โฅ Hassuuni โฅ
Naannoo Kibbaa godina Guraagee aanaa Innamoorii fi Innaritti busaan keelloon mudate.
Mallattoon dhibichaa baatii Gurraandhalaa dhumarra muul'achuusaa fi gabaasni godhamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa, Biiroon Fayyaa Naannoo Kibbaa fi Waajjira Fayyaa godinichaa dhibicha ittisuuf hojjechaa turaniiru jedhan ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan.
Dhuma baatii Bitootessaatti ammoo namni dhibichaan qabame inni dhumaa gabaafameet ture.
Yeroo ammaatti dhibichi to'annoo jala kan oole yoo ta'u, namoonni 86 dhibichaan qabamanii, 4 ammoo lubbuu isaanii dhabaniiru.

Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa

Hundayyuu guuttatee
Faaya ibaadaadhaa
Guyyaa soomanaanii
Halkan taraawiidhaa
Zikriiwwaniifi... ๐
Faaya ibaadaadhaa
Guyyaa soomanaanii
Halkan taraawiidhaa
Zikriiwwaniifi... ๐
Forwarded from Deleted Account
๐ โออfออaออzออzออaออkออkออiออrออออ/ออyออaออaออdออaออcออhออiออiออsออiออโ แฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃ
โณQur'aan? qur'aanni waan bifa barreefamaatiin gara ilma namaa buufamee miti. Waan dubbiidhaan ilma namaatti kenname. Rasuula irratti s.a.w yeroo tokko qur'aanni ni qara'ama isaan haffazanii nama kaanitti dabarsan, akkasitti babal'ataa deeme.
โ๏ธWaa lameen kana sadarkaa isiidhaa rabbi malee namni beekuu hin danda'u. #sadarkaa nama soomana qulqulluu somanuu fii #obsa dhugaa nama qabu. Obsi( waan rabbiin fedhu dalaguu fedhii lubbuu gadi qabanii, waan inni dhoowwes dhoowwamuu)
#wanta soomana adda taasisu keessaa guyyaa qiyaamaa, osoo badiin namaallee sirra jiraattee, sirraa fuudhame akka ibaadaa biroo namaa miite sanaa hin kennamu. Ajriin isa keetuma qofa.
โณYaa obbolii keenya kan shamaraa, niyya tollaan ajrii guddaa dalagatutti jirtan, nama soomanaa ooleef nyaata qopheessitanii dhiheessuun keessan qoftuu waan guddaadha rabbiin isinirraa jaalannaan.
#Rabbiin keyrii xiqqoo fi guddoos nurraa haa jaalatu.

Kamil Sherif:
-Ji'a Ramadaanaa keessa dalagaa baay'ee barbaachiftuu taate kan muslimni hundi dalaguu qabu:
โโโโโโโโโ
"Nyaata Furiinsaa (nyaata soomanaan furan) qopheessuu; keessattuu warra waa hin qabneef"
(ู ู ูุทุฑ ุตุงุฆู ูุงู ูู ู ุซู ุฃุฌุฑู ุบูุฑ ุฃูู ูุง ูููุต ู ู ุฃุฌุฑ ุงูุตุงุฆู ุดูุฆุง.)
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan:" Namni nama soomane fursiise fakkaataa ajrii nama fursiisee argata; osoo waa takka ajriin nama inni fursiisee irraa hin hir'atin." {At-Tirmizii: 807}

ZIKR RAMADAAN
โโMuaz yakubโ โ
๐ฟ ๐ฟ ๐ฟ FFAA ๐ฟ ๐ฟ๐ฟ__HALKAN__ 6โฃ
Taa'ee nama hin eegu
Lakkoofsi itti fufa
Guyyaan fagoo seetu
Dafee sitti dhufa...
Kaleessa shan jettee
Kan lakkaawaa turte
Jahas halkan isii
Kunoo qixxeeffate...**
Egaa ramadaanni
Deemsasaa itti fufe
Hiraatuma deema
Waan fudhatee dhufe...
Ji'a araaramaa
Gammachuun beekame
Kennaa gurguddoodhaan
Dhufe bar faayamee...**
Ji'a barumsaati
Waa nama leenjisa
Rakkinaaf qananii
Adda namaaf baasa...
