JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF👉 @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
👇👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Salaata dhiisuu
@gaaddisa_dhugaa irraa

Nabi muhammad (s, a, w) Akkana jedhan mataan waan hundaa lslaama. Salaanni utubaa isaati, jihaadni karaa Rabbii irratti
godhamu ammoo dalluu islaamaatii»
Kanaafis namnii salaata dhiise
dhaaba amantaa Islaamaa diigeera
jechuu dha.
Akkasumas hadiisaa Imaam
Ahmadii fi Muslim Jaabiir lbnu
Abdullaah(R.A) tuqanii akka
odeessanitti nabiyyiin(S.A.W) akkana
jedhan muslima tokkoo fi kaafira gidduu wanti addaan Baasu salaata ».

Hiriyoota keessaniif share godhaa sababa keessaniin kan salaata dhiise deebi'ee salaatuutu mala
👇👇👇👇👇👇👇👇
T.me/gaaddisa_dhugaa
​​#COVID19Ethiopia
Caamsaa 1 (May 9)
#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 2,383 gaggeeffameen namni 16 dabalataan vaayirasichi irratti argamee jira.

•Lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii waliigalaan 210 gahee jira.

Namni tokko har'a du'uu isaatin bayinni
•namoota du'ani 5
• namoonni har'a bayyanatan=2
•walumatti namoonni bayyanatan=97

Dr #Liyaa Taaddasaa
@oromiapost
@oromiapost
Itoophiyaatti namoonni qorannoo laabraatorii namoota 2,383'f godhameen namoonni dabalataa 16 vaayirasii koronaatiin qabamaniiru.

#Haala #dhukkubsattootaa:-

Namoonni vaayirasichan qabamuun isaanii mirkanaa'ee hunduu lammilee Itoophiyaatti.

• Namoonni 2 seenaa #imala biyya #alaa kan qabaniidha.

• Namoonni 13 ammoo tuttuqqii nama vaayrasichaan qabamee waliin kan qabaniidha.

• Namni 1 tuttuqii fi seenaa #imala biyya #alaa kan hin qabneedha.

Walumaagalatti Itoophiyatti lakkoofsi namoota vaayirasi koronaan qabamaniis 210 gaheera.

@oromiapost
@oromiapost
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
JECHOOTA FILATAMOO
Kutaa 3ffaa
@gaaddisa_dhugaa irraa

Kutaa 2ffaa yoo hin dubbisne gara boodaa ilaalii dubbisi

28- Kan nama qaanessu ba’aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin
taane, sammuu hin yaanne baachuudha!
29~ Yoo rakkoon wahii si mudate rakkoo si mudate saniif yaaduu osoo hin taane, akkaataa rakkoo si muudate san keessaa itti baatu yaaduu qabda!
30~ Osoo dhugaan kophee hin godhatin, dharti addunyaa naannofti!
31~ Mucucaattee dugdaan yoo kufte balleessaan kee ta’uu kan hin dandeenye yoo ta’u, balleessaan kee ta’uu kan danda’u kuftee yoo achitti hafteedha!
32- Wal beekuu irra, walii beekuu wayya!
33~ Bishaan kadhaan argame dheebuu nama hin baasu!
34~ Sareen yeroo hunda duttu akka hin birmatamneef of gooti!
35~ Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane, wanta dukkana keessa jiruudha!
36~ Addunyaan kun sirraa waan tokko eegdi waan ta’eef,waan gaarii tokko hojjadhu!
37- Nama shakkitu hin mindeessin, yoo mindeessite hin shakkin!
38~ Wanti calaqqisu hundi, warqii sitti hin fakkaatin!
39~ Jiraachuuf nyaadhu malee, nyaachuuf hin jiraatin!
40~ Waggatti jiruu dabali malee, jiruutti waggaa hin dabalin!

