Forwarded from Deleted Account
โถ๏ธDawaan qalbiidhaa(โค๏ธ) waa shan (โบ) keessatti argama jedhan sheekh Ibrahim Al-kawaas namni jedhaman;
โถ~Qurโaana xiinxalluu.
2~Garaa qullaa godhuu.
3~Halkan dhaabachuu.
4~obboroo(Subhii) irratti rabbitti warwaachuu.
5~Nama gaggaarii wajjiin taaโuu.
@Keyralumma @Ibnutemiya6

Beekumsa waliigalaa Kutaa 16ffaa
Yeroo hundumaa Gammaddee jiraachuu barbaaddaa?
Hayyee warreen Armaani gadii kana qofa raaawwadhu.
1. Kaleessake duukaa nagaa buusi; seenaan gaddisiisaake kaleessaa yeros har'ake hin jeequ.
2. Waanta namni biraan waa'eeke yaadu yookaan jedhu dhimmake miti! Sammuu isaaniin waa'eeke yaadan malee sammuukeen akka hin taane hubattee dhimma isaanii akka ta'e beekii itti dhiisi, jedhanii dadhabanii dhiisu.
3. Yeroo itti waan si gammachiisu duukaa yeroo walfakkaataa dabarsitu qabaadhu! Yeroo kanatti ega waa'ee waan si gammachiisu sanaa malee kan biraa yaaduu dhiisi.
4. Eenyullee eeyyamake malee si gammachiisuus si gaddisiisuus akka hin dandeenye beekii! Gaggeessaa mataakeef Hoogganaa mataankeen socho'i!
5. Tasumaa namoota birootti of hin safariin (Madaaliin) Sababiinsaa kan namootaaf daandii sirrii siif immoo hallayyaa sirrii waan ta'uu danda'uuf, kanaaf daandiinkeef kan namoota biroo adda adda akka ta'e beeki.
6. Baay'ee yaaduu irraa of eegi, waa'ee waan yaaduu qabduu qofa yaadi gaafas furmaanni waaraaf burqaan gammachuu haaraa sammuuke keessaa dho'a.
7. Yeroo hedduu kolfuu amaleeffadhu. Ati Abbaa rakkina Addunyaa miti.
8. Amantii kamillee hordofi! Garuu gammaduu yoo barbaadde Seenaa Yesus Kiristoosiiifi hojiisaa xiinxali yaadi! gammachuu ajaa'ibaa argatta! Ooshoonuu " Barsiisaan jabaa Addunyaa kanaa Yesus" jedha.
Yoo irraa baratteetta ta'e namoota jaallattuuf qoodi!
Waan jaallatan nama jaallataniif qooqu.
May 4/2020(6414ALO)
Ilma Keessaan Iyyaasuu Tarrafaa Fayisaadha
Odeeffannoo ajaa'ibaa Biroof Link kana cuqaasaa https://www.facebook.com/100006877147523/posts/2580675058838374/?app=fbl

Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Deleted Account
โammuri
If patience is bitter, the consequences are sweet
ุฅุฐุง ูุงู ุงูุตุจุฑ ู ุฑุงูุ ูุฅูู ุนุงูุจุชู ุญููุฉ
โขObsi yeroo hadhaa'u xumurri isaa ammoo ni mi'aawa!
Join for more ๐
@amirtemam1