Yeroo isii keessaa
Qabachuun dabarsi
Zikriifi du'aaii
Qaraatii baay'isi...**
Rakkataa deeggaraa
Dhibamaas gaafadhu
Du'aaii itqiitis
Deddeebiidhaan kadhu...
Yaadachiisuuf male
Silaa ni beektanii
Sin woliin haa ta'u
Gargaarsi rahmaanii...**
๐ฟ ๐ฟ ๐ฟ FFAA ๐ฟ ๐ฟ๐ฟ__HALKAN__ 6โฃ
Mata duree ZIKR RAMADAAN Jedhurratti walaloo gaggabaabdu guyyaa guyyaan channel Muaz Yakub irratti kan affeeramtan ta'a.
๐Channel @abu_abdalah1 ๐ โ โ โ โ ๐ gochuun nu hordofaa, hiryoottan keessan jaallattan hunda affeeruun wolumaan maatii channel kanaa ta'uu keessaniif kabajaafi jaalalli nuti isiniif qabnu dachaadha ulfaadhaa galatoomaa!
๐๐ค๐ค๐ค๐ค๐@abu_abdalah1 @keyralumma
#ZIKR RAMADAAN๐
itti fufa.. โ๏ธ๐

Forwarded from Kena
๐ ุงูุนูู
ุงููุงูุน ๐:
๐ ูฅ
ยซ ูู ุณููููุฉ ุฑู ุถุงูููููููุฉ ยป
ุชุนุงูุฏ ู ุฌูุณู ุจุฃู ุชุฌุนูู ู ูุทูุฉ ุขู ูุฉ..
ูุง ุชุฏุน ุนุฑุถ ุฃุฎูู ุงูู ุณูู ูุดุฎุตู ุชููุดู ุงูุฃูุณู..
ูุง ุชุฏุนู ุนูุฑุถุฉ ููุฃุฎุฐ ูุงูุฑุฏ..
ููุณ ููุท ูุฃูู ุชูุฑู ุฃู ุชูุฐูุฑ ุจููุณ ุงูุทุฑููุฉ..
ุจู ูุฃูู ู ุฃุฌูุฑ ุนูู ุฐูู..
(ู ูู ุฐูุจูู ุนูู ุนูุฑูุถู ุฃุฎูููู ุจูุงูุบููุจุฉู ุ ูุงู ุญูููุง ุนูู ุงูููู ุฃูู ููุนูุชูููู ู ู ุงููุงุฑู )ุตุญูุญ ุงูุฌุงู ุน.
ุชุณุชุทูุน ุฃู ุชุฏูุน ุนูู.. ุจูุจุงูุฉ ููุฏูุก.
.
Ramadaanaan
Wolsimadhu
Yaroo tessu kessatti sirritti Tessuma Kee Toyachuu Akka Hin Dagannee
maalif jennaan Taa,icha kee Tohachuudhaan Wonni hundinu Nagaa Taatii Fakkenyyaaf Tohadhu yeroo Jennu Nama Komachuurraa Naamusa Isaa Xureessurraa
Yoonif kanarraaOfin Tohatin Yeroo Tenyyu Hunda Kessatti Akka Nama Arraba kenyaan Foon Isaa Nyaataa Jiruuti
Kanaafu Tessuma Kenyya Wonni Nuti Ittin Dabarsuu Qabnu Qur,aana Rabbitiifi Zikiriidhaan Akkasumas Rabbin Kadhachuudhaan Ofirra Dabarsuutu Nurra egamaa
Tessuma kee Akka kanaan Yoo Ofirra Dabarsitee Miindaa Akka Rabbiin Biraa Qabdu Beeki.
