Forwarded from Deleted Account
LikeBot:
โ๏ธโ๏ธ Jireenyi maali? โ๏ธโ๏ธ
Hiikni Jireenyaa akka siif galu yoo barbadde idoollee armaan gadii sadan(3n) kana deemi.
1. Hospitaala
2. Mana hidhaa (sirreesaa)
3. Iddo awaalcha(qabrii)
Hospitaalatti, wanti tokkollen kan fayyaa caalu akkaa hin jirre hubatta.
Mana hidhaa(sirreessa)tti, walabummaan fi Bilisa ta'aani deemuun halaan barbaachisaa akka ta'e huubatta.
Iddoo Awaalchatti(qabrii), dacheen ati Har'a milaan irra deema jirtu boru akka qorqorroo kee akka ta'u dhugoomsatta.
Kuni Dhugaa Hadha'aa๐
nu Marti wan tokko malee Adunyaa kana irra dhufne akkasumatti wan tokko malee Adunyaa kana iraa demuuf teenya.... Kanafuu yeroo mara mataa kee gad qabiiti Rabbiif Galata galchi.
Dhibee amma Adunyaa kana Weraraa jiruufis Abbaan Furmaata Rabbii tokkicha waan ta'eef Harka kee ol qabiiti Rabbii kee Karadhu saniitu Furmaataati.
Yaa Rabbii Furmaata nuuf laadhu ati ni dandeessaati.๐
@Ibnutemiya6 @Keyralumma

Ramadaana kanaaf qofa of hin jijjiirin, jiruu tee fuula duraaf of jijjiiri. Ramadaana kana jalqaba haarawa ykn kan jiruu kee itti jijjiiruuf jalqaba sii ta'u taasifadhu.
Forwarded from Deleted Account
๐ทAssalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
Jaalalloowwan keenya baga rabbiin arraan isin gahee.
Mee waan isin gaafdha ๐โโ๏ธji'a/baatiin #ramadaanaa kabajabamaa jaallatamaa tahe kana keessa irra baayyee maal hojjachuutu isin gammachiisa?
Hirmaadhaa #filannoowwan armaan gadii keessaa kan kan hojjachuun isin gammachiisu #tuqaatii hirmaadha. ๐๐

Yeroo fuxuuraa ykn furiinsaa fi suhuuraa yaadadhu nyaata baay'ee akka hin fayyadamne. Nuti soomuuf nyaanna malee nyaatuuf hin soomnu.
#COVID19 Ityoophiyaatti odeeffannoo haala yeroo vaayirasii koronaa
โข Qorannoo gaggeeffame = 13,645
โข Namoonni qabaman = 123
โข Namoonni yeroo ammaa yaala irra jiran = 79
โข Namoonni bayyanatan = 41
โข Namoonni du'an = 3
โข Lammileen biyya ala 2 biyya isaatti deebi'aniiru.
@oromonewspost

#COVID19
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 957 gaggeeffameen namni dabalataa 1 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 123 taasiseera.
Haala dhukkubsataa :-
- Lammii Itoophiyaa (ganna 30) - jiraataa magaala Jigjigaa - Puntlaand irraa kan deebi'e fi tursiisa addaa dirqamaa keessa kan ture
Akkasumas sa'aatii 24 keessatti namoonni dabalataa 12 magaala Finfinneerra dhibee kana irraa bayyanataniiru. Kunis lakkoofsa waliigalaan bayyanatan 41 taasiseera.
Dr Liyaa Taaddasaa

Daarektaraa Olaanaan Dhaabbatichaa Dr. Teediroos Adaahanoom, weerarrii vaayirasii koroonaa biyyoota Afriikaa, Ggiddugaleessaa fi Kibbaa Ameerikaaa akkaasumas Baha Awuurooppattii dabalaa dhufuun soodachisaa dha jechuun akeekachiisan.
Dr.Teediroos hasawa vidiiyoo koonfiraansidhaan taasisanin weerarri vaayirasii koroonaa biyyoota Dhiha Awuurooppatti hirโachaa dhufus, biyyoota biroof garuu weerarichii reefuu jalqabaa jiraachuu beeksisan jedha gabaasni BBC..
Biyyoonni baayโeen hanga ammaatti weeraraa dhibee vaayirasii koroonaan sadaarkaa jalqaba irratti kan argamanifi biyyoonni muraasni jalqaba vaayirasichaan midhaman immoo dandamachuu irratti argamu jedhan.
โโDogoggora tokkollee hojjachuu hin qabnu,kara imalluu dheerataa jira,vaayirasiin kun yeroo dheeraaf nuu waliin turaโโ jedhan Dr. Teediroos
(BBC)

