Forwarded from Deleted Account
Forwarded from าแดsแดย แดสแดแดแดย
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
JECHOOTA FILATAMOO
Kutaa 2ffaa
@gaaddisa_dhugaa irraa
Kutaa 1ffaa yoo hin dubbisne gara boodaa ilaalii dubbisi
14- Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama
sammuu hiyyoomeedha!
15- Beekaa jechuun nama dogoggora ufii ufitti beekee, irraa sirraaโeedha!
~ Lukaan qixxeessuuf kophee muran malee, kopheen qixxeessuuf luka
hin muran!
16- Mooโuu jechuun 1ffaa bahuu qofa osoo hin taane,jijjiiramas agarsiisuudha!
17- Barachuu jechuun barumsa keessa darbuu osoo hin taane, barumsi
nama keessa darbuudha!
18- Barumsa barattee yoo qoramtu, jireenya immoo qoramtee baratta!
19- Nama si sobu wajjiin gammaddee kolfuu, irra nama dhugaa sitti hinu
wajjiin gadditee boohuu si wayya!
20- Namni carraa gaarii qabu osoo bishaan galaana keessatti darbanii
yyuu, Qurxummii afaanitti qabatee keessaa baha!
21- Obsi guddaan dhagaa yoo affeelu, aariin xinnoon bishaan bobeessiti!
22- Yeroo tokko tokko gammachuun guyyaa tokkoo, gadda waggaa
tokkootti jijjiirama!
23- Nama kabajuun mallattoo sodaa ykn lugnummaa osoo hin taane,
bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti!
24- Jireenya kee fooyyessuudhaaf yaaliidhaan shaakala ati taasiftu keessatti kufaatiiwwan si muudatan kufaatii osoo hin taane,
akeektuu galma gahiinsa yaalii keetiiti!
25- Addunyaa tan irratti Harreen akka namaatti yaadu jiraatuu baatus,
namni akka harreetti yaadu hin dhabamu!
26- Akka addunyaatti yaadii, akka naannootti hojjadhu!
27- Dhalli namaa wanta haara argannoodhaan yoo uumu
(kalaqu) kan nama gammachiisu yoo taโu, garuu ufii isaatii uumamuu
(kalaqamuu)yoo irraaffatu immoo kan nama gaddisiisuudha!
Kutaa 3ffaan itti fufa
Share woliif godhaa
T.me/gaaddisa_dhugaa

Forwarded from Gaddisa_dhuga
Namoonni telegrami fayyadamtanu chaneloota armaan gadii kana dhabuu hin qabdanu join godhadhaa๐๐๐๐๐
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Chaneloota bebbeekamoo armaan gadii kana kan isinitti tole dafaa join godhadhaa hordofaa
#Namoonni chanelii beeksifachuu barbaaddan karaa @kaayyoo_koo nuqunnamuu dandeessu
#Namoonni chanelii beeksifachuu barbaaddan karaa @kaayyoo_koo nuqunnamuu dandeessu
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Salaata dhiisuu
@gaaddisa_dhugaa irraa
Nabi muhammad (s, a, w) Akkana jedhan mataan waan hundaa lslaama. Salaanni utubaa isaati, jihaadni karaa Rabbii irratti
godhamu ammoo dalluu islaamaatiiยป
Kanaafis namnii salaata dhiise
dhaaba amantaa Islaamaa diigeera
jechuu dha.
Akkasumas hadiisaa Imaam
Ahmadii fi Muslim Jaabiir lbnu
Abdullaah(R.A) tuqanii akka
odeessanitti nabiyyiin(S.A.W) akkana
jedhan muslima tokkoo fi kaafira gidduu wanti addaan Baasu salaata ยป.
Hiriyoota keessaniif share godhaa sababa keessaniin kan salaata dhiise deebi'ee salaatuutu mala
๐๐๐๐๐๐๐๐

โโ#COVID19Ethiopia
Caamsaa 1 (May 9)
#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 2,383 gaggeeffameen namni 16 dabalataan vaayirasichi irratti argamee jira.
โขLakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii waliigalaan 210 gahee jira.
Namni tokko har'a du'uu isaatin bayinni
โขnamoota du'ani 5
โข namoonni har'a bayyanatan=2
โขwalumatti namoonni bayyanatan=97
Dr #Liyaa Taaddasaa
@oromiapost

