Forwarded from Deleted Account
โ Yaa rabbi boohartii taraawiihaa san nun hanqisin.๐
โ Sagalee qur'aanaa babbareedduu san yaa rabbi nun agabsin.๐
Fayyaa guutuudhaa fi gammachuudhaan ramadaanaan nu gahi ๐๐๐ฅบ
Aamiiiiiiiiiiiiiin ๐๐
โ Sagalee qur'aanaa babbareedduu san yaa rabbi nun agabsin.๐
Fayyaa guutuudhaa fi gammachuudhaan ramadaanaan nu gahi ๐๐๐ฅบ
Aamiiiiiiiiiiiiiin ๐๐
Forwarded from Deleted Account
#Dhiifama
#RAMADAN_KARIIM
#RAMADAN_KARIIM
#RAMADAN_KARIIM
โก wan ofii koo akkam naf jirta
โก as gennee rabbiif galata
โก eynee waggaa hamdi goytaa
โก enyutu waggaa dhibba jiraata
โก wa jedha hayyama naf goota
โก namni sanyii gaarii murata
โก nama malee laftii na dhipata
โก garaan koo jaalala kee filataa
โก na jaladhu galani kee jannata
~
beka amala koo heddun qoosaa
tokko mitii nama hunda aarsaa
garuu hin qabuu garaa keessaa
an nama namni ni balleessaa
afoown jedhii na gammachiissa
nu ha ka'uu caayaa gaaddisa
~
yon dhugaa kee dhokse si sobe
utu na hamatu walalan si darbe
hunda ol ana jalatee an si jibbe
sababa koo hamileen kee cabee
afoown an badii koof gaabbe
naf dhiisi badii rabbiin si qabee
~
sif ha godhuu baatii jijjirama
rokko keef raawwiin beellama
dhibeen fayyaan sirra dhuma
qunnamii milkii ganda lama
afoown afoown hundii nama
an jedhee naf godhii dhiifama
#RAMADANA_KARIIM
#RAMADANA_KARIIM
baga Ramadan bara 1441 ittiin isinin gahee warra baran kan bara heddu isan ha godhuu
walaloo kana hiriyoota kee kan jalatuu obbolaa keessanif share godha wallahii rabbiif jechaa isinin jaaladha
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐. ๐๐

Forwarded from Islamicbot
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @ibnu_surur qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

โโBulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa weerara Vaayirasii Koroonaa toโachuuf sochii balโaa geggeessaa jiraatuu beeksise
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
April 22, 2020
Hoggantuun Biiroo Fayyaa Magaalaa Dirree Dhawaa Aadde Lamlam Bazzaabbih ibsa kenniteen, hanga ammaatti Dirree Dhawaa keessatti Vaayirasichi namoota 8 irratti argamuu ibsuun, Biroon Fayyaa fi Bulchiinsi magaalatti tamsaโina Vayirasichaa tooโachuuf sochii balโaa geggeessaa jira jette.
Hoggantuun Biiroo Fayyaa akka himtetti, namoota magaalattii keessatti Vayirasichi irratti argame jidduu muraasni Jibuutii irraa warra deebiโe akka taheefi, haaluma kanaan ammaas namoota Jibuutii irraa deebiโaniif Yunivarsiitii Dirree Dhawaa fi Mana Barnootaa Sadarkaa Lammaaffaa keessatti hordoffiin fayyaa godhamaafii jiraachuu ibsite. Dabalataanis namoonni kunniin iddoo qophaaheef keessaa bahanii Magaalaa keessa sochoโaa jiraachuu eeruu ummata irraa dhufe booda, bulchiinsi magaalattii qaamota nageenyaa waliin eeggumsaa fi tooโannoo cimsuu ibsame.
Kana malees tamsaโini Vayirasichaa magaalaa Dirree Dhawaa fi naannawa isii keeysatti sadarkaa akkamii irra akka jiru qorataamaa kan jiru tahus, Bulchiinsi Magaalaa sochiin ummataa guutumaa guututti ugguramuu waan maluuf, ummanni gamanumaa qophii barbaachisaa akka godhu dhaamuu odeeyfannoon ni addeessa.
Gama biraatiin ammoo Ministeerri Fayyaa ibsa baaseen, saโaa 24 dabre keessatti namoota 1074f qorannoo labraatoorii geggeeffameen nama lama irratti vaayirasichi argamuu ibse. Haaluma kanaan Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vayirasii koroonaatiin qabamanii 116 gahee jira.
#COVID19 #Ityoophiyaa
@dedroro