Forwarded from BUTTON MAKER
Barnoota soomanaa
Kutaa 4ffaa
Dura kutaa 3ffaa dubbisuu kee hubadhu..
Seera barbaachisaa soomanaa.
1-Soomana furiinsa jarjarsuu,yogguu aduun seenuu mirkaneyfatan.
Nabiin s.a.w. akkana jedhan ''namni toltumarra jira waan soomana... Si more ๐kan gadii kana tuquun guutuusaa argattu

Forwarded from Islamicbot
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @ibnu_surur qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @ibnu_surur qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Forwarded from Deleted Account
_______ Barnoota soomanaa ___
Kutaa 5ffaa
๐ซ Wontoota soomana balleessan ๐ซ
1ffaa
๐ซNamni Guyyaa Soomanaa Qunnamtii saalaa godhuun soomana balleesse.
โ guyyaa isaa kan hafe soomana itti fufuu qaba.
โ guyyaa kana qadaa kafaluu qaba.
โ adaba kaffaaraa guddotu isarraa barbaachisaa.
โ isiinis gabra tokko bilisoomsuudha. yoo hin argatin ji'a lama walitti dhaabee soomanuudha. yoo hindandayin miskiina jahaatama nyaachisuudha.
โ Towbaan Rabbi araarfachuu kadhaa heddummeessuu barbaachisa.
2ffaa
๐ซBeekaadhaa irraanfiidhaan maletti nyaachuu fii dhuguu,namni kun soomanni isaa nibada, guyyaa san hanga hafe soomanaan turuun dirqamaa, qadaa guyyaa fure sanii kafaluu qaba, gabbuu, sheenawuufii towbachuu isa barbaachisa.
3ffaa
๐ซBishaan hormaataa dhangalaasuu, osoo dammaqaa jiruu. Kan hirriibaan hintahin.Qaama saalaa harkaan of tuttuquun,jaarsaaf jaartiin walqaqqabuun,waldhungachuufi walhammachuun tahuu Bishaan hormaataa dhangalaasuu. Kunis Adabuma akka nama beekaa nyaataa fi dhugaatiin fureetu isarra jira.
4ffaa
๐ซLimmoo nyaataa godhachuu,tan isiin nyaataafi dhugaatirraa duroomuu danda'an.
5ffaa
๐ซLimmoo dhiigaa godhachuu,dhiga nama biro karaa limmootiin ufitti naquu .
6ffaa
๐ซ Dhiiyni baatiitii fi kan ulmaa dubartitti dhufuu.
7ffaa
๐ซdhiiga ufirraa baasuu. koobaan,hidda muruun,limmoon nama dhukkubsate gargaaruuf ufirraa waraabuun fi kkf. soomana ni fura.Nabiin s.a.w. akki jedhe ''kankoobee fi
kan koobbates soomana furan'' abudawudii fi nasa'I odeesse, albaaniin sahiiha jedheen.
โ Hubachiisa-Ammoo dhiiyni ufumaan namarraa yaa'u kan akka funuunaa fi ilkee buqqaasanii dhiiydee soomana hin furu. koobas mitii ittis hin fakkaatu.
8ffaa
๐ซBeekaa uf haqqisiisuu hadiisatti ''Namni soomanaa yoo haqqisaan dirqiin isatti dhufte homaa isarratti hin jiran, ammo namni of haqqisiise qadaa haakafalu'' warreen sunanaatu odeesse albaaniin sahiiha jedheen.
aakafalu'' warreen sunanaatu odeesse albaaniin sahiiha jedheen.
โ Itti fufa...
Barumsa dabarteefi haarawa argachuuf
Channel keenya daawwadhaa!
๐J O I N๐
@abu_abdalah1
@keyralumma
@ibnutemiya6
โ Barnoota waan ramadaanaa irratti yaada yoo qabaattan๐
@Mzfirst