Itoophiyaatti namoonni qorannoo laabraatorii namoota 2,383'f godhameen namoonni dabalataa 16 vaayirasii koronaatiin qabamaniiru.
#Haala #dhukkubsattootaa:-
Namoonni vaayirasichan qabamuun isaanii mirkanaa'ee hunduu lammilee Itoophiyaatti.
โข Namoonni 2 seenaa #imala biyya #alaa kan qabaniidha.
โข Namoonni 13 ammoo tuttuqqii nama vaayrasichaan qabamee waliin kan qabaniidha.
โข Namni 1 tuttuqii fi seenaa #imala biyya #alaa kan hin qabneedha.
Walumaagalatti Itoophiyatti lakkoofsi namoota vaayirasi koronaan qabamaniis 210 gaheera.
@oromiapost
@oromiapost
#Haala #dhukkubsattootaa:-
Namoonni vaayirasichan qabamuun isaanii mirkanaa'ee hunduu lammilee Itoophiyaatti.
โข Namoonni 2 seenaa #imala biyya #alaa kan qabaniidha.
โข Namoonni 13 ammoo tuttuqqii nama vaayrasichaan qabamee waliin kan qabaniidha.
โข Namni 1 tuttuqii fi seenaa #imala biyya #alaa kan hin qabneedha.
Walumaagalatti Itoophiyatti lakkoofsi namoota vaayirasi koronaan qabamaniis 210 gaheera.
@oromiapost
@oromiapost
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
JECHOOTA FILATAMOO
Kutaa 3ffaa
@gaaddisa_dhugaa irraa
Kutaa 2ffaa yoo hin dubbisne gara boodaa ilaalii dubbisi
28- Kan nama qaanessu baโaa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin
taane, sammuu hin yaanne baachuudha!
29~ Yoo rakkoon wahii si mudate rakkoo si mudate saniif yaaduu osoo hin taane, akkaataa rakkoo si muudate san keessaa itti baatu yaaduu qabda!
30~ Osoo dhugaan kophee hin godhatin, dharti addunyaa naannofti!
31~ Mucucaattee dugdaan yoo kufte balleessaan kee taโuu kan hin dandeenye yoo taโu, balleessaan kee taโuu kan dandaโu kuftee yoo achitti hafteedha!
32- Wal beekuu irra, walii beekuu wayya!
33~ Bishaan kadhaan argame dheebuu nama hin baasu!
34~ Sareen yeroo hunda duttu akka hin birmatamneef of gooti!
35~ Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane, wanta dukkana keessa jiruudha!
36~ Addunyaan kun sirraa waan tokko eegdi waan taโeef,waan gaarii tokko hojjadhu!
37- Nama shakkitu hin mindeessin, yoo mindeessite hin shakkin!
38~ Wanti calaqqisu hundi, warqii sitti hin fakkaatin!
39~ Jiraachuuf nyaadhu malee, nyaachuuf hin jiraatin!
40~ Waggatti jiruu dabali malee, jiruutti waggaa hin dabalin!
Kutaa 4ffaan itti fufa
share woliif godhaa

Forwarded from ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ (๐Lij Iyyasuu๐ Nengโญ)
Yaa Rabbi nu qunnamsiisi
Yaa mootii nu argachiisi
Gaarii nu hojjachiisii
Irraa nu milkeessii
Gaafa guyyaa dhumaa
Ittiin nu qananiisi
Halkan gaarii guddaa
Bu'aan isaan qabne kan bir daaddaa
Dandeettiidha qabdaa
Yaa Rabbi nu godhi kan argatu qooda
Leeylatul qadri
L= Laggeen jannataa qaalii
E= Eellan mi'aan hundaa olii
E= Eebba dhugaatiin malee
Y= Yaada qofaan hin hellee
L= Luugamni kee yoo tole
A= Abdiin jannataa tolee
T= Tarree galteeti seenta
U= Unattee boqotta
L= Lafa gaarii jannataa
Q= Qunnamuuf jiraattaa
A= Aannan cunfaa asheetaa
D= Dasii ijaa fi gurraa mi'aa dhandhamataa
R= Rabbi ijaan gartaa
I= Ittiini boohartaa
Halkan sadarkaa guddaa
Nurkachiisi mootii
Dandeeytiidha qabdaa
Mahammad Bakar
Bakkaan jiru irraa
Join godhaa irraa baradhaa
๐๐๐๐๐
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa

