JAARRAA ABBAA GADAA
1.53K subscribers
971 photos
41 videos
10 files
343 links
Goota falmuu dhiifnee
Qeerroon Galee ciifnee
Oromiyaa Dachii Goota
Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!!

YAADAF๐Ÿ‘‰ @JAARRAABOT
Channel youtube keenya Argachuuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Download Telegram
Breaking Newsโ€ผ๏ธ

We have additional 3 cases of CoVid19 in Ethiopia.

Total case is 108.
Dear Dr Tedros Adhanom Ghebreyesus

We are getting disturbing images and video footage of Africans, including diplomats, subjected to racially motivated discrimination and abuse by some Chinese nationals and institutions in mainland China! I am sure you agree with me and many others that this is unacceptable. Solidarity is at the heart of the global fight against the COVID-19, as you rightfully said, to which the world responded positively.

You stood against such form of racism when two French doctors said future COVID-19 vaccines should be tried first on Africans. You stood firm against it and the world listened to you and stood by you!

You also held your ground and persisted when the most powerful leader in the world, Donald Trump, kept trying to pin his failures to handle the virus on you, China and the WHO. Again, most of the world and all of Africa stood by you, rightly!

Now, we need you to stand by us, Africans, against this despicable act of pure racism meted out by Chinese nationals and institutions in mainland China, and call an end to it immediately!

It is time you called out what is happening in mainland China and called an end to it!

Jawar Mohammed
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒ™๐ŸŒ™ ูŠุง ุจุงุบูŠ ุงู„ุฎูŠุฑ ุงู‚ุจู„๐ŸŒ™๐ŸŒ™

โ˜๏ธYaa nama if wallaale dhufte baatiin of baratan.

โ˜๏ธYaa nama if dagate dhufte baatiin of yaadatan.

โ˜๏ธYaa nama dilii garaa garaan dhukkubsate dhufte baatiin of wal'aanan.

โ˜๏ธYaa nama ibaadarraa laaffate dhufte baatiin ibaada jajjabaatan.

โ˜๏ธ yaa nama yeroo ofii qisaaseessaa jiru dhufte baatiin yeroo ofii saammatan.

Yaa obboleessa kiyya
Yaa obboleettii tiyya

Yoo ramadaanaaf hin dammaqne yoom dammaqna.

Yoo ramadaanaaf qalbi jiifanne yoom jiifanna.

Mee daqiiqa takkaaf qabxiilee armaan gadii kana xiinxaluuf sammuu teenya keessatti search goonee haa laalluu:

1.Ramadaanni kun ramadaana siif xumuraatiin rabbirraa murtaa'uutu mala.

2.Ramadaanni ramadaana Aakiraa tee murteessu tahuutu mala.

3.Ramadaanni kun ramadaana adeemsi jiruuf jireenyi keeti kheessatti murtaa'u ta'uutu mala.

4.Ramadaanni khun ramadaana isa kheessa jahannamirra bilisoomteen rabbiirraa siif murtaa'u ta'uutu mala.

Kanaaf yaa akhii yaa ukhtii akka yeroo taanii dhadhama'un nun baasu nurraa hin Eeggamuusi .

Akka nama boru du'utti isa kheessatti carraaqqachuutu jahannam jalaa najaa nu baasa nu milkeessaasi.

Please ุงุญุจุชูŠ ูู‰ ุงู„ู„ู‡.
Haa of yaadannuu
Kheyriif haa dammaqnuu.
Jahannam jalaa of haa baraarruu.
Jannata haa bitannuu
Rabbi biraa qadara kheyrii haa murteeffannu.

Bakka nama dhukkubdu ammaa ammatti qabatan akkuma ja'amu :

Anilleen kanumaafiin akkanatti irra daddeebi'ee waywaacha oola.inshaa allah .

ุงู„ู„ู‡ู… ุจู„ุบู†ุง ุดู‡ุฑ ุฑู…ุถุงู† ูˆุฌุนู„ู‡ุง ู„ู†ุง ู…ุจุงุฑูƒุง ูˆุงู„ุณุนุงุฏู‡ ..

Aaaamiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin
Forwarded from Deleted Account
Sagantaa ramadaanaa eegallee jirra dafaa itti dhihaadha ๐Ÿ‘‡
Forwarded from Deleted Account
ATIS JIJJIIRAMI

โœโœMuaz yakubโœ โœ
           โ“™โ“žโ“˜โ“
     @abu_abdalah1

Harras achi hin jirtu
Sochii tasifteetta
Umrii kee guutuurraa
Tokko hir'ifteetta...

Dhalattee addunyaa
Ifasii kan agarte
Rabbitu siif murteesse
Badhaasaam yoo xiinxalte...

Sana yaaduu dhabuunis
Gaafa kaan si dhamaasa
Dhamaasuu kee argannaan
Shayxaannis si jallisa...

Karaatti si argatee
Kakuu isaa guuttata
Nan jallisa kan jedhe
Hojiitti jijjiirrata...**

Kaleessa yoo wollaaltee
Shayxaanaaf karra bante
Harra cufi ulaa sanaa
Siif caala yoo tawbatte
Bor geesseen hin beekamtu
Murtiitu dur dabarte....**

Egaa obboleeyyan koo
Wolii galli muslimaa
Kan dabarteef tawbataa
Woliin dura adeemaa...

Kan dhufus of haa qabnu
Akka woliin milkoofnu
Kanuma ergaan keenya
Kan har'a woliif dhaamnu...**

๐Ÿ‘‰๐Ÿพ Walaloo Mimmiidhagduu yeroo yeroon argachuuf ๐Ÿ‘‡
April 20 (Ebla 12)
Sheekonni #Sawudii namoonni ji'a Ramadaanaa keessa salaataaf akka wal hin geenye jedhan.
Qaamni amantii guddaa #Sawud Arabiyaa tatamsa'inna koronaavaayiras hir'isuuf, Musliimonni guutuu
addunyaarra jiran ji'a Ramadaanaa keessa salaataaf akka wal hin geenye dhorkan.
Manni Maree Hayyulee Olaanoo akka jedhetti "walitti qabamuun vaayirasichi akka tamsa'u waan godhuuf,
walitti hin qabaminaa," jechuun Saudi Press Agency gabaaseera.
#Sawudi Arabiyaan Masjiida guddaa Makkaa dabalatee Masjiidota hedduu cufteetti.
Gama biraatiin Hogganaan Olaanaa Iraan Ayaatolaa Khaameeni akka jedhanitti Musliimonni ji'a Ramadaanaa
keessa soomuun irraa hin eegamu jedhan.
Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaa

Godina Shawaa Bahaa Aanaa #Adaamaa mana amantaa Ortodooksii Yohaannis Didibbisaa jedhamutti sanbata duraa halkan dargaggoonni torba(7) lubbuun isaanii darbee argaman.
Ajajaan poolisii Aaanaa #Adaamaa Komaandar Tasfaayee Ittaanaa BBC'tti akka himanitti dargaggoota lubbuun
isaanii darbe torba keessaa jaha(6) dubartoota yoo tahan tokko(1) dhiira.
#BREAKING_NEWS
#COVID19
April 20(Ebla 12)
#ETHIOPIA | Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti namoota 3 irratti vaayirsichi argameera.

Kana hordofuun biyyattitti lakkoofsa namoota COVID-19'n qabaman 111 gaheera
#HUBACHISA!!!

COVID-19 akka qoosaatti hin ilaalinaa! Itoophiyaa keessatti tatamsa'ina vaayirasicha saffisaan dabalaa jira. Tatamsa'ina biyya Ameerikaa keessatti agarsiisaa ture waliin wal bira qabne yoo madaallee kan biyya keenyaa haalaan saffisa qaba.

