anaaf
dhimma lubbuu tiyya
Siifan maraadha
kinooti siifaan iyya
Ykn siinan jiraadha
ykn siifan du'a
Wabii jireenya koo
situu anaaf ta'a
Guyyaa sin yaada
halkan hin rafu
Oma jaalalli kee
na dhoowweera safuu
Nyaatan hin jiraadhu
bishaanis dhugee
Hundumaa dhiisera
ergaan si argee
Sagalee keeti
anaaf soorri koo
Suurri kee
waraqaa enyummaa koo
Join ๐ @dedroro๐
๐๐๐
Share and join this link
Ijaaf gurra koo
anaaf ati qaamaa
Yoo ijan sin argin
kiyyas iji jaamaa
Yoo si dhukkube
anis dhibamaa
Ati fayyaa taanan
anis fayyuuma
Ati anaaf
dhimma lubbuu tiyya
Siifan maraadha
kinooti siifaan iyya
Ykn siinan jiraadha
ykn siifan du'a
Wabii jireenya koo
situu anaaf ta'a
Guyyaa sin yaada
halkan hin rafu
Oma jaalalli kee
na dhoowweera safuu
Nyaatan hin jiraadhu
bishaanis dhugee
Hundumaa dhiisera
ergaan si argee
Sagalee keeti
anaaf soorri koo
Suurri kee
waraqaa enyummaa koo
Join ๐ @dedroro๐
๐๐๐
Share and join this link
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Ajaa'iba dubartootaa mee xiqqo itti seeqaa!
@Gaaddisa_dhugaa irraa
Gaafa tokko Ramadaan keessa Maghriibni hoggaa dhihaate Jaarsi taa'ee Rabbi kadhatuutti seene.
Jaarsii: Yaa Rabbi Saahiba/waahila kiyyaaf Jaartii/Niitii bareedduu, Amala gaarii qabdu, kabajamtuu, tan Isa gargaartu Saahiba kiyyaaf kenni je'e kadhachuu ture. Jaartiin Isaa dhageeysee ariifataa(daddaftee) itti as baatee Isa dura dhaabbatte.
Jaartiin akkana jatteen: Waahila keetiif silaa qabeenyaa fii fayyaa kadhatteefii irra caalaa.
Jaarsi: Alhamdulillaah Waahilli kiyya waan hunda Rabbiin kenneefii ni qaba jaartii malee.
Jaartiin: dallantee (Aarteeti) akkas taatu lammada du'aa'ii hin godhiniifi jatteen.
Jaarsi Isii: Ajaa'ibee Maaltu akkatti si dallansiisee yookaan si aarsee ati? Je'ee gaafate.
Jaartiinis akkas jatteen: Hoggaa Ati Waahila keetiif Isa boodaa Rabbi kadhatteef Malaaykaan si jalaa Amiin jettee "Yaa Rabbi Isaafis kenni" akka je'an hin beeytuu?!!! Jetteen.
๐คฃ๐คฃ๐คฃWayiiii Hinaaffaa Dirgim๐คฃ๐คฃ
Ergamaan Rabbii Akkana jedhan Salallaahu Aleeyhi wasallam ุตู ุงููู ุนููู ูุณูู
Hinaaffaa Irraa uf ittisaa jedhan
Sababni isaas Hinaaffaan akka Ibiddi muka balleessutti
Dalagaa Teessan gaarii Isin jalaa balleessitii jedhan Subhaan Allah
Yaa Rabbi Ati hinaaffaa gara malee nurraa qabi ati inshaa Allah
Seenaalee Ajaa'ibaa ni argattu๐ liinkii arman gadii kana๐tuquun join godhaa
T.me/gaaddisa_dhugaa

Koronaan qosaa miti!
(Innaa lillahi wa innaa ilahi rajiun)
Guyyaa kalessaa sirna awwaalcha nama Sababa Vayirasii koronaan lubbun isaa darbe tokko irratti argameen ture. Badaa garaa nama raasa.