Maal Dubbisuu jaallatta?
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Dhimma Lubbuu !
Ijaaf gurra koo
anaaf ati qaamaa
Yoo ijan sin argin
kiyyas iji jaamaa
Yoo si dhukkube
anis dhibamaa
Ati fayyaa taanan
anis fayyuuma
Ati anaaf
dhimma lubbuu tiyya
Siifan maraadha
kinooti siifaan iyya
Ykn siinan jiraadha
ykn siifan du'a
Wabii jireenya koo
situu anaaf ta'a
Guyyaa sin yaada
halkan hin rafu
Oma jaalalli kee
na dhoowweera safuu
Nyaatan hin jiraadhu
bishaanis dhugee
Hundumaa dhiisera
ergaan si argee
Sagalee keeti
anaaf soorri koo
Suurri kee
waraqaa enyummaa koo
Join ๐ @dedroro๐
๐๐๐
Share and join this link

Ajaa'iba dubartootaa mee xiqqo itti seeqaa!
@Gaaddisa_dhugaa irraa
Gaafa tokko Ramadaan keessa Maghriibni hoggaa dhihaate Jaarsi taa'ee Rabbi kadhatuutti seene.
Jaarsii: Yaa Rabbi Saahiba/waahila kiyyaaf Jaartii/Niitii bareedduu, Amala gaarii qabdu, kabajamtuu, tan Isa gargaartu Saahiba kiyyaaf kenni je'e kadhachuu ture. Jaartiin Isaa dhageeysee ariifataa(daddaftee) itti as baatee Isa dura dhaabbatte.
Jaartiin akkana jatteen: Waahila keetiif silaa qabeenyaa fii fayyaa kadhatteefii irra caalaa.
Jaarsi: Alhamdulillaah Waahilli kiyya waan hunda Rabbiin kenneefii ni qaba jaartii malee.
Jaartiin: dallantee (Aarteeti) akkas taatu lammada du'aa'ii hin godhiniifi jatteen.
Jaarsi Isii: Ajaa'ibee Maaltu akkatti si dallansiisee yookaan si aarsee ati? Je'ee gaafate.
Jaartiinis akkas jatteen: Hoggaa Ati Waahila keetiif Isa boodaa Rabbi kadhatteef Malaaykaan si jalaa Amiin jettee "Yaa Rabbi Isaafis kenni" akka je'an hin beeytuu?!!! Jetteen.
๐คฃ๐คฃ๐คฃWayiiii Hinaaffaa Dirgim๐คฃ๐คฃ
Ergamaan Rabbii Akkana jedhan Salallaahu Aleeyhi wasallam ุตู ุงููู ุนููู ูุณูู
Hinaaffaa Irraa uf ittisaa jedhan
Sababni isaas Hinaaffaan akka Ibiddi muka balleessutti
Dalagaa Teessan gaarii Isin jalaa balleessitii jedhan Subhaan Allah
Yaa Rabbi Ati hinaaffaa gara malee nurraa qabi ati inshaa Allah
Seenaalee Ajaa'ibaa ni argattu๐ liinkii arman gadii kana๐tuquun join godhaa

Koronaan qosaa miti!
(Innaa lillahi wa innaa ilahi rajiun)
Guyyaa kalessaa sirna awwaalcha nama Sababa Vayirasii koronaan lubbun isaa darbe tokko irratti argameen ture. Badaa garaa nama raasa.
Abbayyoon kaleessa gara akhiraa deeman kun abbaa saahiba kiyya ka mana barumsaa sadarka 2ffaa irraa amma universititti achi amma sochii (แตแแแฝแ แญแฐแ) waliin dabarsinee dha. Abbaan sahiba kiyya kanaa Dhukaba hamaa kanaan darbuun isaanii heddu na mufachiise. Rabbi guddaan ka jannata haa taasisu. Shahidotattis isaan haa dabalu.
Yommuu sirni awwaalchaa taasifamu ka achitti argame nama dibdama (20) hin caalu. Wanni hundi manuma hakimiitti raawwatamee dhufe. Kan awwalchaaf qophaโan namota shan hincaalanu. Namota hojii kanaaf ramadamantu rawwata.
Akka tasaa adaba islamaa wanna hin raawwatamin tureef namoota dhimmichi ilaallatu waliin dubachuun osoo janazaan makinarra hinbuune salatul janazaa irratti salaatne. Kun badaa nama gaddisasa.
Vayirasiin kun hamaa tauun isaa ijolleen abba ofii illee qabaruu dandauu dhabuun firri janazaa gagessu dhabuun iffatti mullisa. Abbaa waliin hariroo waan qabaniif jarris quarantined taโaniiti jiru. Kanaaf qabri abba irratti argamuu dadhaban. Kun waan badaa garaa nama nyaatu dha.
Yaa ummata kiyya bor enyu enyuun akka
Qabaru hin beeknu kanaaf haluma kamiinu janazaa adaba islaamni gafatuun gaggeesuu ka kaleessa irraa barachuun barbachisaadha.
Motummaan amantaa hundaaf hala kanaan iddoo mijessuu isaaf galata qaba. Ummanni keeyna ammoo dhibeen koronaa kun qosaa akka hintaane hubatee of eggannoo barbachisaa akka godhun ergaa dabrsa.
ยฉ Ustaz Kamil Shamsu
https://t.me/joinchat/AAAAAFE5LN1wa2wQVxn-fg