Tatamsa'ina COVID-19 Ameerikaa ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ธ keessatti (kan guyyoota jalqabaa 35)

Amajjii 22: 1(namni jalqabaa qabame)
Amajjii 29: nama 5 gahe
Gurraandhala 5: 11 gahe
Gurraandhala 12: 13 gahe
Gurraandhala 19: 15 gahe
Gurraandhala 26: 59 gahe

Tatamsa'ina COVID-19 Itoophiyaa ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น keessatti (kan guyyoota jalqabaa 35)

Bitootessa 13: 1(namni jalqabaa qabame)
Bitootessa 15: 4 gahe
Bitootessa 21: 11 gahe
Bitootessa 28: 16 gahe
Ebla 4: 38 gahe
Ebla 11: 69 gahe
Ebla 18: 105 gahe

Hubachiisa: Dursa yeroo vaayirasichi biyyatti seenu namni waa'ee dhibee COVID-19 hubannoo argachuun tattaaffii godhaa ture. Of eeggannoos godhaa ture. Erga guyyaa muraasa asii garuu namni waan hunda dagatee gara jireenya dagannaatti deebi'e jira. Dhibeen kun akka salphaatti yoo ilaalame miidhaa hamaa uummata fi biyyarraa geessisa. Kanaaf ammas taanaan gorsa ogeeyyii fayyaa dhagahuun of eeggannoo cimaa akka gootan dhaamsa dabarsuu barbaanna.

Mana turaa, Of baraaraa!
Forwarded from Deleted Account
Du'aa'ii Tana Osoo Share Gootee
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข

Rabbiin keeyrii Ati hojjatte hunda sirraa haa qeebalu.

Badii Ati hojjatte hunda Rahmata isaatiin irra siif haa dabru.

Hojii Gaarii/keeyrii hundaa hojjachuuf siif haa laaffisu

Jireenya kee kan Addunyaa irra jiraattu kanas jireenya Gaarii siif haa Godhu

Yeroo Addunyaa tanarraa Galuuf kaate booddee tee siif haa bareechu (Laailaaha illallah muhammad rasuulullah jechuun siif haa Goolabu)

Qabrii tee siif haa ibsu Galmee hujii keetii mirgaan siif haa kennu

Gaafii tokko malee jannata sihaa Galchuu

Jannata keessatti ollaa/cinnaa jaalallee keetii nabi Muhammad ๏ทบ sihaa Qubsiisu

Nama Amiiiiin je'ee fi kan Aamiin hin jennees hunda Rabbiin haa qeebaluuf.!!!

Anas naan irraanfatinaa. Du'aa'ii teessaniin jzk
Forwarded from Deleted Account
โ™ป๏ธChaanaalota barnootaa guddina ariifachiisaarra jiru kan afaan oromootiin isn bira dhaabbataa jiru woliin taanee haguddifnu ofiis
โคต๏ธJOINโคต๏ธ goonee hiriyoottan keenyaafis hagumaachinu kunoo kanneen gadii kanaโคต๏ธ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โคต๏ธ
Forwarded from Deleted Account
Ana beektuu laata...?

Ji'a sadi guute
An ergan dhaladhee
Miseensa baay'isee
Humna dabaladhee
Yeroo gabaabdutti
Addunyaa qabadhee

Qilleensarra kaadha
Ijaan hin mul'adhuu
Sagalees ol fuudhee
Namatti hin dubadhuu

Osoo hin mul'atin
Hojii koo eegalee
Eenyus hin sodaadhu
Rabbii guddaa malee

Guddinni Ameerikaa
Dhaloonni chaaynattii
Dhiifama naaf godhaa
Kan aartanis nattii

Ammaaf ana qofa
Eenyu mootin biraa
Mootummaan addunyaa
Harka kan koo jiraa

Warra samii bahee
Ji'a gubbaa yaabee
Manatti dachaasee
Sochii jaraa dhaabee

Mootota addunyaa
Kan qaban dhageettii
Waarra misaa'elaa
Warra taankif jeettii

Anoo harka duwwaa
Hunda jaraa cabsee
Ol aantummaa kan koo
Addunyaadhaf labsee

Rabbii guddaa malee
Homtuu na hin dandeenyee
Ammas itti fufaa
Bakka yaade hin geenyee