Halkan hunda warra Qurโaanaa fi Zikriin dabarsu rabbiin nuhaataasisu Aamiiiiin ๐คฒ๐
ยฉ๏ธIbn Nuuraaโ๏ธ

ูุฐู ููุงุฉ ูููุดุฑ ูููุง ุงูุฏุนูุฉ ุฅูู ุงููู ุชุนุงูู ูููุงุฆุฏ ุฃุฎุฑู ุจุงููุบุฉ ุงูุนุฑุจูุฉ ูุงูุฃูุฑูู
ูุฉ
Chanal kana gubbatti da'awaa fi bu'aaleen garagaraa arabiffa fi afaan oromo tin waan darbuuf isinis dabarfachuu dandeessu
Kunoo dafaa join godhaa โคต๏ธ
Chanal kana gubbatti da'awaa fi bu'aaleen garagaraa arabiffa fi afaan oromo tin waan darbuuf isinis dabarfachuu dandeessu
Kunoo dafaa join godhaa โคต๏ธ
Forwarded from Kena
Hadiisa Aa'ishaa fi Ummu-Salamaan odeysiteen "ergamaan Rabbii๏ทบ warra isaatii waliin ciisee osoo Janaabdawee jiruu Fajrii(barii) dhaqqaba. Eeganaa dhiqatee Soommana" ja'an.
โขKanarraa maal hubanna?
1. Osoo hin manaamin(abjootin) warra isaatii waliin ciisee namni Janaabdawe, kan ammoo eega Janaabdawe akka tasaa Subhiin itti geyse dhiqatee Salaatuu dandaha. Soommana isaatis itti fufa. Eega barihe(Fajriin gahe) booda warraa waliin ciisuun Soommana balleysa. Fajrii dura garuu humaa hin qabu.
2. Haalli kun ergamaa Rabbii qofaaf osoo hin taane nama hundaaf taha. Hadiisa biroo kan Aa'ishaan odeysitee Muslim gabaaseen "namni wahii tokko ergamaa Rabbiitti dhufee 'yaa ergamaa Rabbii osoon Janaabdawee jiruu yeroon Salaataa natti geyse. Nin Soommanaa?' ja'ee gaafate. Ergamaan Rabbii 'anuu osoon Janaabdawee jiruu Salaanni natti gaha. Numaan Soommana' ja'ee deebiseef" jatte.
3. Sii Janaabdawee jiru yeroo Salaanni gahe Soommana kee itti fufta. Ammoo daftee dhiqattee Subhii Salaatuu qabda. Subhii dabarsuun, Janaabdaan Salaatuun hin tahu.
4. Ergamaan Rabbii warra isaatii waliin ciisee Janaabdawa malee hin manaamu. Manaamni akkasii Sheyxaanarraahi.
5. Namni manaamee bishaan irraa bahe, kan ammoo akkasitti Janaabdawee bariisifate, Soommanni isaa bade jechuu miti. Innilleen qooduma kana qaba. Fedhii isaatin malee Janaabdawee waan jiruuf hin komatamu.
6. Namni kamilleen eega Janaabdaan bariisifate dhiqatee Salaatuu qaba. Yoo bishaan ittiin dhiqatu arkatuu oole hoo? Biyyee bareedduu laalee Tayammuma godha. Soommana isaa ammoo nagayaan itti fufa.
7. Soommana dirqamaa fi kan Sunnaattis haala kana godhuun ni dandahama. Namni Janaabdawee Subhii dhaqqabe, guyyaa san furee nyaatee booda ammoo Qadaa hin kafalu. Cal'isee itti fufa, Soommanni isaa fayyaa qaba.
8. Dubbiin tun dhimma Heydii(marsaa laguutin) wal fakkaatti. Intaloon marsaa laguurra turtee Subhii dura qulqulloyte, tan ammoo osoo hin dhiqatin Subhiin itti geyse ni Soommanti. Dhiqattee Salaatti, Soommanni isii fayyaa qaba. Ammoo osoo hin qulqullaawin, osoo dhiyni irraa hin dhaabbatin yoo bariisifatte guyya san ni furti. Xahaaraan malee Soommana hidhachuun hin tahu.
9. Hadiisa kanaan Diin laafaa, waan namatti hin ulfaanne tahuu garra. Rabbiin waan gabroottan isaa godhuu hin dandeenye irra hin kaayu. Waan Rabbiin laaffisee karaa godhe ammoo jabeessanii namatti himuun hin barbaachisu. Bareechaa walitti himaa malee wal hin baqachiisinaa.