Isinumti of oolchaa!
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
๐ ๐
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
๐ ๐
Namoonnii baay'een dhimma Obbo Dinquu Dayyaasaa maaf cal'istan jedhu.
1) Hamman ani beekutti dhiibbaan irra gahaa jiru waldhibdee dhuunfaa isaafi qondaala mootummaa tokkoo irraa ka'a. Tana keessa garuu warri Oromoo garuma hundaan miidhuu barbaadan akka dhimma bahanin shakka. Tarii qaama duula Oromoota wayyaa qaban ija jaamsuus ta'uu danda'a. Dhimma kana hiriyoonni waloo isaanifi jaarsonni itti dhiyaatan ni furu jennee abdanna. Kanaafin dhimma isaa dubbachuu dhabuun akka politicize hin taanef caldhise.
2) Waan Dinquun Oromoof godhe sabni waan beekuuf itti himuun gurra dhukkubsuu taati. Kan biraa yoo dhiifne ilmaan Oromoo mootummaan Yunivarsitii irraa ariitee inni bilisaan barsiise kumaatamaan waan jiraniif ragaa bahu. Akka Oromootti qofa osoo hin ta'in akka biyyaatti dureessi nama gargaaru ( philanthropist) hanga Dinquu hin jiru. Qondaalota mootummaa dabalatee kan gaafa rakkatanii takkaa dhibaman itti garagalan Dinquu Dayyaasaati. Irreechi har'a Oromoon waggaa waggaan miliyoonaan kabajatu kun akka dagaguuf nama adda durummaan gargaaraa tureedha. Sirni Gadaa deebi'ee akka dagaaguufis shoora olaanaa taphate. Dabalataan kubbaaniyyaalee heddu qabu keessatti namoota kumatamaaf carraa hojii uumee jira. Mootummaan alatti kubbaaniyyaan dhuunfaa hanga isaa hojjattoota qabu hin jiru. (He is the largest non-state employer in the country.)
Kanaafuu warri mootummaa dubbii kana ija haaloon osoo hin ta'iin bifa itti gaafatamummaa qabuun laaluu qabu. Hiree namoota kumaatamaatu bada, keessattuu yeroo hamaa kana keessatti. Dinquu caalaa ummata inni carraa hojii baneefitu rakkata. Kana hubatanii ni furu jennee abdanna.
https://youtu.be/sSSl_be_-s8

So Tigrai State wants to go a head and hold regional election in August despite federal election being postponed? Interesting!
Another constitutional crisis on top of the one we already have. Come September, both Abiy's federal and Debretsion's regional government will expire and two illegitimate governments will be facing off. Both sides trying to find loopholes in the constitution to renew its legitimacy before that happens.
In my view, neither side has legal path forward. The best way is national dialogue and negotiation among contending parties.

โป๏ธWAJJIN JIRAACHUUF
โ๏ธAmaloota Torba7 kanneen kophummaa fi ko'ummaa irraa bilisa nama godhan:
1.Naamusa gaarii qabaachuu.
2.Shakkii irraa bilisa ta'uu.
3.Rakkina uumuu irraa of qoqqobuu ykn of qusachuu.
4.Amala hamilee baldhaa dagaagsuu.
5.Obsa amala godhachuu.
6.Dandeettii Namootaan wolii galuu gaarii qabaachuu dha.
7.Namoota Akkuma amala isaaniitti itti michoomuu dha.

Our Tegaru friends are up in arms about my comment on the region's intent to hold election in August. Hold your horse.
1) I said the constitution does not give power to organize elections to regional states. It establishes a single National Electoral Board ( NEBE) Art 102. The election law ( Proclamation 1162/2019) creates regional chapters of NEBE with mandate to execute whats delegated to it by the federal NEBE. It is not an autonomous entity like other regional agriculture department for example. Had it been envisioned to be autonomous, it would have been established by action of the regional council not federal. Thats why the federal NEBE was in charge of Sidama referendum instead of SNNP body. So Tegaru brothers and sisters, despite enjoying a much more stronger autonomy today, as far as election is concerned, you fate is in the hands of the feds, just like the rest of us. Let alone election, you know NEBE will be in charge even if you decide to opt for referendum via 39(5). ( Btw I did not write the constitution. You know who did. I am just interpreting it.)
2) But you have options. The first is convince NEBE to organize regional level election or delegate power to regional chapter to do so. Good luck with that. The second option is search for loophole in the constitution. For in stance you can argue that if federal government fails to organize election, regional governments can organize one to protect itself against being an illegitimate government when its term expires. You might win this argument at house of federation but I am not sure. The last option is ignore the feds and organize election independently. That would be another step towards unilateral declaration of independence. Do you want that? Your call.
3) The feds also face similar constitutional crisis as Tigrai state. The term will expire in September, they said they cannot hold election in August as initially scheduled. And there is no constitutional way of postponing the election. They are looking into dissolution of parliament as in Art 60 or constitutional amendment. Neither will be legal and/or legitimate. Once its term expires, it will not have moral or legal authority over states or citizens. Of course, it could resort to use of force to cling to power or enforce its will. Thats different ball game. But I am talking about legal means.
4) Hence, both for regional and federal governments, for ruling as well as opposition parties and for the country as a whole, what is best is neither looking for some silly legal loophole nor resorting to use of force. The best and perhaps the only constructive way out of this constitutional crisis is negotiation, dialogue and bargain among stakeholders. Stop the pissing contest and come to the negotiating tables.
Finally you EPRDFites ( or its warring children PP and TPLF) never used to playing by the rule. You are accustomed to bending it to your wishes. Time to learn how play within the law rather than trying bend it. It is actually not that bad. Try it.
Sireerraa malee seerarraa waliif hin ka'an says an Oromo proverb.

