JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF๐Ÿ‘‰ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Daarektaraa Olaanaan Dhaabbatichaa Dr. Teediroos Adaahanoom, weerarrii vaayirasii koroonaa biyyoota Afriikaa, Ggiddugaleessaa fi Kibbaa Ameerikaaa akkaasumas Baha Awuurooppattii dabalaa dhufuun soodachisaa dha jechuun akeekachiisan.

Dr.Teediroos hasawa vidiiyoo koonfiraansidhaan taasisanin weerarri vaayirasii koroonaa biyyoota Dhiha Awuurooppatti hirโ€™achaa dhufus, biyyoota biroof garuu weerarichii reefuu jalqabaa jiraachuu beeksisan jedha gabaasni BBC..

Biyyoonni baayโ€™een hanga ammaatti weeraraa dhibee vaayirasii koroonaan sadaarkaa jalqaba irratti kan argamanifi biyyoonni muraasni jalqaba vaayirasichaan midhaman immoo dandamachuu irratti argamu jedhan.

โ€™โ€™Dogoggora tokkollee hojjachuu hin qabnu,kara imalluu dheerataa jira,vaayirasiin kun yeroo dheeraaf nuu waliin turaโ€™โ€™ jedhan Dr. Teediroos

(BBC)
@oromonewspost
@oromonewspost
@oromonewspost
Forwarded from BUTTON MAKER
Barnoota soomanaa
Kutaa 4ffaa
Dura kutaa 3ffaa dubbisuu kee hubadhu..
Seera barbaachisaa soomanaa.

1-Soomana furiinsa jarjarsuu,yogguu aduun seenuu mirkaneyfatan.
Nabiin s.a.w. akkana jedhan  ''namni toltumarra jira waan soomana... Si more ๐Ÿ‘‡kan gadii kana tuquun guutuusaa argattu
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @ibnu_surur qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Deleted Account
 _______ Barnoota soomanaa ___
          Kutaa 5ffaa
๐Ÿšซ Wontoota soomana balleessan ๐Ÿšซ

               1ffaa

๐ŸšซNamni Guyyaa Soomanaa Qunnamtii saalaa godhuun soomana balleesse.
โœ… guyyaa isaa kan hafe soomana itti fufuu qaba.

โœ…guyyaa kana qadaa kafaluu qaba.

โœ…adaba kaffaaraa guddotu isarraa barbaachisaa.

โœ…isiinis gabra tokko bilisoomsuudha. yoo hin argatin ji'a lama walitti dhaabee soomanuudha. yoo hindandayin miskiina jahaatama nyaachisuudha.

โœ…Towbaan Rabbi araarfachuu kadhaa heddummeessuu barbaachisa.

                 2ffaa

๐ŸšซBeekaadhaa irraanfiidhaan maletti nyaachuu fii dhuguu,namni kun soomanni isaa nibada, guyyaa san hanga hafe soomanaan turuun dirqamaa, qadaa guyyaa fure sanii kafaluu qaba, gabbuu, sheenawuufii towbachuu isa barbaachisa.

               3ffaa

๐ŸšซBishaan hormaataa dhangalaasuu, osoo dammaqaa jiruu. Kan hirriibaan hintahin.Qaama saalaa harkaan of tuttuquun,jaarsaaf jaartiin walqaqqabuun,waldhungachuufi walhammachuun tahuu Bishaan hormaataa dhangalaasuu. Kunis Adabuma akka nama beekaa nyaataa fi dhugaatiin fureetu isarra jira.

                4ffaa

๐ŸšซLimmoo nyaataa godhachuu,tan isiin nyaataafi dhugaatirraa duroomuu danda'an.

               5ffaa

๐ŸšซLimmoo dhiigaa godhachuu,dhiga nama biro karaa limmootiin ufitti naquu .

               6ffaa

๐Ÿšซ Dhiiyni baatiitii fi kan ulmaa dubartitti dhufuu.