Abbayyoon kaleessa gara akhiraa deeman kun abbaa saahiba kiyya ka mana barumsaa sadarka 2ffaa irraa amma universititti achi amma sochii (แตแแแฝแ แญแฐแ) waliin dabarsinee dha. Abbaan sahiba kiyya kanaa Dhukaba hamaa kanaan darbuun isaanii heddu na mufachiise. Rabbi guddaan ka jannata haa taasisu. Shahidotattis isaan haa dabalu.
Yommuu sirni awwaalchaa taasifamu ka achitti argame nama dibdama (20) hin caalu. Wanni hundi manuma hakimiitti raawwatamee dhufe. Kan awwalchaaf qophaโan namota shan hincaalanu. Namota hojii kanaaf ramadamantu rawwata.
Akka tasaa adaba islamaa wanna hin raawwatamin tureef namoota dhimmichi ilaallatu waliin dubachuun osoo janazaan makinarra hinbuune salatul janazaa irratti salaatne. Kun badaa nama gaddisasa.
Vayirasiin kun hamaa tauun isaa ijolleen abba ofii illee qabaruu dandauu dhabuun firri janazaa gagessu dhabuun iffatti mullisa. Abbaa waliin hariroo waan qabaniif jarris quarantined taโaniiti jiru. Kanaaf qabri abba irratti argamuu dadhaban. Kun waan badaa garaa nama nyaatu dha.
Yaa ummata kiyya bor enyu enyuun akka
Qabaru hin beeknu kanaaf haluma kamiinu janazaa adaba islaamni gafatuun gaggeesuu ka kaleessa irraa barachuun barbachisaadha.
Motummaan amantaa hundaaf hala kanaan iddoo mijessuu isaaf galata qaba. Ummanni keeyna ammoo dhibeen koronaa kun qosaa akka hintaane hubatee of eggannoo barbachisaa akka godhun ergaa dabrsa.
ยฉ Ustaz Kamil Shamsu
https://t.me/joinchat/AAAAAFE5LN1wa2wQVxn-fg

Telegram
ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ
Foormulaa Jireenyaa
Forwarded from ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ (๐Lij Iyyasuu๐ Nengโญ)
#TAMTUU_CAALA_BAREEDAโ
#โฃYeroo hedduu warri ittiin bulmaata (Shari'aa) amantii islaamaa qeequ Hijaabni mirga dubartootaa sarba jedhanii yeroo haasahan ni dhagahama.
๐ง๐ป๐ง๐ปHijaabni mirga dubartii koonkumaa hin sarbu yoo kabaje malee.
Akkamitti hijaabni mirga dubartootaa kabajaโ
Gutuu isaa banaa dubbisaa
Chanalii kana join shere godhaa
๐๐๐๐
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
https://telegra.ph/httpstelegrammeHamiltan-tv-Hamilee-Ummataa-05-09-2

Telegraph
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
#TAMTUU_CAALA_BAREEDAโ#โฃYeroo hedduu warri ittiin bulmaata (Shari'aa) amantii islaamaa qeequ Hijaabni mirga dubartootaa sarba jedhanii yeroo haasahan ni dhagahama.๐ง๐ป๐ง๐ปHijaabni mirga dubartii koonkumaa hin sarbu yoo kabaje malee.Akkamitti hijaabni mirga dubartootaaโฆ
Forwarded from Kiya culture clothes jimma
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช
Kutaa 2 ffaa
๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ
BAACOO FI QOOSAA
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
Abbootiin irree morkattoota isaanii jilbeenfachiisuuf tooftaawwan itti fayyadaman keessaa inni tokkoo fi inni jalqabaa haamilee tuffiitii fiu gadi xiqqeessanii ilaaluudha,
Sana boodas isaan mudduuf jecha waraana xiinsammuu itti banu, isaanitti qoosuu, sadarkaa ofii olkaasanii dhiheessuunis morkattoonni isaanii dadhabinaa fi humana dhabiinsi isaanitti akka dhagaโamu godhuuf tattaafatu,
Kun tooftaa abbootii irree hundaati, hedduuwwan yoo mirgaa fi bilisummaa isaaniitiif qabsaaโan abbootii irreetiin sadarkaa jalqabaatiin ilaalcha tuffii fi baacoon itti guutameen ilaalamu, haataโu malee booddee irratti injifatuun hinjifatamuun isaanii hin oolu,
โด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธ
โjalqaba irratti si tuffatu, ergasii sitti qoosu, itti aansee si waraanu, dhumarratti ni injifattaโ (maahtama gaandi)
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
Kutaa 3ffaan itti fufa
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
Join godhaa๐
t.me/Tooftaa_Abbaa_irree
https://t.me/joinchat/AAAAAEl-MsRdENkN-Aqedg

Tooftaa Abbaa Irree๐ช
Kitaaba ustaaz Ahmaddiin Jabal "FIR'AWNAA FAKKEENYA ABBOOTII IRREE " Kitaaba jedhu irraa isiniif dhiyaata maarree isinis join godhaa tooftaa Abbootii irree baradhaa
๐๐๐๐๐
T.me/Tooftaa_Abbaa_irree

Forwarded from ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ (Sayfal-islaam Idris)
Fake_News โ๏ธ
Botiwwan soba garagaraatiin akka hin sobamne, baankii akkanaa, biiroo akkanaa jechuudhaan namoonni nama gowwoomsan hedduun jiru.