Maddi keenya ๐๐
@ahmedin99 Ahmedin Jebel
@Keyralumma @Ibnutemiya6

Forwarded from Islamicbot
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Forwarded from Deleted Account
Aswrwb akkam jrtaan obolewaan kiyaa
Rabbiin isiin naaf haa tisuu
Dhukubaa koronnaa vayiresii jedhamuu kana rabbiin nun hin gahiin achumatii nurraa haa dhamsuu
ุงูููู ุงุฏูุน ุงูุธูู ูู ุจู ุงูุธูู ูู
ูุงุฎุฑุฌูุง ู ู ุจูู ุงูุฏููู ุณุงูู ูู ุบุงูู ูู
Rabbiin isiin naaf haa tisuu
Dhukubaa koronnaa vayiresii jedhamuu kana rabbiin nun hin gahiin achumatii nurraa haa dhamsuu
ุงูููู ุงุฏูุน ุงูุธูู ูู ุจู ุงูุธูู ูู
ูุงุฎุฑุฌูุง ู ู ุจูู ุงูุฏููู ุณุงูู ูู ุบุงูู ูู
Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Deleted Account
๏ปู๏บ๏ปู ๏บ๏ป๏ปจูู๏บู๏ปฒูู ๏บป๏ป ๏ปฐ ๏บ๏ป๏ป ๏ปช ๏ป๏ป ๏ปด๏ปช ๏ปญ๏บณ๏ป ๏ปข โ ๏บู๏ปณูู๏ปู๏ปขู ๏ปฃู๏บ๏ปู ๏ปญู๏บ๏บญู๏บู๏ปชู ๏บู๏บฃู๏บูู ๏บู๏ปู๏ปดู๏ปชู ๏ปฃู๏ปฆู ๏ปฃู๏บ๏ปู๏ปชู .โ ๏ปู๏บ๏ปู๏ปฎ๏บ ๏ปณู๏บ ๏บญู๏บณู๏ปฎ๏ปู ๏บ๏ป๏ป ูู๏ปชู ๏ปฃู๏บ ๏ปฃู๏ปจูู๏บ ๏บู๏บฃู๏บชู ๏บู๏ปปูู ๏ปฃู๏บ๏ปู๏ปชู ๏บู๏บฃู๏บูู ๏บู๏ปู๏ปดู๏ปชู . ๏ปู๏บ๏ปู โ ๏ปู๏บู๏ปฅูู ๏ปฃู๏บ๏ปู๏ปชู ๏ปฃู๏บ ๏ปู๏บชูู๏ปกูุ ๏ปญู๏ปฃู๏บ๏ปู ๏ปญู๏บ๏บญู๏บู๏ปชู ๏ปฃู๏บ ๏บู๏บงูู๏บฎู
Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan: Isin keessaa qabeenya isaa caalaa qabeenyi warroota isa dhaalanii isa biratti jaallatamaa kan taโe eenyu? (Jecha biraatin, eenyutu qabeenya ofii caalaa qabeenya warra isa dhaalanii jaallataa?) Sahaabonnis ni jedhan, โYaa Ergamaa Rabbii nu keessaa nama qabeenyi isaa isa biratti jaallatamaa taโe malee hin jiru.โ Ergamaan Rabbii (SAW) ni jedhan, โDhugumatti qabeenyi isaa wanta duraan kennate dabarseedha. Qabeenyi warroota isa dhaalanii immoo wanta inni tursiisedha. โ Sahiih Al-Bukhaari 6442
Kana jechuun wanti namtichi Rabbiif jedhe sadaqaa kennate, Guyyaa Qiyaamaa fuundura isaatti ni arga. Wanti inni tursiise immoo erga inni duโee qabeenya warra isa dhaalaniti. Kanaafu, wanta Rabbiin jaallatu irratti baasi, qabeenyi turaan kee sanii.
@risalaTube โณsammubani.com
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan: Isin keessaa qabeenya isaa caalaa qabeenyi warroota isa dhaalanii isa biratti jaallatamaa kan taโe eenyu? (Jecha biraatin, eenyutu qabeenya ofii caalaa qabeenya warra isa dhaalanii jaallataa?) Sahaabonnis ni jedhan, โYaa Ergamaa Rabbii nu keessaa nama qabeenyi isaa isa biratti jaallatamaa taโe malee hin jiru.โ Ergamaan Rabbii (SAW) ni jedhan, โDhugumatti qabeenyi isaa wanta duraan kennate dabarseedha. Qabeenyi warroota isa dhaalanii immoo wanta inni tursiisedha. โ Sahiih Al-Bukhaari 6442
Kana jechuun wanti namtichi Rabbiif jedhe sadaqaa kennate, Guyyaa Qiyaamaa fuundura isaatti ni arga. Wanti inni tursiise immoo erga inni duโee qabeenya warra isa dhaalaniti. Kanaafu, wanta Rabbiin jaallatu irratti baasi, qabeenyi turaan kee sanii.