Kutaa 4ffaan itti fufa
share woliif godhaa
T.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng)
Yaa Rabbi nu qunnamsiisi
Yaa mootii nu argachiisi
Gaarii nu hojjachiisii
Irraa nu milkeessii
Gaafa guyyaa dhumaa
Ittiin nu qananiisi
Halkan gaarii guddaa
Bu'aan isaan qabne kan bir daaddaa
Dandeettiidha qabdaa
Yaa Rabbi nu godhi kan argatu qooda

Leeylatul qadri
L= Laggeen jannataa qaalii
E= Eellan mi'aan hundaa olii
E= Eebba dhugaatiin malee
Y= Yaada qofaan hin hellee
L= Luugamni kee yoo tole
A= Abdiin jannataa tolee
T= Tarree galteeti seenta
U= Unattee boqotta
L= Lafa gaarii jannataa
Q= Qunnamuuf jiraattaa
A= Aannan cunfaa asheetaa
D= Dasii ijaa fi gurraa mi'aa dhandhamataa
R= Rabbi ijaan gartaa
I= Ittiini boohartaa

Halkan sadarkaa guddaa
Nurkachiisi mootii
Dandeeytiidha qabdaa


Mahammad Bakar
Bakkaan jiru irraa

Join godhaa irraa baradhaa
👇👇👇👇👇

https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
Dhimma Lubbuu !

Ijaaf gurra koo
anaaf ati qaamaa
Yoo ijan sin argin
kiyyas iji jaamaa

Yoo si dhukkube
anis dhibamaa
Ati fayyaa taanan
anis fayyuuma

Ati anaaf
dhimma lubbuu tiyya
Siifan maraadha
kinooti siifaan iyya

Ykn siinan jiraadha
ykn siifan du'a
Wabii jireenya koo
situu anaaf ta'a

Guyyaa sin yaada
halkan hin rafu
Oma jaalalli kee
na dhoowweera safuu

Nyaatan hin jiraadhu
bishaanis dhugee
Hundumaa dhiisera
ergaan si argee

Sagalee keeti
anaaf soorri koo
Suurri kee
waraqaa enyummaa koo

Join 👉 @dedroro👈
👆👆👆
Share and join this link
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Ajaa'iba dubartootaa mee xiqqo itti seeqaa!
@Gaaddisa_dhugaa irraa

Gaafa tokko Ramadaan keessa Maghriibni hoggaa dhihaate Jaarsi taa'ee Rabbi kadhatuutti seene.
Jaarsii: Yaa Rabbi Saahiba/waahila kiyyaaf Jaartii/Niitii bareedduu, Amala gaarii qabdu, kabajamtuu, tan Isa gargaartu Saahiba kiyyaaf kenni je'e kadhachuu ture. Jaartiin Isaa dhageeysee ariifataa(daddaftee) itti as baatee Isa dura dhaabbatte.

Jaartiin akkana jatteen: Waahila keetiif silaa qabeenyaa fii fayyaa kadhatteefii irra caalaa.
Jaarsi: Alhamdulillaah Waahilli kiyya waan hunda Rabbiin kenneefii ni qaba jaartii malee.
Jaartiin: dallantee (Aarteeti) akkas taatu lammada du'aa'ii hin godhiniifi jatteen.
Jaarsi Isii: Ajaa'ibee Maaltu akkatti si dallansiisee yookaan si aarsee ati? Je'ee gaafate. 
Jaartiinis akkas jatteen: Hoggaa Ati Waahila keetiif Isa boodaa Rabbi kadhatteef Malaaykaan si jalaa Amiin jettee "Yaa Rabbi Isaafis kenni" akka je'an hin beeytuu?!!! Jetteen.

🤣🤣🤣Wayiiii Hinaaffaa Dirgim🤣🤣

Ergamaan Rabbii Akkana jedhan Salallaahu Aleeyhi wasallam صل الله عليه وسلم
Hinaaffaa Irraa uf ittisaa jedhan
Sababni isaas Hinaaffaan akka Ibiddi muka balleessutti
Dalagaa Teessan gaarii Isin jalaa  balleessitii jedhan Subhaan Allah 
Yaa Rabbi Ati hinaaffaa gara malee nurraa qabi ati inshaa Allah
Seenaalee Ajaa'ibaa ni argattu💝 liinkii arman gadii kana👇tuquun join godhaa
T.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng)
Koronaan qosaa miti!
(Innaa lillahi wa innaa ilahi rajiun)

Guyyaa kalessaa sirna awwaalcha nama Sababa Vayirasii koronaan lubbun isaa darbe tokko irratti argameen ture. Badaa garaa nama raasa.

