Itiyooppiyaa kessatti harra koroonaan nama lamatu du'ee(boqatee).Dutti lama galmaaheera.
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
@TOOFTAAJIREENYAA
#COVID19Ethiopia
Ityoophiyaatti namni dabalataa 1 Koronaavaayirasiin qabaman argame.
Walumaa galatti lakkoofsi namoota vaayirasichaa qabaman 44 gaheera

Haalli dhukkubsaatuu:
• Namoota 164 qorannoon taasifameef keessa dubartiin ganna 65 jiraattu magaala Dukam kan ta'aniifi seena imala biyya alaa kan hin qabne ta'uuf, dhibee biraatiif hoospitaala deemanii qorannoo isaaniif taasifameen vaayireesichaan kan qabaman ta'uu Ministiirri ministeera Fayyaa Dr. Liyaa Taaddasaa himuu .
Dr. Lia Tadesse

#COVID-19 #Afrikkaa
Afriikaatti lakkoofsi Namoota Dhibee Vaayirasii Koroonaan qabamanii 9,198 gahe
Dhibeen kun ardii Afrikkaa biyyoota 51 keessaatti kan argame yoo tahu, namoonni 9,198 Vaayirasii Kanaan faalamanii jiru, namni du’e 414, akkasumas kan bayyanate 813 tahuu odeeyfannoon websaayiiti Gamtaa Afrikkaa irraa argame ni mul’isa.

#COVID19Kenya
Keeniyaatti lakkoofsi namoota koronaa vaayirasiitiin qabaman 158 gaheera.
Sa'aatii 24 qorannoo godhameen namoota 16 irratti koronaa vaayirasiin argamuu Pireezdaantiin biyyatti ifa godhee jira.
dabalatan Keeniyaatti lakkofsi namoota dhibee COVID-19 lubbuu dhabanii imoo 6 ga'uusaa Pireezdaantiin biyyatti Uhuruu Keeniyatta ifoomsaniiru.

Gargaarsii Ergame Na Hin Geenye: Ertraa
Dhukkuba kooviid-19 jedhamuf kan ooluu meeshaalee adda addaa kan dureeyyiin Chaayinaa JaakMaa fi Aliibaabbaan irraa ergame Ertraan nan geenyee jettee jirti.
Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad garu gargaarsii kun guutuummaa biyyoota Afrikaa dhaqqabeera jedhanii turan.

harrkaa kenyaa samuuna dhan dhiiqachuu qabnaa 👏👏
Fageenya kenyaa eggaachu qabnaa 🚶♀ 🚶
Namotta qufahann itii dhiihaachuu hi qabnuu🗣🗣
💚Hallkan garrii fayyaa woliin siniif hawinaa💛

#BREAKING
Keeniyaatti lakkofsi namoota dhibee COVID-19 lubbuu dhabanii 6 ga'uusaa Pireezdaantiin biyyatti Uhuruu Keeniyatta ifoomsaniiru.
@obnisport

#COVID19Ispain| Lakkoosfi namoota Ispeenitti du'anii gadi bu’e
Du’aatiin sababii koronaavaayirasitiin guyyaa guyyaatti Ispeeniitti mudatu walitti aansee guyyoota afraffaaf gadi bu’uun himame.
Lakkoofsi namoota haaraa du’an guyyaa Wiixataa motummaan himamee 414 yoo ta’u kan guyyaa Dilbataa immoo 674 ture.
Kunis, erga Bitooteessa 24 asi lakkoofsa gadaanaadha jedhameera.
Biyyattiitti du’aatii inni guddaan kan Kamisa mudate 950 ture.
Ammatti biyyattiitti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii 4,273 gaheera.
Qondaaltonni ammo dhumarrattis vaayirasichi biyyattii kessatti dabaluun danda’a jechuun amanu.

#Gaanaa| Gaanaan gatii bishaanii ji’a sadiif hin kaffaliinaa jette
Pireezidaantiin Gaanaa Naanaa Akufoo Addoon mootummaan isaanii gatii bishaanii ji’oota sadan dhufanif akka kaffalu ibsan.
Harka saamunaadhaan dhiqachuun maloota dhukkuba koronaa ofirraa ittisan keessaa isa ijooti.
Kanumaafi mootummaan biyyattis bishaan akka garaa akka argamu kan gochaa jiru. Gaanaatti namoonni 214 dhukkubichaan yoo qabaman shan immoo du’aniiru.
Torbe darberraa kaasee biyyattiin magaalota Akraa,Teemaa fi Kumaasii guutummaan guutuutti cufteettti.
Pirezidantiin biyyattii ergaa elevizyiniin dabarsaniin dhaabota bishaanii fi ibsaa dhiyeessan akka addaan hin kunneefi itti fufiinsaan akka dhiyeessan gaafatan.
Okkoteewwan pilaastikii bishaanii gurguddoon immoo namoota harka qalleeyyiif ni dhiyaatus jedhameera.
Ogeessotni fayyaa namoota vaayrasichaan qabaman wal’aanan immoo mindaan isaanii ni dabalamaa gibira ji’a sadii irraas bilisa tahu.
Maddi:- bbc