โโIraan Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu gara Hawaa erguu beeksiste
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
April 22, 2020
Humni Eggumsa Warraaqsa Iraan kan IRG jedhamuun beekamu, Arbaโaa harโaa Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu milkiin gara Hawaatti erguu beeksise. Iraan kanaan dura saatalaayitoota telekominikeeshiinii fi tajaajila siviilii gara garaa kennan gara Hawaatti kan ergaa turte tahus, Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu erguu isii yeroo jalqabaatiif ibsite.
Iraan Jiโoottan muraasa asitti qofa yeroo sadi saatalaayitii gara Hawaatti erguuf yaaliin godhaa turte kan fashalaaye yoo tahu, Ameerikaa fi Israaโel biyyattiin misaaโela Niwukilarii baadhaatu yaalaa jirti jechuun yakkaa turan.
Haaluma walfakkaatuun guyyaa harโaa Iraan Saatalaayitii tajaajila waraanaa gara Hawaatti erguu eega beeksistee booda, Ameerikaa fi Israaโel cimsanii balaaleffataa jiran. Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Mayik Pompiyoo ibsa kenneen โHumni Shororkeessaa Iraan IRG jedhamu Yaalii misaaโela sadarkaa olaanaa geggeesseef itti gaafatamuu qabaโ jedhe. Israaโel gama isiitiin, Saatalaayitiin Iiraan harโa gara Hawaatti ergite, biyyattiin Niwukilarii waraanaa oomishuuf dandeetti qabdu kan garsiisu jechuun ibsite.
Gama biraatiin ammoo Prezdaant Traamp Fuula Twitter isaa irratti โKana booda Dooniiwwan waraana Iraan Humna Galaana Ameerikaa irratti aggaammii fi danqaa uumuuf kan yaalan yoo tahe, akka rukutaman ajaja kenneetiin jiraโ jechuun barreesse. Torbee tokko dura Dooniiwwaan waraana Iraan, Markaba Humna Galaana Ameerikaa Baha Jiddu Galaa keessatti argamtu takkatti dhihaachuun, daangaa galaana Iraan keessaa akka baatu akeekkachiisuun gabaafamee ture.
#Iraan #Ameerikaa

As wr wb??
Baga geessan
Baga geenne
Ramadan kan barakaa Jennee
Afwan lillah Afwan lillah Afwan lillaah
Irra deebinee baga geessan
Isiniin jedha
@dedroro
Baga geessan
Baga geenne
Ramadan kan barakaa Jennee
Afwan lillah Afwan lillah Afwan lillaah
Irra deebinee baga geessan
Isiniin jedha
@dedroro
#Ramadaaniyyaat...
#ุฑู ุถุงููุงุช...
KUTAA1๏ธโฃffaa
โถ๏ธ Sooma jechuun maali?
Sooma jechuun Afaan arabaatiin ุงูุฅู ุณุงู of qabuu jechuu dha.
โถ๏ธ Shari'aatti
Wantoota nama fursiisan irraa of qabuu dha kan akka nyaataa, dhugaatii,haadha manaa ofiitti dabalamuu,
Niyyaa rabbiin gabbara jechuutiin yeroo fajriin bahe irraa kaasee hanga Aduun dhiitutti.
๐๐ญ๐ฅช๐๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฅ๐ฃ๐ฅ๐ฅฎ๐ฏ
โถ๏ธ Hukmiin (Murtiin) soomaa maali?
Soomni cufa nama muslima tahee ka ballage (amala saala lammeessoo keessa ka seene) ka aqlii qabu, ka sooma soomuu dandahu, ka biyya jiru ammas dubartii dhiigaa aadaatiifii dhiiga dhalaa irraa qulqullooytuu taate, nama kana hunda irratti waajiba (Dirqama)
โญ๏ธ๐โญ๏ธ๐โญ๏ธ๐โญ๏ธ๐โญ๏ธ๐โญ๏ธ๐
Ji'a Ramadaanaa soomuun utubaa shanan amantiin islaamaa irraa ijaaramtu keessa tokko yoo tahu, dirqamummaan isaa Qur'aana, Hadiisaafii, Ijmaa'aan ragga'ee jira.
โญ๏ธ๐โญ๏ธ๐โญ๏ธ๐โญ๏ธ๐โญ๏ธ๐
Share waliif gochuu hin irraanfatinaa.
Itti fufa....
Kutaa 2โฃffaa
#Sadarkaa_Soomni_qabu.
#ูุถุงุฆู_ุงูุตูู .
Mata duree jedhuun nu eegaa.
@dedroro
Join godhaa hiriyyoota keessan hundaafuu ergaa jazaakumullaahu keyran

