Forwarded from Deleted Account
#Dhiifama
#RAMADAN_KARIIM
#RAMADAN_KARIIM
#RAMADAN_KARIIM
♡ wan ofii koo akkam naf jirta
♡ as gennee rabbiif galata
♡ eynee waggaa hamdi goytaa
♡ enyutu waggaa dhibba jiraata
♡ wa jedha hayyama naf goota
♡ namni sanyii gaarii murata
♡ nama malee laftii na dhipata
♡ garaan koo jaalala kee filataa
♡ na jaladhu galani kee jannata
~
beka amala koo heddun qoosaa
tokko mitii nama hunda aarsaa
garuu hin qabuu garaa keessaa
an nama namni ni balleessaa
afoown jedhii na gammachiissa
nu ha ka'uu caayaa gaaddisa
~
yon dhugaa kee dhokse si sobe
utu na hamatu walalan si darbe
hunda ol ana jalatee an si jibbe
sababa koo hamileen kee cabee
afoown an badii koof gaabbe
naf dhiisi badii rabbiin si qabee
~
sif ha godhuu baatii jijjirama
rokko keef raawwiin beellama
dhibeen fayyaan sirra dhuma
qunnamii milkii ganda lama
afoown afoown hundii nama
an jedhee naf godhii dhiifama
#RAMADANA_KARIIM
#RAMADANA_KARIIM
baga Ramadan bara 1441 ittiin isinin gahee warra baran kan bara heddu isan ha godhuu
walaloo kana hiriyoota kee kan jalatuu obbolaa keessanif share godha wallahii rabbiif jechaa isinin jaaladha
⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙
👇👇. 👇👇

Forwarded from Islamicbot
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @ibnu_surur qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa weerara Vaayirasii Koroonaa to’achuuf sochii bal’aa geggeessaa jiraatuu beeksise
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
April 22, 2020
Hoggantuun Biiroo Fayyaa Magaalaa Dirree Dhawaa Aadde Lamlam Bazzaabbih ibsa kenniteen, hanga ammaatti Dirree Dhawaa keessatti Vaayirasichi namoota 8 irratti argamuu ibsuun, Biroon Fayyaa fi Bulchiinsi magaalatti tamsa’ina Vayirasichaa too’achuuf sochii bal’aa geggeessaa jira jette.
Hoggantuun Biiroo Fayyaa akka himtetti, namoota magaalattii keessatti Vayirasichi irratti argame jidduu muraasni Jibuutii irraa warra deebi’e akka taheefi, haaluma kanaan ammaas namoota Jibuutii irraa deebi’aniif Yunivarsiitii Dirree Dhawaa fi Mana Barnootaa Sadarkaa Lammaaffaa keessatti hordoffiin fayyaa godhamaafii jiraachuu ibsite. Dabalataanis namoonni kunniin iddoo qophaaheef keessaa bahanii Magaalaa keessa socho’aa jiraachuu eeruu ummata irraa dhufe booda, bulchiinsi magaalattii qaamota nageenyaa waliin eeggumsaa fi too’annoo cimsuu ibsame.
Kana malees tamsa’ini Vayirasichaa magaalaa Dirree Dhawaa fi naannawa isii keeysatti sadarkaa akkamii irra akka jiru qorataamaa kan jiru tahus, Bulchiinsi Magaalaa sochiin ummataa guutumaa guututti ugguramuu waan maluuf, ummanni gamanumaa qophii barbaachisaa akka godhu dhaamuu odeeyfannoon ni addeessa.
Gama biraatiin ammoo Ministeerri Fayyaa ibsa baaseen, sa’aa 24 dabre keessatti namoota 1074f qorannoo labraatoorii geggeeffameen nama lama irratti vaayirasichi argamuu ibse. Haaluma kanaan Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vayirasii koroonaatiin qabamanii 116 gahee jira.
#COVID19 #Ityoophiyaa
@dedroro