Waggaa 18 dura Adaamaatti barataan ture. Lafa amma Boolee jedhaniin tan Adaamaatti amma ganda jabaa taate san, gaafas xaafii qonnaan bulaatu irra jira. Firri kiyya tokko mana achitti jaarachuu eegalee anis san tooโadhaaf. Tanuma keessa bakka amma General Hospital jiru kana lafti ijaarsa hopitaalaaf kenname jechaa dhageenye . An yero yeroon bakka tana bira ol dabree mana fira kiyyaa jaaramaa jiru san laalee gadi deebiโa. Ganamaa galgala yeroo ani deddeebiโu kana nama qalโaa tokkotu achumaa waa sisirreessa. Ganamaa galagala, guyyaa mara achuma jira. Yoo kiyyaa waardiyyaa, yoo akkam jabaate hojjachiisaa natti fakkaata ture. Gaafa tokko itti dhiyaadhee gaafadhe. Abbaan qabeenyaa isa taโuu hubadhe. Na ajaaibe. Namni qaamaan huqqqataa kan hojjataa waliiniifi erga isaan galaniihis hojjatu kun abbaa qabeenyaa hospitaalcha jaaramuu taโuun na ajaaโibe. Roorroo lafa sanirratti itti aggaamamaa ture irra aanee fixee waggoota dheeraa booda Ameerikaatti wal agarre. Maalif hospitaala san akkasitti ciniinnatee bira dhaabbatee jaarsiste? Ati dureessaa kubbaaniyyaa ramaddee maaf hin hojjachiifne haga aduu keessa bira dhaabattee awwaara dhugaa turte jedheen gaafadhe. โ Ilma kiyyaโ jedhe โ ee ani dureessa. Rabbiif galanni haa gayu. Warri akka kiyyatti rabbi qabeenna kenneef gaafa dhibame biyya alaa deemee walโanama. Fedhu Ameerikaa, fedhu Awuroppaa takkaa Eesiyaa. Kan hanga keenya qabeenya hin qabne hoo horoo dhabaaf osoo fayyuu dandaโuu maalif duโa? Kanaafiin jaare. Ammas hanga garaa kiyyaa hin geenye. Ganaa guddifnaโ naan jedhe.
Yaadannoon lammataa, bara Qabsoo Qeerroo san yeroo diinni ummata keenya fixu san, yeroo kilinakaafi hospitaalli dhuunfaa hedduun madoo teenya fudhachuu sodaatan san, Kabiir Huseen nu cinaa ture. Joollee hiriira irratti rukutamteefi kanneen lola daangaa Mooyyalee hanga Bordoddee madayaa turte, ofitti fuudhee nuuf walโaanaa ture. Kaffaltii malee. Waanin yaadachu keessaa yeroo bulchiinsi hospitaalichaatuu baasiin humnaa ol nutti taโe jedhanii mataa maran, Kabiir warra madoo fide san alatti nyaaraan waamee maallaqa ofiii itti kennee hopitaaluma sanitti kan galmee kafalanii akka galchan godha ture. Hospitaala isaattti qofa hin turre. Hospitaalota Phaawulos fi Xuqur Anbassaa joollee cibsineef dhoksaan kaffaltii raawโata. Qoricha bitaaf ture. Maallaqa qofaanii miti. Madoo sanniin irra deemee gaafatee jajjabeessa ture. Gaafa tokko nama rasaasaan qaama hormaataa cinaa rukutamee fincaan ofirraa baasuu hin dandeenyetu geeffame. Namni sun nama baadiyyaati. Naasuufi leeyyaโuu irraa kan kaโe narsoota gargaarsifatuu rakkata ture. Kabiir kana argee gadi taaโee ofumaaf gurbaa san gargaaraa ture jajjabeesse. Kabiir namooma akkanaa qaba ture.
Baruma qabsoo san Ameerikaa dhufee wal agarree turre. Osoman achi taaโuu gabaasni wahii natti dhufeen maxxanse. Qabeenya wahiitu gubatee ture. Namni maxxansa kiyya arge qabeenyi miidhame sun keessa kan Kabiir Huseen akka jiru naaf hime. Rifadheetin dhaqee dhiifama gaafachuuf itti hime. Kabiir Huseen waan jedhe beektuu โ Qabsoo Oromootif buโaa buufnaan qabeenyaa mitii Qeerroon anaayyuu haa gubduโ jedhe garaa na raase. Kabiir Oromoo akkasii ture. Oromoo lafeen dhuka Oromummaatin guutame. Dureessa hojiin argatee, waan qabu sabarraa hin qusatin.
Kabiir Huseen Waaqoo akkanaanin beeka. Gootummaa, arjooma, namummaafi Oromummaa isaa anuu waan beeku hunda hin himne. Maalayyaa warri umrii isaa guutuu wal beekuufi waliin hojjate. Nama jaabaa dhabne. Gaaddisa guddaa tokkotu nurraa kufe. Galata ummata kanaaf ooltee jannataan qananiโi jennaan. Maatiifi hiryootaaf jajjabina hawwina. Ilmaan isaatiin waan inni huurkaa isaa xuruuree dhaabe kana, daran guddisaa, maqaa isaa bara baraan jiraachisaan dhaamsa kiyya. Sabnis isin cina jira.