Yoo nama hanganaati share gootan qarshii hanganaa argattu, bitcoin fa'a jechuudhaan nama gowwoomsuu barbaadu. Wantoonni akka sanaa hedduun isaanii soba, maamila erga isinirraan argatanii booda hojii ofii itti fufuudhaaf karoorfataniiti inumaa tibba kana fa'a biroo eeggumsa fayyaa, biiroo barnootaa fa'a jechuudhaan kijibu, keessa darbaniis tibba kana boti biiroo barnootaati kan galmee onlinedhaaf qophaa'eedha jechuudhaan nama burjaajessu, kanaaf maatiwwan keenya oduu akkanaa akka hin amanne osoo hin hubatinis share gochuudhaaf hin sardaminaa, namoonni wanta akkanaa hujjanis yoo jiraattan dhiisaa faaydaa hin qabu ummanni keenya safuu qaba amantii qaba, waan warri safuu hin qabne hojjatu ilaaltani hawaasa keenya hin burjaajessina.
Asumaanis warri beeksisa hojjettan chanala gubbatti hin sobinaa, safuu hin balleessina wantuma sirrii qofa post godhaa. Galatoomaa...

๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช
Kutaa 3ffaa
ใฐใฐใฐใฐ
HOOGGANTICHA ALAAMAA GODHACHUUN GAAFFII UMMATICHAA GACHISIISUUF YAALU,
๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ
โDiina Kee Kan Inni Sodaatuun Malee Kan Ati Sodaattuun Isa Hin Waraaninโ ( Hakim)
๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ
๐Abbootiin Irree Yoo Gaaffiin Itti Kaโu Ykn Immoo Qaamni Isaan Fuuldura Dhaabbatu Yoo Uumamu Dhimmichi Osoo Hidda Hin Godhatin Dura Hoogganticha Alaamaa Godhachuun Toโachuuf Yaalu,
๐Tooftaawwan Adda Addaa Faayyadamuunis Shoorarkeessuuf Carraaqu Hoogganaa Sochichaa Sodaachisuun Amansiisuu Fi Isarratti Dhiibbaa Godhuun Ummaticha Ganee Isaaniif Bitamaa Akka Taโu Godhuuf Yaalu,
๐Milkaaโinni Ummatichi Hoogganaa Dhabaa Yoo Taโu Dhiibee Akka Hin Sochoone Godhuun Kichuutti Dhaabsisuuf Tattaafatu, Kun Yeroo Hunda Taaftaa Abbootiin Irree Hordofaniidha,
๐Firโawn Tooftaadhuma Kana Muusaa Irratti Fayyadamuuf Yaaleera,
๐Muusaan Ummaticha Gabrummaa Gita Bittaa Firโawnii Jalaa Bilisa Baasuu Fi Yeroo Garadhugaa Waamicha Itti Eegaletti Firโawni Hammeenyummaa Dhimmichaa Waan Hubateef Kichuu Kutuuf Kaโe,
๐Hoogganaa Ummatichaa Muusaa Sochii Isaa Irraa Gaadiโuu Yoo Dandaโe Ummatichi Hoogganaa Malee Eessan Akka Hin Geenne Hubateera Wanta Taโeefis Sosobachuu Barbaade,
Gara Boodaa Adeemuun Seenaa Muusaa Kan Duubaa Yaadate,
๐Dhimmoota Sosobachuuf Na Dandeessisan Jedheen Addaan Baafate Taโiiwwan Lamas Itti Fayyadamuu Barbaade, Firaโwni โTolaโ Muusaaf Akka Oole Itti Amanuu Amanu Kaasuun Onnee Muusaa Argachuuf Yaale,