"Aniif ati walitti deebinee hasa'uu danda'uuf dhiisuu keenya waan beeknu hin jiru.
Qaamni hundii wal gargaaruu qabna, kan yeroo kana wal hin gargaarree yoomuu wal hin gargaarru; osoo lubbuun jirru wal biraa dhaabbachuu qabna!"
Obbo Baqqalaa Garbaa (on OMN)

Harmeen leenjisaa Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaa dhukkuba koronaavaayoirasiin qabanii lubbuun isaanii dabarte.
Kilabichi akka beeksisetti harmeen umrii 82 Doloors Saalaa jedhaman magaalaa Baarseloonaa keessatti du’ani.
‘’Yeroo ammaa kilabii Siitii waliin namni walitti dhufeenya qabu hundi ergaa jajjabinaa Peep, maatii isaafii hiriyyoota isaatti akka ergu,'' jechuun kilabichi gaafateera.
Biyyi Ispeen Xaaliyaaniitti aantee dhukkuba addunyaa waliin gahe kanaan namoota hedduu dhabdedha.
Hanga yoonaa namoonni 13,000 ol lubbuu dhabaniiru.
Torban darbe, Gaardiyoolaan tattaaffii Ispeen koronaavaayirasii ittisuuf taasistu deeggaruuf yuuroo miiliyoona tokko (birrii miiliyoona 35 ol) arjomanii turan.
Maddi:-bbc

Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️
Dhibeen COVID-19 addunyaarra biyyoota heddurratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 1.98 ol dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 125 ol darbeera.
🌏Addunyaa 🌏
•Namoonni qabaman = 1,981,912
•Namoonni du'an = 125,078
•Namoonni bayyanatan = 466,229
Ameerikaa(USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 603,488
•Namoonni du'an = 25,194
Ispeen(Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 172,541
•Namoonni du'an = 18,056
Xaaliyaan(Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 162,488
•Namoonni du'an = 21,067
Faransaay(France)🇫🇷
•Namoonni qabaman =143,303
•Namoonni du'an = 15,729
🌏Afrikaa🌏
•Namoonni qabaman = 16,743
•Namoonni du'an = 871
•Namoonni bayyanatan = 3,284
Ityoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 82
•Namoonni du'an = 3

Namoonni dhukkuba corona (covid-19)tiin itiyoophiyaa keessaatti qabamaanii garaa 85tti ool guddaatee jira.
Haala namoota dhukkuubaan qabamanii...
1.nama lammii itiyoophiyaa waggaa 43 yoo ta'uu,nama Ameerikaati dhufee iddoo tursiisa adda keessa kan tureedha.
2.dhukkuubsatan kun lammii itiyoophiyaa fi nama waggaa 30 kan ta'eef namoota dhukkuuban qabamaan waliin waal xuxxuuqqii kan qabuuf jiraata magaalaa finfinnee kan ta'eedha.
3.dhukkuubsataan kun nama lammii itiyoophiyaa fi nama umurii 24 kan ta'eef waal xuxxuuqqii nama dhukkuubsataa waliin kan qabuu ta'uusa dooktor liiyaan beeksisaanii jiru.
Oof-eegadhaa‼️‼️‼️
Lubbuu keessaniif lubbuu maatii keessanii dhukkuuba kooronaa irraa oof eegadha❤
1.#DrLiaTadesse
በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች 85 ደረሱ!
በኢትዮጵያ ባለፋት 24 ሰዓት ውስጥ በተደረገ 431 የላብራቶሪ ምርመራ ሶስት (3) ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸውን ተረጋግጧል። በአጠቃላይ በሀገራችን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር 85 ደርሷል።
የታማሚዎች ዝርዝር ሁኔታ ፦
ታማሚ 1 - የ43 ዓመት ኢትዮጵያዊ የአዲስ አበባ ከተማ ነዋሪ ፤ ከአሜሪካ የመጣና በለይቶ ማቆያ ውስጥ ያለ።
ታማሚ 2 - የ30 ዓመት ኢትዮጵያዊ የአዲስ አበባ ከተማ ነዋሪ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌለው፤ በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ግንኙነት ያለው።
ታማሚ 3 - የ24 ዓመት ኢትዮጵያዊ የአዲስ አበባ ከተማ ነዋሪ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ የሌለው፤ በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ግንኙነት
@dedroro