โฅ Hassuuni โฅ
Naannoo Kibbaa godina Guraagee aanaa Innamoorii fi Innaritti busaan keelloon mudate.
Mallattoon dhibichaa baatii Gurraandhalaa dhumarra muul'achuusaa fi gabaasni godhamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa, Biiroon Fayyaa Naannoo Kibbaa fi Waajjira Fayyaa godinichaa dhibicha ittisuuf hojjechaa turaniiru jedhan ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan.
Dhuma baatii Bitootessaatti ammoo namni dhibichaan qabame inni dhumaa gabaafameet ture.
Yeroo ammaatti dhibichi to'annoo jala kan oole yoo ta'u, namoonni 86 dhibichaan qabamanii, 4 ammoo lubbuu isaanii dhabaniiru.

Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Deleted Account
Hundayyuu guuttatee
Faaya ibaadaadhaa
Guyyaa soomanaanii
Halkan taraawiidhaa
Zikriiwwaniifi... ๐
Faaya ibaadaadhaa
Guyyaa soomanaanii
Halkan taraawiidhaa
Zikriiwwaniifi... ๐
Forwarded from Deleted Account
๐ โออfออaออzออzออaออkออkออiออrออออ/ออyออaออaออdออaออcออhออiออiออsออiออโ แฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃแฃ
โณQur'aan? qur'aanni waan bifa barreefamaatiin gara ilma namaa buufamee miti. Waan dubbiidhaan ilma namaatti kenname. Rasuula irratti s.a.w yeroo tokko qur'aanni ni qara'ama isaan haffazanii nama kaanitti dabarsan, akkasitti babal'ataa deeme.
โ๏ธWaa lameen kana sadarkaa isiidhaa rabbi malee namni beekuu hin danda'u. #sadarkaa nama soomana qulqulluu somanuu fii #obsa dhugaa nama qabu. Obsi( waan rabbiin fedhu dalaguu fedhii lubbuu gadi qabanii, waan inni dhoowwes dhoowwamuu)
#wanta soomana adda taasisu keessaa guyyaa qiyaamaa, osoo badiin namaallee sirra jiraattee, sirraa fuudhame akka ibaadaa biroo namaa miite sanaa hin kennamu. Ajriin isa keetuma qofa.
โณYaa obbolii keenya kan shamaraa, niyya tollaan ajrii guddaa dalagatutti jirtan, nama soomanaa ooleef nyaata qopheessitanii dhiheessuun keessan qoftuu waan guddaadha rabbiin isinirraa jaalannaan.
#Rabbiin keyrii xiqqoo fi guddoos nurraa haa jaalatu.

Kamil Sherif:
-Ji'a Ramadaanaa keessa dalagaa baay'ee barbaachiftuu taate kan muslimni hundi dalaguu qabu:
โโโโโโโโโ
"Nyaata Furiinsaa (nyaata soomanaan furan) qopheessuu; keessattuu warra waa hin qabneef"
(ู ู ูุทุฑ ุตุงุฆู ูุงู ูู ู ุซู ุฃุฌุฑู ุบูุฑ ุฃูู ูุง ูููุต ู ู ุฃุฌุฑ ุงูุตุงุฆู ุดูุฆุง.)
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan:" Namni nama soomane fursiise fakkaataa ajrii nama fursiisee argata; osoo waa takka ajriin nama inni fursiisee irraa hin hir'atin." {At-Tirmizii: 807}