Iraan Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu gara Hawaa erguu beeksiste
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
April 22, 2020
Humni Eggumsa Warraaqsa Iraan kan IRG jedhamuun beekamu, Arba’aa har’aa Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu milkiin gara Hawaatti erguu beeksise. Iraan kanaan dura saatalaayitoota telekominikeeshiinii fi tajaajila siviilii gara garaa kennan gara Hawaatti kan ergaa turte tahus, Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu erguu isii yeroo jalqabaatiif ibsite.
Iraan Ji’oottan muraasa asitti qofa yeroo sadi saatalaayitii gara Hawaatti erguuf yaaliin godhaa turte kan fashalaaye yoo tahu, Ameerikaa fi Israa’el biyyattiin misaa’ela Niwukilarii baadhaatu yaalaa jirti jechuun yakkaa turan.
Haaluma walfakkaatuun guyyaa har’aa Iraan Saatalaayitii tajaajila waraanaa gara Hawaatti erguu eega beeksistee booda, Ameerikaa fi Israa’el cimsanii balaaleffataa jiran. Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Mayik Pompiyoo ibsa kenneen “Humni Shororkeessaa Iraan IRG jedhamu Yaalii misaa’ela sadarkaa olaanaa geggeesseef itti gaafatamuu qaba” jedhe. Israa’el gama isiitiin, Saatalaayitiin Iiraan har’a gara Hawaatti ergite, biyyattiin Niwukilarii waraanaa oomishuuf dandeetti qabdu kan garsiisu jechuun ibsite.
Gama biraatiin ammoo Prezdaant Traamp Fuula Twitter isaa irratti “Kana booda Dooniiwwan waraana Iraan Humna Galaana Ameerikaa irratti aggaammii fi danqaa uumuuf kan yaalan yoo tahe, akka rukutaman ajaja kenneetiin jira” jechuun barreesse. Torbee tokko dura Dooniiwwaan waraana Iraan, Markaba Humna Galaana Ameerikaa Baha Jiddu Galaa keessatti argamtu takkatti dhihaachuun, daangaa galaana Iraan keessaa akka baatu akeekkachiisuun gabaafamee ture.
#Iraan #Ameerikaa

As wr wb??
Baga geessan
Baga geenne
Ramadan kan barakaa Jennee
Afwan lillah Afwan lillah Afwan lillaah
Irra deebinee baga geessan
Isiniin jedha
@dedroro
Baga geessan
Baga geenne
Ramadan kan barakaa Jennee
Afwan lillah Afwan lillah Afwan lillaah
Irra deebinee baga geessan
Isiniin jedha
@dedroro
#Ramadaaniyyaat...
#رمضانيات...
KUTAA1️⃣ffaa
▶️ Sooma jechuun maali?
Sooma jechuun Afaan arabaatiin الإمساك of qabuu jechuu dha.
▶️ Shari'aatti
Wantoota nama fursiisan irraa of qabuu dha kan akka nyaataa, dhugaatii,haadha manaa ofiitti dabalamuu,
Niyyaa rabbiin gabbara jechuutiin yeroo fajriin bahe irraa kaasee hanga Aduun dhiitutti.
🍔🌭🥪🍕🥓🥞🌮🥗🍣🥟🥮🍯
▶️ Hukmiin (Murtiin) soomaa maali?
Soomni cufa nama muslima tahee ka ballage (amala saala lammeessoo keessa ka seene) ka aqlii qabu, ka sooma soomuu dandahu, ka biyya jiru ammas dubartii dhiigaa aadaatiifii dhiiga dhalaa irraa qulqullooytuu taate, nama kana hunda irratti waajiba (Dirqama)
⭐️🌙⭐️🌙⭐️🌙⭐️🌙⭐️🌙⭐️🌙
Ji'a Ramadaanaa soomuun utubaa shanan amantiin islaamaa irraa ijaaramtu keessa tokko yoo tahu, dirqamummaan isaa Qur'aana, Hadiisaafii, Ijmaa'aan ragga'ee jira.
⭐️🌙⭐️🌙⭐️🌙⭐️🌙⭐️🌙
Share waliif gochuu hin irraanfatinaa.
Itti fufa....
Kutaa 2⃣ffaa
#Sadarkaa_Soomni_qabu.
#فضائل_الصوم.
Mata duree jedhuun nu eegaa.
@dedroro
Join godhaa hiriyyoota keessan hundaafuu ergaa jazaakumullaahu keyran