               7ffaa

๐Ÿšซdhiiga ufirraa baasuu. koobaan,hidda muruun,limmoon nama dhukkubsate gargaaruuf ufirraa waraabuun fi kkf. soomana ni fura.Nabiin s.a.w. akki jedhe ''kankoobee fi
kan koobbates soomana furan'' abudawudii fi nasa'I odeesse, albaaniin sahiiha jedheen.
โœ…Hubachiisa-Ammoo dhiiyni ufumaan namarraa yaa'u kan akka funuunaa fi ilkee buqqaasanii dhiiydee soomana hin furu. koobas mitii ittis hin fakkaatu.

               8ffaa

๐ŸšซBeekaa uf haqqisiisuu hadiisatti ''Namni soomanaa yoo haqqisaan dirqiin isatti dhufte homaa isarratti hin jiran, ammo namni of haqqisiise qadaa haakafalu'' warreen sunanaatu odeesse albaaniin sahiiha jedheen.
aakafalu'' warreen sunanaatu odeesse albaaniin sahiiha jedheen.
             โœ…Itti fufa...
Barumsa dabarteefi haarawa argachuuf
    Channel keenya daawwadhaa!
          ๐Ÿ‘‡J   O   I   N๐Ÿ‘‡
@abu_abdalah1
@keyralumma
@ibnutemiya6

โœ…Barnoota waan ramadaanaa irratti yaada yoo qabaattan๐Ÿ‘‡
         @Mzfirst
Forwarded from Deleted Account
Isinumti of oolchaa!

Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.

Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.

Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.

Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡
Namoonnii baay'een dhimma Obbo Dinquu Dayyaasaa maaf cal'istan jedhu.

1) Hamman ani beekutti dhiibbaan irra gahaa jiru waldhibdee dhuunfaa isaafi qondaala mootummaa tokkoo irraa ka'a. Tana keessa garuu warri Oromoo garuma hundaan miidhuu barbaadan akka dhimma bahanin shakka. Tarii qaama duula Oromoota wayyaa qaban ija jaamsuus ta'uu danda'a. Dhimma kana hiriyoonni waloo isaanifi jaarsonni itti dhiyaatan ni furu jennee abdanna. Kanaafin dhimma isaa dubbachuu dhabuun akka politicize hin taanef caldhise.

2) Waan Dinquun Oromoof godhe sabni waan beekuuf itti himuun gurra dhukkubsuu taati. Kan biraa yoo dhiifne ilmaan Oromoo mootummaan Yunivarsitii irraa ariitee inni bilisaan barsiise kumaatamaan waan jiraniif ragaa bahu. Akka Oromootti qofa osoo hin ta'in akka biyyaatti dureessi nama gargaaru ( philanthropist) hanga Dinquu hin jiru. Qondaalota mootummaa dabalatee kan gaafa rakkatanii takkaa dhibaman itti garagalan Dinquu Dayyaasaati. Irreechi har'a Oromoon waggaa waggaan miliyoonaan kabajatu kun akka dagaguuf nama adda durummaan gargaaraa tureedha. Sirni Gadaa deebi'ee akka dagaaguufis shoora olaanaa taphate. Dabalataan kubbaaniyyaalee heddu qabu keessatti namoota kumatamaaf carraa hojii uumee jira. Mootummaan alatti kubbaaniyyaan dhuunfaa hanga isaa hojjattoota qabu hin jiru. (He is the largest non-state employer in the country.)

Kanaafuu warri mootummaa dubbii kana ija haaloon osoo hin ta'iin bifa itti gaafatamummaa qabuun laaluu qabu. Hiree namoota kumaatamaatu bada, keessattuu yeroo hamaa kana keessatti. Dinquu caalaa ummata inni carraa hojii baneefitu rakkata. Kana hubatanii ni furu jennee abdanna.

https://youtu.be/sSSl_be_-s8
So Tigrai State wants to go a head and hold regional election in August despite federal election being postponed? Interesting!

Another constitutional crisis on top of the one we already have. Come September, both Abiy's federal and Debretsion's regional government will expire and two illegitimate governments will be facing off. Both sides trying to find loopholes in the constitution to renew its legitimacy before that happens.

