JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF๐Ÿ‘‰ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Deleted Account
Aswrwb akkam jrtaan obolewaan kiyaa
Rabbiin isiin naaf haa tisuu
Dhukubaa koronnaa vayiresii jedhamuu kana rabbiin nun hin gahiin achumatii nurraa haa dhamsuu
ุงู„ู„ู‡ู… ุงุฏูุน ุงู„ุธู„ู…ูŠู† ุจูŠ ุงู„ุธู„ู…ูŠู†
ูˆุงุฎุฑุฌู†ุง ู…ู† ุจูŠู† ุงูŠุฏูŠู‡ู… ุณุงู„ู…ูŠู† ุบุงู†ู…ูŠู†
Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Deleted Account
๏ป—ูŽ๏บŽ๏ปูŽ ๏บ๏ปŸ๏ปจู‘ูŽ๏บ’ู๏ปฒู‘ู ๏บป๏ป ๏ปฐ ๏บ๏ปŸ๏ป ๏ปช ๏ป‹๏ป ๏ปด๏ปช ๏ปญ๏บณ๏ป ๏ปข โ€ ๏บƒูŽ๏ปณู‘ู๏ปœู๏ปขู’ ๏ปฃูŽ๏บŽ๏ปู ๏ปญูŽ๏บ๏บญู๏บ›ู๏ปชู ๏บƒูŽ๏บฃูŽ๏บู‘ู ๏บ‡ู๏ปŸูŽ๏ปดู’๏ปชู ๏ปฃู๏ปฆู’ ๏ปฃูŽ๏บŽ๏ปŸู๏ปชู .โ€ ๏ป—ูŽ๏บŽ๏ปŸู๏ปฎ๏บ ๏ปณูŽ๏บŽ ๏บญูŽ๏บณู๏ปฎ๏ปูŽ ๏บ๏ปŸ๏ป ู‘ูŽ๏ปชู ๏ปฃูŽ๏บŽ ๏ปฃู๏ปจู‘ูŽ๏บŽ ๏บƒูŽ๏บฃูŽ๏บชูŒ ๏บ‡ู๏ปปู‘ูŽ ๏ปฃูŽ๏บŽ๏ปŸู๏ปชู ๏บƒูŽ๏บฃูŽ๏บู‘ู ๏บ‡ู๏ปŸูŽ๏ปดู’๏ปชู . ๏ป—ูŽ๏บŽ๏ปูŽ โ€ ๏ป“ูŽ๏บˆู๏ปฅู‘ูŽ ๏ปฃูŽ๏บŽ๏ปŸูŽ๏ปชู ๏ปฃูŽ๏บŽ ๏ป—ูŽ๏บชู‘ูŽ๏ปกูŽุŒ ๏ปญูŽ๏ปฃูŽ๏บŽ๏ปู ๏ปญูŽ๏บ๏บญู๏บ›ู๏ปชู ๏ปฃูŽ๏บŽ ๏บƒูŽ๏บงู‘ูŽ๏บฎูŽ
Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan: Isin keessaa qabeenya isaa caalaa qabeenyi warroota isa dhaalanii isa biratti jaallatamaa kan taโ€™e eenyu? (Jecha biraatin, eenyutu qabeenya ofii caalaa qabeenya warra isa dhaalanii jaallataa?) Sahaabonnis ni jedhan, โ€œYaa Ergamaa Rabbii nu keessaa nama qabeenyi isaa isa biratti jaallatamaa taโ€™e malee hin jiru.โ€ Ergamaan Rabbii (SAW) ni jedhan, โ€œDhugumatti qabeenyi isaa wanta duraan kennate dabarseedha. Qabeenyi warroota isa dhaalanii immoo wanta inni tursiisedha. โ€ Sahiih Al-Bukhaari 6442
Kana jechuun wanti namtichi Rabbiif jedhe sadaqaa kennate, Guyyaa Qiyaamaa fuundura isaatti ni arga. Wanti inni tursiise immoo erga inni duโ€™ee qabeenya warra isa dhaalaniti. Kanaafu, wanta Rabbiin jaallatu irratti baasi, qabeenyi turaan kee sanii.