Mootin Ameerikaa
Inni dhugaa haalee
Ummata musliimaa
Boombiidhan awwaalee

Lubbuu musliimotaa
Miliyoonan nyaatee
Anoo mataa yaabnan
Kinoo harka laatee

Kan musliimarratti
Dur shira foo'anii
Har'a harka laachuun
Imimmaan boo'anii

Na dhaabuu hin danda'u
Ammas namni kamuu
Mirgi musliimotaa
Hanga kabajamuu

Hojiin koo hin dhaabbatu
Ammas itti fufaa
Osoo ati hin beekin
Tasa loo'ee dhufaa

Wanti isinii dhaamu
Ummata musliimaa
Tooftaa na mootaniin
Mee isiniif himaa

Rabbitti deebi'aa
Araarama kadhaa
Dilii guddoof xiqqoo
Hundumaa toowbadhaa

Du'aayii baay'isaa
Ibaadaa jabeessaa
Darbuu yoo barbaaddan
Yeroo kana keessaa

Beellamni koo ga'ee
Hamma bahuu biyyaa
Hunduu na baqadhaa
Amma yeroon kiyyaa

Maqaa koo barbaannan
Koroonaa jedhamaa
Galaafachaan jira
Lubbuu kumaatamaa

Ammallee hin quufne
Beelli natti jiraa
Lubbuu namaa malee
Hin nyaadhu waan biraa

Eenyulleen hin bahu
Ana jalaa dheessee
Meeqa galaafadhee
Meeqa ammoo madeessee
Inshallah ni gala
Gaafa yeroon geessee

Ani koroonaadha
Hundinuu na baraa
Anoo dhufaa jiraa
Naaf gadhiisaa karaa....

Waan dubbiftaniif galatoomaa.....!!!!
Qaasim Kadiir Arsii Asakoo

Join godhaa irraa baradhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://telegram.me/Ibnutemiya6
Forwarded from Deleted Account
โ— Yaa rabbi boohartii taraawiihaa san nun hanqisin.๐ŸŒ™
โ— Sagalee qur'aanaa babbareedduu san yaa rabbi nun agabsin.๐ŸŒ™

Fayyaa guutuudhaa fi gammachuudhaan ramadaanaan nu gahi ๐Ÿ’›๐ŸŒ™๐Ÿฅบ
Aamiiiiiiiiiiiiiin ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Deleted Account
#Dhiifama

#RAMADAN_KARIIM
#RAMADAN_KARIIM
#RAMADAN_KARIIM

โ™ก wan ofii koo akkam naf jirta
โ™ก as gennee rabbiif galata
โ™ก eynee waggaa hamdi goytaa
โ™ก enyutu waggaa dhibba jiraata
โ™ก wa jedha hayyama naf goota
โ™ก namni sanyii gaarii murata
โ™ก nama malee laftii na dhipata
โ™ก garaan koo jaalala kee filataa
โ™ก na jaladhu galani kee jannata
~
beka amala koo heddun qoosaa
tokko mitii nama hunda aarsaa
garuu hin qabuu garaa keessaa
an nama namni ni balleessaa
afoown jedhii na gammachiissa
nu ha ka'uu caayaa gaaddisa
~
yon dhugaa kee dhokse si sobe
utu na hamatu walalan si darbe
hunda ol ana jalatee an si jibbe
sababa koo hamileen kee cabee
afoown an badii koof gaabbe
naf dhiisi badii rabbiin si qabee
~
sif ha godhuu baatii jijjirama
rokko keef raawwiin beellama
dhibeen fayyaan sirra dhuma
qunnamii milkii ganda lama
afoown afoown hundii nama
an jedhee naf godhii dhiifama

#RAMADANA_KARIIM
#RAMADANA_KARIIM

baga Ramadan bara 1441 ittiin isinin gahee warra baran kan bara heddu isan ha godhuu

walaloo kana hiriyoota kee kan jalatuu obbolaa keessanif share godha wallahii rabbiif jechaa isinin jaaladha

โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™๐ŸŒ™
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @ibnu_surur qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โ€‹โ€‹Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dhawaa weerara Vaayirasii Koroonaa toโ€™achuuf sochii balโ€™aa geggeessaa jiraatuu beeksise