In my view, neither side has legal path forward. The best way is national dialogue and negotiation among contending parties.
Forwarded from Deleted Account
โ™ป๏ธWAJJIN JIRAACHUUF
โœ๏ธAmaloota Torba7 kanneen kophummaa fi ko'ummaa irraa bilisa nama godhan:

1.Naamusa gaarii qabaachuu.
2.Shakkii irraa bilisa ta'uu.
3.Rakkina uumuu irraa of qoqqobuu ykn of qusachuu.
4.Amala hamilee baldhaa dagaagsuu.
5.Obsa amala godhachuu.
6.Dandeettii Namootaan wolii galuu gaarii qabaachuu dha.
7.Namoota Akkuma amala isaaniitti itti michoomuu dha.
Our Tegaru friends are up in arms about my comment on the region's intent to hold election in August. Hold your horse.

1) I said the constitution does not give power to organize elections to regional states. It establishes a single National Electoral Board ( NEBE) Art 102. The election law ( Proclamation 1162/2019) creates regional chapters of NEBE with mandate to execute whats delegated to it by the federal NEBE. It is not an autonomous entity like other regional agriculture department for example. Had it been envisioned to be autonomous, it would have been established by action of the regional council not federal. Thats why the federal NEBE was in charge of Sidama referendum instead of SNNP body. So Tegaru brothers and sisters, despite enjoying a much more stronger autonomy today, as far as election is concerned, you fate is in the hands of the feds, just like the rest of us. Let alone election, you know NEBE will be in charge even if you decide to opt for referendum via 39(5). ( Btw I did not write the constitution. You know who did. I am just interpreting it.)

2) But you have options. The first is convince NEBE to organize regional level election or delegate power to regional chapter to do so. Good luck with that. The second option is search for loophole in the constitution. For in stance you can argue that if federal government fails to organize election, regional governments can organize one to protect itself against being an illegitimate government when its term expires. You might win this argument at house of federation but I am not sure. The last option is ignore the feds and organize election independently. That would be another step towards unilateral declaration of independence. Do you want that? Your call.

3) The feds also face similar constitutional crisis as Tigrai state. The term will expire in September, they said they cannot hold election in August as initially scheduled. And there is no constitutional way of postponing the election. They are looking into dissolution of parliament as in Art 60 or constitutional amendment. Neither will be legal and/or legitimate. Once its term expires, it will not have moral or legal authority over states or citizens. Of course, it could resort to use of force to cling to power or enforce its will. Thats different ball game. But I am talking about legal means.

4) Hence, both for regional and federal governments, for ruling as well as opposition parties and for the country as a whole, what is best is neither looking for some silly legal loophole nor resorting to use of force. The best and perhaps the only constructive way out of this constitutional crisis is negotiation, dialogue and bargain among stakeholders. Stop the pissing contest and come to the negotiating tables.

Finally you EPRDFites ( or its warring children PP and TPLF) never used to playing by the rule. You are accustomed to bending it to your wishes. Time to learn how play within the law rather than trying bend it. It is actually not that bad. Try it.

Sireerraa malee seerarraa waliif hin ka'an says an Oromo proverb.
โ™ฅ Hassuuni โ™ฅ

Naannoo Kibbaa godina Guraagee aanaa Innamoorii fi Innaritti busaan keelloon mudate.

Mallattoon dhibichaa baatii Gurraandhalaa dhumarra muul'achuusaa fi gabaasni godhamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa, Biiroon Fayyaa Naannoo Kibbaa fi Waajjira Fayyaa godinichaa dhibicha ittisuuf hojjechaa turaniiru jedhan ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan.

Dhuma baatii Bitootessaatti ammoo namni dhibichaan qabame inni dhumaa gabaafameet ture.

Yeroo ammaatti dhibichi to'annoo jala kan oole yoo ta'u, namoonni 86 dhibichaan qabamanii, 4 ammoo lubbuu isaanii dhabaniiru.
Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Deleted Account
Hundayyuu guuttatee
Faaya ibaadaadhaa
Guyyaa soomanaanii
Halkan taraawiidhaa


Zikriiwwaniifi... ๐Ÿ‘‡
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒ™ โ‚อžอŸfอžอŸaอžอŸzอžอŸzอžอŸaอžอŸkอžอŸkอžอŸiอžอŸrอžอŸอžอŸ/อžอŸyอžอŸaอžอŸaอžอŸdอžอŸaอžอŸcอžอŸhอžอŸiอžอŸiอžอŸsอžอŸiอžอŸโ‚ แฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃ
โณQur'aan? qur'aanni waan bifa barreefamaatiin gara ilma namaa buufamee miti. Waan dubbiidhaan ilma namaatti kenname. Rasuula irratti s.a.w yeroo tokko qur'aanni ni qara'ama isaan haffazanii nama kaanitti dabarsan, akkasitti babal'ataa deeme.