✅Baatii ramadaanaa keessa maaltu nubarbaachisa
✅Baatii ramadaanaa akkamitti dabarsina 👇👇
✅Baatii ramadaanaa akkamitti dabarsina 👇👇
Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
⤵️⤵️JOIN ⤵️ ⤵️ godhaa
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
⤵️⤵️JOIN ⤵️ ⤵️ godhaa
Forwarded from Deleted Account
LikeBot:
⁉️⁉️ Jireenyi maali? ⁉️⁉️
Hiikni Jireenyaa akka siif galu yoo barbadde idoollee armaan gadii sadan(3n) kana deemi.
1. Hospitaala
2. Mana hidhaa (sirreesaa)
3. Iddo awaalcha(qabrii)
Hospitaalatti, wanti tokkollen kan fayyaa caalu akkaa hin jirre hubatta.
Mana hidhaa(sirreessa)tti, walabummaan fi Bilisa ta'aani deemuun halaan barbaachisaa akka ta'e huubatta.
Iddoo Awaalchatti(qabrii), dacheen ati Har'a milaan irra deema jirtu boru akka qorqorroo kee akka ta'u dhugoomsatta.
Kuni Dhugaa Hadha'aa👇
nu Marti wan tokko malee Adunyaa kana irra dhufne akkasumatti wan tokko malee Adunyaa kana iraa demuuf teenya.... Kanafuu yeroo mara mataa kee gad qabiiti Rabbiif Galata galchi.
Dhibee amma Adunyaa kana Weraraa jiruufis Abbaan Furmaata Rabbii tokkicha waan ta'eef Harka kee ol qabiiti Rabbii kee Karadhu saniitu Furmaataati.
Yaa Rabbii Furmaata nuuf laadhu ati ni dandeessaati.🙏
@Ibnutemiya6 @Keyralumma

Ramadaana kanaaf qofa of hin jijjiirin, jiruu tee fuula duraaf of jijjiiri. Ramadaana kana jalqaba haarawa ykn kan jiruu kee itti jijjiiruuf jalqaba sii ta'u taasifadhu.
Forwarded from Deleted Account
🌷Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
Jaalalloowwan keenya baga rabbiin arraan isin gahee.
Mee waan isin gaafdha 🙋♂️ji'a/baatiin #ramadaanaa kabajabamaa jaallatamaa tahe kana keessa irra baayyee maal hojjachuutu isin gammachiisa?
Hirmaadhaa #filannoowwan armaan gadii keessaa kan kan hojjachuun isin gammachiisu #tuqaatii hirmaadha. 👇👇

Yeroo fuxuuraa ykn furiinsaa fi suhuuraa yaadadhu nyaata baay'ee akka hin fayyadamne. Nuti soomuuf nyaanna malee nyaatuuf hin soomnu.
#COVID19 Ityoophiyaatti odeeffannoo haala yeroo vaayirasii koronaa
• Qorannoo gaggeeffame = 13,645
• Namoonni qabaman = 123
• Namoonni yeroo ammaa yaala irra jiran = 79
• Namoonni bayyanatan = 41
• Namoonni du'an = 3
• Lammileen biyya ala 2 biyya isaatti deebi'aniiru.
@oromonewspost

#COVID19
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 957 gaggeeffameen namni dabalataa 1 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 123 taasiseera.
Haala dhukkubsataa :-
- Lammii Itoophiyaa (ganna 30) - jiraataa magaala Jigjigaa - Puntlaand irraa kan deebi'e fi tursiisa addaa dirqamaa keessa kan ture
Akkasumas sa'aatii 24 keessatti namoonni dabalataa 12 magaala Finfinneerra dhibee kana irraa bayyanataniiru. Kunis lakkoofsa waliigalaan bayyanatan 41 taasiseera.
Dr Liyaa Taaddasaa