@risalaTube โณsammubani.com
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Deleted Account
Aswrwb akkam jrtaan obolewaan kiyaa
Rabbiin isiin naaf haa tisuu
Dhukubaa koronnaa vayiresii jedhamuu kana rabbiin nun hin gahiin achumatii nurraa haa dhamsuu
ุงู„ู„ู‡ู… ุงุฏูุน ุงู„ุธู„ู…ูŠู† ุจูŠ ุงู„ุธู„ู…ูŠู†
ูˆุงุฎุฑุฌู†ุง ู…ู† ุจูŠู† ุงูŠุฏูŠู‡ู… ุณุงู„ู…ูŠู† ุบุงู†ู…ูŠู†
Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Kena
#waa_sadi.

Abuu Hureeyraan Rabbi irraa haa jaalatuu akki je'e:
Jaalalleen kiyya (Rasuulli) s.a.w waa sadii hangan du'utti akkan hin dhiifne naaf dhaame:
1. Soomana guyyaa sadii baatirraa
2. Salaata Duhaa
3. Witrii salaatee Rafuu
=(Soomana guyyaa 3 baatii hijirii guyyaa
13ffaa, 14ffaa, 15faa.)
=(Salaate hoggaa aduun owwite salaatan.
kan sa'aa 4 fii 6 jidduu jiru. Rak'a lama)
=(Salaata halkanii kan xumurri Isaa
raka'aa takkaan dhumatu.... Salaata kana
Ishaaii booda raka'aa 3, 5, 7, 9, 11, ...
haala kanaan salaatuun ni dandahama.)
=====
Itti dalaguuf haa yaallu.
เทดเทดเทดเทดเทดเทดเทดเทดเทดเทดเทด
เท– Yeroon silaa hin dhaabbattu, halkanuma nuu hafana kana haa saammannu, har'a jiraannu boru ni jiraannan shakkii garuu wanti shakkii hin qabne tan haqaa, har'as taatu boru yeroo gabaabduu boodas taatu yeroo dheertuu booda duti haqaa fi wanta hin oolle, deemsa karaa dheeraatiif siinqii jabduu barbaachisa, waan gaarii haa siinqeffannuun dhaamsa keenya, keessattu bati tana keessa gamna gamnaa olii ta'uu qabna, arjaa arjaa olii rabbi nu haa taasisi amriin kan isaati.

#salaataa_salaata_halkanii_hanguma_danddeetti_teessaniin.

@Keyralumma @Ibnutemiya6
Forwarded from Kena
ZIKR RAMADAAN
         By
 __Muaz yakub__

GUYYAA 8 FFAA

Guutuun Ramadaanaa
Sinboo gaarii qaba
Namni soomaan oole
Gammachuun goolaba....

Guyyaan saddeetaffaadha
Torbaansaatu naanna'e
Tola isaarraa.. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Ethio entertainment
๐Ÿ™‹โ€โ™‚ Gaaffii kanarratti hirmaadhaa hundinuu amma beektanuun

1โƒฃ Baatiin ramadaanaa sadarkaa gurguddoo danuu qaba.
Keessaa ammam beekta?