โŒ›๏ธWaa lameen kana sadarkaa isiidhaa rabbi malee namni beekuu hin danda'u. #sadarkaa nama soomana qulqulluu somanuu fii #obsa dhugaa nama qabu. Obsi( waan rabbiin fedhu dalaguu fedhii lubbuu gadi qabanii, waan inni dhoowwes dhoowwamuu)
#wanta soomana adda taasisu keessaa guyyaa qiyaamaa, osoo badiin namaallee sirra jiraattee, sirraa fuudhame akka ibaadaa biroo namaa miite sanaa hin kennamu. Ajriin isa keetuma qofa.

โณYaa obbolii keenya kan shamaraa, niyya tollaan ajrii guddaa dalagatutti jirtan, nama soomanaa ooleef nyaata qopheessitanii dhiheessuun keessan qoftuu waan guddaadha rabbiin isinirraa jaalannaan.
#Rabbiin keyrii xiqqoo fi guddoos nurraa haa jaalatu.
Forwarded from Deleted Account
Kamil Sherif:
-Ji'a Ramadaanaa keessa dalagaa baay'ee barbaachiftuu taate kan muslimni hundi dalaguu qabu:
โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†โ˜†
"Nyaata Furiinsaa (nyaata soomanaan furan) qopheessuu; keessattuu warra waa hin qabneef"

(ู…ู† ูุทุฑ ุตุงุฆู… ูƒุงู† ู„ู‡ ู…ุซู„ ุฃุฌุฑู‡ ุบูŠุฑ ุฃู†ู‡ ู„ุง ูŠู†ู‚ุต ู…ู† ุฃุฌุฑ ุงู„ุตุงุฆู… ุดูŠุฆุง.)

Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan:" Namni nama soomane fursiise fakkaataa ajrii nama fursiisee argata; osoo waa takka ajriin nama inni fursiisee irraa hin hir'atin." {At-Tirmizii: 807}
Forwarded from Deleted Account
ZIKR RAMADAAN

โœโœMuaz yakubโœ โœ
๐Ÿ“ฟ ๐Ÿ“ฟ ๐Ÿ“ฟ FFAA ๐Ÿ“ฟ ๐Ÿ“ฟ๐Ÿ“ฟ__HALKAN__ 6โƒฃ

Taa'ee nama hin eegu
Lakkoofsi itti fufa
Guyyaan fagoo seetu
Dafee sitti dhufa...

Kaleessa shan jettee
Kan lakkaawaa turte
Jahas halkan isii
Kunoo qixxeeffate...**

Egaa ramadaanni
Deemsasaa itti fufe
Hiraatuma deema
Waan fudhatee dhufe...

Ji'a araaramaa
Gammachuun beekame
Kennaa gurguddoodhaan
Dhufe bar faayamee...**

Ji'a barumsaati
Waa nama leenjisa
Rakkinaaf qananii
Adda namaaf baasa...

Yeroo isii keessaa
Qabachuun dabarsi
Zikriifi du'aaii
Qaraatii baay'isi...**

Rakkataa deeggaraa
Dhibamaas gaafadhu
Du'aaii itqiitis
Deddeebiidhaan kadhu...