Forwarded from าแดsแดย แดสแดแดแดย
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
JECHOOTA FILATAMOO
Kutaa 2ffaa
@gaaddisa_dhugaa irraa
Kutaa 1ffaa yoo hin dubbisne gara boodaa ilaalii dubbisi
14- Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin taane, nama
sammuu hiyyoomeedha!
15- Beekaa jechuun nama dogoggora ufii ufitti beekee, irraa sirraaโeedha!
~ Lukaan qixxeessuuf kophee muran malee, kopheen qixxeessuuf luka
hin muran!
16- Mooโuu jechuun 1ffaa bahuu qofa osoo hin taane,jijjiiramas agarsiisuudha!
17- Barachuu jechuun barumsa keessa darbuu osoo hin taane, barumsi
nama keessa darbuudha!
18- Barumsa barattee yoo qoramtu, jireenya immoo qoramtee baratta!
19- Nama si sobu wajjiin gammaddee kolfuu, irra nama dhugaa sitti hinu
wajjiin gadditee boohuu si wayya!
20- Namni carraa gaarii qabu osoo bishaan galaana keessatti darbanii
yyuu, Qurxummii afaanitti qabatee keessaa baha!
21- Obsi guddaan dhagaa yoo affeelu, aariin xinnoon bishaan bobeessiti!
22- Yeroo tokko tokko gammachuun guyyaa tokkoo, gadda waggaa
tokkootti jijjiirama!
23- Nama kabajuun mallattoo sodaa ykn lugnummaa osoo hin taane,
bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti!
24- Jireenya kee fooyyessuudhaaf yaaliidhaan shaakala ati taasiftu keessatti kufaatiiwwan si muudatan kufaatii osoo hin taane,
akeektuu galma gahiinsa yaalii keetiiti!
25- Addunyaa tan irratti Harreen akka namaatti yaadu jiraatuu baatus,
namni akka harreetti yaadu hin dhabamu!
26- Akka addunyaatti yaadii, akka naannootti hojjadhu!
27- Dhalli namaa wanta haara argannoodhaan yoo uumu
(kalaqu) kan nama gammachiisu yoo taโu, garuu ufii isaatii uumamuu
(kalaqamuu)yoo irraaffatu immoo kan nama gaddisiisuudha!
Kutaa 3ffaan itti fufa
Share woliif godhaa
T.me/gaaddisa_dhugaa

Forwarded from Gaddisa_dhuga
Namoonni telegrami fayyadamtanu chaneloota armaan gadii kana dhabuu hin qabdanu join godhadhaa๐๐๐๐๐
Forwarded from Gaddisa_dhuga
Chaneloota bebbeekamoo armaan gadii kana kan isinitti tole dafaa join godhadhaa hordofaa
#Namoonni chanelii beeksifachuu barbaaddan karaa @kaayyoo_koo nuqunnamuu dandeessu
#Namoonni chanelii beeksifachuu barbaaddan karaa @kaayyoo_koo nuqunnamuu dandeessu
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Salaata dhiisuu
@gaaddisa_dhugaa irraa
Nabi muhammad (s, a, w) Akkana jedhan mataan waan hundaa lslaama. Salaanni utubaa isaati, jihaadni karaa Rabbii irratti
godhamu ammoo dalluu islaamaatiiยป
Kanaafis namnii salaata dhiise
dhaaba amantaa Islaamaa diigeera
jechuu dha.
Akkasumas hadiisaa Imaam
Ahmadii fi Muslim Jaabiir lbnu
Abdullaah(R.A) tuqanii akka
odeessanitti nabiyyiin(S.A.W) akkana
jedhan muslima tokkoo fi kaafira gidduu wanti addaan Baasu salaata ยป.
Hiriyoota keessaniif share godhaa sababa keessaniin kan salaata dhiise deebi'ee salaatuutu mala
๐๐๐๐๐๐๐๐

โโ#COVID19Ethiopia
Caamsaa 1 (May 9)
#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 2,383 gaggeeffameen namni 16 dabalataan vaayirasichi irratti argamee jira.
โขLakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii waliigalaan 210 gahee jira.
Namni tokko har'a du'uu isaatin bayinni
โขnamoota du'ani 5
โข namoonni har'a bayyanatan=2
โขwalumatti namoonni bayyanatan=97
Dr #Liyaa Taaddasaa
@oromiapost