๐Yaaliin Isaa Kan Jalqabaatis Sossobuu Taโe, Innis Muusaa Daaโimummaa Isaa Irraa Kaasee Kunuunsiin Guddisuu Isaatii Fi Yeroo Muusaan Lammii Gibxii Tokko Dogongoraan Abbooteen Ajjeese Dhiifama Gochuuf Isaa Ture, Firโawni Nama Tola Hammanaa Ooleef Irratti โ Hammeenyaโ Yaaduu Akka Hin Qabnee Fi Kan Eegale Akka Dhaabumuusaa Sosobachuuf Yaale, Tolli Koo Isa Kanaa? Ati Nama Tola Namaa Nyaatuu?! Haasawa Akkanaa Dubbate, Haasawuma Firโawnii Kana Qurโaanni Akkanatti Ibsa โ:-
ููุงูู ุฃูููู ู ููุฑูุจูููู ูููููุง ูููููุฏูุง ููููุจูุซูุชู ูููููุง ู ููู ุนูู ูุฑููู ุณูููููู (18) ููููุนูููุชู ููุนูููุชููู ุงูููุชูู ููุนูููุชู ููุฃูููุชู ู ููู ุงููููุงููุฑูููู (19)
โ Firโawnis Ni Jedhe โ Sila Nuti Mucaa Xiqqaa Taatee Of Biratti Si Hin Guddifnee? Umrii Kee Irraas Waggoota (Baayโee) Nu Keessa Hin Turree? Dalagaa Kee Ishee Dalagde (Ajjeechaa Raawwatte) Sanas Hin Hojjannee? Ati Gantoota Irrahi? Jedhe, ( Asshuโaraaโaโi :18-19)
Itti Fufa,,,,
Join godhaa๐๐๐
http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree

Forwarded from Hรฃlรฃl Lรตvรช (Kaayyoo Koo)
JECHOOTA BEBBEEKAMOO AKKUMA KUTAA 1,2,3 ISINIIF MAXXANSINE KUTAA 4FFAA ARGACHUUF AKKASUMAS HANGA DHUMAATTI HORDOFUUF ๐๐๐๐๐
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiin๐๐๐
Nuqunnamuu dandeessu๐๐
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiin๐๐๐
Nuqunnamuu dandeessu๐๐
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Beeki wanni Islaamummaa namarraa balleessan waa kudhan tahuu.
IBSA. Wanni Islaamummaa namarraa balleesu:
waan namni tokko eega Islaama seene waan san dalaguudhaan ykn jechuudhaan ykn yaaduudhaan Islaamummaa keessa bahu. Kan sabaaaba isii Islaama jedhamurraa Kaafira tahu jechuudha. Namni Islaamaa hundi waan
Islaamummaa namarraa balleesu kana barachuun dirqama isaati, akka isii beeke
if eeguuf jecha. Rabbiin akkana jeโa:
{If duuba hin deebiโinaa (Kaafirummaatti)
duyda duuba keessanitti warra hongowe taatanii.} Al-Maaโiidaa{Isinirraa namni Amantii isaatirraa if
duuba deebiโu, inni Kaafira. Orma san dalagaan isaanii baddee jirti Adunyaa fi Akhiraatti ammallee isaan warra Ibiddaati, Isaan isii keessatti turoodha.} Al-Baqaraa: 217
Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: โ nama amantii Isaa jijjiiru ajjeesaa!โ
Bukhaarii: 3175
Ulamaaโiin akki jaโan: namni tokko eega Islaama tahee if duuba deebiโee kan
kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan,
amanuudhaan ykn yaada san dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani.
wanni Islaamummaa namarraa
balleessan kurnanuu insha'allah isiniif ibsina karaa Telegram.me/gaaddisa_dhugaa tiin nu eegaa

Forwarded from โค ุฃุญุจู ูุง ุฑุณูู ุงููู โค (Hanaadi Mohammed)
AUD-20191209-WA0273.