Daarektaraa Olaanaan Dhaabbatichaa Dr. Teediroos Adaahanoom, weerarrii vaayirasii koroonaa biyyoota Afriikaa, Ggiddugaleessaa fi Kibbaa Ameerikaaa akkaasumas Baha Awuurooppattii dabalaa dhufuun soodachisaa dha jechuun akeekachiisan.
Dr.Teediroos hasawa vidiiyoo koonfiraansidhaan taasisanin weerarri vaayirasii koroonaa biyyoota Dhiha Awuurooppatti hir’achaa dhufus, biyyoota biroof garuu weerarichii reefuu jalqabaa jiraachuu beeksisan jedha gabaasni BBC..
Biyyoonni baay’een hanga ammaatti weeraraa dhibee vaayirasii koroonaan sadaarkaa jalqaba irratti kan argamanifi biyyoonni muraasni jalqaba vaayirasichaan midhaman immoo dandamachuu irratti argamu jedhan.
’’Dogoggora tokkollee hojjachuu hin qabnu,kara imalluu dheerataa jira,vaayirasiin kun yeroo dheeraaf nuu waliin tura’’ jedhan Dr. Teediroos
(BBC)

Forwarded from BUTTON MAKER
Barnoota soomanaa
Kutaa 4ffaa
Dura kutaa 3ffaa dubbisuu kee hubadhu..
Seera barbaachisaa soomanaa.
1-Soomana furiinsa jarjarsuu,yogguu aduun seenuu mirkaneyfatan.
Nabiin s.a.w. akkana jedhan ''namni toltumarra jira waan soomana... Si more 👇kan gadii kana tuquun guutuusaa argattu
Kutaa 4ffaa
Dura kutaa 3ffaa dubbisuu kee hubadhu..
Seera barbaachisaa soomanaa.
1-Soomana furiinsa jarjarsuu,yogguu aduun seenuu mirkaneyfatan.
Nabiin s.a.w. akkana jedhan ''namni toltumarra jira waan soomana... Si more 👇kan gadii kana tuquun guutuusaa argattu
Forwarded from Islamicbot
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @ibnu_surur qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @ibnu_surur qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Deleted Account
_______ Barnoota soomanaa ___
Kutaa 5ffaa
🚫 Wontoota soomana balleessan 🚫
1ffaa
🚫Namni Guyyaa Soomanaa Qunnamtii saalaa godhuun soomana balleesse.
✅ guyyaa isaa kan hafe soomana itti fufuu qaba.
✅guyyaa kana qadaa kafaluu qaba.
✅adaba kaffaaraa guddotu isarraa barbaachisaa.
✅isiinis gabra tokko bilisoomsuudha. yoo hin argatin ji'a lama walitti dhaabee soomanuudha. yoo hindandayin miskiina jahaatama nyaachisuudha.
✅Towbaan Rabbi araarfachuu kadhaa heddummeessuu barbaachisa.
2ffaa
🚫Beekaadhaa irraanfiidhaan maletti nyaachuu fii dhuguu,namni kun soomanni isaa nibada, guyyaa san hanga hafe soomanaan turuun dirqamaa, qadaa guyyaa fure sanii kafaluu qaba, gabbuu, sheenawuufii towbachuu isa barbaachisa.
3ffaa
🚫Bishaan hormaataa dhangalaasuu, osoo dammaqaa jiruu. Kan hirriibaan hintahin.Qaama saalaa harkaan of tuttuquun,jaarsaaf jaartiin walqaqqabuun,waldhungachuufi walhammachuun tahuu Bishaan hormaataa dhangalaasuu. Kunis Adabuma akka nama beekaa nyaataa fi dhugaatiin fureetu isarra jira.
4ffaa
🚫Limmoo nyaataa godhachuu,tan isiin nyaataafi dhugaatirraa duroomuu danda'an.
5ffaa
🚫Limmoo dhiigaa godhachuu,dhiga nama biro karaa limmootiin ufitti naquu .
6ffaa
🚫 Dhiiyni baatiitii fi kan ulmaa dubartitti dhufuu.
7ffaa
🚫dhiiga ufirraa baasuu. koobaan,hidda muruun,limmoon nama dhukkubsate gargaaruuf ufirraa waraabuun fi kkf. soomana ni fura.Nabiin s.a.w. akki jedhe ''kankoobee fi
kan koobbates soomana furan'' abudawudii fi nasa'I odeesse, albaaniin sahiiha jedheen.
✅Hubachiisa-Ammoo dhiiyni ufumaan namarraa yaa'u kan akka funuunaa fi ilkee buqqaasanii dhiiydee soomana hin furu. koobas mitii ittis hin fakkaatu.
8ffaa
🚫Beekaa uf haqqisiisuu hadiisatti ''Namni soomanaa yoo haqqisaan dirqiin isatti dhufte homaa isarratti hin jiran, ammo namni of haqqisiise qadaa haakafalu'' warreen sunanaatu odeesse albaaniin sahiiha jedheen.
aakafalu'' warreen sunanaatu odeesse albaaniin sahiiha jedheen.
✅Itti fufa...
Barumsa dabarteefi haarawa argachuuf
Channel keenya daawwadhaa!
👇J O I N👇
@abu_abdalah1
@keyralumma
@ibnutemiya6
✅Barnoota waan ramadaanaa irratti yaada yoo qabaattan👇
@Mzfirst