2โƒฃ Soomana jechuun maal jechuudha?
โคต๏ธbakka gadii kana tuquun hirmaadhaaโคต๏ธ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Walloo
~
Wayyoo yaa warra lubbuun hin jirree
Yaa warra boolla buutanii
Walloon Finfinneerratti akkas kabajamuusaa
Warri hin argiin duutani...
Yaa gootota Oromoo
Yaa qabsaa'ota sabaa
Takkaadhuma ol jettanii
Yoo nu ilaaltan maal qabaa?
Goototti Maqa - Dallaa
Jabduu koo yaa # Warqituu
Takkaadhuma ol jettee
Ija keen nu hin argituu?
Utuma gadi nu qabanii
Ijoolleen kee guddannee
Seenaa kee dhokate sana
Finfinneetti dubbanne!
Ka'ii dhugaasaa nutti himi
Warqituu warqee namaa
'Xiyyiitii dhuge' kan jedhan sun xiyyiitiin bishaan turee
Akkamittiin dhugamaa?
~
Walloo koo biyya seenaa
Walloo koo biyya gootaa
Si lolan malee hin loltu
Gaafa lolte ni moota!
Utuu sitti marsanii - utuu sitti dhaadatanii
Sodaafi rifaatuu gattee
Alagaa gidduu teessee
Eenyummaa kee eeggatte!
Walloo koo biyya xiiqii
Biyya Oromummaan faayaa
Biyya gootittii jabduu
Biyya # Baadittii Maayaa..
Hangam yoo fageetellee
Dhugaa mul'isa barri
Baaditti Maayaa keenya 'Yoodit Gudit' jedhanii
Maqaa jijjiiran jarri!
'Gudit' jechuu dhiisanii 'Gulliit' utuu jedhaniiyyuu
Seenaa dhugaa jijjiiruu?
Kan akka isheetti gadi qabee
Isaan bulcheyyuu hin jiru!
Gootummaafi Oromummaadhaan
Adawwii shishim gootee
Tigraayii hanga Gondaritti
Waggaa afurtama moote!
~
Kan seenaa hojjetanii darban
Gootonni Walloo kumaa
Eenyunin maqaa dha'a..
Eenyutuu himamee dhuma?
Kan diinni ijaan agartee
Ofumaan boolla lixxu
Biyya # Balaay Zallaqaa
Balaay Zallaqaa Qilxuu..
Balaay ilma Walloo
Ormiyyuu keenya se'ee
Waggoota meeqatamaaf
Ittiin geeraraa ba'e...
Wanti Walloon hin qabne
Jira taanaan maaliree..
Biyya # Mohaammad Alii
Biyya # Tolaa Qaanqiree
Warra kutannoon ka'ee
Nafxanyaaf buluu dide
Biyya # Abbaa Gaanguliifi
Biyya # Hasan Rashidee...
Yoo samiin dukkanaa'eyyuu
Walloon hin kuttu abdii
Hayyuu yoo barbaaddanis
Abbaa # Jabanoo qabdi!
~
Kan dubbatamee hin dhumne
Seenaan Walloo bar kaarraa
Biyyaafi qe'ee gooticha
# Wadaay Baabboo Jaarraa...
Wadaay Baabboo korma
Hin dhageenye ajaja ormaa!
Hidda mataa kaafatee
Xiiqii oneerraa fidee
Minilik abbaa irreef
Hin bulu jedhee dide!

Itti fufa...
WALALOO
Godaannisa Musliimotaa fi Mootota Itoophiyaa

Kutaa 1ffaa

Asalaamualeykum
Obbleewwan diinii
Waa xiqqoo dubbadhu
Naan jette qalbiinii
Caalaa ummatootaa
Nu godhus rabbiinii

Har'a akkam jirra
Kaleessa eessa turree
Gargar faffacaanee
Nutoo taanan burree

Yahuudaaf nasaaran
Nurratti walkaaftee
Luubbuu musliimotaa
Lafarraa mancaaftee

Lafarraa balleessuuf
Qabaatanis hawwii
Silas karaan haqqii
Hin dhabu adawwii

Jalqaba ifaan diinii
Addunyaadhaf ifee
Ergamaan ilaahii
Haqqii qabee dhufee

Adawwiin balleessuuf
Wanta wanta meeqa gootee
Booddee dharti kuftee
Haqqiin biyya mootee

Handhuura addunyaa
Hundaafuu walakkaa
Dachee kabajamtuun
Baate biiftuun takkaa
Hunda caaltuu lafaa
Biyyoo biyya makkaa