Abbayyoon kaleessa gara akhiraa deeman kun abbaa saahiba kiyya ka mana barumsaa sadarka 2ffaa irraa amma universititti achi amma sochii (ድምፃችን ይሰማ) waliin dabarsinee dha. Abbaan sahiba kiyya kanaa Dhukaba hamaa kanaan darbuun isaanii heddu na mufachiise. Rabbi guddaan ka jannata haa taasisu. Shahidotattis isaan haa dabalu.

Yommuu sirni awwaalchaa taasifamu ka achitti argame nama dibdama (20) hin caalu. Wanni hundi manuma hakimiitti raawwatamee dhufe. Kan awwalchaaf qopha’an namota shan hincaalanu. Namota hojii kanaaf ramadamantu rawwata.

Akka tasaa adaba islamaa wanna hin raawwatamin tureef namoota dhimmichi ilaallatu waliin dubachuun osoo janazaan makinarra hinbuune salatul janazaa irratti salaatne. Kun badaa nama gaddisasa.

Vayirasiin kun hamaa tauun isaa ijolleen abba ofii illee qabaruu dandauu dhabuun firri janazaa gagessu dhabuun iffatti mullisa. Abbaa waliin hariroo waan qabaniif jarris quarantined ta’aniiti jiru. Kanaaf qabri abba irratti argamuu dadhaban. Kun waan badaa garaa nama nyaatu dha.

Yaa ummata kiyya bor enyu enyuun akka
Qabaru hin beeknu kanaaf haluma kamiinu janazaa adaba islaamni gafatuun gaggeesuu ka kaleessa irraa barachuun barbachisaadha.

Motummaan amantaa hundaaf hala kanaan iddoo mijessuu isaaf galata qaba. Ummanni keeyna ammoo dhibeen koronaa kun qosaa akka hintaane hubatee of eggannoo barbachisaa akka godhun ergaa dabrsa.

© Ustaz Kamil Shamsu

https://t.me/joinchat/AAAAAFE5LN1wa2wQVxn-fg
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng)
#TAMTUU_CAALA_BAREEDA


#⃣Yeroo hedduu warri ittiin bulmaata (Shari'aa) amantii islaamaa qeequ Hijaabni mirga dubartootaa sarba jedhanii yeroo haasahan ni dhagahama.

🧕🏻🧕🏻Hijaabni mirga dubartii koonkumaa hin sarbu yoo kabaje malee.

Akkamitti hijaabni mirga dubartootaa kabaja

Gutuu isaa banaa dubbisaa

Chanalii kana join shere godhaa
👇👇👇👇
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

https://telegra.ph/httpstelegrammeHamiltan-tv-Hamilee-Ummataa-05-09-2
Track 2
Unknown artist
birul walideey ❤️
🎧munshid Asmamaw Ahmed

@Hanuudi_Mohamed
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
💪💪💪💪💪💪💪💪💪

Kutaa 2 ffaa
🔶🔶🔶🔶🔶🔶🔶
BAACOO FI QOOSAA



Abbootiin irree morkattoota isaanii jilbeenfachiisuuf tooftaawwan itti fayyadaman keessaa inni tokkoo fi inni jalqabaa haamilee tuffiitii fiu gadi xiqqeessanii ilaaluudha,

Sana boodas isaan mudduuf jecha waraana xiinsammuu itti banu, isaanitti qoosuu, sadarkaa ofii olkaasanii dhiheessuunis morkattoonni isaanii dadhabinaa fi humana dhabiinsi isaanitti akka dhaga’amu godhuuf tattaafatu,

Kun tooftaa abbootii irree hundaati, hedduuwwan yoo mirgaa fi bilisummaa isaaniitiif qabsaa’an abbootii irreetiin sadarkaa jalqabaatiin ilaalcha tuffii fi baacoon itti guutameen ilaalamu, haata’u malee booddee irratti injifatuun hinjifatamuun isaanii hin oolu,

✴️✴️✴️✴️✴️✴️✴️✴️✴️

“jalqaba irratti si tuffatu, ergasii sitti qoosu, itti aansee si waraanu, dhumarratti ni injifatta” (maahtama gaandi)
🔷🔷🔷🔷🔷🔷🔷🔷🔷