@risalaTube โณsammubani.com
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Forwarded from Islamicbot
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Forwarded from Deleted Account
Aswrwb akkam jrtaan obolewaan kiyaa
Rabbiin isiin naaf haa tisuu
Dhukubaa koronnaa vayiresii jedhamuu kana rabbiin nun hin gahiin achumatii nurraa haa dhamsuu
ุงูููู ุงุฏูุน ุงูุธูู ูู ุจู ุงูุธูู ูู
ูุงุฎุฑุฌูุง ู ู ุจูู ุงูุฏููู ุณุงูู ูู ุบุงูู ูู
Rabbiin isiin naaf haa tisuu
Dhukubaa koronnaa vayiresii jedhamuu kana rabbiin nun hin gahiin achumatii nurraa haa dhamsuu
ุงูููู ุงุฏูุน ุงูุธูู ูู ุจู ุงูุธูู ูู
ูุงุฎุฑุฌูุง ู ู ุจูู ุงูุฏููู ุณุงูู ูู ุบุงูู ูู
Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Kena
#waa_sadi.
Abuu Hureeyraan Rabbi irraa haa jaalatuu akki je'e:
Jaalalleen kiyya (Rasuulli) s.a.w waa sadii hangan du'utti akkan hin dhiifne naaf dhaame:
1. Soomana guyyaa sadii baatirraa
2. Salaata Duhaa
3. Witrii salaatee Rafuu
=(Soomana guyyaa 3 baatii hijirii guyyaa
13ffaa, 14ffaa, 15faa.)
=(Salaate hoggaa aduun owwite salaatan.
kan sa'aa 4 fii 6 jidduu jiru. Rak'a lama)
=(Salaata halkanii kan xumurri Isaa
raka'aa takkaan dhumatu.... Salaata kana
Ishaaii booda raka'aa 3, 5, 7, 9, 11, ...
haala kanaan salaatuun ni dandahama.)
=====
Itti dalaguuf haa yaallu.
เทดเทดเทดเทดเทดเทดเทดเทดเทดเทดเทด
เท Yeroon silaa hin dhaabbattu, halkanuma nuu hafana kana haa saammannu, har'a jiraannu boru ni jiraannan shakkii garuu wanti shakkii hin qabne tan haqaa, har'as taatu boru yeroo gabaabduu boodas taatu yeroo dheertuu booda duti haqaa fi wanta hin oolle, deemsa karaa dheeraatiif siinqii jabduu barbaachisa, waan gaarii haa siinqeffannuun dhaamsa keenya, keessattu bati tana keessa gamna gamnaa olii ta'uu qabna, arjaa arjaa olii rabbi nu haa taasisi amriin kan isaati.
#salaataa_salaata_halkanii_hanguma_danddeetti_teessaniin.

By
__Muaz yakub__
GUYYAA 8 FFAA
Guutuun Ramadaanaa
Sinboo gaarii qaba
Namni soomaan oole
Gammachuun goolaba....
Guyyaan saddeetaffaadha
Torbaansaatu naanna'e
Tola isaarraa.. ๐๐
By
__Muaz yakub__
GUYYAA 8 FFAA
Guutuun Ramadaanaa
Sinboo gaarii qaba
Namni soomaan oole
Gammachuun goolaba....
Guyyaan saddeetaffaadha
Torbaansaatu naanna'e
Tola isaarraa.. ๐๐
Forwarded from Ethio entertainment
๐โโ Gaaffii kanarratti hirmaadhaa hundinuu amma beektanuun
1โฃ Baatiin ramadaanaa sadarkaa gurguddoo danuu qaba.
Keessaa ammam beekta?
2โฃ Soomana jechuun maal jechuudha?
โคต๏ธbakka gadii kana tuquun hirmaadhaaโคต๏ธ๐๐