Telegram
ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ
Foormulaa Jireenyaa
Forwarded from ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ (๐Lij Iyyasuu๐ Nengโญ)
#TAMTUU_CAALA_BAREEDAโ
#โฃYeroo hedduu warri ittiin bulmaata (Shari'aa) amantii islaamaa qeequ Hijaabni mirga dubartootaa sarba jedhanii yeroo haasahan ni dhagahama.
๐ง๐ป๐ง๐ปHijaabni mirga dubartii koonkumaa hin sarbu yoo kabaje malee.
Akkamitti hijaabni mirga dubartootaa kabajaโ
Gutuu isaa banaa dubbisaa
Chanalii kana join shere godhaa
๐๐๐๐
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
https://telegra.ph/httpstelegrammeHamiltan-tv-Hamilee-Ummataa-05-09-2

Telegraph
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
#TAMTUU_CAALA_BAREEDAโ#โฃYeroo hedduu warri ittiin bulmaata (Shari'aa) amantii islaamaa qeequ Hijaabni mirga dubartootaa sarba jedhanii yeroo haasahan ni dhagahama.๐ง๐ป๐ง๐ปHijaabni mirga dubartii koonkumaa hin sarbu yoo kabaje malee.Akkamitti hijaabni mirga dubartootaaโฆ
Forwarded from Kiya culture clothes jimma
TOOFTAA ABBOOTII IRREE
๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช
Kutaa 2 ffaa
๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ๐ถ
BAACOO FI QOOSAA
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
Abbootiin irree morkattoota isaanii jilbeenfachiisuuf tooftaawwan itti fayyadaman keessaa inni tokkoo fi inni jalqabaa haamilee tuffiitii fiu gadi xiqqeessanii ilaaluudha,
Sana boodas isaan mudduuf jecha waraana xiinsammuu itti banu, isaanitti qoosuu, sadarkaa ofii olkaasanii dhiheessuunis morkattoonni isaanii dadhabinaa fi humana dhabiinsi isaanitti akka dhagaโamu godhuuf tattaafatu,
Kun tooftaa abbootii irree hundaati, hedduuwwan yoo mirgaa fi bilisummaa isaaniitiif qabsaaโan abbootii irreetiin sadarkaa jalqabaatiin ilaalcha tuffii fi baacoon itti guutameen ilaalamu, haataโu malee booddee irratti injifatuun hinjifatamuun isaanii hin oolu,
โด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธโด๏ธ
โjalqaba irratti si tuffatu, ergasii sitti qoosu, itti aansee si waraanu, dhumarratti ni injifattaโ (maahtama gaandi)
๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท๐ท
Kutaa 3ffaan itti fufa
ใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐใฐ
Join godhaa๐
t.me/Tooftaa_Abbaa_irree
https://t.me/joinchat/AAAAAEl-MsRdENkN-Aqedg

Tooftaa Abbaa Irree๐ช
Kitaaba ustaaz Ahmaddiin Jabal "FIR'AWNAA FAKKEENYA ABBOOTII IRREE " Kitaaba jedhu irraa isiniif dhiyaata maarree isinis join godhaa tooftaa Abbootii irree baradhaa
๐๐๐๐๐
T.me/Tooftaa_Abbaa_irree