Kutaa 3ffaan itti fufa


Join godhaa👇

t.me/Tooftaa_Abbaa_irree

https://t.me/joinchat/AAAAAEl-MsRdENkN-Aqedg
Tooftaa Abbaa Irree💪
Kitaaba ustaaz Ahmaddiin Jabal "FIR'AWNAA FAKKEENYA ABBOOTII IRREE " Kitaaba jedhu irraa isiniif dhiyaata maarree isinis join godhaa tooftaa Abbootii irree baradhaa


👇👇👇👇👇

T.me/Tooftaa_Abbaa_irree

https://t.me/joinchat/AAAAAEl-MsRdENkN-Aqedg
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (Sayfal-islaam Idris)
Fake_News ❗️

Botiwwan soba garagaraatiin akka hin sobamne, baankii akkanaa, biiroo akkanaa jechuudhaan namoonni nama gowwoomsan hedduun jiru.

Yoo nama hanganaati share gootan qarshii hanganaa argattu, bitcoin fa'a jechuudhaan nama gowwoomsuu barbaadu. Wantoonni akka sanaa hedduun isaanii soba, maamila erga isinirraan argatanii booda hojii ofii itti fufuudhaaf karoorfataniiti inumaa tibba kana fa'a biroo eeggumsa fayyaa, biiroo barnootaa fa'a jechuudhaan kijibu, keessa darbaniis tibba kana boti biiroo barnootaati kan galmee onlinedhaaf qophaa'eedha jechuudhaan nama burjaajessu, kanaaf maatiwwan keenya oduu akkanaa akka hin amanne osoo hin hubatinis share gochuudhaaf hin sardaminaa, namoonni wanta akkanaa hujjanis yoo jiraattan dhiisaa faaydaa hin qabu ummanni keenya safuu qaba amantii qaba, waan warri safuu hin qabne hojjatu ilaaltani hawaasa keenya hin burjaajessina.

Asumaanis warri beeksisa hojjettan chanala gubbatti hin sobinaa, safuu hin balleessina wantuma sirrii qofa post godhaa. Galatoomaa...
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (Sayfal-islaam Idris)
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng)
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

Kutaa 3ffaa

HOOGGANTICHA ALAAMAA GODHACHUUN GAAFFII UMMATICHAA GACHISIISUUF YAALU,

🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰
“Diina Kee Kan Inni Sodaatuun Malee Kan Ati Sodaattuun Isa Hin Waraanin” ( Hakim)
🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰🔰
📍Abbootiin Irree Yoo Gaaffiin Itti Ka’u Ykn Immoo Qaamni Isaan Fuuldura Dhaabbatu Yoo Uumamu Dhimmichi Osoo Hidda Hin Godhatin Dura Hoogganticha Alaamaa Godhachuun To’achuuf Yaalu,

📍Tooftaawwan Adda Addaa Faayyadamuunis Shoorarkeessuuf Carraaqu Hoogganaa Sochichaa Sodaachisuun Amansiisuu Fi Isarratti Dhiibbaa Godhuun Ummaticha Ganee Isaaniif Bitamaa Akka Ta’u Godhuuf Yaalu,

📍Milkaa’inni Ummatichi Hoogganaa Dhabaa Yoo Ta’u Dhiibee Akka Hin Sochoone Godhuun Kichuutti Dhaabsisuuf Tattaafatu, Kun Yeroo Hunda Taaftaa Abbootiin Irree Hordofaniidha,

📍Fir’awn Tooftaadhuma Kana Muusaa Irratti Fayyadamuuf Yaaleera,

📍Muusaan Ummaticha Gabrummaa Gita Bittaa Fir’awnii Jalaa Bilisa Baasuu Fi Yeroo Garadhugaa Waamicha Itti Eegaletti Fir’awni Hammeenyummaa Dhimmichaa Waan Hubateef Kichuu Kutuuf Ka’e,

📍Hoogganaa Ummatichaa Muusaa Sochii Isaa Irraa Gaadi’uu Yoo Danda’e Ummatichi Hoogganaa Malee Eessan Akka Hin Geenne Hubateera Wanta Ta’eefis Sosobachuu Barbaade,
Gara Boodaa Adeemuun Seenaa Muusaa Kan Duubaa Yaadate,