Yaadachiisuuf male
Silaa ni beektanii
Sin woliin haa ta'u
Gargaarsi rahmaanii...**


๐Ÿ“ฟ ๐Ÿ“ฟ ๐Ÿ“ฟ FFAA ๐Ÿ“ฟ ๐Ÿ“ฟ๐Ÿ“ฟ__HALKAN__ 6โƒฃ
Mata duree ZIKR RAMADAAN Jedhurratti walaloo gaggabaabdu guyyaa guyyaan channel Muaz Yakub irratti kan affeeramtan ta'a.
๐Ÿ‘ŒChannel @abu_abdalah1 ๐Ÿ‘‰ โ“™ โ“ž โ“˜ โ“ ๐Ÿ‘ˆ gochuun nu hordofaa, hiryoottan keessan jaallattan hunda affeeruun wolumaan maatii channel kanaa ta'uu keessaniif kabajaafi jaalalli nuti isiniif qabnu dachaadha ulfaadhaa galatoomaa!
๐Ÿ’š๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿ’š@abu_abdalah1 @keyralumma

#ZIKR RAMADAAN๐Ÿ‘‡
itti fufa.. โœ๏ธ๐Ÿ‘‡
Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Kena
๐Ÿ“š ุงู„ุนู„ู… ุงู„ู†ุงูุน ๐Ÿ“š:
๐ŸŒ™ ูฅ

ยซ ู‡ู…ุณู€ู€ู€ู€ุฉ ุฑู…ุถุงู†ูŠู€ู€ู€ู€ู€ุฉ ยป


ุชุนุงู‡ุฏ ู…ุฌู„ุณูƒ ุจุฃู† ุชุฌุนู„ู‡ ู…ู†ุทู‚ุฉ ุขู…ู†ุฉ..
ู„ุง ุชุฏุน ุนุฑุถ ุฃุฎูŠูƒ ุงู„ู…ุณู„ู… ูˆุดุฎุตู‡ ุชู†ู‡ุดู‡ ุงู„ุฃู„ุณู†..
ู„ุง ุชุฏุนู‡ ุนูุฑุถุฉ ู„ู„ุฃุฎุฐ ูˆุงู„ุฑุฏ..
ู„ูŠุณ ูู‚ุท ู„ุฃู†ูƒ ุชูƒุฑู‡ ุฃู† ุชูุฐูƒุฑ ุจู†ูุณ ุงู„ุทุฑูŠู‚ุฉ..
ุจู„ ู„ุฃู†ูƒ ู…ุฃุฌูˆุฑ ุนู„ู‰ ุฐู„ูƒ..

(ู…ูŽู† ุฐูŽุจู‘ูŽ ุนูŽู† ุนูุฑู’ุถู ุฃุฎููŠู‡ู ุจูุงู„ุบููŠุจุฉู ุŒ ูƒุงู† ุญู‚ู‘ู‹ุง ุนู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ู ุฃู†ู’ ูŠูุนู’ุชูู‚ูŽู‡ ู…ู† ุงู„ู†ุงุฑู )ุตุญูŠุญ ุงู„ุฌุงู…ุน.

ุชุณุชุทูŠุน ุฃู† ุชุฏูุน ุนู†ู‡.. ุจู„ุจุงู‚ุฉ ูˆู‡ุฏูˆุก.
.
Ramadaanaan
Wolsimadhu

Yaroo tessu kessatti sirritti Tessuma Kee Toyachuu Akka Hin Dagannee

maalif jennaan Taa,icha kee Tohachuudhaan Wonni hundinu Nagaa Taatii Fakkenyyaaf Tohadhu yeroo Jennu Nama Komachuurraa Naamusa Isaa Xureessurraa

Yoonif kanarraaOfin Tohatin Yeroo Tenyyu Hunda Kessatti Akka Nama Arraba kenyaan Foon Isaa Nyaataa Jiruuti

Kanaafu Tessuma Kenyya Wonni Nuti Ittin Dabarsuu Qabnu Qur,aana Rabbitiifi Zikiriidhaan Akkasumas Rabbin Kadhachuudhaan Ofirra Dabarsuutu Nurra egamaa

Tessuma kee Akka kanaan Yoo Ofirra Dabarsitee Miindaa Akka Rabbiin Biraa Qabdu Beeki.