Itoophiyaatti namoonni qorannoo laabraatorii namoota 2,383'f godhameen namoonni dabalataa 16 vaayirasii koronaatiin qabamaniiru.
#Haala #dhukkubsattootaa:-
Namoonni vaayirasichan qabamuun isaanii mirkanaa'ee hunduu lammilee Itoophiyaatti.
โข Namoonni 2 seenaa #imala biyya #alaa kan qabaniidha.
โข Namoonni 13 ammoo tuttuqqii nama vaayrasichaan qabamee waliin kan qabaniidha.
โข Namni 1 tuttuqii fi seenaa #imala biyya #alaa kan hin qabneedha.
Walumaagalatti Itoophiyatti lakkoofsi namoota vaayirasi koronaan qabamaniis 210 gaheera.
@oromiapost
@oromiapost
#Haala #dhukkubsattootaa:-
Namoonni vaayirasichan qabamuun isaanii mirkanaa'ee hunduu lammilee Itoophiyaatti.
โข Namoonni 2 seenaa #imala biyya #alaa kan qabaniidha.
โข Namoonni 13 ammoo tuttuqqii nama vaayrasichaan qabamee waliin kan qabaniidha.
โข Namni 1 tuttuqii fi seenaa #imala biyya #alaa kan hin qabneedha.
Walumaagalatti Itoophiyatti lakkoofsi namoota vaayirasi koronaan qabamaniis 210 gaheera.
@oromiapost
@oromiapost
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
JECHOOTA FILATAMOO
Kutaa 3ffaa
@gaaddisa_dhugaa irraa
Kutaa 2ffaa yoo hin dubbisne gara boodaa ilaalii dubbisi
28- Kan nama qaanessu baโaa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin
taane, sammuu hin yaanne baachuudha!
29~ Yoo rakkoon wahii si mudate rakkoo si mudate saniif yaaduu osoo hin taane, akkaataa rakkoo si muudate san keessaa itti baatu yaaduu qabda!
30~ Osoo dhugaan kophee hin godhatin, dharti addunyaa naannofti!
31~ Mucucaattee dugdaan yoo kufte balleessaan kee taโuu kan hin dandeenye yoo taโu, balleessaan kee taโuu kan dandaโu kuftee yoo achitti hafteedha!
32- Wal beekuu irra, walii beekuu wayya!
33~ Bishaan kadhaan argame dheebuu nama hin baasu!
34~ Sareen yeroo hunda duttu akka hin birmatamneef of gooti!
35~ Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane, wanta dukkana keessa jiruudha!
36~ Addunyaan kun sirraa waan tokko eegdi waan taโeef,waan gaarii tokko hojjadhu!
37- Nama shakkitu hin mindeessin, yoo mindeessite hin shakkin!
38~ Wanti calaqqisu hundi, warqii sitti hin fakkaatin!
39~ Jiraachuuf nyaadhu malee, nyaachuuf hin jiraatin!
40~ Waggatti jiruu dabali malee, jiruutti waggaa hin dabalin!
Kutaa 4ffaan itti fufa
share woliif godhaa

Forwarded from ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ (๐Lij Iyyasuu๐ Nengโญ)
Yaa Rabbi nu qunnamsiisi
Yaa mootii nu argachiisi
Gaarii nu hojjachiisii
Irraa nu milkeessii
Gaafa guyyaa dhumaa
Ittiin nu qananiisi
Halkan gaarii guddaa
Bu'aan isaan qabne kan bir daaddaa
Dandeettiidha qabdaa
Yaa Rabbi nu godhi kan argatu qooda
Leeylatul qadri
L= Laggeen jannataa qaalii
E= Eellan mi'aan hundaa olii
E= Eebba dhugaatiin malee
Y= Yaada qofaan hin hellee
L= Luugamni kee yoo tole
A= Abdiin jannataa tolee
T= Tarree galteeti seenta
U= Unattee boqotta
L= Lafa gaarii jannataa
Q= Qunnamuuf jiraattaa
A= Aannan cunfaa asheetaa
D= Dasii ijaa fi gurraa mi'aa dhandhamataa
R= Rabbi ijaan gartaa
I= Ittiini boohartaa
Halkan sadarkaa guddaa
Nurkachiisi mootii
Dandeeytiidha qabdaa
Mahammad Bakar
Bakkaan jiru irraa
Join godhaa irraa baradhaa
๐๐๐๐๐
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa

Maal Dubbisuu jaallatta?
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Filadhuu join goidhi
๐๐๐๐
Dhimma Lubbuu !
Ijaaf gurra koo
anaaf ati qaamaa
Yoo ijan sin argin
kiyyas iji jaamaa
Yoo si dhukkube
anis dhibamaa
Ati fayyaa taanan
anis fayyuuma
Ati anaaf
dhimma lubbuu tiyya
Siifan maraadha
kinooti siifaan iyya
Ykn siinan jiraadha
ykn siifan du'a
Wabii jireenya koo
situu anaaf ta'a
Guyyaa sin yaada
halkan hin rafu
Oma jaalalli kee
na dhoowweera safuu
Nyaatan hin jiraadhu
bishaanis dhugee
Hundumaa dhiisera
ergaan si argee
Sagalee keeti
anaaf soorri koo
Suurri kee
waraqaa enyummaa koo
Join ๐ @dedroro๐
๐๐๐
Share and join this link
Ijaaf gurra koo
anaaf ati qaamaa
Yoo ijan sin argin
kiyyas iji jaamaa
Yoo si dhukkube
anis dhibamaa
Ati fayyaa taanan
anis fayyuuma
Ati anaaf
dhimma lubbuu tiyya
Siifan maraadha
kinooti siifaan iyya
Ykn siinan jiraadha
ykn siifan du'a
Wabii jireenya koo
situu anaaf ta'a
Guyyaa sin yaada
halkan hin rafu
Oma jaalalli kee
na dhoowweera safuu
Nyaatan hin jiraadhu
bishaanis dhugee
Hundumaa dhiisera
ergaan si argee
Sagalee keeti
anaaf soorri koo
Suurri kee
waraqaa enyummaa koo
Join ๐ @dedroro๐
๐๐๐
Share and join this link