5.4 MB
Forwarded from Deleted Account
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐๐ช๐ช๐ช๐ช
Kutaa 4โฃffaa
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
๐ Abbootiin irree miidhaa raawwatu. Ni hidhu. Ni ajjeesu. Deebisanii isaanumti Hubamticha himatu. Sana boodas "Dhiifama siif goone" jechuudhaan akka galataatti akka isaaniif ilaalamuuf barbaadu.
๐ Of dhaadanis. Ummata kanumaan duudhatanii qabsoo irraa qoqqobuuf tattaafatu. Kun daandii Abbootii irreeti.๐ช
๐ Muusaan kan fir'awni akka isaaf galata oolee dubbate hin ilaalle. Isa/muusaa kan yaachisu gabrummaa jalatti gadaddaa'uu lammii isaati.
๐ Tooftaam kun tooftaa Abbootiin irree namoota baayyee gabricha isaanii ittiin godhataniidha. ๐ช
๐ Altokko tokko nama jilbeenfachiisuu barbaadan Irratti yoo dogongora dhaban beekaa yakka keessatti Akka cuubamu godhuun "Ummataaf ifa sibaafna. Si saaxilla. Si himna." Jechuudhaan yakka barbaadan hojjachiisan. Altokko yoo mucucaatee fi kiyyoo isaanii keessa yoo seeneef yeroodhaa gara yerootti irra caalaa akka itti cuubamaa adeemu gochuun gabricha tajaajila gadi dhaabbataa isa taasifatu.
Tooftaa kana fayyadamuin baayyeewwan tumsitoota isaanii taasifataniiru.
Erga kiyyicha keessa seenaniin booda isaannan hara duunaa deebi'uuf yaalan yakka beekaa akka raawwatan godhaniin ykn immoo yakka kanaan dura osoma argan akka waan hin arginiitti bira darbaniin himannaa irratti bananii gara hidhaa isaan gatu.๐ช
๐ช Fir'awnis kam kaayyefate waam hin ofkoliniif daandii kan biroo fayyadamuum muusaa jilbeemfachiisuu fi gocha isaa irraa gaadi'uuf yale.
Sossobuim wanta hin milkaa'iniif gara sidaachisuutti gara gale.
Kun yaalii isa kan lammaffaa ture
๐ Fir,awnis wiirtuu sochii hunda muusaa fa,a kan ta,e Amamtii isaanii hidhaan sodaachisuun Gachisiisuuf soocho,e.
Muusaan nabiyyii ta,uu isaatiin ummatichi rabbiin qofa akka gabbaru barsiisaa ture.
Fir'awni garuu muusaan kan biroo barsiisuum hafee Inumaayyuu fir,awniin ala yoo gabbaramaa qabate akka hidhamu doorsise.
Isuma kana Qur,aanni Akkanatti ibsa:-
" Fir'awnis "Dhugumatti yoo ati ana malee gabbaramaa biraa godhatte. Hidhamtoota irraa sitaasisa." Jedhe" (Ashu'araa'i 29)
๐ Muusaan osoo doorsisa kanaaf hin jilbeemfatin gadi dhaabbatee itti fufe. Ta'uu isaatiinis tooftaa fir'awnaa alaamaa godhachuun hordoftootaa fi qabsaa,ota bittinneessuu osoo hin milkaa'in hafe.
๐ท๐ท๐ท๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ
Itti fufa....
Join Godhaa๐๐๐
http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
TOOFTAA ABBAA IRREE KUTAA 4 FFAA DUBBISTANII? KUTAA 5 FFAN ITTI HAAFUFUU?
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