Itoophiyaatti lakkoofsi namoota koronaa vaayirasiin qabamanii 92 gahe.
Itoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabratoorii namoota 401 taasifameen,namoota torba(7) irratti koronaa vaayirasii argameera.
Walumaagalatti namoonni vaayirasichaan qabaman akka biyyaatti 92 irra gahee jira.
Via Dr.Liyaa Taaddasaa

Haala Dhukkubsattootaa
Dhukkubsataa 1ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 21 Ameerikaa irraa kan dhufe bakka tursiisa addaa ture.
2ffaan Lammii Itoophiyaa wagga 32,seenaa imalaa Jarmaniifi Beeljiyeemi kan qabufi bakka tursiisa adda kan turedha
3ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 76,biyya Swiidinii kan dhufeefi bakka tursiisa adda kan turedha.
4ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 34,biyya Swiidinii kan dhufeefi bakka tursiisa adda kan turedha
5ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 39,Jaappan irra kan dhufeefi bakka tursiisa adda kan turedha.
6ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 14,seenaa imala alaa kan hin qabnedha. Namoota dhukkubichaan qabamanii waliin hariiroo qabaachuufi dhabuu adda baasuu irraa jirra.
7ffaa Lammii Itoophiyaa waggaa 61,Ameerikaa irraa kan dhufeefi bakka tursiisa adda kan turedha.

Odeeffannoo waliigalaa #COVID19
April 17 (Ebla 9) hanga sa'aati 4:00
Vaayrasiin koronaa [COVID-19] addunyaarra biyyoota 209 ol keessatti kan tamsa'e jira.
#WORLD|ADDUNYAA 🌏
•Namoonni qabaman= 2,223,122
•Namoonni du'an = 152,318
•Namoonni bayyanatan = 567,265
•Har'a kan qabaman = 60,781
•Har'a kan du'an = 6,847
Ameerikaa(#USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 690,900
•Namoonni du'an = 35,955
•Har'a kan qabaman =13,330
•Har'a kan du'an = 1,338
Ispeen(#Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 188,093
•Namoonni du'an = 19,613
•Har'a kan qabaman = 3,145
•Har'a kan du'an = 298
Xaaliyaan(#Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 172,434
•Namoonni du'an = 22,745
•Har'a kan qabaman = 3,493
•Har'a kan du'an = 575
Faransaay(#France)🇫🇷
•Namoonni qabaman = 147,969
•Namoonni du'an = 18,681
•Har'a kan qabaman = 1,909
•Har'a kan du'an = 761
Ingilaand (#UK)🇬🇧
•Namoonni qabaman = 108,692
•Namoonni du'an = 14,576
•Har'a kan qabaman = 5,599
•Har'a kan du'an = 847
❗️#USA fi #UK du'a ol aanaa galmeesisaniiru.
#AFRICA | AFRIKAA 🌍
Namoonni qabaman= 20,278
•Namoonni du'an = 1,008
•Namoonni bayyanatan = 4,900
•Har'a kan qabaman = 1,285
•Har'a kan du'an = 40
Ijiipt(# Egypt)
Namoonni qabaman = 2,844
•Namoonni du'an = 105
•Har'a kan qabaman = 171
•Har'a kan du'an =9
Afrikaa Kibbaa(#South Africa)🇿🇦
•Namoonni qabaman = 2,783
•Namoonni du'an = 50
•Har'a kan qabaman = 178
•Har'a kan du'an =2
Morookoo(#Morocco)🇲🇦
•Namoonni qabaman = 2,564
•Namoonni du'an = 135
•Har'a kan qabaman = 281
•Har'a kan du'an =5
Aljeeriyaa(#Algeria)🇩🇿
•Namoonni qabaman = 2,418
•Namoonni du'an = 364
•Har'a kan qabaman = 150
•Har'a kan du'an =16
Ityoophiyaa(#Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 96
•Namoonni du'an = 3
•Har'a kan qabaman = 4
•Har'a kan du'an =0
Halkan Gaari!!