📍Dhimmoota Sosobachuuf Na Dandeessisan Jedheen Addaan Baafate Ta’iiwwan Lamas Itti Fayyadamuu Barbaade, Fira’wni “Tola” Muusaaf Akka Oole Itti Amanuu Amanu Kaasuun Onnee Muusaa Argachuuf Yaale,

📍Yaaliin Isaa Kan Jalqabaatis Sossobuu Ta’e, Innis Muusaa Daa’imummaa Isaa Irraa Kaasee Kunuunsiin Guddisuu Isaatii Fi Yeroo Muusaan Lammii Gibxii Tokko Dogongoraan Abbooteen Ajjeese Dhiifama Gochuuf Isaa Ture, Fir’awni Nama Tola Hammanaa Ooleef Irratti “ Hammeenya” Yaaduu Akka Hin Qabnee Fi Kan Eegale Akka Dhaabumuusaa Sosobachuuf Yaale, Tolli Koo Isa Kanaa? Ati Nama Tola Namaa Nyaatuu?! Haasawa Akkanaa Dubbate, Haasawuma Fir’awnii Kana Qur’aanni Akkanatti Ibsa ‘:-

قَالَ أَلَمْ نُرَبِّكَ فِينَا وَلِيدًا وَلَبِثْتَ فِينَا مِنْ عُمُرِكَ سِنِينَ (18) وَفَعَلْتَ فَعْلَتَكَ الَّتِي فَعَلْتَ وَأَنْتَ مِنَ الْكَافِرِينَ (19)

“ Fir’awnis Ni Jedhe “ Sila Nuti Mucaa Xiqqaa Taatee Of Biratti Si Hin Guddifnee? Umrii Kee Irraas Waggoota (Baay’ee) Nu Keessa Hin Turree? Dalagaa Kee Ishee Dalagde (Ajjeechaa Raawwatte) Sanas Hin Hojjannee? Ati Gantoota Irrahi? Jedhe, ( Asshu’araa’a’i :18-19)

Itti Fufa,,,,

Join godhaa👇👇👇
http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree
https://t.me/joinchat/AAAAAEl-MsRdENkN-Aqedg

https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
Forwarded from Hãlãl Lõvê (Kaayyoo Koo)
JECHOOTA BEBBEEKAMOO AKKUMA KUTAA 1,2,3 ISINIIF MAXXANSINE KUTAA 4FFAA ARGACHUUF AKKASUMAS HANGA DHUMAATTI HORDOFUUF 👇👇👇👇👇
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
@GAADDISA_DHUGAA
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Oduu gammachiisa
Namoonni channeliin keessan miseensa 5000 (5k) Ol qabu miseensa gara 10000 (10k) Ol guddisuuf promotionii wol jijjiiruun kan nu woliin hojjechuu barbaaddan asiin👇👇👇
Nuqunnamuu dandeessu👇👇
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Beeki wanni Islaamummaa namarraa balleessan waa kudhan tahuu.


IBSA. Wanni Islaamummaa namarraa balleesu:
waan namni tokko eega Islaama seene waan san dalaguudhaan ykn jechuudhaan ykn yaaduudhaan Islaamummaa keessa bahu. Kan sabaaaba isii Islaama jedhamurraa Kaafira tahu jechuudha. Namni Islaamaa hundi waan
Islaamummaa namarraa balleesu kana barachuun dirqama isaati, akka isii beeke
if eeguuf jecha. Rabbiin akkana je’a:

{If duuba hin deebi’inaa (Kaafirummaatti)
duyda duuba keessanitti warra hongowe taatanii.} Al-Maa’iidaa{Isinirraa namni Amantii isaatirraa if

duuba deebi’u, inni Kaafira. Orma san dalagaan isaanii baddee jirti Adunyaa fi Akhiraatti ammallee isaan warra Ibiddaati, Isaan isii keessatti turoodha.} Al-Baqaraa: 217

Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: “ nama amantii Isaa jijjiiru ajjeesaa!”
Bukhaarii: 3175
Ulamaa’iin akki ja’an: namni tokko eega Islaama tahee if duuba deebi’ee kan
kaafira tahu dalagaadhaan, jechaan,
amanuudhaan ykn yaada san dhugoomsuudhaani fi shakkiidhani.
wanni Islaamummaa namarraa
balleessan kurnanuu insha'allah isiniif ibsina karaa Telegram.me/gaaddisa_dhugaa tiin nu eegaa