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
April 22, 2020
Hoggantuun Biiroo Fayyaa Magaalaa Dirree Dhawaa Aadde Lamlam Bazzaabbih ibsa kenniteen, hanga ammaatti Dirree Dhawaa keessatti Vaayirasichi namoota 8 irratti argamuu ibsuun, Biroon Fayyaa fi Bulchiinsi magaalatti tamsaโ€™ina Vayirasichaa tooโ€™achuuf sochii balโ€™aa geggeessaa jira jette.
Hoggantuun Biiroo Fayyaa akka himtetti, namoota magaalattii keessatti Vayirasichi irratti argame jidduu muraasni Jibuutii irraa warra deebiโ€™e akka taheefi, haaluma kanaan ammaas namoota Jibuutii irraa deebiโ€™aniif Yunivarsiitii Dirree Dhawaa fi Mana Barnootaa Sadarkaa Lammaaffaa keessatti hordoffiin fayyaa godhamaafii jiraachuu ibsite. Dabalataanis namoonni kunniin iddoo qophaaheef keessaa bahanii Magaalaa keessa sochoโ€™aa jiraachuu eeruu ummata irraa dhufe booda, bulchiinsi magaalattii qaamota nageenyaa waliin eeggumsaa fi tooโ€™annoo cimsuu ibsame.

Kana malees tamsaโ€™ini Vayirasichaa magaalaa Dirree Dhawaa fi naannawa isii keeysatti sadarkaa akkamii irra akka jiru qorataamaa kan jiru tahus, Bulchiinsi Magaalaa sochiin ummataa guutumaa guututti ugguramuu waan maluuf, ummanni gamanumaa qophii barbaachisaa akka godhu dhaamuu odeeyfannoon ni addeessa.

Gama biraatiin ammoo Ministeerri Fayyaa ibsa baaseen, saโ€™aa 24 dabre keessatti namoota 1074f qorannoo labraatoorii geggeeffameen nama lama irratti vaayirasichi argamuu ibse. Haaluma kanaan Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vayirasii koroonaatiin qabamanii 116 gahee jira.

#COVID19 #Ityoophiyaa

@dedroro
โ€‹โ€‹Iraan Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu gara Hawaa erguu beeksiste

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
April 22, 2020

Humni Eggumsa Warraaqsa Iraan kan IRG jedhamuun beekamu, Arbaโ€™aa harโ€™aa Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu milkiin gara Hawaatti erguu beeksise. Iraan kanaan dura saatalaayitoota telekominikeeshiinii fi tajaajila siviilii gara garaa kennan gara Hawaatti kan ergaa turte tahus, Saatalaayitii tajaajila waraanaa kennitu erguu isii yeroo jalqabaatiif ibsite.

Iraan Jiโ€™oottan muraasa asitti qofa yeroo sadi saatalaayitii gara Hawaatti erguuf yaaliin godhaa turte kan fashalaaye yoo tahu, Ameerikaa fi Israaโ€™el biyyattiin misaaโ€™ela Niwukilarii baadhaatu yaalaa jirti jechuun yakkaa turan.

Haaluma walfakkaatuun guyyaa harโ€™aa Iraan Saatalaayitii tajaajila waraanaa gara Hawaatti erguu eega beeksistee booda, Ameerikaa fi Israaโ€™el cimsanii balaaleffataa jiran. Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Mayik Pompiyoo ibsa kenneen โ€œHumni Shororkeessaa Iraan IRG jedhamu Yaalii misaaโ€™ela sadarkaa olaanaa geggeesseef itti gaafatamuu qabaโ€ jedhe. Israaโ€™el gama isiitiin, Saatalaayitiin Iiraan harโ€™a gara Hawaatti ergite, biyyattiin Niwukilarii waraanaa oomishuuf dandeetti qabdu kan garsiisu jechuun ibsite.

Gama biraatiin ammoo Prezdaant Traamp Fuula Twitter isaa irratti โ€œKana booda Dooniiwwan waraana Iraan Humna Galaana Ameerikaa irratti aggaammii fi danqaa uumuuf kan yaalan yoo tahe, akka rukutaman ajaja kenneetiin jiraโ€ jechuun barreesse. Torbee tokko dura Dooniiwwaan waraana Iraan, Markaba Humna Galaana Ameerikaa Baha Jiddu Galaa keessatti argamtu takkatti dhihaachuun, daangaa galaana Iraan keessaa akka baatu akeekkachiisuun gabaafamee ture.

#Iraan #Ameerikaa

@dedroro
As wr wb??
Baga geessan
Baga geenne
Ramadan kan barakaa Jennee

Afwan lillah Afwan lillah Afwan lillaah

Irra deebinee baga geessan
Isiniin jedha
@dedroro