April 18, 2020
Hanga guyyaa har’aatti biyyoota 210 keessatti lakkoofsi namoota Vayirasii Koroonaatiin qabamuun mirkanaahee 2,308,173 kan gahe yoo tahu, kanneen jidduu namoonni 158,881 du’uu gabaafame. Namoonni 585,838 ammoo dhibee kana irraa bayyanatanii jiru.
Ameerikaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasichaan qabamanii 728,293 dabree jira. Lakkoofsi namoota sababa Vayirasichaa du’an ammoo 38,244 dabre.
Kaanaadaa keessatti ammoo namoota 32,412 Vayirasichaan qabamuun mirkanaahe jidduu 1,346 du’uu gabaafame.
Biyyoota Ameerikaa Kaabaa Kanneen akka Meeksikoo, Paanaamaa fi Dominican Republic keessattis Vayirasichi haala yaaddessaa taheen tamsa’aa jira.
Biyyoota Ardii Ameerikaa Kibbaa/Latin America keessatti Vayirasichi namoota 74,389 irratti argamuun kan mirkanaahe yoo tahu, lakkoofsi namoota du’anii 3,394 gahee jira. Braaziil, Ikuwaadoor,Chiile, Peeruu, Kolombiyaa fi Arjeentiinaan wal duraa duubaan biyyoota Vayirasichi haala hamaan keessatti babal’ataa jiru.
Ardii Awrooppaa keessatti ammoo walumaa galatti namoonni 1,051,600 Vayirasichaan qabamuun kan mirkanaahe yoo tahu, lakkoofsi namoota sababa Vayirasii kanaa du’aanii ammoo 98,455 gahee jira. Ispeen, Xaaliyaan, Faransaay, Jarman fi UK’n walduraa duubaan biyyoota namoonni heddu Vayirasichi irratti argame tahuun dursaa jiran.
Gama biraatiin ammoo biyyoota Awrooppaa sababa Vayirasichaatiin namoonni heddu keessatti du’an yoo walbiratti madaalamu; hanga guyyaa har’aatti Xaaliyaan keessatti namni du’e 23,227, Ispeen keessatti namni du’e 20,043 , Faransaay keessatti namni du’e 18,681, UK keessatti namni du’e 15,464, Beeljiyeen keessatti namni du’e 5,453, Jarman keessatti namni du’e 4,405 tahuu gabaafame. Xaaliyaan, Ispeen, Faransaay fi UK keessatti lakkoofsi namoota sababa Vayirasii kanaatiin du’anii kan mootummaan ibsaa jiru ol tahuu eega gabaafamee booda, mootummoonni biyyoota kanneenii namoota manneen kunuunsa manguddootaa fi manneen jireenyaa keessatti du’an ilaalchisee qorannoo jalqabuu beeksisan.
Ardii Eshiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vayirasichaan qabamuun mirkanaahe 364,718 kan gahe yoo tahu, kanneen jidduu namoonni 14,207 du’anii jiru. Mootummaan Chaayinaa guyyaa kaleessaa daataa lakkoofsa namoota du’anii kan sirreesse yoo tahu, akkuma weerarri kun ka’een namoonni 1,290 magaalaa Wuhan keessatti sababa vayirasii koroonaa kan du’an tahus osoo hin galmaayin hafanii turan jechuun ibse. Haaluma kanaan hanga guyyaa har’aatti lakkoofsi lammiilee Chaayinaaa sababa Vayirasichaatiin du’uun ibsame 4,632 gahee jira.
Biyyoonni Eeshiyaa kanneen biroo Vayirasicchii namoota heddu irratti argame jidduu: Iiraan, Turkiyaa, Israa’el, Kooriyaa Kibbaa fi Indiyaa yoo tahan, biyyoota kanneen jidduu Chaayinaa fi Kooriyaan Kibbaa tamsa’ina Vayirasichaa haala gaariin to’ataa jiran.
Haata’u malee Iiraan, Turkiyaa, Israa’el fi Indiyaa keessatti Vayirasichi ammas haala yaaddeessaa taheen tamsa’aa jira.
Haaluma walfakkaatuun Jaappaan, Paakistaan, Maleezhiyaa, Filiipiins, Sa’uudii, Indoneezhiyaa fi Emreets keessattis lakkoofsi namoota Vayirasichaan qabamanii guyyuma guyyaan dabalaa jira.
Ardii Afrikaa keessatti ammoo Vayirasichi namoota 21,120 irratti argamuu gabaafame. Namoonni 1,034 ammoo sababa Vayirasichaatiin du’aniijiru. Biyyoonni Ardii Afrikaa Vayirasichi namoota heddu irratti argame jidduu: Afrikaa Kibbaa keessatti namni 2,783, Masri Keessatti namni 3,032, Aljeeriyaa namni 2,534, Morokoo/Magrib keessatti ammoo namni 2,685 Vayirasichaan qabamuu gabaafame.
Awstiraaliyaa fi Niwziilaand dabalatee biyyoota Oceania keessattis Vayirasichi namoota 8,084 irratti kan argame yoo tahu, hanga ammaatti namoonni 80 du’uu gabaafame. Namoota Vayirasichaan qabaman jidduu 6,565 lammiilee Awstiraaliyaa yoo tahan, 1,422 ammoo lammiilee Niwziilaand.