Isinumti of oolchaa!
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Namoonnii baay'een dhimma Obbo Dinquu Dayyaasaa maaf cal'istan jedhu.
1) Hamman ani beekutti dhiibbaan irra gahaa jiru waldhibdee dhuunfaa isaafi qondaala mootummaa tokkoo irraa ka'a. Tana keessa garuu warri Oromoo garuma hundaan miidhuu barbaadan akka dhimma bahanin shakka. Tarii qaama duula Oromoota wayyaa qaban ija jaamsuus ta'uu danda'a. Dhimma kana hiriyoonni waloo isaanifi jaarsonni itti dhiyaatan ni furu jennee abdanna. Kanaafin dhimma isaa dubbachuu dhabuun akka politicize hin taanef caldhise.
2) Waan Dinquun Oromoof godhe sabni waan beekuuf itti himuun gurra dhukkubsuu taati. Kan biraa yoo dhiifne ilmaan Oromoo mootummaan Yunivarsitii irraa ariitee inni bilisaan barsiise kumaatamaan waan jiraniif ragaa bahu. Akka Oromootti qofa osoo hin ta'in akka biyyaatti dureessi nama gargaaru ( philanthropist) hanga Dinquu hin jiru. Qondaalota mootummaa dabalatee kan gaafa rakkatanii takkaa dhibaman itti garagalan Dinquu Dayyaasaati. Irreechi har'a Oromoon waggaa waggaan miliyoonaan kabajatu kun akka dagaguuf nama adda durummaan gargaaraa tureedha. Sirni Gadaa deebi'ee akka dagaaguufis shoora olaanaa taphate. Dabalataan kubbaaniyyaalee heddu qabu keessatti namoota kumatamaaf carraa hojii uumee jira. Mootummaan alatti kubbaaniyyaan dhuunfaa hanga isaa hojjattoota qabu hin jiru. (He is the largest non-state employer in the country.)
Kanaafuu warri mootummaa dubbii kana ija haaloon osoo hin ta'iin bifa itti gaafatamummaa qabuun laaluu qabu. Hiree namoota kumaatamaatu bada, keessattuu yeroo hamaa kana keessatti. Dinquu caalaa ummata inni carraa hojii baneefitu rakkata. Kana hubatanii ni furu jennee abdanna.
https://youtu.be/sSSl_be_-s8

So Tigrai State wants to go a head and hold regional election in August despite federal election being postponed? Interesting!
Another constitutional crisis on top of the one we already have. Come September, both Abiy's federal and Debretsion's regional government will expire and two illegitimate governments will be facing off. Both sides trying to find loopholes in the constitution to renew its legitimacy before that happens.
In my view, neither side has legal path forward. The best way is national dialogue and negotiation among contending parties.