โ
Baatii ramadaanaa keessa maaltu nubarbaachisa
โ Baatii ramadaanaa akkamitti dabarsina ๐๐
โ Baatii ramadaanaa akkamitti dabarsina ๐๐
Forwarded from Deleted Account
Chenal keessan ergaa bareedaafi Jechoota gaggaarii
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Barnoota babbareedaa isiniif qabatee dhufeera
โคต๏ธโคต๏ธJOIN โคต๏ธ โคต๏ธ godhaa
Forwarded from Deleted Account
LikeBot:
โ๏ธโ๏ธ Jireenyi maali? โ๏ธโ๏ธ
Hiikni Jireenyaa akka siif galu yoo barbadde idoollee armaan gadii sadan(3n) kana deemi.
1. Hospitaala
2. Mana hidhaa (sirreesaa)
3. Iddo awaalcha(qabrii)
Hospitaalatti, wanti tokkollen kan fayyaa caalu akkaa hin jirre hubatta.
Mana hidhaa(sirreessa)tti, walabummaan fi Bilisa ta'aani deemuun halaan barbaachisaa akka ta'e huubatta.
Iddoo Awaalchatti(qabrii), dacheen ati Har'a milaan irra deema jirtu boru akka qorqorroo kee akka ta'u dhugoomsatta.
Kuni Dhugaa Hadha'aa๐
nu Marti wan tokko malee Adunyaa kana irra dhufne akkasumatti wan tokko malee Adunyaa kana iraa demuuf teenya.... Kanafuu yeroo mara mataa kee gad qabiiti Rabbiif Galata galchi.
Dhibee amma Adunyaa kana Weraraa jiruufis Abbaan Furmaata Rabbii tokkicha waan ta'eef Harka kee ol qabiiti Rabbii kee Karadhu saniitu Furmaataati.
Yaa Rabbii Furmaata nuuf laadhu ati ni dandeessaati.๐
@Ibnutemiya6 @Keyralumma

Ramadaana kanaaf qofa of hin jijjiirin, jiruu tee fuula duraaf of jijjiiri. Ramadaana kana jalqaba haarawa ykn kan jiruu kee itti jijjiiruuf jalqaba sii ta'u taasifadhu.
Forwarded from Deleted Account
๐ทAssalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
Jaalalloowwan keenya baga rabbiin arraan isin gahee.
Mee waan isin gaafdha ๐โโ๏ธji'a/baatiin #ramadaanaa kabajabamaa jaallatamaa tahe kana keessa irra baayyee maal hojjachuutu isin gammachiisa?
Hirmaadhaa #filannoowwan armaan gadii keessaa kan kan hojjachuun isin gammachiisu #tuqaatii hirmaadha. ๐๐

Yeroo fuxuuraa ykn furiinsaa fi suhuuraa yaadadhu nyaata baay'ee akka hin fayyadamne. Nuti soomuuf nyaanna malee nyaatuuf hin soomnu.
#COVID19 Ityoophiyaatti odeeffannoo haala yeroo vaayirasii koronaa
โข Qorannoo gaggeeffame = 13,645
โข Namoonni qabaman = 123
โข Namoonni yeroo ammaa yaala irra jiran = 79
โข Namoonni bayyanatan = 41
โข Namoonni du'an = 3
โข Lammileen biyya ala 2 biyya isaatti deebi'aniiru.
@oromonewspost

#COVID19
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 957 gaggeeffameen namni dabalataa 1 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 123 taasiseera.
Haala dhukkubsataa :-
- Lammii Itoophiyaa (ganna 30) - jiraataa magaala Jigjigaa - Puntlaand irraa kan deebi'e fi tursiisa addaa dirqamaa keessa kan ture
Akkasumas sa'aatii 24 keessatti namoonni dabalataa 12 magaala Finfinneerra dhibee kana irraa bayyanataniiru. Kunis lakkoofsa waliigalaan bayyanatan 41 taasiseera.
Dr Liyaa Taaddasaa

Daarektaraa Olaanaan Dhaabbatichaa Dr. Teediroos Adaahanoom, weerarrii vaayirasii koroonaa biyyoota Afriikaa, Ggiddugaleessaa fi Kibbaa Ameerikaaa akkaasumas Baha Awuurooppattii dabalaa dhufuun soodachisaa dha jechuun akeekachiisan.
Dr.Teediroos hasawa vidiiyoo koonfiraansidhaan taasisanin weerarri vaayirasii koroonaa biyyoota Dhiha Awuurooppatti hirโachaa dhufus, biyyoota biroof garuu weerarichii reefuu jalqabaa jiraachuu beeksisan jedha gabaasni BBC..
Biyyoonni baayโeen hanga ammaatti weeraraa dhibee vaayirasii koroonaan sadaarkaa jalqaba irratti kan argamanifi biyyoonni muraasni jalqaba vaayirasichaan midhaman immoo dandamachuu irratti argamu jedhan.
โโDogoggora tokkollee hojjachuu hin qabnu,kara imalluu dheerataa jira,vaayirasiin kun yeroo dheeraaf nuu waliin turaโโ jedhan Dr. Teediroos
(BBC)

Forwarded from BUTTON MAKER
Barnoota soomanaa
Kutaa 4ffaa
Dura kutaa 3ffaa dubbisuu kee hubadhu..
Seera barbaachisaa soomanaa.
1-Soomana furiinsa jarjarsuu,yogguu aduun seenuu mirkaneyfatan.
Nabiin s.a.w. akkana jedhan ''namni toltumarra jira waan soomana... Si more ๐kan gadii kana tuquun guutuusaa argattu