Halkan hunda warra Qurโ€™aanaa fi Zikriin dabarsu rabbiin nuhaataasisu Aamiiiiin ๐Ÿคฒ๐Ÿ‘‡
ยฉ๏ธIbn Nuuraaโœ๏ธ
Forwarded from Kena
ู‡ุฐู‡ ู‚ู†ุงุฉ ูŠูู†ุดุฑ ููŠู‡ุง ุงู„ุฏุนูˆุฉ ุฅู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ูˆููˆุงุฆุฏ ุฃุฎุฑู‰ ุจุงู„ู„ุบุฉ ุงู„ุนุฑุจูŠุฉ ูˆุงู„ุฃูˆุฑูˆู…ูŠุฉ
Chanal kana gubbatti da'awaa fi bu'aaleen garagaraa arabiffa fi afaan oromo tin waan darbuuf isinis dabarfachuu dandeessu
Kunoo dafaa join godhaa โคต๏ธ
Forwarded from Kena
Hadiisa Aa'ishaa fi Ummu-Salamaan odeysiteen "ergamaan Rabbii๏ทบ warra isaatii waliin ciisee osoo Janaabdawee jiruu Fajrii(barii) dhaqqaba. Eeganaa dhiqatee Soommana" ja'an.

โ€ขKanarraa maal hubanna?
1. Osoo hin manaamin(abjootin) warra isaatii waliin ciisee namni Janaabdawe, kan ammoo eega Janaabdawe akka tasaa Subhiin itti geyse dhiqatee Salaatuu dandaha. Soommana isaatis itti fufa. Eega barihe(Fajriin gahe) booda warraa waliin ciisuun Soommana balleysa. Fajrii dura garuu humaa hin qabu.

2. Haalli kun ergamaa Rabbii qofaaf osoo hin taane nama hundaaf taha. Hadiisa biroo kan Aa'ishaan odeysitee Muslim gabaaseen "namni wahii tokko ergamaa Rabbiitti dhufee 'yaa ergamaa Rabbii osoon Janaabdawee jiruu yeroon Salaataa natti geyse. Nin Soommanaa?' ja'ee gaafate. Ergamaan Rabbii 'anuu osoon Janaabdawee jiruu Salaanni natti gaha. Numaan Soommana' ja'ee deebiseef" jatte.

3. Sii Janaabdawee jiru yeroo Salaanni gahe Soommana kee itti fufta. Ammoo daftee dhiqattee Subhii Salaatuu qabda. Subhii dabarsuun, Janaabdaan Salaatuun hin tahu.

4. Ergamaan Rabbii warra isaatii waliin ciisee Janaabdawa malee hin manaamu. Manaamni akkasii Sheyxaanarraahi.

5. Namni manaamee bishaan irraa bahe, kan ammoo akkasitti Janaabdawee bariisifate, Soommanni isaa bade jechuu miti. Innilleen qooduma kana qaba. Fedhii isaatin malee Janaabdawee waan jiruuf hin komatamu.

6. Namni kamilleen eega Janaabdaan bariisifate dhiqatee Salaatuu qaba. Yoo bishaan ittiin dhiqatu arkatuu oole hoo? Biyyee bareedduu laalee Tayammuma godha. Soommana isaa ammoo nagayaan itti fufa.

7. Soommana dirqamaa fi kan Sunnaattis haala kana godhuun ni dandahama. Namni Janaabdawee Subhii dhaqqabe, guyyaa san furee nyaatee booda ammoo Qadaa hin kafalu. Cal'isee itti fufa, Soommanni isaa fayyaa qaba.

8. Dubbiin tun dhimma Heydii(marsaa laguutin) wal fakkaatti. Intaloon marsaa laguurra turtee Subhii dura qulqulloyte, tan ammoo osoo hin dhiqatin Subhiin itti geyse ni Soommanti. Dhiqattee Salaatti, Soommanni isii fayyaa qaba. Ammoo osoo hin qulqullaawin, osoo dhiyni irraa hin dhaabbatin yoo bariisifatte guyya san ni furti. Xahaaraan malee Soommana hidhachuun hin tahu.

9. Hadiisa kanaan Diin laafaa, waan namatti hin ulfaanne tahuu garra. Rabbiin waan gabroottan isaa godhuu hin dandeenye irra hin kaayu. Waan Rabbiin laaffisee karaa godhe ammoo jabeessanii namatti himuun hin barbaachisu. Bareechaa walitti himaa malee wal hin baqachiisinaa.

Maddi keenya ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@ahmedin99 Ahmedin Jebel
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™