Jalqaba ifaan haqqii
Achirraan hanga'ee
Kallattii hundaanuu
Addunyaa wal ga'ee

Roorroof rakkoon cimtus
Hundumaa dandeessee
Qaanqeen ifaa sanaa
Biyyaa keenyas geessee

Mootin biyya keenyaas
Gammachuun simatee
Gaafas abdii kutee
Adawwiin rifatee

Gaafa ifaan haqqii
Habashaa qaqqabee
Najjaashin immimman
Qabachuu dadhabee

Dubbiin haqqii ta'uu
Yoosuu isaaf galee
Haqqiin hundaaf ifa
Beekaa mormu malee

Najjashin gammachuun
Qabatee shahaadaa
Haqqii ol taasisuuf
Gaafas seene waadaa

Najjaashin dubbate
Sagalee ol qabee
Tokkichummaa rabbii
Habashaaf lallabee

Gahee leencaa bahee
Kan diinii olqabee
Akkasiin anallee
Shahaadan qaqqabee

Ifaan haqqii latee
Lalisee fireessee
Gaheen kan kee maali
Dabareen si geessee

An beekumsa hin qabu
Waa tokko hin danda'uu
Waa hunda barreessuuf
Yeroon naaf hin ga'uu

Kanaaf keessa fiigee
Tuqee mata duree
Silaa naaf mijatee
Tokko hin dhiisu turee

Mootota Itoophiyaa
Kan Najjaashii boodaa
Jararraa waan xiqqoo
Mee isiniif qoodaa

Yohannis afraffaaf
Teewodroos dabalatee
Ummanni musliimaa
Biratti salphatee

Kumaatamni du'ee
Rabbii isaan walgahee
Kumaatamni ammoo
Bar kaafira ta'ee

Biqiltuu Najjaashin
Gad fageessee dhaabee
Buqqisuuf addawwii
Bara hedduu ta'aabee

Mataa irraa murraan
Hiddi latee margee
Kan dhalootni ammaa
Ifaa diinii argee

Milnik lammaffaf
Kan bara zawdituu
Ijji jiraattedhaaf
Bar haqqii hin argituu

Shiraan ukkamsuudhaf
Gaafas dubbii haqaa
Heedduu musliimotaa
Jijjiiraniis maqaa

Haqqii abaan rabbii
Kunoo jiraachisee
Amantii Bareedduu
Kana nu dhaalchisee

Bara lij iyyaasuu
Kan ija banannee
Roorroo bara meeqaa
Irraa bayannannee

Masjiida ijaarrannus
Eeyyama argannee
Rabbitti shakkarrus
Yeroodhaf gammannee

Yeroo xiqqoo booda
Lij iyyasuun kufee
Mootummaan zaalimaa
Booda Hayileen dhufee
Ummata musliimaa
Karra nutti cufee

Hedduun osoo arguu
Dhiisee daandii haqaa
Fakkaatee jiraachuuf
Jijjiiratee maqaa

Ulamoota hidhee
Isa kaan fannisee
Itti yoo naqellee
Kaan bishaan danfisee
Haqqiin har'a geesse
Bar rabbiin hambisee

Hayleen awwaalamnaan
Booda dargiin dhufee
Roorroon musliimotaa
Ammas itti fufee.......

Kutaan 2ffaan itti fufa.....

@dedroro
@dedroro
Forwarded from Deleted Account
Eessa laata kankoo
Qubsumni koo borii
Yeroon qophaa ciisu
Dukkanatti qabrii
Gaafa na dhiisee galu
Maatiin ollaan firri
Maaltu na qunnama
Kayiriidha-moo Sheerrii


Eessa laata kankoo
Gaafan.... ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Deleted Account
------->‏"ู„ูˆ ุนุดุชูŽ ูƒู„ูŽู‘ ุญูŠุงุชูƒูŽ
‏ูƒุฃู†ูƒ ููŠ ุฑู…ุถุงู† ‏ุณุชุฌุฏู ุงู„ุขุฎุฑุฉ ุนูŠุฏุงู‹" <-------

๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ --โ—‡-- โค ยฐ  ยฐ โค --โ—‡-- โš˜โš˜โš˜
|"Osoo umrii kee guutuu akka Ramadaana keessa jiraattu kanaan dabarsitee silaa Aakhiraan siif iida."
 __[Akkuma yeroo soomana xumurtu gammachuun dabarsitu sanitti Aakhiraa keetittis gammadda]!!!__
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Kena
ZIKR RAMADAAN
        By
 __Muaz yakub__

GUYYAA10__FFAA__

Kan guyyaa soomanee
Halkansaa dhaabbate
Mindaa dadhabbiisaa..
Forwarded from Deleted Account
โ–ถ๏ธDawaan qalbiidhaa(โค๏ธ) waa shan (โบ) keessatti argama jedhan sheekh Ibrahim Al-kawaas namni jedhaman;
โถ~Qurโ€™aana xiinxalluu.
2~Garaa qullaa godhuu.
3~Halkan dhaabachuu.
4~obboroo(Subhii) irratti rabbitti warwaachuu.
5~Nama gaggaarii wajjiin taaโ€™uu.
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Beekumsa waliigalaa Kutaa 16ffaa

Yeroo hundumaa Gammaddee jiraachuu barbaaddaa?
Hayyee warreen Armaani gadii kana qofa raaawwadhu.

1. Kaleessake duukaa nagaa buusi; seenaan gaddisiisaake kaleessaa yeros har'ake hin jeequ.

2. Waanta namni biraan waa'eeke yaadu yookaan jedhu dhimmake miti! Sammuu isaaniin waa'eeke yaadan malee sammuukeen akka hin taane hubattee dhimma isaanii akka ta'e beekii itti dhiisi, jedhanii dadhabanii dhiisu.

3. Yeroo itti waan si gammachiisu duukaa yeroo walfakkaataa dabarsitu qabaadhu! Yeroo kanatti ega waa'ee waan si gammachiisu sanaa malee kan biraa yaaduu dhiisi.

4. Eenyullee eeyyamake malee si gammachiisuus si gaddisiisuus akka hin dandeenye beekii! Gaggeessaa mataakeef Hoogganaa mataankeen socho'i!

5. Tasumaa namoota birootti of hin safariin (Madaaliin) Sababiinsaa kan namootaaf daandii sirrii siif immoo hallayyaa sirrii waan ta'uu danda'uuf, kanaaf daandiinkeef kan namoota biroo adda adda akka ta'e beeki.

6. Baay'ee yaaduu irraa of eegi, waa'ee waan yaaduu qabduu qofa yaadi gaafas furmaanni waaraaf burqaan gammachuu haaraa sammuuke keessaa dho'a.

7. Yeroo hedduu kolfuu amaleeffadhu. Ati Abbaa rakkina Addunyaa miti.

8. Amantii kamillee hordofi! Garuu gammaduu yoo barbaadde Seenaa Yesus Kiristoosiiifi hojiisaa xiinxali yaadi! gammachuu ajaa'ibaa argatta! Ooshoonuu " Barsiisaan jabaa Addunyaa kanaa Yesus" jedha.
Yoo irraa baratteetta ta'e namoota jaallattuuf qoodi!
Waan jaallatan nama jaallataniif qooqu.
May 4/2020(6414ALO)
Ilma Keessaan Iyyaasuu Tarrafaa Fayisaadha

Odeeffannoo ajaa'ibaa Biroof Link kana cuqaasaa https://www.facebook.com/100006877147523/posts/2580675058838374/?app=fbl
Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Deleted Account
โœammuri

If patience is bitter, the consequences are sweet
ุฅุฐุง ูƒุงู† ุงู„ุตุจุฑ ู…ุฑุงู‹ุŒ ูุฅู†ู‘ ุนุงู‚ุจุชู‡ ุญู„ูˆุฉ

โ€ขObsi yeroo hadhaa'u xumurri isaa ammoo ni mi'aawa! ‏

Join for more ๐Ÿ‘‡
@amirtemam1